Jechoota Gaggaarii️️

Description
Chaanala Telegram keenya kana irraa odeessaalee Baha Giddu-galeessaa hordofuu ni dandeessu.

Toora kana irraan taatewwan Siyaasaa, Diinagdee fi hawaasummaa dabalatee Seenaa biyyoota Baha Giddu-galeessaa (Middle east ) salphumatti afaan keessaniin hordofaa
We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 1 month ago

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 3 months, 1 week ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month, 3 weeks ago

2 months ago
**Ilmi biyyaaf dhalata, Saba ofii roorroo …

**Ilmi biyyaaf dhalata, Saba ofii roorroo keessatti dararamaa jiruu gammachuun ilma dhiiraa guutuu hin taatu! Booree, seexaa fi xiiqiin dhaloota ijibbaate kana irraa mul'atu abdii namatti hora.

Gurbaa kana irratti ololaa hanga aggaammiitti yaaliin taasifamu salphina guddaa dha.**

2 months, 2 weeks ago

**أصعب الألم; هو الألم الذي لا تستطيع التحدث عنه !!

Dhukkubbiin ulfaataa; dhukkubbii ati himachuu hin dandeenye dha!!**

5 months ago

Kuush dur Jallaabiyaa (Mudawwara) uffata jedhan, erga habashoonnii fi warri dhihaa isaan weeraranii booda kofoo fi jiinsii kana uffachuu jalqaban malee.

Fkn: uffata aadaa Wallaggaa kan dhiirotaa ilaalaa mee!! Oromoon duudhaa isaa duriitti deebi'uu qaba jedhamee qabsoon taasifamuu qabu tokko kana quba qabaa dha.

Oromoon aadaa fi duudhaa isaatti deebi'uu qaba

5 months ago

Turkiin sirna bulchiinsa Ataa-Turki jalatti yeroo kuftu biyya mataa ishee ijaarrachuu yeroo jalqabdu sabboonummaa isheen hordofuu jalqabde sabboonummaa wallaalummaa fi sabboonummaa xiiqii dha beeka! Araboonni faranjoota waliin wal ijaaranii Impaayira Islaamaa Othoman Empire yeroo diigan aarii kana irraa ka'uun jibbiinsa Arabaan dhuunfataman.

Eeyyeen yeroo sanatti Araboonni dogoggora seenaa raawwatan kanaaf warri Ataa-Turkiis dogoggora wallaalummaa hordofsiisan, Azaana Afaan Turkiin baasuu, qubee Arabaa lagachuu... itti fufan.

Sabboonummaa oromoo isa biyya isaa ijaarrachuuf qabsaa'u, isa daangaa isaa tikfachuuf hidhatu, isa weerara jalaa qe'ee isaa baraaruuf ifaaju madaala kamiin sabboonummaa Turkii kana faana walbira qabuun danda'ama?

Jechoota Gaggaarii

Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii

5 months ago

Sabboonummaa Turkii fi Sabboonummaa Oromoo walitti fiduuf ykn walcinaa qabuuf yaala Ustaaz Mu'aaz.

Yoo namaan mormuuf ta'e malee, yoo haasawa ofii miidhagfachuuf ta'e malee, yoo oromoo dhimma biyya isaa irraa dhiibuuf ta'e malee, yoo seenaa saba kanaa balleessuuf ta'e malee tasumaa sabboonummaan Turkii fi sabboonummaan Oromoo walitti hin dhufu.

5 months, 2 weeks ago

Birgeedii Mujaahidiinii:-

"Loltoonni keenya buufata humnoota diinaa Israa'iil "Netzarim axis" jedhamu irratti haleellaa rookkeettii 'Haseb-111' jedhamu raawwachuun diina barbadeessanii jiru."

Jechoota Gaggaarii

Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.

Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii

We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 1 month ago

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 3 months, 1 week ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month, 3 weeks ago