Jemal Muhammadsurur

Description
#Tamsaasa chaanaala Quwwatulislaam
1- #Barnoota Amanta Islaamaa
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Nasiihaa
5-#Sagantaa Wal-dorgommmii fikkf as irraa argattu
#Yaadaaf @jamaalmuhammad4971 na argattu
We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 1 month, 1 week ago

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 3 months, 2 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 2 months ago

2 months, 2 weeks ago

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Mee Warroonni Ergaawwaan Channel kanarratti isiniif dabru hordofaa jirtan hunduu lakk.1 comment jala naaf kaayaa...!

2 months, 2 weeks ago

?#Ajnabiyyaa.....#Ajnaba **qabatanii deemuun qarooma moo Harrooma...?

?Ilma namaa kana wanti Bineeldota biroo irraa adda godhu tokko,Seera Ittiin bulmaataa qabaachuudha..

?Namoota muraasatti Dubra Ajnabaa wajjiin Deemuun Qarooma isatti fakkaata ,Garuu kuni Qarooma osoo hin Taane HARROOMA.?

?Jaarraa 20 ta'ee Jaarraa 2000 keessas nuti Qarooma Addunyaa osoo hin taane Qarooma Islaamummaatiin bulla.?

?Rasuulli akkas jedhan" Dubartii Ajnabaa takka tuquu irraa Sibiilaan mataa keessa nama waraanutu caala"
?Nama Rabbiin ni qajeelaa isaaf murteesseef hadiisni kuni qofti gahaadha...#JOIN&SHARE ?*?*
@quwwatulislaam

2 months, 2 weeks ago

ISTIMNAA'A jechuun maali...?
ما هو الإستمناء..؟
?Istimnaa'a jechuun Namni tokko harkaan bishaan fedhii uf irraa baasuu jechuudha...
☎️**Hukmiin isaatis Walii gala Mazhaba Afraniitiin(4) HARAAMA..

?Ragaan isaatis Aayatoota tanniini.
?Allaahaan s.w Qur'aana kana keessatti Gaafa mu'umintoota nuuf ibsu akkas jedhee dubbata.
والذين هم لفروجهم حافظون○الا على ازواجهم اوما ملكت ايمانهم فإنهم غير ملومبن○فمن ابتغى وراء ذللك فألئك هم العادون.
?"Isaan Warroota qaama saalaa isaanii Haraamarraa tikfatani○haa ta'u malee haaadholee warraatii fi gabroota isaaniititti ni qanani'u,kanarratti immoo hin Komataman○Namni sanaa asitti waan biroo barbaade immoo daangaa Rabbii tarkaanfateera.."

?iddoon ragaatis Aayatuma dhumaa tana.. irraa haa fagaaannukaa Ahbaabii...#JOIN&SHARE???**
@quwwatulislaam

2 months, 2 weeks ago

?Nafseen ilma namaa tuni bakka 3'tti qoodamti..
○○○○○○○○ *1⃣.Nafsee Gadi dhaabbattuu(النفس المطمئنة):-isiin tuni Lubbuu Ajaja Allaahaatiif buluu irra gadi dhaabbatteedha..Suuraa fair keessatti waaheen isii dubbatameera..
"يا أيتها النفس المطمئنة"
"Yaa Nafsee gadi dhaabbattee!"
?Isii tanarraa nu haa godhukaa Rahmaan.?*??

2⃣.Nafsee uf komattu(النفس اللوامة):--tunis Lubbuu Ammaa ammatti gara Allaahatti deebituudha..garuu tan 1ffaa sanii gadi...Allaahaanis ittiin kakata.
"ولا أقسم باالنفس اللوامة"
"Lubbuu uf komattuun kakadhe".
*mee tan 3ffaa isin itti naaf guutaamee....?*
___
#JOIN^SHARE
?*?*?
@quwwatulislaam

2 months, 2 weeks ago

?**Namichatu namichaan akkas jedheen...'Mee tan Akka FAAXUMAA Eessumaa argadha?"

?Kuunis akkas jedhee deebiseef "Tan akka Faaximaa fuudhuuf Kan Akka ALIYYII ta'uun dirqama"..?

?kanaaf;Dubra Gaarii argachuuf dhiira gaarii ta'uu qabna ...#JOIN_SHARE ?**
@quwwatulislaam

2 months, 2 weeks ago

?**Inshaa Allaah.....

?Waan lubbuun jiruun Ergaa Islaamummaa osoo barruunis ta'ee isin biraan gahuuf qophiidha...

Isin hoo hordofuuf qophiidhaa....**

2 months, 3 weeks ago
3 months ago

Maatiin Media @Quwwatulislaam hunduu.....
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته ?

3 months, 1 week ago

#أجوبة لأسئلة الإختبار#Answers **of Exam Questions
١- قال ابن مسعود رضي الله عنه.
من أراد ان ينظر إلى وصية  محمد صلى الله عليه وسلم فاليقرأ قوله تعالى "قل تعالو اتل ما حرم ربكم عليكم .......الآية

٢-حق الله على العباد  أن يعبدوه ولا يشركوا به شيئا

٣- وحقَّ العباد على الله أن لا يُعذِّب مَن لا يُشرك به شيئًا

٤ شرك أصغر: وهو الرياء

٥- وقول الله : إِنَّ اللَّهَ لَا يَغْفِرُ أَنْ يُشْرَكَ بِهِ وَيَغْفِرُ مَا دُونَ ذَلِكَ لِمَنْ يَشَاءُ [النساء:48]. وقال الخليل عليه السلام: وَاجْنُبْنِي وَبَنِيَّ أَنْ نَعْبُدَ الْأَصْنَامَ [إبراهيم:35]

٦-التوحيد

٧-لبس الخيط والحلقة لرفع البلاء او ضره هو شرك أصغر أصغر لقول الله تعالى: {قُلْ أَفَرَأَيْتُمْ مَا تَدْعُونَ مِنْ دُونِ اللَّهِ إِنْ أَرَادَنِيَ اللَّهُ بِضُرٍّ هَلْ هُنَّ كَاشِفَاتُ ضُرِّهِ أَوْ أَرَادَنِي بِرَحْمَةٍ هَلْ هُنَّ مُمْسِكَاتُ رَحْمَتِه.) الآيةالزمر: ٣٨]

٨-قال رسول الله صلى الله عليه وسلم "فإن الله حرم على النارمن قال لا إله إلا الله يبتغي بذلك وجه الله

٩-من قال لا إله إلا الله دخل الجنة
التوحيد أعظم أسباب دخول الجنة والنجاةمن النار
١٠-ألفه شيخ الإسلام محمد بن عبد الوهاب بن سليمان بن علي بن محمد بن أحمد بن راشد...
FOLLOW_US
?*?*?
@quwwatulislaam

5 months, 3 weeks ago

#FB KEENYAA FOLLOW GODHADHAA...
???????
???????
https://www.facebook.com/jamaal.msuruur?mibextid=ZbWKwL

Facebook

Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 1 month, 1 week ago

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 3 months, 2 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 2 months ago