All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 1 day, 21 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 2 days ago
Ogummaa Guddaan addunyaa si jibbu keessatti Kiristoosiin duukaa bu’uudha.
#Luq. 21;17_19
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯-------------
■ Hundinuu anaaf jedhanii isin in jibbu.
■ Garuu rifeensi mataa keessanii tokko illee hin badu.
■ “Egaa rakkina obsuu keessaniin jireenya keessan isa dhugaa in argattu" .
~`~
~~~~
❏ Ati nama guddachuuf of qopheessuu jaalatuu dhaa? Karaa kamiiniyyuu of jijjiiruuf kallattii barbaadaa jirtaa?
➛ Yeroo kamiyyuu kallattiin ittiin jireenya keenya jijjiiruu dandeenyu malli ni jira[... See More
???
? Join Us ?
? Join Us ?](https://t.me/+KfDkOXdI0GI5NTI8)
#Fuula_Ifa!
●~~~~~●
????????
yandeessitee roobde malee
tittiiftee qalbiikoo hin dhorre:
Dhimmakoof obsa fixattee
ijibbaattee narraan gorre:
Garakeeti agartuunkoo
hin mittiqu fuula keetii:
sodaan qabu an kamittuu
Kan namarse duulakeeti!;
kaateekoo iddoo godaa
tarkaanfii faana jalqabaa:
gaara xiiqitti imaleetan
rakkoon kokkee walqabaa;
tima lolaa hurgufadheen
qolee haalotaa buqqisee;
keessa abdiin ofcoomsee
alaan bifako huuqqisee;
Kaleessakoo yaadachaa
kandurakoof gulufee;
akka waccuun boossu miti
seenaa galmeessaan dhufe!:
Lafa hongeetti gabbata
namnikee hinbuusu bifa;
Haalli dabus nyaaran guuru
dukkanumaan fuula ifa!
●~~~~●
✍️ #Masi T
HOPE PROMOTION
Advertising Telegram
Channels & Groups
Free Promotion: Getu Abera
#Qaxalee_Jechuun isa akkanaati?
B/Ballaxaa Buxunaa jedhama. Yuuniversiitii Hawassarraa boru eebbifama. Sammuun nagaa taanaan qaama midhamummaan namaa gadii nama hin godhu jedhee ,gochaan nutti agarsiisee jira.?
Macaafa Qulqulluu keenya keessa Namicha Zekiwos jedhamu kan Hojjaan isaa Gabaabaa tokkotu ture. Namichi kun Yemmuu yesus Yerikoo keessa Darbutti Yesus kana arguu barbaada ture, Garuu Namoonni baay'en Achi wana jiraniif Akka inni Yesusin hin agarreef Hojjaan isaa isa daangessa ture, ta'us inni Hojjaan koo gabaabadha jedhee abdiin kutanne, Yesusin arguuman qaba jedhee waan yaadef Boodarra Muka yaabee. Silaa Goftichi laphee nama argakaa Danuu keessaa isa arge
"Har'a mana kee oolun anaaf ta'a dafii gadi bu'i " ittiin jedhe?
Dhaloota Qaxaleen wanta arguuf
qabachuuf karoorsitan Bira akkan geenyef Daangessaa heddu otoo qabdanii Ciniinnattanii kaayyof Warri Gaara yaabdanii buutan hunduu milkiin kan keessaniim.
#Eebbifamtoonni Bara kanaa hunduu #CONGRATULATIONS jenneerra.
???
YouTube
Lotorii Naaf Bahee Madaamin koo Dhageenyan Waan Isheen nagoote💔🥹😱
#subscribemychannel #oromo\_best\_prank #success #oromo\_news #ethiopianews #oromocomedy #dirree #ethiopianbroadcastingcorporation #ethiopiantiktok #obntv #oromo\_best\_prank #obs #jesuschrist
Walaloo Hafuuraa #KUTAA 6FFAA
♡~~~~~♡
#Kan_Warra_Dhugaan_Ijaarameeti
♧♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♧
Biiftuu Olii Baate
Isheen qabne Daangaa
Jaalalli Obsaadha
Waan hundumaas danda'a
Wanta Toleef miti
Yookis Immoo Hir'uu dhabnee
Waaqayyoon nuuf godhe
Eebba Daangaan qabne
Kanaaf Fuulli ifee
Dhaabbanni keenya
Ibsa Gammachuu
Qaawwa walii dhoksee
Hir'uu waliis baachuu
Badhaane Jaalalaan
Isa waan hundaa qabu
Wanti nyaannu dhibee
Yoo Bullurree Agabuu
Silaa Isa qabna
Qabeenya Hunda Caalu
Isa Tokkummaa cimsee
Jabeessee nama Ijaru
Kanaaf Seeqaa deemun
Mana Jaalalaan dhaabatee
Gammachuutu achiin dhibu
Waanti biroo yoo hir'ate
Jaalalli Hunda Caalaam
Yaa Nama Dhageessaa
Manni Jaalalli jiru
Tokkummaa Hundessa
??
♡~~~~~~♡
Jireenya keessatti namoota gosa sadi hin dagatin;
1) kanneen yeroo rakkoo si gargaaran,
2) kanneen yeroo rakkoo si baqatan,
3) kanneen rakkoo keessa si buusan.
Milkaa'ina jireenya kee ofii keef murteessii, ofii keef milkeessi!...[See More?????
? Join Us ?
? Join Us ?](https://t.me/+bkZ9sHuXWCYxZjE8)
? Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa?
Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa.
??
? JOIN US ?
? JOIN US ?
??
Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.
??
? JOIN US ?
? JOIN US ?
??
Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa
??
? JOIN US ?
? JOIN US ?
??
Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!
Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa!
❏ Free Waver: @Getu_Abera
❏ Promotion: @hopepromotion
❏ @bittaafigurgurtaachannel
All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 1 day, 21 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 2 days ago