Infinite Entertainment, Zero Cost: Get Your Free Books, Music, and Videos Today!

ISPOORTII 4-3-3

Description
✅ CHAANALI KANA IRRAATTI :-

♻️ODDEEFANNOO SPOORTI SAFISAAN
♻️JIJIIRAA TAPHATTOOTA
♻️TAPHOOTAA KALLATTIIN
♻️SEENAA TAPHATOOTA

✴️Nii argattu✴️

𝐂𝐑𝐄𝐀𝐓𝐎𝐑 :- @Brk_ynwa
Chaanaalii video keenyaa argachuuf👇
@ispoortii_433_viidiyoo
Advertising
We recommend to visit

Меня зовут Азамат Бакиев и я основатель канала HELLO TASHKENT

Хуесосиииим всех родных, близких и знакомых Офамур

Last updated 1 year ago

A place where future billionaires are made!💰

📥 @Jonas_0000

❕❕ Buy Ads:
https://telega.io/c/BillionairesTM

Last updated 6 days, 4 hours ago

Myra

Last updated 1 month, 2 weeks ago

6 months, 2 weeks ago

Amala Dubartii Dhugaan Dhiira Jaalattuu
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆

◉ Dubartiin takka dhugaan si jaalannaan hariiroon ishiin si waliin qabdu ciminaan akka itti fufuu fi umurii dheeraa akka qabaatuf dhagaan ishiin hin garagalchine hin jiru. Garuu yeroo tokko tokko ulfina hariiroo jaalalaa hunda humnaa fi dandeettii ittiin ba’atan dhabuu irraa kan ka’e dadhabuu fi nuffuun irraa mul’ata. Yeroo kana sirritti dhimmamuufi yaaduufi kee itti mul’isuun barbaachisaa dha. Gochoota ishin taasiftu kamiifiyyuu deebin ati taasiftu ni jiraata.
.
➲  Yeroo ati wajjin karaa imaltu si ilaaluf jettee harka kee gad lakkiftee yookin bobaa kee jalaa harka baafattee sirraa achi fagaattee deemuu dandeessi. Yeroo kana si waliin deemuu tuffattee osoon hin taane hangam akka ati harkaan ishii jala fiigdu ilaaluuf ta'uu mala. Kanaaf atis callistee ishii ilaalurra hatattamaan harka isii harka kee keessatti deebifadhuuti ofitti hirkisii dhungadhu.
.
➲ Yeroo tokko tokko hangam akkhin a ati ishii waliin hidhata gaarii fi walitti dhiyeenya cimaa qabdu, akkasuma ishii waliin walitti dhiyaachuf carraaqqii/yaalii ati gootu baruuf, dhiibdee halaalatti ofirraa achi darbattee si fageessuu dandeessi. Bakka darbatamte hin hafiniitii dafii morma ishii jalatti deebi'ii ofitti qabi. Ishii malee kophaa kee humna akka hin qabne itti agarsiisi. Jaalallii dhugaan darbannaa xiqqaan kan gargar ba'an osoo hin taane haalli kamuu kan addaan nama hin fageessineedha.
.
➲ Yeroo barbaadde akka ati xiyyeeffannaa laattuuf jettee faallaa kee deemuu dandeessi. Yeroo kana osoo omaa hin dubbanne waan hundarraa bilisa ta'ii dhaggeeffadhu. Waan ishiin jechaa jirtuus faallaa fi mormii tokko malee hordofi. Gurra qofa osoon hin taane harkaafi ijaaniis osoo omaa hin hojjanne xiyyeeffannaa laadhuuf. Dubartiin xiyyeeffannaa gaarii akka kennaa qaaliitti ilaalti waan ta'eef... itti fufa

Galatoomaa yoo sotti tole
#share #like yaadaaf #comment godhaa galatoomaa.

11 months ago

✧Waa Sadii Ifa Waa Sadii immoo dukkana
➪ Guyyaan ifa halkaan dukkana.
➪ Barumsi ifa wallalli dukkana.
➪ Bilisummaan ifa gabrummaan dukkana.

✤ Waa Sadii Qabaadhu!
➪ Amantummaa
➪ Dhugaa
➪ Qulqullumaa

✤ Addunyaan Waa Sadii Qabdii!
➪ Dhalachuu
➪ Barachuu
➪ Du'uu

✤ Waa Sadii Dabaladhu!
➪ Beekumsa
➪ Eebba manguddoo
➪ Jaalala

✤ Yaa Lubbuu Waa Sadiif Ta'ii!
➪ Dandeenyaan biyyaaf ta'ii
➪ Dadhabnaan lammiif ta'ii
➪ Dadhabnaan ofiif ta'ii

✤ Waa Sadii Hin Dagatiin!
➪ Kaayyoo kee
➪ Afaan kee
➪ Aadaa kee

✤ Waa Sadii Jaaladhu!
➪ Eebba
➪ Jaalala
➪ Gootummaa

✤ Ilmi Waa Sadii dha!
➪ Kan ofiif jiraatu
➪ Kan biyyaaf jiraatu
➪ Kan biyyaan jiraatudha.

