BURQAA BEEKUMSAA

Description
Advertising
We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated hace 5 días, 5 horas

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated hace 2 meses

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated hace 2 semanas, 4 días

5 months, 2 weeks ago

Inni kaayyoo isaa dhabuu irra, kaayyoo isaa wajjin baduu filateera. Anii fi ati warri “Waan guddaa hojjechuuf waan guddaa qabaachuu qabna” jennee amannu loltuu kana akka maraatuutti lakkoofna. Inni waan xiqqoodhaan waan guddaa argachuuf murteessee tarkaanfii fudhateera. Kaayyoo keessatti galma ga’uu qofaa utuu hin taane adeemsa irratti kaayyoof aarsaa ta’uun mataan isaa milkaa’ina. Murtoo dhumaa hin murteessitu taanaan nama giddu galeessaa taatee hafta. Gaafa du’a murteessitu jireenyi carraa jiraachuu siif kenniti.

Inni kaayyoo isaa hin sharafu! Amalli kaayyoo inni guddaan hin sharafamu. Waan hin sharafamneefuu kaayyoo jedhame. Kaayyootti murtoo, ejjennoo, tarkaanfiin dabalamnaan immoo kan caalu ta’a. kaayyoon ofii jireenya ofii hin caalu yoo ta’e ulaagaa kaayyoo hin guutu. Riphee lolaan mootummaan waan xiqqoo fooyyessee yoo waamicha godhe illee tole hin jedhu. Inni kaayyoo hin sharafamne qaba. Kaayyoo dhaabbataatti of danda’uu qaba. Murtoon isaa faayidaa argachuuf utuu hin taane waan itti amane hojjechuudha. Milkaa’insi Kaayyoo ofii fiixaan baasuu qofa utuu hin taane kaayyoo ofiifis du’uun milkaa’inidha. Namoota kaayyoo hin qabne abbaa barbaadetu ergata. Namni akkasii garba warra kaayyoo qabaniiti. Iddoo barbaadanitti du’u, nama barbaadetu ajjeesa, yeroo barbaade abbaa barbaadetu ajjeesa."
Ebisa Mekonen

https://t.me/Burqaa_Beekum_saa

5 months, 2 weeks ago

"Yookiin jiraachuu yookiin du’uu murteessi!
?️?️?️?️?️?️?️?️?️?️?️?️?️?️?️
Yoo jiraatte jireenyatti jiraadhu yoo didde jireenyuma dhabda. Akka ta’utti hin jiraattu yoo ta’e akkamitti akka duutu ammuma maladhu. Akka of ajjeestun si jajjabeessa. “Waan ta’e tokkoof hin dhaabbattu taanaan waan hundaaf kufta” Malkom X. Murtoo kana utuu hin murteessin qajeeltootti jiraachuu hin dandeessu. Yeroo hedduu mata duree kana dubbisteetta ta’a; garuu yoo murteessite malee jecha kana beekuun homaa si hin fayyadu. Namoonni jireenya milkaa’aa fi bareedaa jiraatan ollaa kee yoo jiraatan icciitii kana sitti himu gaafadhu. Isaan iccitii kana beeku. Gaafa ati murtii du’aa dabarsitu jireenyi milkaa’ina nuu raggaasisti. Du’a sirrii utuu hin du’in jireenya sirrii jiraachuu hin dandeessu. Argeera namoota baay’ee du’aaf deemanii jireenyaan galan. Namni kaayyoo isaaf hin jiraanne jiraachuunis isa hin barbaachisu, du’uu qaba. Dhuguman siin jedha, hojii akka hojjettuuf itti ergamte hojjechaa hin jirtu yoo ta’e dachee kana irra jiraachuun si ga’a. Jiraachuuf hin murteessitu yoo ta’e du’uuf amma murteessi.

