Dive into the Ultimate Free Library: Your One-Stop Hub for Entertainment!

Egeree Post

Description
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Advertising
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated hace 1 mes, 1 semana

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated hace 1 semana, 6 días

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated hace 1 mes

8 months ago
***✅*****Verified

Verified
Close the Screen App and Secretly Record Video/Audio without anyone knowing
👇*👇http://bit.ly/45NNetIhttp://bit.ly/45NNetI ሚስጥራዊ ቀረጻ ቪዲዮ/ድምጽ መተግበሪያን ለማውረድ እዚህ ጠቅ ያድርጉ
👇*👇**http://bit.ly/45NnetIhttp://bit.ly/45NNetI

8 months ago
***🎯******File akka Suura ; Muziqaa ;Vidiyoo …

🎯File akka Suura ; Muziqaa ;Vidiyoo ; Audio Duplicate ta'e/lamaaf isaa ol ta'e altokko Click gochuun appi remove isiniif godhu/ballessu buufadhaa.
Duplicate file remover app bakka jedhu tuquuun install godhaa
👇*👇is.gd/XKZX7S Appi Daandii Qilleensaa Ethiopia Kan Beeksisa namoota haala haaraan qacaraa jiru mana kessan ta'uudhaan Mobile Of harkaa qabdan qofaan dorgomuuf liinkii asii gadii banaati bakka 👇*👇

Ethiopian Airlines Vacancy Application

jedhu banuun buufadha liinkiin kunooti Carraa Qacarrii Guyya guyyaan bahuus hordofaa ammallee Sadarkaa levelii irraa kaasee hanga Namoota muuxannoo qabaniitti Qacarriin itti fufeera
👇👇bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
👇👇**https://t.me/michujobshttps://t.me/michujobs

8 months ago
***✅***Carraawwan daldalaa 10

Carraawwan daldalaa 10

kanneen deeggarsa maallaqaa Xiqqaa qabaniif ykn kanneen qusannoo hin daangeffamne argachuu qabaniifi Itoophiyaa keessatti daldala hiika qabuu fi bu’aa argamsiisu jalqabuuf abdataniif kan gargaaru
👇👇
guutummaa isaa liinkii banuun dubbisaa
👇👇
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs

8 months ago

Carraawwan daldalaa 10

🚨kanneen deeggarsa maallaqaa Xiqqaa qabaniif ykn kanneen qusannoo hin daangeffamne barbaadaniif Itoophiyaa keessatti daldala hiika qabuu fi bu’aa argamsiisu jalqabuuf abdataniif gargaaraa ta’uu danda’an Bizineesiin kun
Itti gargaaramaa

1.Tajaajila/Mana Barumsaa Kunuunsa Daa’immanii Tajaajilli Kunuunsa Daa’immanii, ykn akkuma tajaajila kunuunsa guyyaa jedhamuunis beekamutti, yeroo tokkotti daa’imman hedduu to’achuu fi kunuunsuudha. Umriin isaanii daa'ima torban 6 irraa kaasee hanga daa'ima gara waggaa 13tti argama. Qulqullinni giddugala kunuunsa daa’immanii Itoophiyaa keessatti argamu guddina waliigalaa daa’imaa irratti dhiibbaa guddaa ni qabaata; kanaaf, kaayyoon ergama mana barumsichaa ifa ta’e maxxanfamee agarsiifamuu qaba.
2.Cilee Hojjechuu Ijaarsi manneen, waajjiraalee, mall, gamoo mootummaa fi kkf Itoophiyaa keessatti dhohinsa dhugaa argee jira. Garuu eebba damee ijaarsaa keessatti argamu kun dhaabbilee gurguddoo qabeenya maallaqaa guddaa qaban caalaa bal’aadha. Daldaltoonni xixiqqaa hanga giddu galeessaas guddina ijaarsaa Itoophiyaa keessatti mul’achaa jiru irraa qooda fudhachuu fi bu’aa baay’ee gaarii argachuu danda’u.
3.Gurgurtaa fi Tajaajila Paanaalii Aduu Gatiin Paanaalii Aduu sadarkaa gadi aanaa irra kan jiru yoo ta’u, guddina ariifataa teeknooloojii kuusaa baatirii waliin walqabatee, moodeela daldalaa bu’aa guddaa argamsiisu Itoophiyaaf mijaa’ina qabdu. Namni dhuunfaa kamiyyuu amma haala kana fayyadamee akkaataa istaandaardii haaraa kanaan paanaalii aduu galchuu danda’a.
4.Tajaajila Qulqullinaa Tajaajila Qulqullinaa ykn Tajaajilli Kontiraaktii Qulqullinaa Itoophiyaa keessatti fedhiin isaa dabalaa dhufeera. Keessumaa Addis Ababa keessatti waajjiraalee hedduu ta'uu irraa kan ka'edha. Lakkoofsi N.G.O., dhaabbilee idil-addunyaa, fi daldala biyya keessaa dabaluu isaatiin barbaachisummaan dhaabbilee tajaajila qulqullinaa dabalaa dhufeera.
5.Buna bilcheessuun Waa'een buna yoo ilaalle Itoophiyaan baqalaa Arabaa jedhamuun beekamti. Baqalaa kun lafa olka’aa keessatti kan biqilu yoo ta’u, qilleensi qabbanaa’aa fi oomisha bunaatiif mijataa dha.
6.Uffata Hodhuu fi Uffata Hojjechuu Kunneen daldala Itiyoophiyaa keessatti dagaagaa jirudha. Kanaaf sababoonni hedduun, gita giddu galeessaa uffata mimmiidhagoo barbaadu guddachaa dhufuu fi daldaltoonni gurguddoon tokko tokko qofti uffata qophaa’e gurguraa jiraachuu isaanii dabalatee.
7.Oomisha Meeshaalee Gogaa Industiriin gogaa Itiyoophiyaa industirii biyyattii keessatti dullooman keessaa tokko yoo ta’u, milkaa’ina al-ergii bara dheeraa qaba.
8.Qopheessuu fi Paakeejii Nyaataa Itiyoophiyaan damee qonnaa bal’aa waan qabduuf, qopheessuu fi paakeejii nyaataa qaama diinagdee barbaachisaa taasiseera.
9.Tajaajila Supha Biskileetii Daldala xixiqqaa hedduu Itoophiyaa keessatti dagaagaa jiran keessaa isa tokkodha. Tajaajilli suphaa biskileetii biyyattii keessatti lakkoofsi namoota biskileetii oofan baay’ee ta’uu fi geejjibni ummataa amanamaa ta’e dhabuu irraa kan ka’e ta’uu hin oolu.

