Dive into the Ultimate Free Library: Your One-Stop Hub for Entertainment!

Muslim women(dubartii muslimaa)โค๏ธ๐Ÿ‘Œ

Description
Channel kana seena irraa faayadamaa
Waantoota sammuu namaatin wal simatu hedduu irraa argattu.Gorsa adda addaa kan amaantiin wal qabate irraa argattu. join godha
Obboleyyan kessaniif share godha
Yaada Yoo qabatan ๐ŸŒน๐ŸŒน

@na4lelii
Advertising
We recommend to visit

ุจุณู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู… ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ู† ุงู„ุฑุญูŠู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู…
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
ยฉ Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-โคต๏ธ
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5ย months, 1ย week ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1ย month ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 1ย month, 3ย weeks ago

1ย month, 3ย weeks ago

Kutaa 86ffaa ๐ŸŽฏSize: 52MB
@FerhanGursum
๐ŸŽฏSagantaa: Seenaa Umar Ibnu khaaxab
๐ŸŽฏKutaa 86ffaa
๐ŸŽฏ Date :March/26/2024
๐ŸŽฏ Channel : @FerhanGursum
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
๐Ÿ™ƒLike share godhaa
Join Button๐Ÿ‘‡Galatooma

1ย month, 3ย weeks ago
Bukharii fi muslim akka gabaasanitti

Bukharii fi muslim akka gabaasanitti

Rabbiin keenya allahan yeroo
Hunda halkan tokko sadaffaa
Gara samii duniyaa gadi bu'aa.

Eenyuu kan na kadhatuu? Hayaa
Kaniin ja'uun
Eenyuu kan na gaafatu? Kaniin
Kennuuf
Eenyuu kan araarama na kadhatuu?
Kaniin araaramuuf. Jedha

๐Ÿ‘‰waan ta'ef yeroo hiraaba
Nyaata fi dhugaati qofaan
Dabarsuu hin qabnu .

Yeroo kamuu caalaa Gara allaha
Boonye ofgadi qabne, araarama
Rabbii fi rahmata isaa kajeelle
Du'aa'ii  yeroo itti godhuu qabnu.

@dubartiimuslimaa

1ย month, 3ย weeks ago

Rabbii kee caalaa
Siifi onnee teefis
Dhihoo eenyullee
Hin godhatin

Yaa rabbii kiyya
Ati naaf gahadha
Wallahi!! Jedhii

@dubartiimuslimaa

1ย month, 3ย weeks ago

Hin yaaddawiin!!

Rahmanni isaa khan
Dilii tee caaluu mootii
Rahmataa allaha qabdaati.

@dubartiimuslimaa

1ย month, 3ย weeks ago
แˆตแˆˆ "Halal Jobs" แˆฐแˆแ‰ฐแ‹‹แˆ?

แˆตแˆˆ "Halal Jobs" แˆฐแˆแ‰ฐแ‹‹แˆ?

แ‹ญแˆ… แ•แˆ‹แ‰ตแŽแˆญแˆ แ‹จแ‰ฐแŠจแˆแ‰ฐแ‹ แˆแˆ‹แˆ แ‹จแˆ†แŠ‘ แ‹จแˆตแˆซ แˆ›แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰‚แ‹ซแ‹Žแ‰ฝแŠ• แˆˆแˆ™แˆตแˆŠแˆ™ แˆ›แˆ…แ‰ แˆจแˆฐแ‰ฅ แˆˆแˆ›แ‹ตแˆจแˆต แˆฒแˆ†แŠ•แฅ

แŠ แ‹ฒแˆต แˆตแˆซ แˆˆแˆšแˆแˆแŒ‰แฃ แˆตแˆซ แˆ˜แ‰€แ‹จแˆญ แˆ‹แˆฐแ‰กแŠ“ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แ‰€แŒฃแˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‹จแˆตแˆซ แˆ›แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰‚แ‹ซแ‰ธแ‹แŠ• แ‰ แŠแƒ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆˆแ‰แ‰ แ‰ต แ‰ แˆ›แˆฐแ‰ฅ แ‹จแ‰ฐแ‹˜แŒ‹แŒ€ แ•แˆ‹แ‰ตแŽแˆญแˆ แŠแ‹!แข

แ‹ญแ‹ˆแ‹ณแŒแŠ•! แ‹ญแŠจแ‰ณแ‰ฐแˆ‰แŠ•! แ‹ˆแ‹ณแŒ…แ‹ŽแŠ•แˆ แ‹ญแŒ‹แ‰ฅแ‹™! แ‹ซแ‰ฐแˆญแ‰แ‰ แ‰ณแˆ!