Mee fakkeenya dhugaa ta’e qabxii kana haala gaariin ibsuun siif fudha. Riphee lolaa! Gosa waraanaa keessaa riphee lolaa baay’een ajaa’ibsiifadha. Sababni isaa humna inni qabu utuu hin taane kaayyoo isaaf murannoo inni qabudha. Inni jalqabuma iyyuu akka inni riphee lolaa ta’u kan isa godhe humna xiqqoo waan qabuufidha. Humni isaa inni xiqqoon immoo kaayyoo isaa isa guddaa ittiin hanbisuu hin barbaadne. Inni yookiin du’uu yookiin sirriitti jiraachuu murteesseera. kaayyoo fi galma dhaabbataa tokko qaba. Sun galma ga’uuf nama ejjennoo cimaadhaan jireenya isaa irratti tarkaanfii fudhatedha. Eenyullee jireenya isaa irratti ejjennoo cimaa fi murtoodhaan tarkaanfii hin fudhatu taanaan garbummaatti jiraata. Bilisummaan qabsoo malee hin argamu. Jirenyaaf qabsootti galuun ala filannoo biraa hin qabdu! “Waanti ati amma jiraachaa jirtuuf hanga du’a lubbuutti gatii si hin kaffalchiisu yoo ta’e, jiraachuun kee hiika hin qabu” M.Luuter. Maal ture hojiin kee? Daldalaa, siyaasaa, amantaadhaa, kalaqaa,… dhuguma lubbuu keen ni laattaafi? Adeemsa kaayyoo keessatti waanti lubbuu siif kennu hin jiru, waan ati lubbuu kennituuf malee! Mul’anni lubbuu sin gaafanne mul’ata miti.

Utuu Aarsaa Hin Ta’iin Fooliin Urgaa’u Hin Jiru! Riphee lolaan kun waan barbaadu hundumaa argachuuf waan qabu hundumaa dhabeera. Qorra, aduu, beela, dheebuu, qullaa ta’uu, bineensaa fi namaan lolamuu rakkina dhufu hundumaa hamma lubbuu isaa kennutti keessummeessuuf qophiidha. Ejjennoodhaan murteessuun tarkaanfii kana hundumaa akka inni fudhatu kan isa godhe humna isaa fi kaayyoo isaati. Ati kaayyoon kee guddaadha garuu human keetu achi hin ga’uuf dhiiste. Kanumaafan du’a ykn jireenya murteessi kanan siin jedheefuu. Kaayyoon isaa gadhees gaariis haa ta’u, garuu murtoon isaa barumsa guddaadha. Waan sitti hima. Hojii kam hojjechuun mirga keeti, garuu hojii sanaaf murtoo dhumaa godhi. Gidiraan kee akka gabaabbatu yoo barbaadde murtoo dhumaa murteessi.

Loltuun kun umurii guutuu yoo isa fudhate illee itti fufee qabsaa’a. Du’i daandii qabsoo irratti yoo dhufteefis gammachuun simata. Namoota tokko tokkoof milkaa’inni dhuma ga’uu qofa se’u. waan qabsaa’an sanaaf daandii sana irratti du’uun illee milkaa’inadha. Sana hin hojjedhu taanaan du’uu naaf wayya kan jettu qabdaa? Ani qaba. Sana hin hojjedhu taanaan du’uu naaf wayya. Sana milkeessuuf du’a yoo na gaafate qophiidha. Umurii guutuu na gaafata yoo ta’es utuun isa hojjedhuu darbuun barbaada.

Riphee lolaan mindaa malee waan qabu dhabee lolatti gale. Kaayyoo kee milkeessuuf yoo miindaa hin argattu ta’e iyyuu tola hojjechuuf qophiidhaa? Utuu namoonni baay’een si abaaranii kaayyookeef hojjechuuf qophiidhaa? Gatii argachuuf gatii dhabda. Utuu lolamtuu hojjechuu qabda. Waan qabdu dhabdees hojjechuu qabda. Bu’aan inni lakkaa’atu wanta guyyaa guyyaadhaan argatu utuu hin taane dhuma galma isaa irratti waan argatu lakkaa’ata. Inni daandii barbaadu irratti yoo ta’e du’i illee isaaf jireenya bilisummaati.

5 months, 3 weeks ago

???? ????????????

??????????? ????? ?????????? ???????????? ??????????????? ??'?? ??????? ???????? ??????????? ???????? ??????????? ????? ?????????? ????????? ??????? ???????? ??????????? ???????? ???? ??????????? ?? ????????.

??????????: ?????????? ????? ?????? ??'?? 3? ?? ???? ?????? ??? ???????? ??'?? ???????? ????? ????? ????????? ?????? ????? ?? ????????

??????? ????? ?????? ???? 3?+
???? ????????: @Rafiiqul_Islaam2

https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk

5 months, 3 weeks ago
5 months, 3 weeks ago

[Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!
    ⇣⇣  ⇣⇣  ⇣⇣  ⇣⇣

❏ Faayidaa guddina dhuunfaa

✍️Waan gochuu barbaaddu  adda baafatta
✍️Galma ifa ta’e kaa’uu ni dandeessa
✍️Kaka’umsa ni qabaatta
✍️Madaallii hojii fi jireenyaa fooyya’aa ni argatta
✍️Abdii hojii kee ni fooyyessa
✍️Dhiphina kee akka to'attu si gargaara
✍️Deeddebitee akka of haroomsitu si gargaara
✍️Ilaalcha gaarii akka qabaattu si gargaara
✍️Fayyaa akka qabaattu si gargaara
✍️Qabeenya akka qabaattu si gargaara
✍️Akka geggeessaatti akka guddattu si gargaara
✍️Humna sammuu kee fooyyessuuf si gargaara
✍️Carraa haaraa siif bana

#Personal_development
#People_development

❏ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!

