Unlock a World of Free Content: Books, Music, Videos & More Await!

Coba Qalamaa

Description
Waraana sammuu keessaa kan hin daawwatamne, qalamaan barreessineetu asiin hordoftoota keenya biraan geenya!
Advertising
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 2ย weeks, 4ย days ago

๐Ÿ“ˆ If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. ๐Ÿค”
~Norman Ralph Augustine

Last updated 5ย days, 22ย hours ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Last updated 2ย months ago

1ย week ago
1ย month, 1ย week ago

Mee Jechoota namoota beekamoo kana irraa qicadhaa!
๐Ÿ’Š๐Ÿ’Š๐Ÿ’Š๐Ÿ’Š๐Ÿ’Š๐Ÿ’Š๐Ÿ’Š๐Ÿ’Š๐Ÿ’Š๐Ÿ’Š
1.๐—œ๐—ฑ๐—ฑ๐—ผ๐—ผ ๐——๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—›๐—ถ๐—ป ๐—๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฒ๐˜๐˜๐—ถ ๐—๐—ถ๐—ท๐—ท๐—ถ๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—บ๐—ป๐—ถ ๐—›๐—ถ๐—ป ๐—๐—ถ๐—ฟ๐˜‚.( ๐—™๐—ฟ๐—ฒ๐—ฑ๐—ฟ๐—ถ๐—ธ ๐——๐—ฎ๐—ด๐—น๐—ฎ๐˜€)
2.๐—”๐—ฑ๐—ฑ๐˜‚๐—ป๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—ž๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—œ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ข๐—ณ๐—ถ๐—ถ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ ๐—ก๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—ž๐—ฎ๐—บ๐—ถ๐—ถ๐—ป๐˜‚๐˜‚ ๐—ข๐—ณ ๐—›๐—ถ๐—ป ๐——๐—ผ๐—ฟ๐—ด๐—ผ๐—บ๐˜€๐—ถ๐—ถ๐˜€๐—ถ๐—ป ..๐—ฌ๐—ผ๐—ผ ๐—”๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐˜€ ๐—ก๐—ถ ๐—š๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—ง๐—ฎ'๐—ฒ ๐—ข๐—ณ๐—ถ๐—ถ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ ๐—”๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฏ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ถ ๐—๐—ถ๐—ฟ๐˜๐—ฎ.(๐—•๐—ถ๐—น๐—น ๐—š๐—ฎ๐˜๐—ฒ๐˜€)
3.๐—˜๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ๐˜๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐— ๐—ถ๐—น๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ, ๐—ฆ๐—ฎ๐—บ๐—บ๐˜‚๐˜‚ ๐—ง๐—ผ๐—ธ๐—ธ๐—ผ๐—ผ๐—ป ๐——๐—ถ๐—ฟ๐—พ๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—ž๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ผ๐—ผ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ๐˜๐—ถ๐—ถ๐—ณ ๐—ข๐—ณ ๐—ž๐—ฒ๐—ป๐—ป๐˜‚๐˜‚ ๐—ค๐—ฎ๐—ฏ๐—ฑ๐—ฎ.( ๐—”๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น ๐—ž๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—บ)
4.๐—”๐—ฑ๐—ฑ๐˜‚๐—ป๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—œ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—๐—ถ๐—ท๐—ท๐—ถ๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—”๐—ด๐—ฎ๐—ฟ๐˜‚๐˜‚ ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฑ๐˜‚ ๐—๐—ฎ๐—น๐—พ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ ๐—ข๐—ณ๐—ถ๐—ถ ๐—ง๐—ฎ'๐—ถ๐—ถ ๐—”๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐—บ๐—ถ.(๐— ๐—ฎ๐—ต๐—ฎ๐˜๐—บ๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ป๐—ฑ๐—ต๐—ถ)
5.๐—”๐—ธ๐—ธ๐˜‚๐—บ๐—ฎ ๐—”๐—ป๐—ถ ๐—ก๐—ฎ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ ๐—š๐—ฎ๐—ฏ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ๐—บ๐—ฒ๐—ฒ ๐—๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚ ๐—›๐—ถ๐—ป ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ฒ,๐—š๐—ถ๐˜๐—ฎ ๐—•๐—ถ๐˜๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ฏ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ๐—บ๐—ณ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ๐˜€ ๐—ง๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚ ๐—›๐—ถ๐—ป ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐˜‚.(๐—”๐—ฏ๐—ฟ๐—ฎ๐—ต๐—ฎ๐—บ ๐—Ÿ๐—ถ๐—ป๐—ฐ๐—ผ๐—น๐—ป)
