Takwinal ummah Islamic Jama'a

Description
Takein ummah Islamic Jama'a
Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa, jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa.
Yaadaaf?
https://t.me/quranyee
Advertising
We recommend to visit

Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 90aadkii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks

Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.

Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter

Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot

Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah

Fadlan wixii Su'alaha la xariir

@liibaanwaasuge
@Mfaratoon

1 year, 6 months ago
Masjiida koo najalaa hindiiginaa!!

Masjiida koo najalaa hindiiginaa!!
Islam selm
የትኛዉም የምትገነቡት ከተማ ያለ መስጊዶች ውበት አይኖረውም።

2 years ago

Yaa Rabbi waa shanan tana nun hoongessin :

➛ Badii teenya nuu sattaruu,
➛ Dogoggora keenya irra nuu taruu,
➛ Jaalala keetiin qalbii teenya ijaaruu,
➛ Gala teenya shahaadaan goolabuu fi ,
➛ Jannata kee keessatti ollaa Nabii (SAW) galuun ....??

@tafak_or

2 years ago

Guyya jum'aa keessa gabricha salawaata buusuu heddummaatu ta'i!
Allahumma salli wa sallim wa baarik alaa nabiyyinaa Muhammad ?

Rabbi salli aleyhi

2 years ago

Innaa lillaahi wa innaa ilayhi raajiu'un
ኢና ሊላሂ ወኢና ኢለይሂ ራጂዑን
????????????????

Dr. kabaja artist Ali Birraan gara fuula Rabbitti  imaleera. Rabbin tawbaa isaa irraa qeebalee jannatal firadawsin habadhaasuuni.  Maati fi jaalaltoota isaatif Rabbin obsa hakeennufi.

የክቡር ዶ/ር አርቲስት አሊ ቢራ ወደ ማይቀረው ወደ ቀጣዩ ዓለም ተሸጋግሯል። አላህ ንሰሃውን(ተውበቱን)  ተቀብሎት ጀነተል ፊርደውስን ይለግሰው።ለወዳጅ ዘመዶቹ መጽናናትን ይለግሳቸው።
????????????? ???

2 years ago

إنا لله وانا اليه راجعون
➛Innaalillahi wainnaileyhi raajiu’un...?

ኢናሊላህ ወእና ኢለይህ ራጅኡን
Abbaan obboleessa keenya Raayyaa galgala kana gara ganda Akhiraa deemaniiru
የወንድማችን የራያ አባ መጫ አባት ወደ አኽራ ሄዷል
انتقل إلى رحمة الله والد أخينا رايا ابا مچا
Rabbiin warra jannataa isa haa taasisu.
@tafak_or

2 years ago

#Dhiirota_Qofaaf

➛ Dubbiin dhugaa ati beekuu qabdu..! Dubartii fi dhiira gidduu garaagarummaa guddatu jira :
? Amala isaanii keessatti,
? waan miira isaaniitti dhaga’ame ibsachuu keessatti,
? waan tokkoo xiyyeeffannaa kennuu keessatti,
? Hubannaa keessatti,
? obsa horachuu keessatti,
? Aarii fi gammachuu keessatti...fi kkf hedduudha..., nutis waa hunda keessatti akka keennatti waan isaan ilaalluuf, akka sammuu keenyaatti waan isaan madaalluuf dogoggorri gidduu keenyatti uumama!.

➛Isiinis akka fedha isii san irratti osoo deemteefii barbaaddi, atis akka amalaa fi karoora keetiitti osoo deemtee barbaadda...,karaa kanaan waldhibdeen uumama.....?
(#Nu_hordofuun_dagatinaa)
https://t.me/tafak_or

Telegram

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/***🌍*** قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf***👇*** https://t.me/Ibrahim\_92taf

[#Dhiirota\_Qofaaf](?q=%23Dhiirota_Qofaaf)
2 years ago

#Dhiira_Qofaaf

➛ Waldhibdeen guddaan yeroo baay'ee dubartootaa fi dhiira gidduutti argamu , dubartoonni amala dhalootaan dhiironni qaban wallaaluu fi dhiirris amala dubartiin dhalootaan qabdu wallaaluu irraa madde.
Akkamitti isa jedhuuf?
@tafak_or

2 years ago

Akkuma beekkamu yeroo ammaa waldhibdeen guddaan gidduu misirroo lamaaniitti baay'ee argamaa jira. Keessaattuu dhiheenya kana haadha manaa ufii irratti gocha suukanneessaa raawwachuun garmalee heddummaatee jira. Maalirraa madde ? Maaltu sadarkaa kanaan nama gahe? Furmaatni isaa maali isa jedhuuf Sagantaa Matadureen Isaa #Dhiirota_qofaaf jedhu, eegalu barbaanna. Yaada kanarratti yoo nu deeggartan karaa barreeffamaa fi sagaleetiinis dhaamsaa fi barnoota gaarii isiniif dhiheessina. Isin hoo maal jettu laata____?!
Follow me?
https://t.me/tafak_or

Telegram

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/***🌍*** قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf***👇*** https://t.me/Ibrahim\_92taf

Akkuma beekkamu yeroo ammaa waldhibdeen guddaan gidduu misirroo lamaaniitti baay'ee argamaa jira. Keessaattuu dhiheenya kana haadha manaa ufii irratti gocha …
2 years ago
2 years ago

Nama Du'e Bira Osoo Jiraannee Maal Gochuufii Qabna?

Akka Amantii Islaamaatti Ilmi Namaa Jiraa fi Du'aan Isaas Kabajaa Qaba. Rabbiin Ilma Namaa Akka Kabajamuu Godhee Uumeen. Namni Tokko Osoo Nu Biratti Du'ee Wantoota Armaan Gadii Gochuufii Qabna.

  1. Ija Isaa Walitti Cufuu(Gadi Deebisuu) Akkasumas Du'aa'ii Isaaf Gochuu.

  2. Uffata Qaama Isaa Hunda Cufuun Qaama Isaa Haguuguu. Garuu Nama Dalagaa Hajjii Keessatti Du'e Yoo Ta'e Mataa fi Fuulli Isaa Hin Haguugamu.

  3. Du'uun Isaa Yoo Mirkanaa'e Dhimmi Tursiisu Yoo Hin Jiraatin Ta'e Isa Geggeessuu fi Qabriitti Geessuudhaaf Saffisaan Qophaa'uu.

  4. Biyyuma Keessatti Du'e San Keessatti Awwaaluu. Biyya Keessatti Du'e San Irraa Sochoosuu Dhabuu.

  5. Deyniin(Haqni Namaa) Yoo Irra Jiraate Qabeenya Inni Dhiise Saniin Irraa Kafaluu. Yookiin Namni Biroos Irraa Yoo Kafale Ni Danda'ama.

  6. Nama Du'e Fuula Isaa Irraa Saaqnee Dhungatuu Ni Dandeenya.

Nama Du'eef Wantoota Kanniin Dalaguu Hin Dagatinaa. Rabbiin Du'aa fi Jiruu Keenyas Haa Tolchu. Jannata Nuuf Haa Hiru. Aamiiiiiin!

✍️ Habibi Muhammad
https://t.me/quranyee

Telegram

Takwinal ummah Islamic Jama'a

Takein ummah Islamic Jama'a Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa, jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa. Yaadaaf***👇*** https://t.me/quranyee

Nama Du'e Bira Osoo Jiraannee Maal Gochuufii Qabna?
We recommend to visit

Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 90aadkii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks

Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.

Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter

Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot

Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah

Fadlan wixii Su'alaha la xariir

@liibaanwaasuge
@Mfaratoon