███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███](https://t.me/+i_jOwMgZZWVkMzVk)

8 months ago

[Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!
    ⇣⇣  ⇣⇣  ⇣⇣  ⇣⇣
┏━━━━━━━━━━┓
Gorsaa fi Barnoota
┗━━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━━┓
Seenaa Barsiisoo
┗━━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━━┓
  Qur'aanaa fi hadiisa
┗━━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━━┓
Jechoota mimmiidhagoo
┗━━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━━┓
Barnoota bu'uura islaamaa
┗━━━━━━━━━━┛

Waliin barannee waliis haa barsiifnuu??

❏ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!

███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███](https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8)

8 months ago

?Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

?ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ

???? ?? ???? ?????????
         ??????????? ????????
          ????????//??????
       ---------------

????????//?????? 10?+
???? ????? @Rafiqul_Islaam

8 months ago

Sarariitii Jechuun kana.

Yeroo tokko Namni duukkaana qorichaa(Pharmacy ) qabu tokko mana pharmacy isaa keessatti sarariitiin waan argameef,rakkoo qulqullinaan himatamee mana murtiitti dhi'aate. Dabareen isa ga'e. Abbaa murtii ''Yakka ittin himatamte dhufte beekta?Lakkii gooftaakoo! Maaliif akkan himatame waanan beeku hin qabu!'' jedhe deebiseef. pharmacy keetti sarariitiin argameera.Mani qorichaa kee qulqullinna hin qabu jechuudha.Mani qorichaa immoo dirqama qulqulluu ta'uu qaba'' jedhe.

Yeroos namichi ani sarariitii hin beeku jedhu himatamaan isaa duuba dhaabatee dabaree isaa eeggachaa ture tokko namicha durattii darbee,gad jedhe teessoo abbaan murtii irra taa'ee ture jala sarariitii fuudhe,''Ilaa! Sarariitiin kunooti!'' jedhee itti agarsiise.Yeroo kana abbaan mana qorichaa sun akkas jedhe ''KABAJAMAA ABBA MURTII !MAARREE WAAN ISINITTI MURTEESSISU IRRA TEESSANII ANATTI MURTEESSITUU? jedhee gaafate.
Of ilaalun gaariidha ergaan kun jireenya baay'ee keenyaa bakka bu'aa,Waantii guddan of argu danda'udha.
Midiiyaa hawaasa irraa.

https://t.me/Burqaa_Beekum_saa

8 months ago

#Furmaanni_Dammaquudha!

Namichatu abjuudhaan bosona guddaa keessa deemaa ture. Osoo bosona addaan kutee deemaa jiruu, hoomaan waraabessaa gaana kaase, itti dhufe.Rifatee gara fuulduraatti osoo fiiguu, of duratti haroo bal‟aa naachi keessaa mul‟atutti dhufe. Waan godhu dhabnaan, muka tokko koruuf yaadee, gara mukaatti fiige. Koruu eegale. Muka yaabbachaa osoo jiruu gara irraan jawwee muka irraa isa nyaachuuf itti deemu arge. Namichi kun jalaan waraabessa, fuulduraan haroofi naacha, gara irraan immoo jawweedhaan marfamee jira. Rakkoo hamaa isa muudhate kana keessaa bahuuf maal gochuu qabaa? Namni kun yoo fiiges, utaales, gara samii barrisees, nyaatamuu jalaa of oolchuu hin danda'u.

Rakkoo walxaxaa kana keessaa bahuuf fala tokko qofa qaba. Innis dammaquudha. Namichi kun hirriiba keessa jira. Kana jechuun gaafa dammaqe wanti inni akka rakkootti ilaalu kun rakkoo hin jirredha. Kana jechuun wanti namicha kana rakkise marti akka inni itti ilaalaa jiru irraa madda. Ilaalchi yoo jijjiirame rakkoon ni furama.

Midiiyaa hawaasa irraa!
https://t.me/Burqaa_Beekum_saa

We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated hace 5 días, 5 horas

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated hace 2 meses

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated hace 2 semanas, 4 días