แŠฅแˆญแˆตแ‹Žแˆ แˆˆแ‹ˆแ‹ณแŒ…แ‹Ž แ‰ แˆ›แŒ‹แˆซแ‰ต แ‹จแŠ แˆ‹แˆ›แ‰ฝแŠ• แ‰ฐแŠซแ‹แ‹ญ แ‹ญแˆแŠ‘แข
แ‰ปแŠ“แˆ๐Ÿ‘‰https://t.me/HalalJobsEth

1ย month, 3ย weeks ago

Soomanaa fi hoo'aโ€ผ๏ธ

โœ " yeroo hoo'i dabaleeti hoo'a
Cinqamaa soomanuun mindaa
Keenya ol fuudha, gabrootan
Rabbii gaggaariin duniyarratti
Turuu akka hawwan fi akka
Jallatan waan isaan godhaa
Keessaa tokko soomanaa
Yeroo ulfaatuu fi bakka san irratti
Rakkoo obsanii soomanuudha.

Abi darda'aุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡

" yeroo hoo'ati (baharaa keessatti)
Dheebuu obsee soomanuu, salaata
Halkanii irratti sujuuda godhamuu fi
Beekhumsa warra beekhumsa qaba
N jalatti jilbiffatanii barachuun osoo
Jiraatu baate silaa duniyarra turuu
Hin barbaadu ture" yeroo jedhu ,

Sahaaban guddaan aliyyii ibnu abi
Xaalib ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡

Immoo maal hawwita jedhamee
Yeroo gaafatamu

" yeroo bonaa soomanuu, karaa
Allaha irratti osoon duulu xilaata
Seeyfiin dhahuudha fi keessummaa
Kabajuu fi sirritti keessumessudha"
Jedhe.

Kanaafuu soomanni baranaa bakka
Garagaraati hoo'i yeroo jabaate irra
Jiraatuun caalaati nu gammachisuu
Qaba.

Akkanallee tahuu wajjiin dadhabbii
Hoo'a waan hir'isaa godhuun ni
Hayyamama. Fakkeenyaaf,
Sa'aa kamiyyuu qaama bishaan
Qabana'aan dhiqachuun , fuulaa fi
Rifeensa irratti bishaan naquun,
Afaan bishaaniin lulluuqachuun,
Deebisanii tufuun , adurraa
Dheessuun , adda fi gateetti irra
Huccuu bishaniin jiite kaa'uun fi
K k fktn.

Hoo'a duniyaa salphaa
Hoo'a jahannama ulfaata
San cinqii isaa yaadanne
Isarra waan itti bilisa baanuun
Hojii gaarii hojechuuf olii gadi
Gabrootan jedhurraa rabbiin nu
Haa godhuu!!

โœจ halkan halkan taraawii irrattis
Hoo'a hin dandahu ja'anii salaata
Dhiisanii deemurraa obsanii
Hoo'a jahannama yaadachaa
Yaa rabbi jahannama irraa na
Eegi jedhanii kadhachuutu
Caalaa fi abshallumaadha"

Da'awaa afaan amarrifaan ahmadiin
Jabal godherraan isiniif qoode anis
Isiniif oromeesse

๐ŸŒนBint abdellah
Join and share
@dubartiimuslimaa

1ย month, 3ย weeks ago

แด€ssแด€สŸแด€แด€แดแดœ แด€สŸแด€สษชแด‹แดœแด แดกแดส€แด€สœแดแด€แด›แดœสŸสŸแด€แด€สœษช แดกแดส™แด€ส€แด€แด‹แด€แด€แด›แดœสœแดœแดœ แด€แด‹แด‹แด€แด แดŠษชส€แด›แดœ สœแด€สสแด‡แด‡ สœแดœส™แด€ษดษดแดแด ส™แด€ส€ษดแดแดแด›แด€ แด€แดแด€ษดแด›แด€แด€ แด‹แด‡แด‡แด›ษชษช สœแด€แดแดแด€แด วซแด€ส™แด…แด€แด€? แด‹แด€ษดแด€แด€า“แดœแดœ แดŠแดษชษด ษขแดแด„สœแดœแดœแด…สœแด€แด€ษด ษชแด›แด›ษช า“แด€สสแด€แด…แด€แดแด€แด€

1ย month, 3ย weeks ago

Yaa Rabbii obboleyyaan khenyaa isaan khanarraa hin godhiin.

