Infinite Entertainment, Zero Cost: Get Your Free Books, Music, and Videos Today!

AL MUBAREK OFFICIALシ︎

Description
Tiktok : https://tiktok.com/@mubarek_54
Advertising
We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 3 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month, 2 weeks ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 5 days, 7 hours ago

1 week ago

Uffata/ bifa Gurracha maaltu Kha Gaddaa godhe ?!

- Qur'aanni akkasuma kitaabban hedduun waraqaatu adiidha malee kha barreeffamee qalama gurraachaani.
- Ka'abaan uffata gurraachaan faayamte .
🔉: U. Raayyaa Abbaamaccaa

● Islamummaa kheysa uffanni Gaddaa hin jiru Zikrii yeroo Gaddaa malee.

|| @Mubarek54

1 week, 2 days ago

“ Namni nama raagu bira dhaqee waa isa gaafate; Salaanni halkan 40 irraa hin fuudhamu “
Ergamaa RABBII ﷺ

1 week, 3 days ago

◆ Dubartiin waa Afur dhiira caalaa dandeysi
★★★★★
→ Jaalala mi'eessuu
→ Jireenya bareechu
→ Aarii qabbaneessuu
→ Soba dhugaa fakkeessu

|| @Mubarek54

2 weeks, 2 days ago
***✍️***:‐ Hakaa

✍️:‐ Hakaa

|| @mubarek54

2 weeks, 4 days ago

Qissaa gabaabduu....😁😇

<><><><><><><><><><><>
Akkam_bulte osoo siin jedhanii maal jetta ati?

Dubbisaa
Guyya tokko Aalimni guddaan tokko..kan yeroo heedduu gochi isaa fi jechi isaa nama bashannansiisuudhaan beekamu tokko,gaaffii kana gaafatamnaan akkanatti deebise;

Namtichi tokko #Aamashitti dhufee; 𝚑𝚊𝚕𝚔𝚊𝚗 𝚎𝚍𝚊𝚊 𝚊𝚔𝚔𝚊𝚖 𝚋𝚞𝚕𝚝𝚎 ? Jedhee gaafate.
قال: رجلٌ للأعمش: كيف بتّ البارحة؟

Achumaa #Aamashis mana seenee, Afaa fi boraatii kaahatee...booda immoo dugdarratti/hoqqooggoo ciisee kunoo akkanatti bule jedhee deebiseef jedhan.😁
Deebii gahaa!
قال: فدخل، فجاء بحصير ووسادة، ثم استلقى، وقال: كذا.
|| @mubarek54

2 weeks, 6 days ago

SubhaanAllah

Kitaabni hundi jalqaba wayita bantee dubbistu yoo dogongora qabaate lakk akkanaa fi e‐mail kana irratti nu qunnamu dandeysu jedhee jalqaba ....Garuu Qur'aanni Jalqabuma wayita Eegalu 👇
「ذَ ٰ⁠لِكَ ٱلۡكِتَـٰبُ لَا رَیۡبَۛ فِیهِۛ 」
Kun kitaaba [Rabbiin biraa ta’uu isaa ilaalchisee] mamiin isa keessa hin jirreedha.
[Surah Al-Baqarah: 2]
Akkana jedhee Eegala Yaa Salaam❤️

|| @Mubarek54

3 weeks, 1 day ago

Ergamaan Rabbi ﷺ

→ Gaafa Adunyaa tana irraa deeman Hordoftoonni isaa nama kuma 120 + hin caalan
→ Garuu yeroo ammaa Biliyoona 2.2
→ Yeroo ammaa amantiin akka amantii islaamaa adunyaa tana irratti babal'ataa jiru hin jiru
→ maqaan akka maqaa isaa moggaafamee sadarkaa qabate hin jiru
→ Kuni jecha Rabbii SW nama yaadachiis ka Suuraa Ghafir 40:51
" ‐Dhugumatti, Nuti ergamtoota keenyaafi isaan amananiifis jiruu addunyaa keessattis ta’ee guyyaa ragoonni dhaabbatan ni tumsina" [Surah Ghafir‐:51]

→ Allaahu Akbar
اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ وَبَارِكْ على نَبِيِّنَا مُحمَّد.🏝

|| @Mubarek54

3 weeks, 2 days ago
Callisuun hikmaadha

Callisuun hikmaadha

hunda 👉 Jhskwiwh
|| @mubarek54

3 weeks, 3 days ago
Mom | أمى ***❤️***

Mom | أمى ❤️
|| @mubarek54

3 weeks, 4 days ago
Allah ***❤️***

Allah ❤️

|| @mubarek54

We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 3 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month, 2 weeks ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 5 days, 7 hours ago