#File Mobile Kessan irratti #Duplicate ta'ee iddoo mobile Kessanii qabatee jiru balleesuf #appi Install godhaa liinkii asii gadii banuun #Remove duplicate file and Install app
👇👇👇👇👇
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL

Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
👇👇
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs

Google

🔎 site:Egeree.com https://egeree.com Egeree.com - Egeree New Application – Google Search

 

***✅*** Carraawwan daldalaa 10
8 months ago
***✅***Carraawwan daldalaa 10

Carraawwan daldalaa 10

kanneen deeggarsa maallaqaa Xiqqaa qabaniif ykn kanneen qusannoo hin daangeffamne argachuu qabaniifi Itoophiyaa keessatti daldala hiika qabuu fi bu’aa argamsiisu jalqabuuf abdataniif kan gargaaru
👇👇
guutummaa isaa liinkii banuun dubbisaa
👇👇
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs

8 months ago
Mobile Kiyya Storage isaa guute jechuun …

Mobile Kiyya Storage isaa guute jechuun hafeera app qofaa buufachuun gargaaramaa

**Application Addaa Kan Storage Bilbila Keenyaa Nuuf Guddisuu Danda'u Hojjatamee Hojii Irra Oolee Jira.
Namoota Miiliyoonotaan lakkaa’amantu addunyaa kana irraa itti fayyadamaa jiru.

1TB storage Bilasaan Install godhaa
👇👇**https://egeree.com/bilisaan-1tb-storage-cloud-application-install-godhaa/