6.๐—”๐—ป๐—ถ ๐—•๐˜‚'๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐˜‚'๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐—ฎ๐—ต๐—ถ๐—ถ ๐—๐—ถ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—ž๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ถ๐—ถ ๐—ข๐˜€๐—ผ๐—ผ ๐—›๐—ถ๐—ป ๐—ง๐—ฎ'๐—ถ๐—ป ๐—•๐˜‚'๐—ฎ๐—ฎ ๐—˜๐—ท๐—ท๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ผ๐—ผ๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ป ๐—ž๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ถ๐—ถ . (๐—ฆ๐˜๐—ฒ๐—ฝ๐—ต๐—ฒ๐—ป ๐—–๐—ผ๐˜ƒ๐—ฒ๐˜†)
7.๐—ฌ๐—ฒ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ ๐—ง๐—ผ๐—ธ๐—ธ๐—ผ ๐—Ÿ๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ง๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ ๐—š๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—ฌ๐—ผ๐—ผ ๐—™๐˜‚๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐˜๐˜๐—ฒ, ๐—Ÿ๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ง๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—จ๐—บ๐—ฟ๐—ถ๐—ถ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ ๐—š๐˜‚๐˜‚๐˜๐˜‚๐˜‚ ๐—œ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ ๐——๐—ฒ๐—ฑ๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ๐—ฏ๐—ถ'๐—ฒ๐—ฒ ๐—ฆ๐—ถ ๐— ๐˜‚๐˜‚๐—ฑ๐—ฎ๐˜๐—ฎ.(๐—๐—ผ๐—ต๐—ป ๐—™. ๐—ž๐—ฒ๐—ป๐—ป๐—ฒ๐—ฑ๐˜†)
8. ๐—ช๐—ฎ๐—ป๐˜๐—ฎ ๐—›๐—ถ๐—ป ๐—๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ฒ ๐—ฌ๐—ธ๐—ป ๐—ช๐—ฎ๐—ป๐˜๐—ฎ ๐—ฆ๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ ๐—›๐—ถ๐—ป ๐—ง๐—ผ๐—น๐—น๐—ฒ ๐—ฌ๐—ผ๐—ผ ๐—๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ฒ ๐—๐—ถ๐—ท๐—ท๐—ถ๐—ถ๐—ฟ๐—ถ ๐—ฌ๐—ผ๐—ผ ๐—›๐—ถ๐—ป ๐——๐—ฎ๐—ป๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐˜‚ ๐—ง๐—ฎ'๐—ฒ ๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐˜‚๐˜‚ ๐—œ๐—น๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฐ๐—ต๐—ฎ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ ๐—๐—ถ๐—ท๐—ท๐—ถ๐—ถ๐—ฟ๐—ถ.(๐— ๐—ฎ๐˜†๐—ฎ ๐—”๐—ป๐—ด๐—ฒ๐—น๐—ผ๐˜‚)
9.๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—ฆ๐—ถ ๐—–๐—ฎ๐—ฏ๐˜€๐˜‚ ๐—•๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ ๐— ๐—ถ๐˜๐—ถ. ๐—”๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—œ๐˜๐˜๐—ถ ๐—•๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ฒ๐—ฒ ๐——๐—ต๐—ฎ.(๐—Ÿ๐—ผ๐˜‚ ๐—›๐—ผ๐—น๐˜๐˜‡)
10.๐—ข๐—ผ๐—บ๐—ถ๐˜€๐—ต๐—ฎ ๐—š๐˜‚๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐˜‚๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—›๐—ฎ๐—ฎ๐—บ๐˜๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—ข๐˜€๐—ผ๐—ผ ๐—›๐—ถ๐—ป ๐—ง๐—ฎ'๐—ถ๐—ป ๐—ฆ๐—ฎ๐—ป๐˜†๐—ถ๐—ถ ๐—™๐—ฎ๐—ฐ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ฒ๐—ฒ๐—ป ๐—ข๐—ณ ๐—ง๐—ถ๐—น๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—บ๐—ถ.(๐—ฅ๐—ผ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฟ๐˜ ๐—Ÿ๐—ฒ๐˜„๐—ถ๐˜€ ๐—ฆ๐˜๐—ฒ๐˜ƒ๐—ฒ๐—ป๐˜€๐—ผ๐—ป)
โœ๏ธ #Kandubbisnerraa (?)
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€Galatoomaa๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€

๐Ÿ“š Share & Join Usโ€ข                 
๐Ÿ’งChannel โ€ข|| @Coba_Qalamaa

1ย month, 3ย weeks ago

Haala Qarmaata Kutaa 6ffaa fi 8ffaa #Bara2016

๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€Galatoomaa๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€

๐Ÿ“š Share & Join Usโ€ข                 
๐Ÿ’งChannel โ€ข|| @Coba_Qalamaa

1ย month, 3ย weeks ago

#Coba_Qalamaa
Hojii ogummaan faayame, Dhangaa Qoor Qalbii dhalootaa gabbisu, #Channel kana seenuun Subscribe gochuun waliifis share gochuun waan daansa.๐Ÿ™Œ

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://youtu.be/MmSTIZbDDiw?si=XelsHGAAEIpOI783

YouTube

ILAAMEE..

