Coba Qalamaa

Description
Waraana sammuu keessaa kan hin daawwatamne, qalamaan barreessineetu asiin hordoftoota keenya biraan geenya!
Advertising
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

2 weeks, 4 days ago

#Coba_Qalamaa
Hojii ogummaan faayame, Dhangaa Qoor Qalbii dhalootaa gabbisu, #Channel kana seenuun Subscribe gochuun waliifis share gochuun waan daansa.🙌

👇👇👇👇👇👇

https://youtu.be/MmSTIZbDDiw?si=XelsHGAAEIpOI783

YouTube

ILAAMEE..

#Coba\_Qalamaa Hojii ogummaan faayame, Dhangaa Qoor Qalbii dhalootaa gabbisu, #Channel kana seenuun Subscribe gochuun waliifis share gochuun waan daansa.

3 weeks, 2 days ago

#Karaalee 6 dhuunfaa Kee Fooyyessuu dandeessan.
•••••••••••••••••••••••••
1. dhaggeeffataa Gaarii Ta'uu.
Dandeettii dhaggeeffataa Addaa Ta’uu Horachuu.Yeroo Namoonni Sifaana dubbatani ija isaanii Keessa ilaalaa, jecha isaanii Hundaaf Xiyyeeffannoo Kennitee fi Barbaachisummaa isaanii Akka itti dhaga’amu Taasisuu qabda.

  1. Baay'ee dubbisi
    Fedhii Kee Bal'isi Hanga Dubbistee Fedhii Haaraa Horatta ,Namoota Biroof Hawwataa Taata.

  2. Namoota Haaraa Waliin Wal Baruu Namoota Dhuunfaa Haaraa,Keessumaa Kanneen Sirraa Adda Ta'an Waliin Wal Baruuf Carraaqqii Godhi.

  3. Amanamummaa qabaachuu fi Namoota Kabajaan ilaaluu
    Dubbii Keetiif Amanamaa fi Dhugaa Ta'uun Dinqisiifannaa,Kabajaa fi Galata Namoota Biroo Siif Fida.

  4. Namoota Biroo Deggeri
    Yeroo Barbaadanitti Namoota Biroof Deeggarsa Ta'aa.

  5. Ofta'i
    Akka Warra Kaanii Ta’uuf Yaaluun Bu’aa Hin qabu Hundii Amala Addaa Mataa isaa qaba.
    ✍️ Pro.Miratuu Shaanqootiin

🍀🍀🍀🍀Galatoomaa🍀🍀🍀

📚 Share & Join Us•                 
💧Channel •|| @Coba_Qalamaa

3 weeks, 3 days ago

Oduu ariifachiisaa

Carraan kun xumuramuuf guyyaa 25 tu  hafe

Hojii kana waan salphaatti hin ilaalinaa yoo coin miliyoona 10 geessan qarshii itoophiyaa kuma 12 olitti gurgurattu

Coin miliyoona kudhan gahuuf guyyaa 10 caala isinitti hin fudhatu

Akkaataa Tapswap irratti coin hojjetan viidiyoo kana ilaalaa

Hojiin kun carraa guddaadha waan ta'eef ariifadhaa hojjechuu jalqabaa

Hojicha jalqabuuf
👇👇👇👇👇👇👇👇

https://www.youtube.com/@Coba_Qalamaa

*💰 Invite friends and earn money!*

For 1 level of friends:
0.0011$
For level 2 friends:
0.0006$
For level 3 friends:
0.0001$

*❗️ IMPORTANT only
are countedthose who actively use the bot
*

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07917771300

Akkamitti kara qarshiitti jijjiirra gaaffii jedhuuf akkataa isaa viidiyoo hojjechaa jirra waan ta'eef isin barsiifna🙏

3 weeks, 5 days ago

Dubbisuu irratti namoonni bebbeekamoon addunyaa maal jedhan
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
1 "Dubbisuun qabeenya guddaa fida."  Waan addunyaa keenya keessatti ta’ee fi namoota birootiin raawwatame hunda kan baruu dandeenyu gaafa dubbisuu jalqabnu qofa.  (Abrahaam Liinkan)

