Unlock a World of Free Content: Books, Music, Videos & More Await!

Dr Zakir Naik Afaan Oromoo

Description
Barnoota Dr Zaakir Naik Afaan Oromootiin akkasumatti Sheekkotii amantii wal bira qabanii barsiisan salpatti argachuuf
Ikhwaanii join godhaa.

@DrZakirNaikAfaanOromoo
Namoonni yaada qabdan garee Teenya Join godhaa. Yaada keessan nuuf..

@Ne4Je2
Advertising
We recommend to visit

ุจุณู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู… ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ู† ุงู„ุฑุญูŠู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู…
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
ยฉ Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-โคต๏ธ
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 4ย months, 3ย weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 2ย weeks, 3ย days ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 1ย month, 1ย week ago

5ย days, 2ย hours ago

โ€œAkka shari'aa islaamaatti Dubartiin muslimaa tokko nama muslima hin tahinitti heerumuun dhoorgaadha. Nikaan hin hidhamu. Wal qunnamtiin isaaniitis Zinaa jedhama!โ€

5ย days, 2ย hours ago

Warri waaqeffattootaa ifaan ifatti amantii keenyaa fi Nabiyyii keenya jaalatamaa (saw) irratti jibbanna labsanii jiran. Dhimmi kun furmaanni maali jettan?

6ย days, 5ย hours ago

Haqni dhufe, baaxilli dhabame

2ย months, 1ย week ago

Wal-dhabbii Kiristaanotaa fi Macaafa Qulqulluu Kutaa 3ffaa

11.โœKiristaanota Yesuus du'ee du'aa moo'e kaheera.
๐Ÿ“–Macaafa Isaanii ๐Ÿ‘‰๐ŸปYesuus waaqayyoon isa du'a oolchuu danda'u kadhate,kadhatni isaas waan dhagaa'ameef du'a Ooleera.[Ibroota 5:7]
12.โœKiristaanota ๐Ÿ‘‰๐ŸปYesuus Ergamaa ykn Raajii  miti.
๐Ÿ“–Macaafa isaanii Yesuus Ergamaadha[Ibroota 3:1]
13.โœKiristaanota ๐Ÿ‘‰๐ŸปSeerri Moofaan Yesuusiin Diigameera.
๐Ÿ“–Macaafa Isaanii๐Ÿ‘‰๐Ÿป"Ani seera diiguuf hin dhufne Ittiin raawwachuufan dhufe male"[Matiyos 5:17]
14.โœKiristaanota๐Ÿ‘‰๐Ÿป"yesuus qofaaf jilbeenfadhaa sagadaa.
๐Ÿ“–Macaafa Isaanii,๐Ÿ‘‰๐ŸปYesuus akkas jedhe "waaqayyoon qofaaf jilbeenfadhuu sagadi,isa qofaafis hojjadhu"[Matiyos 4:10]

15.โœkiristaanota๐Ÿ‘‰๐ŸปYesuus waan  hunduma ofii isaan beeka.
๐Ÿ“–Macaafa Isaanii๐Ÿ‘‰๐ŸปYesuus ofii waan tokko akka hin beekne hima,guyyaan dhumaa/qiyaamaan yoom akka ta'e hin beeku."Guyyicha sana Abbaakoo duwwaatu beeka"[Marqos 13:32].

Mee warra kiristaanaa eega Macaafni keessan faallaa hojii keessanii ta'e macaafa isa kamiin hordofaa jirtu?????     
Maaliif ofitti taphattu lammii koo adara!!
Amantii jechuun dhimma lubbuuti. dhimma Namni sababaa isiitiif biyya lamaanitti Milkaa'u ykn honga'u. Kanaaf itti yaaduun barbaachisaadha.
Abbaan ykn Armeen tiyya amanti kana qabu jechuuf osoo hin taane ragaa fi Qorannoon ta'uu qaba.

Yoo dhugumaan dogongorri gama kiyyaan kan jiru tahe Ragaadhaa wajjin akka naaf sirreesitanu isin gaafadhu.
Yoo dhugaa ta'e immoo Maaliif akka Macaafichatti Amanuu hin barbaanne nuuf ibsa.

Hubachiisa yoo akka carraa ta'ee kiristaanonni macaafa isaanii irraa keeyyata yaada isaanii kan armaan olii kana deeggaru fidatan qabxiin sun qabxii ani dhiheesse armaan olii kanaan akka walfaallessu hubatamuu qaba.

Itti fufa...

Barnoota Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wal-bira qabdani barachuu yoo barbaaddan Chaanaali keenya armaan gadi Join gochuun nu hordofa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Saahibuddiin28
@DrZakirNaikAfaanOromoo

2ย months, 2ย weeks ago

Wal-dhabbii Kiristaanotaa fi Macaafa Qulqulluu Kutaa 2ffaa

6.โœKiristaanota๐Ÿ‘‰๐ŸปYesuusiif Abbaan tokkuma wol hin caalanu.
๐Ÿ“–Macaafa isaanii๐Ÿ‘‰๐Ÿป yesuus akkas jedhe: "Abbaan ana caala[ yohannis 14:28]
7.โœKiristaanota๐Ÿ‘‰๐ŸปYesuus Addunyaa hundaaf Ergame.
๐Ÿ“–Macaafa isaanii ๐Ÿ‘‰๐Ÿป"Yesuus ani Israa'el  duwwaaf malee hin Ergamne"[Matiyos 15:24]
8.โœKiristaanota๐Ÿ‘‰๐ŸปYesuus humna isaatiin waan hunda ni hojjata.
๐Ÿ“–Macaafa isaanii๐Ÿ‘‰๐Ÿป "Yesuus Ani Humna kootiin homaa hojjachuu hin danda'u" [Yohannis 5:30]
9.โœKiristaanota๐Ÿ‘‰๐ŸปYesuusitti kan amanu jireenya bara baraa qaba.
๐Ÿ“–Macaafa Isaanii๐Ÿ‘‰๐Ÿป Yesuus akkana jedhe:"Isa   Ana Ergetti(Waaqatti ) kan amanu jireenya bara baraa qaba".[Yohannis 5:24]
10.โœKiristaanota๐Ÿ‘‰๐ŸปYesuus ni farada.
๐Ÿ“–Macaafa Isaanii๐Ÿ‘‰๐Ÿป Yesuus "Ani Hin faradu"[Yohannis 12:47]

