Hawinet Asaffa

Description
Walaloo Hafuuraa WH✍️
?????????
✓Karaa Kee hundumaa Isa yaadii
Innis dandii Kee siif in qajelchaa
✓ani ogummaa qaba ofin hin jedhiin
Waqayyoon sodaadhu
Wanta hamaattis fagaadhuu !
Fkn : 2_6-8 ???
Advertising
We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated hace 5 días, 5 horas

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated hace 2 meses

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated hace 2 semanas, 4 días

5 months, 3 weeks ago

Qalbii irrina maale qaaman irraachun irruu nama gootu••••!

Qaaman midhaama ta'uun bakka yaaddanirraa Akka hin hambfinne nut argisiseraa....Ballaxxa _Buxuna jedhama

Yunviraasitti Hawaasarraa
Qabxii Eebba (CGPA) 3.2 Har'a Eebbiffaamedhaa!
Bayyeen sii dinqissiffaadhaa
Jabaa namaa!
Congratulations ?

5 months, 3 weeks ago

?•••Olmaa Kee gaafasii•••

Olmaa Kee gaafasii
Kessii koon dagattu
Sii dhisee sammukoo
Boqonnaan argaattu
•••••••••••••••••••••••
Hunda madaleeraa
Haala darbee laalee
Enyuu nan marara
Abba koo simaale
••••••••••••••••••••••••
Situ na dabarsee
Dachaa du'a kessaa
Adunis Nan gubne
Goofta ati gaddisaa
•••••••••••••••••••••••
Of teelaa hin ilaalu
Lammaata deebi'ee
Lafee koo ijaaree
Dhigni kee lolaa'ee
•••••••••••••••••••••••
Na marsiftaa
Ormatti Nan amanatu
Dadhabina kottin
Si'ii kan na battuu
••••••••••••••••••••••
Hururuffamen rafaa
An qomaa kerratti
Tola Kee naf taate
Soora lubbuu kotti
•••••••••••••••••••••••••••
Barruu kerraa nyaadhen
Harkaa kerraa raafa
Sassabama hundumatu
Situ namaatti haafa
••••••••••••~•••••••••••
Qabsoo hin hirmaatin
Duula ijjiffaadhee
Bilisa baasa koo
An sittaan baqaadhe
••••••••~••••••••••••••
Madaa ganda firaa
Hin fayyuma salphaatti
Sammuf godaannisa
Madaa dhalootattii
•••••••••••~••••••••••••
Dira kee yon arguu
Madaa'ee hundisaa
Sii ilaaleen obsaa
Hundaa sinan dhisaa
•••••••••••••••••~•••••••
???????Ulfaadhuu yesus••• koo
✝️❤️

5 months, 3 weeks ago

Fira koo àngaafa
Ano sinan argee
Dirre duwwaarratti
Ulfina ken dhufte

Anaf sussuphitee
Madaa koo kalessaa
Dhugaa an argeera
Ati garaa lafeessaa

Kanaaf sii jajaatu
Seeloni qaama koo
Simmi na fudhadhu
Hoquba garaa koo

Ba'aa keenya baatte
Furmaata nuf laatte
Xofo dhangaga'aa
Unurraa mancastee

Waadaa keenya haalte
Takka jijjiraamne
Akka nama sobde
Nut fakkeessiinee

Takka nun jallaanne
Jalalaa sobaatin
Nut argisiftee
Garummaa dhugaattin

✝️Jalaalii Isa addaa❤️

5 months, 4 weeks ago

#_ akkanaaf mitti akkaasaf maale❤️

Mo'ichaaf na baase
Bo'ichaafi mitti
Karaa korraa kaase
Fakkata Arbaaf mitti

Ani boonye hin bo'u
Kanas mitti carraan koo
Karaattin lafa ka'u
Gooftadha Abdikoo

Yoom kanaaf na waame
Haalan Keessaa jiruf
Biyaaa lafaarraatti
Rakkina na dararuuf

As gahee dhabbaattu
Dherinni kakuu koo
Haala ilaallee Cituu
Lallaaffee hidhaan koo

Yesusii dursan koo
Asifis na waamne
Kanaafis Nan baafne

Humna isatti humni koo
Kanaaf mogolle Dhabu
Kanasadha maalee mitti
Ogummaa inni ol na qabu

Garaa koo dagate
Laafuu
Abbaan koos na dhisee
Raafuu
✝️I am a Good Shepherd
Yoh 10: 11
✝️I am the way the Truth and the life
Yoh 14:6
✝️?✝️?✝️?✝️✝️

6 months ago

takka adii taatti
Takkammo guraacha
Mee Adunyaan Kun
Unuf maal gumaacha??

Hiim!?