๐Ÿ˜ญWaaโ€™ee Shamarranii Ilaalchisee Hadiisa !share godha waliif
Nabiin Rabbii (SAW) gaafa Samii bahan dubartoota hedduu ibidda keessatti argan. Kan jarri haala sodaachisaan azzabamaa jiran. Subhaanallaah

"Aliyyii Ibn Abi Xaalib -akka jedhe aniif Faaximaan Guyyaa tokko Mana Rasuula Rabbii dhaqnee isaanitti Ol seenne jedhe isaanii Boo'icha hamaa boo'anii imimmaan isaanii qorop, qorop gochuu jiruu. Aliyyiin waan jedheen "Fiidaaka Abi wa Ummii " Yaa Rasuulallah Maaltu si boochise Yaa Rasuula Rabbii jedheen.

"Nabiin (SAW) waan jedhaniin Yaa Aliyyi wanni na boochise gaafan Samii bahun dubartoota ummata kiyyarraa ta'an kan isaan Azaaba garaa garaatiin azzabamaa jiranin arge . Waanan Guyyaa san arge yaadadheen of qabuu dadhabe kanatu na boochise Yaa Aliyyi jedhaniin.

1.dubartii tokko kan isiin Rifeensa Mataa isiitiin fannifamte ibidda keessatti, fannifamuu qofas mitii Mataan isii kan inni Falaq, Falaq jedhun arge jedhan

2.tokkommoo kan Arraba ishee keessaa ol harkisanii Arraba kanaan rarraasanin arge. Kana gubbaan ibidda jahannam kan itti coccobsanin arge jedhan.

3.tokkommoo miila ishee kana ol dachaasanii harma isheetti hidhan, harka ishee ammoo sammuu isheetti kan hidhanin arge jedhan.

4.tokkommoo kan harma ishee tiin rarraasanin arge jedhan.

5.tokkommoo kan Mataa ishee kana Mataa karkarroo fakkeessee qaamni ishee harree fakkaatu, ammalle Gosootni Azaabaa Gosa Miliyoona tokko kan gahutu isiirra jiraan arge jedhan.

6.tokkommoo kan Suuraa saree fakkaattu, kan ibiddi afaaniin seenee jalaan irraa bahu,sana gubbaan kan Malaykaan madooshaan gaaraa Mataa keessa gadi dhooftun arge jedhan.

Kana yaadannaan imimmaan of qabuu dadhabe yaa Aliyyi jedhaniin. Yeroo kana Faaximaan rifattee of qabuu dadhabdee waan jette yaa habiibii kiyya, yaa dasii ija kiyyaa maaluma Badiin ummata kanaa jetteen

Ergasii Rasuulli (SAW) Waan jedhaniin Yaa intala too

1.isheen rifeensaan rarraasan sun Mataa ishee dhiira irraa hin sattarattu jedhan.

2.isheen Arrabaan rarraafamte sun Abbaa Manaa ishee rakkifti jechaan Arrabaan jedhan.

3.isheen harmaan rarraafamte isheen firaasha Abbaa Manaa Ishee balleessiti nama biraa firaasha isaarra fiduun ta'ee Fedhii isaa guutuufii dhabuun ta'u jedhan.

4.isheen miilli ol dacha'ee harmatti hidhamee harki ishee sammuutti hidhamee qixaaxa hamaan qixaaxamtu sun "Janaabdaa irraa hin qulqulleeffattu, ammallee "Haydii irraas sirriitti hin qulqulleeffattu, ammas Ibaadaa Rabbii irratti da'iifa (laaftuudha) jedhan.

5.isheen Mataan ishee Mataa karkarroo fakkaatu kan qaamni ishee harree fakkaatu sun kan namaaf nama walitti dirtu, kan kijiba namarra keessu jedhan.

