FAST MTPROTO PROXIES FOR TELEGRAM
#DigitalResistance
ADS:
@Ads_ProxyMTProto
Run your own MTProxy:
https://github.com/TelegramMessenger/MTProxy
Last updated 3 days, 2 hours ago
Official Telegram Channel of Koorowsh?️
Last updated 6 months ago
Last updated 11 months, 4 weeks ago
Dhaabbnni Islaamaa JTDn Hojii Barnoota fi Misooma islaamummaa irratti Bifa qindoomina hawaasaa bu'uurfateen sochii godhaa ture irraa waggoottan dabran keessa gargaarsa rabbiitiin bu'aalewwan baay'een argamaniiru.
Yoo xiqqaate Carraa Gama siyaasatiin Hawaasa muslimaatif waggoottan jahan dabran uumamanitti hamma tokko qaruutummaan itti fayyadamuu dandeennee jirra .
tun immoo nama hundaaf hin galtu, gaafa isaaf galtee inni ol ka'u boo'ichi isaa itti deebite .
Waan iftuu tanaan facaafanne dukkana dhuftu keessa nyaanna .
Dhaamsa Ustaaz Abdallaa Idriis Eebba Barattoota JTD'n Magaalaa Adaamaa irratti taasisan
As ,wr,wb:
Kabajamtoota fi Jaalatamtoonni akkasumas Ulfaattonni Miseensonnii fi Hooggantoonni JTD akkasumas ilmaan muslimaa Guutuu addunyaa irra jirtan Kanneen biyya keessa fi Biyyoota Alaa iddoowwan adda addaa keessatti argamtan , akkam jirtu?
Bakkuma jirtanitti #Keeyrii keessa rabbiin isin haa jiraachisu.
Waan yaaddan hunda rabbiin isiniif haa guutu
Kan Rakkattee rakkoo jirtu,kan dhibamtee Hospitaala fi mana ciisaa jirtu, kan haqaan ala hidhamtee hidhaa jirtu hunduma keessan rabbiin isin haa furu.
Kan karoora Diinagdee horachuu qabu, kan Hamilee fuudhaa qabuu fi tan hamilee heerumaa qabdu hunduma keessan rabbiin tasuma niyyaa keessan biyyuma jirtanitti isiniif haa guutu.
Kanneen Hamilee biyya alaa deemuu fi Hamilee waa barachuu qabdanis Laaftumatti rabbiin isiniif haa Laaffisu.
Rabbumaaf jecha isin jaalanna .
Bakkuma jirtanitti nagaa keessa nuuf jiraadhaa .
FAST MTPROTO PROXIES FOR TELEGRAM
#DigitalResistance
ADS:
@Ads_ProxyMTProto
Run your own MTProxy:
https://github.com/TelegramMessenger/MTProxy
Last updated 3 days, 2 hours ago
Official Telegram Channel of Koorowsh?️
Last updated 6 months ago
Last updated 11 months, 4 weeks ago