6 months ago

"YAADA GARAA ISA KRISTOS YESUS QABA TURE QABAADHAA!"
— Filp. 2:5

YESUS KRISTOS:
1. Gadi of deebise (Filp. 2:8)
2. Dhiifama godhe (Qol. 3:13)
3. Jaalala argisiise (Yoh. 3:16
4. Miila Bartootaa dhiqe (Yoh. 13:5)
5. Utuma isatti tufanii, utuma isa miidhanii, utuma fannisaniiyyuu, "Yaa abbaa, waan godhan hin beekani'o isaaniif dhiisi!" jedhe; (Luq. 23:34)
┈┈┈┈┈
⁶ Inni bifa waaqayyummaatiin utuma jiruu, ulfina waaqayyummaa isa abbaa isaa wajjin wal isa qixxeessu wanta qabatanii itti hafanitti hin lakkoofne.
⁷ Inni ulfina sana gad dhiisee, akka waan, waan tokkotti hin galle of godhe; bifa garbummaa in fudhate; fakkaattii namummaatiin in dhalate, waan hundumaanis nama ta'ee argame.
⁸ Inni gad of deebisee, hamma du'aatti,hamma fannifamee du'utti iyyuu abboomamaa ta'e.
⁹ Kanaafis Waaqayyo waan hundumaa irra caalchisee guddaa ol isa qabe; maqaa isa maqaa kam irraiyyuu caalu kenneeraaf.
¹⁰ Kanaanis warri bantii waaqaa keessa jiran, warri lafa irraa, warri lafa jala jiranis hundinuu ulfina maqaa Yesusiif jilbeenfatanii akka sagadan godhe.
¹¹ Arrabni hundinuus,ulfina Waaqayyoo abbaatiif, Yesus Kristos gooftaa akka ta'e beeksisuuf jiru.
(Filp. 2:6-11)

"Namni kan Kristos yoo ta'e, uumama haaraa dha;...”
— 2Qor. 5:17

Ameeen?

6 months ago

https://t.me/Emotional4U

Telegram

EMOTIONAL 🖋

𝗚𝗥𝗢𝗨𝗣 𝗞𝗨𝗡: ***🖋*** 𝘆𝗮𝗮𝗱𝗮 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮𝗳 𝗯𝗼𝗾𝗼𝗻𝗻𝗮𝗮 ***🖋*** 𝗝𝗲𝗰𝗵𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮....***📥*** ***🖋*** 𝘄𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗼𝗼 𝗳𝗶 𝗸.𝗸 𝗳𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮𝘁𝗮𝗻 𝗻𝗶𝗶 𝗾𝗮𝗯𝗮! ***👉***𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗙 @Tile35 ***🤴***𝗚𝗮𝗹𝗮𝘁𝗼𝗼𝗺𝗮***🤴***

Hawinet Asaffa
6 months ago

Kana beektu Lataa

Efe. 5
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Akka ijoollee jaallatamootti fakkeenya Waaqayyoo fudhadhaa!
² Kristos akkuma nu jaallate, isinis immoo jaalalatti jiraadhaa! Inni aarsaa fooliin isaa tolu, qalma Waaqayyoof dhi'aatus godhee nuuf jedhee of kenneera.

Join gochuun matii keenya tayaa

6 months ago

Daaffii kottu yaa goofta
Lubbuun koo sii eggati
Sii arguudhaf waragamtti
Daaffii naf kottu ati

Biyya lafaho sila
Gaarii namaaf hin yaddu
Suman nuf wayya goofta
Filanno Keenyaa hedduu

Wanta barbachisuu hunda
Harka isarra argaanne
Yoo toles yoo hammattes
Nut Suma Abdaannee

Garummaaf gaarin gutte
Barruu keerra jiraata
Abboommi Kee kan egge
Obsan Isa eggaata

Amantti kee naf kenni
Kan ittin sii eggaadhuu
Mana bara baraaadhaf
Isa ani abdaadhuu

Maraanaata ?✝️?

6 months ago

??????? ????? ?????
?❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️?
"Saammachuudhaaf karaa gabaaba deemuun dirqama dhalootatti taheera.Gaa'ellis akkuma fiigichaati!tahus jarjartiin dargaggumaatti gaa' ela dhaabbachuun fayidaa qofa miti miidhamas qaba. Namni tokko gaa'ela dhaabbachuu isaa dura qaamattis ta'e sammuutti kan bilchaate ta'uu dirqama.umurii dheeraan fi guddinni qaamaa,bilchina sammuu hinmirkaneessu.