2 “Jireenya koo keessatti wantootni ani beekuu barbaadu hundi kitaabota keessa jiru.  Hiriyaan koo inni guddaan kitaaba ani hin dubbisne naaf kennee 'Deemi dubbisi' naan jedhudha."  (Abrahaam Liinkan)

3. .  "Yeroon dubbisu hunda dandeettiin guddaan na keessa turee fi jiru ni dammaqa."
(Maalkoom X)

4  "Kitaaba dubbisuudhaan yaadota jireenya dhuunfaa koo qofa osoo hin taane, jireenya namoota naannoo koo jiran jijjiiran hojiirra oolchuu danda'eera."  (hooksiiwwan bilbilaa) .

🌟 5 "Kitaaba nama tokkotti yeroo gurgurtu waraqaa, halluu fi jildii baay'ee hin gurgurtu."  Wanti ati itti gurgurte jireenya haaraa dha” (Christopher Morley)

6 "Kitaaba akka gaariitti dubbisuun nama ogeessa durii wajjin haasa'uudha (Rene Descartes)."

7. "Wanta hunda caalaa gammachuu guddaa fi olaanaa yeroon dubbisu argadha (dizaayinara faashinii Bilblas)."

8.  "Yoo dubbisuu dandeesse, erga dubbisuu jalqabdee booda bilisummaa arganna (Frederick Douglass)."

⭐️9  "Dubbisuun meeshaa tokkicha wallaalummaa fi ariifannaa ittisuuf barbaachisaa ta'edha (Leonard Baines Johnson)."

10.  "Daa'ima tokkoof dubbisuu caalaa kennaa guddaa kennuu dandeenyu hin jiru."

11 "Yeroo kitaaba dubbisnu balballi lafa irraa al tokkotti nuuf banama."

🍀🍀🍀🍀Galatoomaa🍀🍀🍀

📚 Share & Join Us•                 
💧Channel •|| @Coba_Qalamaa

1 month ago

#WHEN_TO_BE_SILENT
🤫•••••••••••••••••••🤫

  1. Be silent - in the heat of
    anger.
  2. Be silent - when you don't
    have all the facts.
  3. Be silent - when you
    haven't verified the story.
  4. Be silent - if your words
    will offend a weaker Person.
  5. Be silent - when it is time
    to listen.
  6. Be silent - when you are
    tempted to make light of
    holy things.
  7. Be silent - when you are
    tempted to joke about sin.
  8. Be silent - if you would be
    ashamed of your word later.
  9. Be silent - if your words
    would convey the wrong
    impression.
  10. Be silent - if the issue is
    none of your business.
  11. Be silent - when you are
    tempted to tell an outright lie.
  12. Be silent - if your words
    will damage someone else's reputation.
  13. Be silent - if your words
    will damage a friendship.
  14. Be silent - when you are
    feeling critical.
  15. Be silent - if you can't
    say it without screaming.
  16. Be silent - if your words
    will be a poor reflection
    of your friends and family.
  17. Be silent - if you may
    have to eat your words
    later.
  18. Be silent - if you have
    already said it more
    than one time.
  19. Be silent - when you are
    tempted to flatter a
    wicked person.
  20. Be silent - when you are
    supposed to be working
    instead.

"WHOEVER GUARDS HIS MOUTH AND TONGUE KEEPS HIS SOUL FROM TROUBLES"

🍀🍀🍀🍀Galatoomaa🍀🍀🍀

📚 Share & Join Us•                 
💧Channel •|| @Coba_Qalamaa

1 month ago

🍀🍀🍀🍀Galatoomaa🍀🍀🍀

📚 Share & Join Us•                 
💧Channel •|| @Coba_Qalamaa

1 month ago

Oduu ariifachiisaa
👋👋👋👋👋👋
Carraan kun xumuramuuf guyyaa 25 tu  hafe

Hojii kana waan salphaatti hin ilaalinaa yoo coin miliyoona 10 geessan qarshii itoophiyaa kuma 12 olitti gurgurattu

Coin miliyoona kudhan gahuuf guyyaa 10 caala isinitti hin fudhatu

Akkaataa Tapswap irratti coin hojjetan viidiyoo kana ilaalaa

Hojiin kun carraa guddaadha waan ta'eef ariifadhaa hojjechuu jalqabaa

Hojicha jalqabuuf
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/tapswap_bot?start=r_1940868006

Akkamitti kara qarshiitti jijjiirra gaaffii jedhuuf akkataa isaa viidiyoo hojjechaa jirra waan ta'eef isin barsiifna 🙏

1 month ago
***🔥***የምንሰጠው ኮርስ ከወረቀት በላይ ነው!

