Infinite Entertainment, Zero Cost: Get Your Free Books, Music, and Videos Today!

Motivation Tips

Description
๐šˆ๐šŠ๐šŠ๐š๐šŠ ๐š๐š’ ๐™ถ๐šŠ๐šŠ๐š๐š๐š’๐š’ ๐šš๐šŠ๐š‹๐š๐šŠ๐š—๐š’๐š’๐š

@YaadafiGaaffii_bot
Advertising
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated hace 1ย mes, 1ย semana

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Last updated hace 1ย semana, 6ย dรญas

๐Ÿ“ˆ If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. ๐Ÿค”
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated hace 1ย mes

6ย months, 4ย weeks ago

โ "Rakkina bara baraan keessa jiraannu hin qabnu" Ni darba!
โ€” @OroMotivationalTips

7ย months ago

โœช Bakka (oolmaa) kaleessaa har'as irra deebitee oolta taanaan jireenya kee irratti jijjiirama hin argitu.

@OroMotivationalTips
@OroMotivationalTips

7ย months ago

โœช Injifatamtoonni injifattoota ilaalanii boodatti hafu, injifattoonni immoo badhaasa isaanii ilaalaa gara fuulduraatti deemu.

@OroMotivationalTips
@OroMotivationalTips

7ย months, 4ย weeks ago

โœช "Harka xurii fi akka duriitti hin hafan!"
โœช Kan siree irra buluu fi kan lafa buluufis inuma bari'a...

@OroMotivationalTips

8ย months ago

ERGAA YEROO | @OroMotivationalTips

โœช Wantoota kaleessa ta'an irraa barachuun keenya fuuldura keenya tottolchuu fi qajeelinatti jiraachuuf yoo ta'e gaaridha!

โœช Dhaloonni ammaa kun dhaloota seenaa darbe qofa faarsu ta'uu hin qabu!

โœช Dhaloota seenaa haaraa dhaloota dhufuuf bocee darbu ta'uu qaba.

โœช Nutis seenaa abbootii keenya irraa barannee, hanqina isaanii sirreessuun yoo dhaloota dhufuuf dhagaa bu'uuraa hin keenye seenaa warra darbaniin dhaadachuun qofti waan faayidaa qabu natti hin fakkaatu.

โœช Har'a biyyaa fi saba kana baraaruu kan danda'u goota du'ee boolla jiru osoo hin taane si'i isa lubbuun jiruudha.

Share ๐Ÿ‘ช
@Nan_Baradha
@Nan_Baradha
@OroMotivationalTips

8ย months ago

Akeektuu Ogummaa (6):
Motivational Tips
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžŠ. Kophaa yommuu jirtu,
Yaada kee hubadhu!
โž‹. Hiriyaa waliin yommuu jirtu,
Arraba kee eeggadhu!
โžŒ. Yommuu aartu,
Miira kee to'adhu!
โž. Gareedhaan yommuu jirtu,
Amala kee ilaalladhu!
โžŽ. Yommuu danqamtu,
Ilaalcha kee madaali!
โž. Waaqayyo yommuu si eebbisu,
Durii kee yaadadhu!

@OroMotivationalTips
@OroMotivationalTips

8ย months ago

GAA'ELA GAARII | @Gaaela_Gaarii
[โ‡ฃ
๐Ÿ’ Barnoota Gaa'elaa Karaa Qindaa'aa ta'een Barachuu ni Barbaaddaa? ๐Ÿ’ใ…ค

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โค Waa'ee warra waljaalatanii Macaafni Qulqulluun Maal Jedha? โค๏ธ

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ’‹ Abbaan manaa fi haati manaa gaa'ela keessatti jaalalaan akkamitti waldanda'anii turu? ๐Ÿ’‹

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“‹ Bakkuma jirtan jiraattanii barnoota kana bilisaan barachuu dandeessu! ๐Ÿ“‹

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Œ Wanti isin irraa eegamu link armaan gadii tuquun ยซJOINยป tuquun nutti dabalamuu qofa! ๐Ÿ“Œ
๐Ÿ‘‡
JOIN ALL CHANNEL
โ—ยซJOINยปโ—
โ—ยซJOINยปโ—
โ—ยซJOINยปโ—
โ—ยซJOINยปโ—
โ Itti Gammadaa](https://t.me/+HaZx0bVuHIxmNGY8)
HOPE PROMOTION
Advertising Telegram
Channels & Groups
@Hope_Promo
@Getpostbot

8ย months ago

[โœช Yeroo free, boqonnaa keessaniitti bakkuma jirtan teessanii kan irraa barattanii fi itti bashannantan, ergaalee ciccimoon as jiru! Bilbiluma keessaniin tola argachuu dandeessu!