✤ Jaarsummaan Waa Sadii!
➪ Obsuu
➪ Gorsuu
➪ Dhoksuudha.

✤ Waa Sadii Kabaji!
➪ Amantii kee
➪ Manguddoo
➪ Beellama.

✤ Waa Sadii Cimsi!
➪ Hiriyyummaa
➪ Jaalala
➪ Waadaa seente.

✤ Waa Sadii Hawwuun gaariidha!
➪ Fayyaa
➪ Gammachuu
➪ Hiriyaa gaarii

✤ Waa Sadii Namaa Xiqqeessa!
➪ Sobuu
➪ Hatuu
➪ Machaa'uu.

✤ Waa Sadii Itti fayyadamii!
➪ Yeroo
➪ Beekumsa
➪ Qarshii

Waa Sadii feeti!
➪ Foon lafee hin qabne ( Arraba gaarii)
➪ Itilee rifeensa hin qabne ( Fuula gaarii)
➪ Lafee foon hin qabne ( Ilkaan gaarii).

✤ Waa Sadii Jala Deemi!
➪ Hayyuu
➪ Dhugaa
➪ Barsiisaa.
🙏🙏 Horaa bulaa!

11 months, 1 week ago
6 months, 3 weeks ago

BAGA GEESSAN!!!
Baga ayyaana irreechaa malkaa ateetee nagaan geessan.
Maatii keenya kan ta'e keessaa namni tokko har'i ayyaana irreechaa malkaa ateetee godina addaa buraayyuutti kabajamuudha. Maalif Baga geessan nuun hin jenne jechuun yaada nuuf laatee jira baayyee galatoomi.
Ammas yaadaafii wantoota gaaffii isinitti ta'an nu gaafachuun nu cinaa dhaabbadhaa!!
SʜᴀƦᴇ➠@ISPOORTII_433
SʜᴀƦᴇ➠@ISPOORTII_433

6 months, 3 weeks ago

Hanga ammaatti waan nu waliin turtaniif galatoomaa 🙏🙏🙏
SʜᴀƦᴇ➠@ISPOORTII_433
SʜᴀƦᴇ➠@ISPOORTII_433

6 months, 3 weeks ago

🌍 Dorgommii waancaa addunyaa dubartootaa 20 gadii marsaa lammaffaa

FULL TIME

Itoophiyaan Ikuwaatooriyaal Giinii 3-1
⚽️⚽️ NigistBekele
⚽️ Mesay temesgen
imush daniel

AGG [5-2]

6 months, 4 weeks ago
Odeeffannoo ispoortii waarawaa ni feetuu?

Odeeffannoo ispoortii waarawaa ni feetuu?
Chanaalii ispoortii Afaan oromoo kan hordoftoota Kuma sagaliifi dhiba shanii (9.6k) ol qabu kanatti dabalamaa!!

6 months, 4 weeks ago
" የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና ውጤት …

" የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና ውጤት አሁን ይፋ ሆኖአል " - ትምህርት ሚኒስቴር

የ2015 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ  ፈተና አሁን ይፋ መሆኑን ትምህርት ሚኒስቴር አሳውቋል።
👇👇👇👇👇👇

6 months, 4 weeks ago
ISPOORTII 4-3-3
6 months, 4 weeks ago

[꧁Channel guyyaa guyyaadhaan oolmaa keessan milkiin akka xumurrataniif malaa fi tooftaa isin barsiisaa oolu kana qabduu laata??

Yoo qabda taatee armti caarra qabeessaa yoo hin qabaanne immoo gadi tuquudhaan join godhadhuu

Click & Join Now!

⇣⇣  ⇣⇣  ⇣⇣  ⇣⇣
  ┏━━━━━━━━━━┓
Barnoota Amantii
  ┗━━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━━┓
Seenaa Mimmiidhagoo
  ┗━━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━━┓
  Milkaa'ina jireenyaa
  ┗━━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━━┓
Gorsa Jireenyaa
  ┗━━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━━┓
Oduu Ispoortii
  ┗━━━━━━━━━━┛

❏ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!

███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███](https://t.me/addlist/E5srtAkZCtRiMTY0)

📩  𝑩𝒆𝒆𝒌𝒔𝒊𝒔𝒂𝒂𝒇   @Rafiqul_Islaam
📩𝑭𝒓𝒆𝒆 𝒑𝒓𝒐𝒎𝒐𝒕𝒆 @Rafiqul_Islaam

We recommend to visit

Меня зовут Азамат Бакиев и я основатель канала HELLO TASHKENT

Хуесосиииим всех родных, близких и знакомых Офамур

Last updated 1 year ago

A place where future billionaires are made!💰

📥 @Jonas_0000

❕❕ Buy Ads:
https://telega.io/c/BillionairesTM

Last updated 6 days, 4 hours ago

Myra

Last updated 1 month, 2 weeks ago