AL MUBAREK OFFICIALシ︎

Description
Tiktok : https://tiktok.com/@mubarek_54
Advertising
We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated hace 5 días, 5 horas

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated hace 2 meses

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated hace 2 semanas, 4 días

2 days, 10 hours ago

Jiruu

Rabbii wajji eegali
Rabbii wajjin turi
Rabbii wajji Goolabi

https://t.me/boost/mubarek54

3 days, 8 hours ago

Haaluma hundaa seeqadhu qeebali , eegasiis 'ALHAMDULILLAH' je'i

@mubarek54

5 days, 11 hours ago

Guyyaa Tokko beekuf jiraatta ..
Salaatni hirriba irra ka caalu ture..Ati immo ni rafte.
Qur’aana qara’uun Rabbi biratti sadarka siif ida’a ture ..Ati immo ni lakkifte.
Azkaara godhuun guyyaa keetiif barakhaa dabala ture..ati immoo ni hifatte.
Istikh-faarri rizqii teeti siif bal’isa ture..ati immoo irraa dagatte.
Hulaan Towbaa yeroo hundaahu banaa turte.. ati immoo booda aansite.
Diliin ati lakkiftu cufti sababa furmaata rakkoo teetiti turte..ati immoo dilii dalaguu keessatti daangaa dabarte.
Cufti ajajni Rabbii ka ati gootu jannatatti si dhiheesseeti ibidda irraa si fageeysa ture..ati immoo dantaa irraa dhabde.

♡♡♡♡♡♡♡
@mubarek54
@mubarek54
@mubarek54

3 months ago

● Kanaa ol maal feta...?!

♡ Fayyaa Fetaa - Soomana Heddummeessi.
♡ Fuulli kee akka Ifu Fetaa - Salaata Halkani Salaati.
♡ Ifa Qalbii Fetaa - Qur'aana Qara'i.
♡ Gammachuu Fetaa - Salaata Yeroon Salaati.
♡ Tasgabbaawuu Fetaa - Rabbi Yaadachuu Heddummeessi.
♡ Horii fi Ilmaan Fetaa - Rabbiirra Araara Barbaadi.
♡ Yaadni akka Sirraa citu Fetaa - Du'aa'ii Godhachuu Heddummeessi.
♡ Cinqiin akka Sirraa cittu Fetaa - Laa Hawla Wa Laa Quwwata illaa Billaah je'i.
♡ Gaarii Turtuu Fetaa - Nabiirratti Salawaata Buusi (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam)

Haka
@mubarek54

3 months, 1 week ago

Kharaa tiktok live fi video seenuu dandeessu
??
https://vm.tiktok.com/ZMhLSwyyu/

3 months, 1 week ago

As wr wb
???
- obboleytiin teenya tun kharaa Libiyatti qabamtee qarshii 750,000 gaafatamte haadhaa fi abbaas hin qabdu haboo( adaadaa) isii biratti guddatte adaadaa ( haboo) isiitti bilbilanii gaafannaan anaaf gabra turte malee humaa hin turre narratti hin bilbilinaa jette irratti.......ibsa godhuuf ni ulfaata haala isiin itti jirtu chanala kanaan laalu dandessu ??? ? https://t.me/seidkemal1

Karaa kanaan gargaaru dandeessu :‐ CBE :1000191237181 ( Abdunasir Ali)

Yoo dadhabde nama dandahuuf ergi ??????

3 months, 1 week ago

Seequu ?

|»• Salaata kheysatti wanta nama khofalchiisu tokko tokko sheyxaanni yoo si yaadachiise seeqatte garuu sagaleen( khofla ..) hin bahin salaanni hin badu

?» Ustaz Abu haydar

@mubarek54

3 months, 1 week ago

Rizqii halaalaa argachuun dugda nama cabsa, garuu akka mataa ol qabattee jiraattu si godhà...!

Rizqii halaalaa Rabbiin nuuf haa hiru.

|»°• @mubarek54

3 months, 1 week ago
3 months, 2 weeks ago

● imaam Hasan Al basriin akkana je'a:‐ Waa 4 nama Afuriifiin kennee je'a
1. Miidhaa - Warra Aangoo Qabuuf
2. Kijiba - Naggaadeef
3. Boona - Shamaraaf
4. Histii - Sheekkootiif
نسأل الله السلامة والعافية
:‐ Haka
||» @mubarek54

We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated hace 5 días, 5 horas

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated hace 2 meses

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated hace 2 semanas, 4 días