FAYYAA SAMMUU

Description
"Fayyaa sammuu malee fayyaan hin jiru"
Gorsa waa'ee fayyaa sammuufi xiinsammuu irratti ni barbaadduu?
Link kana gadii tuquun join godhaa.
@sammuukoof

Yaadaafi ergaa qabdan
@ToliBurka nu qaqqabsiisuu ni dandeessu.
Fayyaa hin dhabiina.
We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 5 months, 1 week ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 1 week ago

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?CONTACT US?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 2 months ago

2 months, 2 weeks ago

Dhibee Rifachuu/ naasuu cimaa (Panic disorder)

Gosa dhibee dhipphinaa keessaa tokko tahee Rifachuu/ sodaa cimaa tasa jalqabee daqiiqaa muraasa keessatti sadarkaa olaanaa irra ga’uudha.
Mallattoolee dhibee rifachuu baay’inaan mul’atan keessaa muraasni kunooti:

  1. Tasa, sababa malee rifaatuu ykn naasuu hamaan guutamuu

  2. Dha'annaa onnee saffisuu, garmalee dafquu, hollachuu/ rommuufi Hafuura baafachuu dadhabuu

  3. Jeequmsa garaa kan akka muraa, ol/ gadi baasaa

  4. Mataa dhukkubbii, namatti joonja’uu

  5. Miira dadhabuu ykn akka waan of wallaaluuf deemanitti namatti dhaga'amuu

Yeroo kana keessa yaadoota hamaa gara-garaatu namatti dhufa

a. Akka waan of to'annaa dhabuu ykn maraachuu

b. Akka waan du'uuf deemanii yaaduu

c. Dhugaa jiru irraa adda baatee akka jirtu ykn akka waan qaama keetiin ala jirtuutti sitti dhaga'amuu

Namootni haleellaan rifaatuu isaan mudate yaaddoo natti deebi’aa hamaa keessa galu kanaan :

a. Haalota ykn bakka rifachuun itti mudate irraa fagaachuu

b. Dhibee onneetu naqabe jechuun sochii qaamaafi waantota natti kaasa jedhanii yaadan lagachuu

c. Namoota gidduutti na saalfessa jedhanii waan yaadaniif hariiroo hawaasummaa baqachuu

Mallattoowwan kun yeroo baayyee yoo sin mudatan ykn jireenya guyyaa guyyaa keessan kan gufachiisan yoo ta'e, qorannoo fi yaalaaf doktora ykn ogeessa fayyaa sammuu bira deemuun barbaachisaadha

FAYYAA SAMMUU MALEE FAYYAAN HIN JIRU!

@sammuukoof
@sammuukoof

Via_ Dr Dawit

2 months, 3 weeks ago
FAYYAA SAMMUU
2 months, 3 weeks ago
FAYYAA SAMMUU
3 months ago
AAGAA DHAGAAHAA!

AAGAA DHAGAAHAA!

Maatii kee keessaa kan dhibee sammuun mana keessatti dararamaa jiru ni jiraa?

Hiriyaa mana yaalaa dhaquu sodaatee watwaanna miiraa keessa jiruhoo ni beektaa?

Hirkattummaa araada irraa adda baahuuf gargaarsi si barbaachisaa?

Mana yaalaa deemuuf hin rakkatiin!
Tajaajillii Fayyaa Sammuu Manaa Manaatti HOPE filannoo keessaaniin
yoo feetan
#Mana_keessanitti
yoo feetan
#Bilbilaan_bakkuma jirtani isin yaala.

linkii @Hopementalservicebot seenuudhaan ogeessota yaala sammuu waliin beellama qabadhaa!

Odeeffannoo dabalataa yoo barbaaddan
/0921712811  /0921483812 irratti bilbilaa.

"MENTAL WELLNESS, RECIEVED TO YOUR DOORSTEP"

@sammuukoof
@sammuukoof

3 months, 3 weeks ago
Waa'ee Fayyummaa sammuukee akkamitti akka eeggattuu, …

Waa'ee Fayyummaa sammuukee akkamitti akka eeggattuu, maalummaafi yaala dhibee sammuu beekuu barbaaddaa?

Kitaabaa 'FAYYAA SAMMUU' Gurmuu ogeessota gola Oromiyaa garaagaraan barreeffame  Mana Raabsaa Elellee( Hinseenee Makuriyaa)fi Mana kitaaba Shawaa,  Naannoo Atoobisteraatii argachuu ni dandeessuu.

Odeeffannoo dabalataaf
0928905260 irratti bilbila

@sammuukoof
@sammuukoof

5 months, 2 weeks ago
FAYYAA SAMMUU
We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 5 months, 1 week ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 1 week ago

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?CONTACT US?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 2 months ago