โœช Bilbila armaan gadii irratti cuqaasuun waan siif bahu ilaali! Irraa baradhu!
     โ•ญโ”โ”โ”โ”โ”โ•ฎ
    โ”ƒ โ—  โ•โ•โ–ช๏ธ โ”ƒ     
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒ      ๐Ÿ”˜     โ”ƒ   
     โ•ฐโ”โ”โ”โ”โ”
๐ŸŽ“๏ธ Itti bashannanaa! Gadi tuquudhaan waan isiniif qopheessine salphumatti argachuu dandeessu!](https://t.me/+kQ2ZIjBP9qY3NGI0)
HOPE PROMOTION
  Advertising Telegram
   Channels & Groups
@Hope_Promo
@Getpostbot

8ย months ago

โ "Bu'aan Obsaa Gu'aa Cobsa!"
โžฎ #share
Motivational Tips

8ย months, 1ย week ago

Ergaalee Kaka'uumsaa fi Barsiisoo 12 | @OroMotivationalTips

  1. "Qabeenyi yeroo badu wanti badu hin jiru; fayyaan yeroo badu wanta xiqqootu bada; amalli yeroo badu hunduu ni bada."

  2. "Manni koo Waaqa keessa jira. Karaa Addunyaa kanaan gara isaa dhaqa."

  3. "Ija jabinni namootatti daddarba. Namni jabaa tokko yeroo ejjennoo fudhatu yeroo baay'ee lafeen dugdaa namoota biroo ni jabaata."

  4. "Jaalala dhugaa malee wanti miira nageenyaa dhugaa gara manaatti fiduu danda'u hin jiru."

  5. "Imimmaan ofiif dhangala'u imimmaan dadhabbiiti; imimmaan namootaaf dhangala'u garuu mallattoo jabinaati."

  6. "Mucaan warra isaaf kabaja dhabuun hayyamameef kabaja dhugaa eenyuufuu hin qabaatu."

  7. "Jireenyi waggaa dheeraa yeroo kennamu umuriin dulloomuun waanuma jirudha; ayyaanaan dulloomuun garuu filannoodha."

  8. "Jechi 'jaalala' jedhu akka galmeen jechootaa jedhutti gammachuu, gammachuu, fi waan garmalee dhugaa ta'e jechuudha jedha. Ta'us Jaalalli umurii guutuu turuu qaba."

  9. "Nama biraa sababii sanyii yookiin sabaan ofirraa gadi ta'ee ilaaluun cubbuu natti fakkaata, wanti guddaan gochuu qabdu Waaqayyo jaalala isaaniif akka siif kennu kadhachuudha jedheen yaada, anis nan godha."

  10. "Kristaana ta'uun battalumatti jijjiiramuu qofa osoo hin taane - adeemsa guyyaa guyyaa itti guddachuun caalaatti Kiristoos fakkaachuudha."

  11. "Fuula macaafa qulqulluu isa dhumaa dubbiseera. Hundi isaa gaarii ta'uuf jira."

  12. "Yeroo dhihootti jireenyi koo akka xumuramu nan beeka. Waaqayyoon nan galateeffadha; kanaafis, jireenya kana keessattis waan inni naaf kenne hundumaaf... Garuu Waaqa hawwiidhaan eeggadha."

#Share

Joinโ”ƒ@OroMotivationalTips
Joinโ”ƒ@OroMotivationalTips

We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated hace 1ย mes, 1ย semana

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Last updated hace 1ย semana, 6ย dรญas

๐Ÿ“ˆ If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. ๐Ÿค”
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated hace 1ย mes