🔥የምንሰጠው ኮርስ ከወረቀት በላይ ነው!
 AICE ኮርስን በነፃ በመማር አፍሪወርክ ላይ ለሚወጡ ከፍተኛ ክፍያ የሚያስገኙ ስራዎች ብቁ ሆነው ይገኙ።የሶስተኛው ዙር ምዝገባ ተጀምሯል።
ቦታዎች ውስን ናቸው፣ እንዳያመልጣችሁ!

1 month, 1 week ago

❏ Guyyaa Guyyaadhan tajaajila adda addaa kan isinitti tole argachuuf asitti bu'aa

❍ "Kuni walitti qabama channelee telegram filatamooti!"
1. ADD FOLDER 01
2. ADD FOLDER 02
3. ADD FOLDER 03

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇💐💏❤️❤️💐
◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥
█     FOLDER 01   █          
◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇💐💏❤️❤️💐
◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥
█     FOLDER 02   █          
◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇💐💏❤️❤️💐
◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥
█     FOLDER 03    █          
◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢

❍ Itti Gammadaa

𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
@hopepromotion

Free Waver: @Getu_Abera

2 months, 1 week ago

#Amaloota_Hojjettoota_Mana_Hojii_Tokko_Keessaa:
👇👇👇👇👇👇👇👇
"Mana hojii hunda keessa hojjettoota amala gara garaa qabantu jira. Isaan keessaa muraasni:-

#The_climbers= warri kun bakka fooyya’aatti ol guddachuuf ykn faayidaa wayii argachuuf jecha ogummaa isaaniin ala hoogganaa isaanif ergamu, oduu deddeebisuun hoogganaa fi hojjettoota, hojjettootaa fi hojjettoota walitti buusun beekamu.

#The_illusionists= Warri kunimmoo Hojii namni tokko hojjeteen beekamtii argachuu fi itti waamamuuf ykn abbaa itti ta’uuf carraaqu. Namoonni akka kanaa hojii hin jaalatan ykn hojii hin danda’an; yeroo hunda of muldhisuuf yaalu malee hojii hojjechuu hin barbaadan.

#The_defiants= isaan kun immoo waan namni isaanin jedhe hundaa hin fudhatan, ni mormu. Yaada, qeeqa, gorsaa fi duub-deebii kamiyyuu fudhachuu hin barbaadan, yeroo hundaa ni mormu, ajajamuu hin barbaadan, waan haaraa fudhachuu hin barbaadan.

#The_upward_workers= Warri kun immoo namoota aangon isaanii ol jiraniif ergammaa, jala gugguufaa, sodaachaa oolu. Namaoota isaanii gadi jiraniitti immoo dheekkamaa, arrabsaa, sodaachiisaa oolu. Warri kun namoota isaanii olii qofa gammachiisaa ooluu barbaadu malee warra isaanii gadii tuffachaa oolu.

#The_performers= Warri kunimmoo yaadni (attention) namaa mana hojii sana keessatti isaanumarra qofa akka ta’u kan hawwaniidha. Namni hundumtuu waanuma isaanii akka haasa’u, akka ilaalu fi center of attention ta’uu barbaadu. Warri kun baay’ee haasa’u baay’ee of tuulu, waanuma xiqqoo yoo dalagan guyyaa guutuu isuma haasa’aa oolu. Haasaa hojii isaanii hin ilaallanne, qoosaa garagaraa qoosun namoota ofitti harkisuu barbaadu."

✍️ #Madda: Fuula #Fb. Bulo Feyisa Debele ti
Galatoomi nam-ana.🙏

🍀🍀🍀🍀Galatoomaa🍀🍀🍀

📚 Share & Join Us•                 
💧Channel •|| @Coba_Qalamaa

We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago