Dr Zakir Naik Afaan Oromoo

Description
Barnoota Dr Zaakir Naik Afaan Oromootiin akkasumatti Sheekkotii amantii wal bira qabanii barsiisan salpatti argachuuf
Ikhwaanii join godhaa.

@DrZakirNaikAfaanOromoo
Namoonni yaada qabdan garee Teenya Join godhaa. Yaada keessan nuuf..

@Ne4Je2
Advertising
We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 1 week ago

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 2 months, 1 week ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 4 weeks ago

hace 2 meses, 1 semana
Dr Zakir Naik

Dr Zakir Naik
@DrZakirNaikAfaanOromoo

hace 2 meses, 2 semanas
Dr Zakir with police

Dr Zakir with police
@DrZakirNaikAfaanOromoo

hace 2 meses, 2 semanas

Goobana addunya, leenca fakkii namaa, bareedaa fi jaalallee kheenya Nabiyyii Rabbii irratti salawaata haa buusnuu

اللهم صل وسلم وبارك على الحبيب
@DrZakirNaikAfaanOromoo

hace 2 meses, 2 semanas

Dr Zakir Naik Afaan Oromoo new profile cover photo

hace 2 meses, 2 semanas
Dr Zakir Naik

Dr Zakir Naik
@DrZakirNaikAfaanOromoo

hace 2 meses, 3 semanas
hace 2 meses, 3 semanas

Kitaaba Qulqulluu keessatti iddoo iyyasuus afaan isaatiin 'Ani Rabbi, na gabbaraa" jedhe fidaa mee yoo dandeessan !!

@DrZakirNaikAfaanOromoo

hace 2 meses, 3 semanas

Namoota Ulaagaa armaan gadii guuttan yoo jiraattan keessan nu dubbisaa

K u r e e t h T e a m

1ffaa: fuul durattti diin islaam tajaajiluuf haawwii kan qabdan

2ffaa: Afaan Englishi fi Afaan Arabii dubbistanii hubachuu kan dandeessan.

3ffaa: Ilmii bu'uraa Qur'aanaa fi Hadiisarraa kan qabdan

4ffaa Sadarkaa barnootaa Universitii fi sanii ol kan taatan.

5ffaa: Kitaabota Dubbisuu kan jaalattan.

Team' iin keenya miseensa 20 qaba. Dhiheenya kana nama 5 dabalachuuf humna qabaachuu keenya waan hubanneef dubartii 3 (sadiifi) dhiira 2 (lama) kan ulaagaa armaan olii guuttan warri dubartootaa obboleettii teenya @Zeki_kalu dubbisaa
Akkasuma warri dhiiraa ammoo @Na4Je dubbisaa

Leenjilee akka torbetti Qur'aana buusuu, Salawat Campain, Soomana Sunnaa fi Reading session irratti gamataan leenji'uuf nu qunnamaa

@Zeki_kalu
@Na4Je

hace 3 meses

Irreen teenya Allah ☝️🌹
@DrZakirNaikAfaanOromoo

hace 3 meses

Jalallee kheenyarratti guyyaa jum'aa salawaata heddummeessuun Karaalee ajrii itti heddummeeffataniin keessaa tokko.

اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا وقرة اعيننا محمد
@DrZakirNaikAfaanOromoo

We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 1 week ago

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 2 months, 1 week ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 4 weeks ago