Obbeleewwwan keenya Kiristaanaa kanneen shakkii qabdan deemaati keeyyatoota xuqaman kana dubbisa. Beekaa jallachuu Rabbi nu haa oolchu.

Mee warra kiristaanaa eega Macaafni keessan faallaa hojii keessanii ta'e macaafa isa kamiin hordofaa jirtu?????     
Maaliif ofitti taphattu lammii koo adara!!
Amantii jechuun dhimma lubbuuti. dhimma Namni sababaa isiitiif biyya lamaanitti Milkaa'u ykn honga'u. Kanaaf itti yaaduun barbaachisaadha.
Abbaan ykn Armeen tiyya amanti kana qabu jechuuf osoo hin taane ragaa fi Qorannoon ta'uu qaba.

Yoo dhugumaan dogongorri gama kiyyaan kan jiru tahe Ragaadhaa wajjin akka naaf sirreesitanu isin gaafadhu.
Yoo dhugaa ta'e immoo Maaliif akka Macaafichatti Amanuu hin barbaanne nuuf ibsa.

Hubachiisa yoo akka carraa ta'ee kiristaanonni macaafa isaanii irraa keeyyata yaada isaanii kan armaan olii kana deeggaru fidatan qabxiin sun qabxii ani dhiheesse armaan olii kanaan akka walfaallessu hubatamuu qaba.

Itti fufa...
Barnoota Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wal-bira qabdani barachuu yoo barbaaddan Chaanaali keenya armaan gadi Join gochuun nu hordofa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Saahibuddiin28
@DrZakirNaikAfaanOromoo

2ย months, 2ย weeks ago

Wal-dhabbii Kiristaanotaa fi Macaafa Qulqulluu Kutaa 1ffaa

Mata duree kana jalatti bifa gabaabaa ta'en garaagarummaa  barsiisa Bible fi Kiristaanota Kan ilaallu ta'a.Barsiifni Kiristaanummmaa  hardha barsiifamu baay'een isaa Macaafaan hin deeggaramu.

Fkn:

1.โœ Kiristaanota  ๐Ÿ‘‰๐Ÿป Waaqayyo tokkos,Sadii'is.

๐Ÿ“– Macaafa jaraa๐Ÿ‘‰๐Ÿป .Waaqayyo keenya kophaa isaagooftaadha. [Marqos 12:29]

2.โœ Kiristaanota๐Ÿ‘‰๐ŸปYesuus Waaqayyo biraa hin qabu inni ofiifuu waaqayyodha.

๐Ÿ“– Macaafa Isaanii๐Ÿ‘‰๐Ÿป Yesuus Immoo Ana hin qabin gara #waaqayyo #kootiif waaqayyo keessaniitti ol nan ba'aa jedhe[Yohannis 20:17]

3.โœkiristaanota๐Ÿ‘‰๐Ÿป Yesuus nama miti.
๐Ÿ“–Macaafa Yesuus ilaama
Nama ofiin jedhe.[yohannis 8:40].
4.โœKiristaanota๐Ÿ‘‰๐ŸปWaaqayyo nama fakkaatee mullate.

๐Ÿ“–Macaafa Isaanii๐Ÿ‘‰๐ŸปWaaqayyoon akkana jedha"Ani Waaqayyodha male nama miti [Hose'a 11:9].

5,โœKiristaanota ๐Ÿ‘‰๐ŸปYesuus cubbuu keenyaaf jecha du'eera.
๐Ÿ“–Macaafa Isaanii๐Ÿ‘‰๐Ÿป Cubbuu namni tokko hojjateef namni biroo hin du'u,lubbuun cubbuu hojjate ofumaaf ni du'a.[Hesqi'el 18:20].
Kan dhugaa dubbate Kiristaanota moo ? Macaafa ?

Itti fufa..

Barnoota Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wal-bira qabdani barachuu yoo barbaaddan Chaanaali keenya armaan gadi Join gochuun nu hordofa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Saahibuddiin28
@DrZakirNaikAfaanOromoo

4ย months, 2ย weeks ago
Waa mara khoo ***๐Ÿฅฐ***

Waa mara khoo ๐Ÿฅฐ
Nagayaa fi Rahmanni Rabbii kan hangana hin jedhamne sitti haa roobu.

ุงู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ู‰ ุณูŠุฏู†ุง ู…ุญู…ุฏ

4ย months, 2ย weeks ago

"Ani ragaa Yesuus Waaqa ta'uu naaf mirkaneessuu Macaafa irraa siif kennuu ni danda'a." Deebii Dr. Zakir Naik....

Barnoota dabalataa argachuuf chaanaalii keenya armaan gadii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡kana  join  gochuun nu hordofa!

@Saahibuddiin28

5ย months ago
6ย months, 1ย week ago
***๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ******๐Ÿ˜ญ***

๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ๐Ÿ˜ญ
Haala kanaan eessaa hirribni nu qaba. Yaa Rabbi dirmadhuuf ๐Ÿคฒ