#Coba\_Qalamaa Hojii ogummaan faayame, Dhangaa Qoor Qalbii dhalootaa gabbisu, #Channel kana seenuun Subscribe gochuun waliifis share gochuun waan daansa.

2ย months ago

#Karaalee 6 dhuunfaa Kee Fooyyessuu dandeessan.
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข
1. dhaggeeffataa Gaarii Ta'uu.
Dandeettii dhaggeeffataa Addaa Taโ€™uu Horachuu.Yeroo Namoonni Sifaana dubbatani ija isaanii Keessa ilaalaa, jecha isaanii Hundaaf Xiyyeeffannoo Kennitee fi Barbaachisummaa isaanii Akka itti dhagaโ€™amu Taasisuu qabda.

  1. Baay'ee dubbisi
    Fedhii Kee Bal'isi Hanga Dubbistee Fedhii Haaraa Horatta ,Namoota Biroof Hawwataa Taata.

  2. Namoota Haaraa Waliin Wal Baruu Namoota Dhuunfaa Haaraa,Keessumaa Kanneen Sirraa Adda Ta'an Waliin Wal Baruuf Carraaqqii Godhi.

  3. Amanamummaa qabaachuu fi Namoota Kabajaan ilaaluu
    Dubbii Keetiif Amanamaa fi Dhugaa Ta'uun Dinqisiifannaa,Kabajaa fi Galata Namoota Biroo Siif Fida.

  4. Namoota Biroo Deggeri
    Yeroo Barbaadanitti Namoota Biroof Deeggarsa Ta'aa.

  5. Ofta'i
    Akka Warra Kaanii Taโ€™uuf Yaaluun Buโ€™aa Hin qabu Hundii Amala Addaa Mataa isaa qaba.
    โœ๏ธ Pro.Miratuu Shaanqootiin

๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€Galatoomaa๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€

๐Ÿ“š Share & Join Usโ€ข                 
๐Ÿ’งChannel โ€ข|| @Coba_Qalamaa

2ย months ago

Oduu ariifachiisaa

Carraan kun xumuramuuf guyyaa 25 tu  hafe

Hojii kana waan salphaatti hin ilaalinaa yoo coin miliyoona 10 geessan qarshii itoophiyaa kuma 12 olitti gurgurattu

Coin miliyoona kudhan gahuuf guyyaa 10 caala isinitti hin fudhatu

Akkaataa Tapswap irratti coin hojjetan viidiyoo kana ilaalaa

Hojiin kun carraa guddaadha waan ta'eef ariifadhaa hojjechuu jalqabaa

Hojicha jalqabuuf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://www.youtube.com/@Coba_Qalamaa

*๐Ÿ’ฐ Invite friends and earn money!*

For 1 level of friends:
โ€ข 0.0011$
For level 2 friends:
โ€ข 0.0006$
For level 3 friends:
โ€ข 0.0001$

*โ—๏ธ IMPORTANT only
are countedthose who actively use the bot
*

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07917771300

Akkamitti kara qarshiitti jijjiirra gaaffii jedhuuf akkataa isaa viidiyoo hojjechaa jirra waan ta'eef isin barsiifna๐Ÿ™

2ย months ago

Dubbisuu irratti namoonni bebbeekamoon addunyaa maal jedhan
โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ
โœ…1 "Dubbisuun qabeenya guddaa fida."  Waan addunyaa keenya keessatti taโ€™ee fi namoota birootiin raawwatame hunda kan baruu dandeenyu gaafa dubbisuu jalqabnu qofa.  (Abrahaam Liinkan)

โœ… 2 โ€œJireenya koo keessatti wantootni ani beekuu barbaadu hundi kitaabota keessa jiru.  Hiriyaan koo inni guddaan kitaaba ani hin dubbisne naaf kennee 'Deemi dubbisi' naan jedhudha."  (Abrahaam Liinkan)

โœ… 3. .  "Yeroon dubbisu hunda dandeettiin guddaan na keessa turee fi jiru ni dammaqa."
(Maalkoom X)

โœ…4  "Kitaaba dubbisuudhaan yaadota jireenya dhuunfaa koo qofa osoo hin taane, jireenya namoota naannoo koo jiran jijjiiran hojiirra oolchuu danda'eera."  (hooksiiwwan bilbilaa) .

๐ŸŒŸ 5 "Kitaaba nama tokkotti yeroo gurgurtu waraqaa, halluu fi jildii baay'ee hin gurgurtu."  Wanti ati itti gurgurte jireenya haaraa dhaโ€ (Christopher Morley)

6 "Kitaaba akka gaariitti dubbisuun nama ogeessa durii wajjin haasa'uudha (Rene Descartes)."

โœ… 7. "Wanta hunda caalaa gammachuu guddaa fi olaanaa yeroon dubbisu argadha (dizaayinara faashinii Bilblas)."

โœ… 8.  "Yoo dubbisuu dandeesse, erga dubbisuu jalqabdee booda bilisummaa arganna (Frederick Douglass)."

โญ๏ธ9  "Dubbisuun meeshaa tokkicha wallaalummaa fi ariifannaa ittisuuf barbaachisaa ta'edha (Leonard Baines Johnson)."

โœ… 10.  "Daa'ima tokkoof dubbisuu caalaa kennaa guddaa kennuu dandeenyu hin jiru."

โœ… 11 "Yeroo kitaaba dubbisnu balballi lafa irraa al tokkotti nuuf banama."

๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€Galatoomaa๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€

๐Ÿ“š Share & Join Usโ€ข                 
๐Ÿ’งChannel โ€ข|| @Coba_Qalamaa

2ย months, 1ย week ago

#WHEN_TO_BE_SILENT
๐Ÿคซโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข๐Ÿคซ

  1. Be silent - in the heat of
    anger.
  2. Be silent - when you don't
    have all the facts.
  3. Be silent - when you
    haven't verified the story.
  4. Be silent - if your words
    will offend a weaker Person.
  5. Be silent - when it is time
    to listen.
  6. Be silent - when you are
    tempted to make light of
    holy things.
  7. Be silent - when you are
    tempted to joke about sin.
  8. Be silent - if you would be
    ashamed of your word later.
  9. Be silent - if your words
    would convey the wrong
    impression.
  10. Be silent - if the issue is
    none of your business.
  11. Be silent - when you are
    tempted to tell an outright lie.
  12. Be silent - if your words
    will damage someone else's reputation.
  13. Be silent - if your words
    will damage a friendship.
  14. Be silent - when you are
    feeling critical.
  15. Be silent - if you can't
    say it without screaming.
  16. Be silent - if your words
    will be a poor reflection
    of your friends and family.
  17. Be silent - if you may
    have to eat your words
    later.
  18. Be silent - if you have
    already said it more
    than one time.
  19. Be silent - when you are
    tempted to flatter a
    wicked person.
  20. Be silent - when you are
    supposed to be working
    instead.

"WHOEVER GUARDS HIS MOUTH AND TONGUE KEEPS HIS SOUL FROM TROUBLES"

๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€Galatoomaa๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€

๐Ÿ“š Share & Join Usโ€ข                 
๐Ÿ’งChannel โ€ข|| @Coba_Qalamaa

2ย months, 2ย weeks ago

๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€Galatoomaa๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€

๐Ÿ“š Share & Join Usโ€ข                 
๐Ÿ’งChannel โ€ข|| @Coba_Qalamaa

2ย months, 2ย weeks ago

Oduu ariifachiisaa
๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹
Carraan kun xumuramuuf guyyaa 25 tu  hafe

Hojii kana waan salphaatti hin ilaalinaa yoo coin miliyoona 10 geessan qarshii itoophiyaa kuma 12 olitti gurgurattu

Coin miliyoona kudhan gahuuf guyyaa 10 caala isinitti hin fudhatu

Akkaataa Tapswap irratti coin hojjetan viidiyoo kana ilaalaa

Hojiin kun carraa guddaadha waan ta'eef ariifadhaa hojjechuu jalqabaa

Hojicha jalqabuuf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/tapswap_bot?start=r_1940868006

Akkamitti kara qarshiitti jijjiirra gaaffii jedhuuf akkataa isaa viidiyoo hojjechaa jirra waan ta'eef isin barsiifna ๐Ÿ™

We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 2ย weeks, 4ย days ago

๐Ÿ“ˆ If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. ๐Ÿค”
~Norman Ralph Augustine

Last updated 5ย days, 22ย hours ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Last updated 2ย months ago