Motivation Tips

Description
????? ?? ??????? ?????????

@YaadafiGaaffii_bot
Advertising
We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 3 months, 3 weeks ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 day, 21 hours ago

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 2 weeks, 2 days ago

1 year, 2 months ago

❍ "Rakkina bara baraan keessa jiraannu hin qabnu" Ni darba!
@OroMotivationalTips

1 year, 2 months ago

✪ Bakka (oolmaa) kaleessaa har'as irra deebitee oolta taanaan jireenya kee irratti jijjiirama hin argitu.

@OroMotivationalTips
@OroMotivationalTips

1 year, 2 months ago

✪ Injifatamtoonni injifattoota ilaalanii boodatti hafu, injifattoonni immoo badhaasa isaanii ilaalaa gara fuulduraatti deemu.

@OroMotivationalTips
@OroMotivationalTips

1 year, 3 months ago

✪ "Harka xurii fi akka duriitti hin hafan!"
✪ Kan siree irra buluu fi kan lafa buluufis inuma bari'a...

@OroMotivationalTips

1 year, 3 months ago

ERGAA YEROO | @OroMotivationalTips

✪ Wantoota kaleessa ta'an irraa barachuun keenya fuuldura keenya tottolchuu fi qajeelinatti jiraachuuf yoo ta'e gaaridha!

✪ Dhaloonni ammaa kun dhaloota seenaa darbe qofa faarsu ta'uu hin qabu!

✪ Dhaloota seenaa haaraa dhaloota dhufuuf bocee darbu ta'uu qaba.

✪ Nutis seenaa abbootii keenya irraa barannee, hanqina isaanii sirreessuun yoo dhaloota dhufuuf dhagaa bu'uuraa hin keenye seenaa warra darbaniin dhaadachuun qofti waan faayidaa qabu natti hin fakkaatu.

✪ Har'a biyyaa fi saba kana baraaruu kan danda'u goota du'ee boolla jiru osoo hin taane si'i isa lubbuun jiruudha.

Share ?
@Nan_Baradha
@Nan_Baradha
@OroMotivationalTips

1 year, 3 months ago

Akeektuu Ogummaa (6):
Motivational Tips
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Kophaa yommuu jirtu,
Yaada kee hubadhu!
➋. Hiriyaa waliin yommuu jirtu,
Arraba kee eeggadhu!
➌. Yommuu aartu,
Miira kee to'adhu!
➍. Gareedhaan yommuu jirtu,
Amala kee ilaalladhu!
➎. Yommuu danqamtu,
Ilaalcha kee madaali!
➏. Waaqayyo yommuu si eebbisu,
Durii kee yaadadhu!

@OroMotivationalTips
@OroMotivationalTips

1 year, 3 months ago

GAA'ELA GAARII | @Gaaela_Gaarii
[⇣
? Barnoota Gaa'elaa Karaa Qindaa'aa ta'een Barachuu ni Barbaaddaa? ?

▬▬▬▬▬▬▬▬
Waa'ee warra waljaalatanii Macaafni Qulqulluun Maal Jedha? ❤️

▬▬▬▬▬▬▬▬
? Abbaan manaa fi haati manaa gaa'ela keessatti jaalalaan akkamitti waldanda'anii turu? ?

▬▬▬▬▬▬▬▬
? Bakkuma jirtan jiraattanii barnoota kana bilisaan barachuu dandeessu! ?

▬▬▬▬▬▬▬▬
? Wanti isin irraa eegamu link armaan gadii tuquun «JOIN» tuquun nutti dabalamuu qofa! ?
?
JOIN ALL CHANNEL
●«JOIN»●
●«JOIN»●
●«JOIN»●
●«JOIN»●
❍ Itti Gammadaa](https://t.me/+HaZx0bVuHIxmNGY8)
HOPE PROMOTION
Advertising Telegram
Channels & Groups
@Hope_Promo
@Getpostbot

1 year, 3 months ago

[✪ Yeroo free, boqonnaa keessaniitti bakkuma jirtan teessanii kan irraa barattanii fi itti bashannantan, ergaalee ciccimoon as jiru! Bilbiluma keessaniin tola argachuu dandeessu!

✪ Bilbila armaan gadii irratti cuqaasuun waan siif bahu ilaali! Irraa baradhu!
     ╭━━━━━╮
    ┃ ●  ══▪️ ┃     
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃      ?     ┃   
     ╰━━━━━
?️ Itti bashannanaa! Gadi tuquudhaan waan isiniif qopheessine salphumatti argachuu dandeessu!](https://t.me/+kQ2ZIjBP9qY3NGI0)
HOPE PROMOTION
  Advertising Telegram
   Channels & Groups
@Hope_Promo
@Getpostbot

1 year, 3 months ago

❍ "Bu'aan Obsaa Gu'aa Cobsa!"
#share
Motivational Tips

1 year, 3 months ago

Ergaalee Kaka'uumsaa fi Barsiisoo 12 | @OroMotivationalTips

  1. "Qabeenyi yeroo badu wanti badu hin jiru; fayyaan yeroo badu wanta xiqqootu bada; amalli yeroo badu hunduu ni bada."

  2. "Manni koo Waaqa keessa jira. Karaa Addunyaa kanaan gara isaa dhaqa."

  3. "Ija jabinni namootatti daddarba. Namni jabaa tokko yeroo ejjennoo fudhatu yeroo baay'ee lafeen dugdaa namoota biroo ni jabaata."

  4. "Jaalala dhugaa malee wanti miira nageenyaa dhugaa gara manaatti fiduu danda'u hin jiru."

  5. "Imimmaan ofiif dhangala'u imimmaan dadhabbiiti; imimmaan namootaaf dhangala'u garuu mallattoo jabinaati."

  6. "Mucaan warra isaaf kabaja dhabuun hayyamameef kabaja dhugaa eenyuufuu hin qabaatu."

  7. "Jireenyi waggaa dheeraa yeroo kennamu umuriin dulloomuun waanuma jirudha; ayyaanaan dulloomuun garuu filannoodha."

  8. "Jechi 'jaalala' jedhu akka galmeen jechootaa jedhutti gammachuu, gammachuu, fi waan garmalee dhugaa ta'e jechuudha jedha. Ta'us Jaalalli umurii guutuu turuu qaba."

  9. "Nama biraa sababii sanyii yookiin sabaan ofirraa gadi ta'ee ilaaluun cubbuu natti fakkaata, wanti guddaan gochuu qabdu Waaqayyo jaalala isaaniif akka siif kennu kadhachuudha jedheen yaada, anis nan godha."

  10. "Kristaana ta'uun battalumatti jijjiiramuu qofa osoo hin taane - adeemsa guyyaa guyyaa itti guddachuun caalaatti Kiristoos fakkaachuudha."

  11. "Fuula macaafa qulqulluu isa dhumaa dubbiseera. Hundi isaa gaarii ta'uuf jira."

  12. "Yeroo dhihootti jireenyi koo akka xumuramu nan beeka. Waaqayyoon nan galateeffadha; kanaafis, jireenya kana keessattis waan inni naaf kenne hundumaaf... Garuu Waaqa hawwiidhaan eeggadha."

#Share

Join┃@OroMotivationalTips
Join┃@OroMotivationalTips

We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 3 months, 3 weeks ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 day, 21 hours ago

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 2 weeks, 2 days ago