Dr Zakir Naik Afaan Oromoo

Description
Barnoota Dr Zaakir Naik Afaan Oromootiin akkasumatti Sheekkotii amantii wal bira qabanii barsiisan salpatti argachuuf
Ikhwaanii join godhaa.

@DrZakirNaikAfaanOromoo
Namoonni yaada qabdan garee Teenya Join godhaa. Yaada keessan nuuf..

@Ne4Je2
Advertising
We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 1 week ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 1 month, 3 weeks ago

3 days, 17 hours ago
Dr Zakir Naik Afaan Oromoo
3 days, 17 hours ago
Dr Zakir Naik Afaan Oromoo
3 days, 17 hours ago
Dr Zakir Naik Afaan Oromoo
1 week, 3 days ago

Paastaroonni dirree miidiyaa irraa; wacaan praankii Islaamummaa irratti dalaguu barbaadan maaliif falmii sirrii baqatu??

Xaahir galatoo

@DrZakirNaikAfaanOromoo

1 week, 3 days ago

Yesus nyaate,dhuge,muge,rafe dadhabe Rabbiin tahuu hin danda'u
Rabbiin wantoota kanneen irraa qulqullaa'adha!!

@DrZakirNaikAfaanOromoo

1 week, 5 days ago

Guyyaa Sadi boodaa du'a moo'ee ka'e !
Garuu guyyaa Sadi dura du'atu isa moo'ee turekaa?

Akkasuma woliinuu waan du'a injifatee ka'eef waaqaa jedhan
Garuu wongeelli waaqatu isa kaase jedha.

"Waaqayyo garuu hidhaa du'aattii hiike; inni harka du'aa jalatti qabamee turuu waan hin dandeenyeef, du'aa isa kaase"

Hojii Ergamootaa 2:24
@DrZakirNaikAfaanOromoo

2 weeks, 4 days ago

“Akka shari'aa islaamaatti Dubartiin muslimaa tokko nama muslima hin tahinitti heerumuun dhoorgaadha. Nikaan hin hidhamu. Wal qunnamtiin isaaniitis Zinaa jedhama!”

2 weeks, 4 days ago

Warri waaqeffattootaa ifaan ifatti amantii keenyaa fi Nabiyyii keenya jaalatamaa (saw) irratti jibbanna labsanii jiran. Dhimmi kun furmaanni maali jettan?

2 weeks, 5 days ago

Haqni dhufe, baaxilli dhabame

2 months, 3 weeks ago

Wal-dhabbii Kiristaanotaa fi Macaafa Qulqulluu Kutaa 3ffaa

11.Kiristaanota Yesuus du'ee du'aa moo'e kaheera.
📖Macaafa Isaanii 👉🏻Yesuus waaqayyoon isa du'a oolchuu danda'u kadhate,kadhatni isaas waan dhagaa'ameef du'a Ooleera.[Ibroota 5:7]
12.Kiristaanota 👉🏻Yesuus Ergamaa ykn Raajii  miti.
📖Macaafa isaanii Yesuus Ergamaadha[Ibroota 3:1]
13.Kiristaanota 👉🏻Seerri Moofaan Yesuusiin Diigameera.
📖Macaafa Isaanii👉🏻"Ani seera diiguuf hin dhufne Ittiin raawwachuufan dhufe male"[Matiyos 5:17]
14.Kiristaanota👉🏻"yesuus qofaaf jilbeenfadhaa sagadaa.
📖Macaafa Isaanii,👉🏻Yesuus akkas jedhe "waaqayyoon qofaaf jilbeenfadhuu sagadi,isa qofaafis hojjadhu"[Matiyos 4:10]

15.kiristaanota👉🏻Yesuus waan  hunduma ofii isaan beeka.
📖Macaafa Isaanii👉🏻Yesuus ofii waan tokko akka hin beekne hima,guyyaan dhumaa/qiyaamaan yoom akka ta'e hin beeku."Guyyicha sana Abbaakoo duwwaatu beeka"[Marqos 13:32].

Mee warra kiristaanaa eega Macaafni keessan faallaa hojii keessanii ta'e macaafa isa kamiin hordofaa jirtu?????     
Maaliif ofitti taphattu lammii koo adara!!
Amantii jechuun dhimma lubbuuti. dhimma Namni sababaa isiitiif biyya lamaanitti Milkaa'u ykn honga'u. Kanaaf itti yaaduun barbaachisaadha.
Abbaan ykn Armeen tiyya amanti kana qabu jechuuf osoo hin taane ragaa fi Qorannoon ta'uu qaba.

Yoo dhugumaan dogongorri gama kiyyaan kan jiru tahe Ragaadhaa wajjin akka naaf sirreesitanu isin gaafadhu.
Yoo dhugaa ta'e immoo Maaliif akka Macaafichatti Amanuu hin barbaanne nuuf ibsa.

Hubachiisa yoo akka carraa ta'ee kiristaanonni macaafa isaanii irraa keeyyata yaada isaanii kan armaan olii kana deeggaru fidatan qabxiin sun qabxii ani dhiheesse armaan olii kanaan akka walfaallessu hubatamuu qaba.

Itti fufa...

Barnoota Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wal-bira qabdani barachuu yoo barbaaddan Chaanaali keenya armaan gadi Join gochuun nu hordofa.
👇👇👇
@Saahibuddiin28
@DrZakirNaikAfaanOromoo

We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 1 week ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 1 month, 3 weeks ago