8 months ago

Jaarmiyaan Obbo Kaasahuunfaa guyyaa dafqaan bultootaa addunyaa akka biyyaatti kabajamu irratti miseensota isaanii waliin ba'uun gaaffilee rakkoo hojjettootaan walqabatan gaafachuuf karoorfatanii sirnicha dhorkamee akka ture BBCtti himanii turan.
Yeroo sana gaaffii isaanii qabatanii qaama dhimmi ilaallatutti deemuun akka gaafatanis ibsanii turan.
Haaluma kanaan gaaffilee kunneen Ministira Muummee Abiyyiif wayita dhiheessan gaaffichi sirrii ta'uu fi irratti hojjetaa jiraachuu akka itti himan kaasan Obbo Kaasahuun.
''Achuma walga'ii sanarratti dhimmi kun akka irratti hojjetamu qondaaltota mootummaaf hoji-manee kennaa turan. Ka'umsi miindaas, dhimmi gibiraas ammoo qorannoo barbaachisa, waltajjiima tokkorratti kan deebii argatu miti. Garuu deebii abdii namaaf kennu nuuf deebisan.''
Obbo Kaasahuun akka jedhanitti ka'umsi miindaa sirrachuu qaba yeroo jedhamu, miindaan argamu haala qabatamaa biyyattii keessa jiruun jiraachisuu danda'aa? kan jedhuudha.
''Haalli gabaa jiru qoratamee isarratti hundaa'uun mindaan kana waliin deemuu danda'u ka'umsi isaa hanga kana jedhamee taa'a.''
Haalli gabaa ilaalamee mindaan sana madaalu yoo murtaa'e hojjechiisaan (kubbaaniyyaan) kamuu sanaa gaditti hin qacaru, ka'umsa mindaa murtaa'ee fi sanaa oliin qacara jedhan.
''Kana murteessuu jechuun hojjetaaf carraa guddaadha.''
Konfedereeshiniin waldaalee hojjettoota Itoophiyaa waldaalee 2300 kan of keessaa qabu yoo ta'u miseensota miiliyoona 1 ol qaba jedhan Obbo Kaasahuun.
Konfedereeshiniin kun kanaan dura Guyyaa Hojjetoota Addunyaa (May Day) Finfinnee Addabaabaayii Masqalaatti kabajuudhaaf sagantaan qabatee ture dhorkamuu isaatiin haqamuu beeksisee ture.
Konfedereeshinichi miindaan akka dabalamu, ka'umsi miindaa hojjetootaa isa gadi aanaa akka foyyaa'uufi murtaa'u guyyaa kanarratti gaafachuuf karoorfatee ture.
Gaaffilee kunneen amma ministira muummee Abiyyiif dhiyeessuu fi kallattii qabsiisuu ibseera jaarmiyaan kun.

8 months ago

Dhimmi ka’umsa miinda hojjettootaa (minimum wage) akka qoratamu Ministirri Muummee Abiy Ahimad aangawoota mootummaaf kallattii kaa’an.
Roobii darbe (Hagayya 30, 2023) Ministirri Muummee Abiy Ahimed bakka buutota hojjettoota Itophiyaa waliin yeroo wal arganii mari'achuu Pirezidantiin Konfedereeshinii Waldaalee Hojjettoota Itoophiyaa Obbo Kaasahuun Foolloo BBC’tti himaniiru.
Qaala'iinsa jireenyaa biyyattii keessatti hammaateen hojjetaan mindaa argatee jiraatu daran miidhamaa jiraachuu fi dhimmoota rakkoo kana furuu danda'anirratti xiyyeeffachuun Ministira muummee Abiy waliin akka dubbatan himan Obbo Kaasahuun.
''Gibirri miindaa hojjetaarraa muramu akka gadi xiqqaatu fi miindaan ka'umsaa (minimum wage) akka biyyaalessaatti akka jiraatu kan jedhurratti mari'anneerra,'' jedhan.
Mindaan ka'umsaa akka jiraatu kanaan dura labsiin ba'uu kan ibsan Obbo Kaasahuun, ''akka labsii kanaatti boordiin dhaabbateetu kana murteessa. Boordiin kun ammoo labsii manni maree ministeerotaa baasuun dhaabbata. Kunis hanga yoonaa hin dhaabbatin jira,'' jechuun hanqina jiru ibsan.
''Boordiin kun dhaabbatee gara hojiitti akka seenuu fi qorannoorratti hundaa'ee miindaan ka'umsaa akka murtaa'u, kallattiin akka kaa'amu dhiheessine.''
Gareen hojjetaa, hojjechiisaa fi mootummaa irraa ijaaramuun walitti dhufee dhimma hojjetaa fi hojjechiisaa irratti yeroo yeroon maria'atu- Advisory Board jedhamu waggaa lamaaf addaan citeeti kan ture jedhan Obbo Kaasahuun.
''Gareen rakkoo hojjetaa ilaalee mariin sirreessu kun akkanni itti fufu mari'anneerra.''
Gaaffilee fi yaadota isaan dhiheessan Ministirri muummee Abiy deebii abdachiisaa ta'e kennuufii dubbatan qondaalli konfedereeshinii waldaalee hojjettootaa kun.
Gibirri hojjetaarraa citu akka hir'atuu fi ka'umsi miindaa akka murtaa'u gaaffii dhiheessan irratti Ministirri Muummee kallattii kaa'uus himan Obbo Kaasahuun.
Rakkoo qaala'iinsa jireenyaa hojjettoota mindeeffamanii jiraatan mudatu gaafachaa turuu kan dubbatan Obbo Kaasahuun, ''haala kanaan carraa Ministira muummee fi ministiroota kaan waliin mari'achuu argachuun rakkoon kun furmaata akka argatu abdii namatti hora,'' jedhan.

8 months ago
Egeree Post
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated hace 1 mes, 1 semana

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated hace 1 semana, 6 días

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated hace 1 mes