6 . isheen suuraa saree fakkaattu sun kan ibiddi irraan seenee jalaan bahu sun isheen "haasida (kan waan namaatti hinaaftu ) ,ammas kan waan namaaf goote himattu kan waan Rabbiif jecha gootes kan himattuudha jedhan.

Nabiin Rabbii (SAW) waan jedhan Faaximaan
Yaa intala too kasaarte hoongofte intalti Abbaan Manaa irraa rakkatu kan kabajaa hin kennineef jedhaniin.

By naasir ahmed

@dubartiimuslimaa
@dubartiimuslimaa

1ย month, 3ย weeks ago

๐€๐ฌ๐ฌ๐š๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐ฎ ๐€๐ฅ๐š๐ฒ๐ข๐ค๐ฎ๐ฆ ๐–๐จ๐ซ๐š๐ก๐ฆ๐š๐ญ๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐š๐š๐ก๐ข ๐–๐จ๐›๐š๐ซ๐š๐ค๐š๐š๐ญ๐ฎ๐ก๐ฎ๐ฎ

๐—ข๐—ฑ๐˜‚๐˜‚ ๐—š๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ถ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ!!

๐‘น๐’‚๐’‚๐’…๐’Š๐’š๐’๐’ ๐‘จ๐’-๐‘ฏ๐’Š๐’‹๐’“๐’‚๐’•๐’‚๐’š๐’Š๐’Š๐’ ๐‘จ๐’Œ๐’Œ๐’–๐’Ž๐’‚ ๐‘ฉ๐’†๐’†๐’Œ๐’‚๐’Ž๐’– ๐‘ป๐’๐’“๐’ƒ๐’‚๐’ ๐‘ป๐’๐’“๐’ƒ๐’‚๐’๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฒ๐’‚๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’Š๐’‡ ๐‘ซ๐’‰๐’Š๐’š๐’‚๐’‚๐’•๐’– ๐’€๐’๐’ ๐‘ป๐’‚'๐’– ๐‘ป๐’๐’“๐’ƒ๐’‚๐’๐’Š๐’•๐’•๐’Š ๐’€๐’†๐’“๐’๐’ ๐‘ป๐’๐’Œ๐’Œ๐’ ๐‘ฒ๐’‚๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’ ๐‘ฉ๐’Š๐’“๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ฎ๐’†๐’†๐’๐’š๐’– ๐‘ป๐’‚'๐’‚๐’‚ ๐‘ฐ๐’๐’๐’Š๐’” ๐‘ฎ๐’–๐’š๐’š๐’‚๐’‚ ๐šœ๐šŠ๐š‹๐š๐š’๐š’ ๐‘ฒ๐’‚๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’ ๐‘ธ๐’‚๐’’๐’’๐’‚๐’ƒ๐’Š๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’๐’– ๐‘ป๐’‚'๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ต๐’– ๐‘ฏ๐’๐’“๐’…๐’๐’‡๐’‚๐’‚.

๐‘บ๐’‚๐’ˆ๐’‚๐’๐’•๐’‚๐’‚๐’๐’†๐’† ๐‘ฐ๐’๐’๐’Š ๐‘ธ๐’‚๐’ƒ๐’‚๐’•๐’†๐’† ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’Š๐’‡ ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’– ๐‘ฒ๐’‚๐’ ๐‘จ๐’“๐’Ž๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ฎ๐’‚๐’…๐’Š๐’Š๐’•๐’•๐’Š ๐’‚๐’“๐’ˆ๐’‚๐’Ž๐’‚๐’ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’…๐’‰๐’‚๐’‚ ๐‘ด๐’‚๐’‚๐’“๐’“๐’†๐’† ๐‘ฑ๐’๐’Š๐’ ๐‘ฎ๐’๐’„๐’‰๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ฏ๐’๐’“๐’…๐’๐’‡๐’‚๐’‚ ๐‘ฑ๐’›๐’Œ.

๐†๐€๐ƒ๐ˆ ๐ƒ๐‡๐ˆ๐ˆ๐…๐€๐Œ๐„๐„๐‘๐€๐€!!

We recommend to visit

ุจุณู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู… ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ู† ุงู„ุฑุญูŠู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู…
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
ยฉ Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-โคต๏ธ
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5ย months, 1ย week ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1ย month ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 1ย month, 3ย weeks ago