#????? ??????=
1.#waanuma gututnikee quuqee baheef gaahilaaf gahuu miti! 2.#Waanuma Fuullikee xiqqoo callaqisee wazii baaseef gaaahilaaf gahu mitim!
3.#waanuma dhiirri lama sadii walfaana si foggoratuuf gaahelaaf gahu mitim! waanuma
4.#Areedni isaa fi Bareedinni isaa si mo'ateef itti heerumuun qaba hinjedhamuum!
5.#waanuma namsuunkee halkan sa'atii walakkaa bilbillee,Arraba Isa Dhagaa bishaan godhuu sanaan Laphee si raasee,siree irraa lafatti sireebuuf gaahelaaf gahu mitiaim! Mee turimee sittin himaa,Waanuma inni 6.#Tirukoo,sombako,lafeekoo,kaleekoo,Qubako jedhee hafuura dheeraa sibaafachisuuf gaahelaaf gahu mitim!

???? ??? =
1.#waanuma Arraba ittiin nama janajanuu dandeessuu qabataniif gaahelaaf gahu mitiim!
2. #waanuma Dhaabbiin ishee,Rifeensi ishee,qeensi ishee,ilkaa ishee,#Shape ishee,haasashee....Nama boojiheef gaahelaaf gahu mitiim!
3.#Waanuma halkan Chat dhaan Wal maraachaa bulaniif Mana dhaabanii jiraatuu mitiim!

????????? ??? ??????? ???? ???????? ???????.

Namni tokko qama isaatiin gaa' elaaf kan ga'e ta'ee, sammuu isaatiin immoo kan hin ga'in ta'uu in danda'a. sammuu isaatiin gaa'elaaf kan ga'e miti yoo ta'e namni sun gaa' ela dhaabbachuu isaa yoo obse,ofii isaafis ishee fuudhuufis fayidaa qaba.
Umrii dargagummaa seenanii Jaalalli irribaa nama dhowwe,tiraasiin(boraatii)
akka jaalalle ofii godhanii hammatanii dhungachuun fi bilbilaan sa'atii 24 odeessuun,gaahelaaf gahuu miti.Haa ta'u malee Namoonni gaa'elaaf gahuu isaanii maaliin madaalama?Ulaagaalee hedduu jiran keessaa muraasa isaanii kanatti fufnee caqasuu yaalla.

1#ffaa. Ofii isaanii kennuu nidanda'u?እራሳቸውን መስጠት ይችላሉ?
Gaa'elli gaariin namni sun wanta qabu kennuu qofa utuu hin ta'in, ofii isaa kennuu isa gaafata. of kennuu jechuun murtii jireenya murteeffachuudha.

2#ffaa. Abbaa fi haadhattii adda ba'aniiruu?
"...dhiirri abbaa isaa fi haadha isaa in dhiisa haadha manaa isaattis in maxxana" (Mar 10: 7).Dargaggoonni hedduun fuudhanii / heerumanii mana dhaabbatanii
haa jiraatan iyyuu malee, warra isaaniittii gargar hin baane; Ammayyu harma haadha isaanii xuuxaa jiru!.Yoo wal lolan battalumatti maatii isaanitti bilbila bilbilanii #boo'ichaan kan itti himatan dha.Murtoo murteessan hundumaa abbabbaa fi immammaan dhaga'uu qabu'" jedhu. Fedha abbaafi haadha guutuu irra fedha hiriyaa gaa'elaa isaanii gatuutu isaaniif wayya.

3#ffaa Dhiibbaa jireenyi itti fidu obsuu ni danda'uu?በሕይወት ውስጥ የሚያጋጥሟቸውን ችግሮች መቋቋም ይችላሉ?
Dargaggoonni baay'een waa'ee gaa'elaa yommuuu yaadan kan itti argamu waa' ee uffata gaafa cidha isaanii uffatanii fi afeerraa qophaa' uu, akkasumas fedha foon isaanii guuttachuu qofaa dha. Kana caalaa fageessanii ilaaluudhaaf sammuun isaanii hin qophoofne, yaaduu biras hin geenye. Kana waan taheef itti gaafatama gaa'ela keessa jiru fudhachuu hin danda'an. Akka ijoolleetti nama isaan guddisu barbaadu malee jireenya keessatti itti gaafatamaa fi gaheen hojii qaban maal akka ta'e kan hin beekne, yoo beekanis hin fudhatan. Wanta ta'ee fi wanta hin ta'iniin salphaatti kan dallanan, kan boo'anii fi jireenya isaaniitti kan gaddanii dha. Warri akkasii jireenyi gaa'elaa maalfaa akka of keessaa qabu amma iyyuu hin beekin jiru waan ta'eef xinnoo ishee hamma bilchaatanitti yoo eegan in wayya".
??????? ???? ???? ????? ???????? ?????? ????????.

We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated hace 5 días, 5 horas

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated hace 2 meses

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated hace 2 semanas, 4 días