MIJUU SAMMUU

Description
✅•Mijuun sammuu....sammuun hinsoomin;sammuun samii yaadaati!
♾️√•Yaada yaadan yaaluun sammuu soomeetti sansaka horuudha.Yaada yabbuun yayyabami!
#Cryptonews
https://t.me/major/start?startapp=1383688538
?♥️?@Mich3853bot
?CEO @Mich3853
We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 7 months ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 3 months ago

👉👉 Sʜᴀʀᴇ ɪʏᴏ xᴀʏᴇʏsɪɪɴ sᴏᴏ ᴅᴀʟʙᴏ👉👉 @Ibiiye_online
MY ᴄʜᴀɴɴᴇʟs 👇👇🔥💀

0619425303👈👈👈👈 qofkii xareesiiska rabo luuqa iga soo qabo

Last updated 3 weeks, 5 days ago

3 months, 1 week ago

"Dureessi beekumsa hin qabne hiyyeessa waan uume se'a"Jedhan!

3 months, 1 week ago

1.Ofiikoo natti agarsiisi
2.Ofiikee natti agarsiisi
? "ADDUNYAA Kanarraa kadhanni waan lamaan olii kana tahu qaba.Namni waaqayyoon kadhachuu kan qabu:Ofiikoo natti argisisi! Isa Ofiikoo na argisiiste ofii kee natti argisiisi".jedhe Pro.MIhiraatuu Shaanqoo

Madda:-Maal Wayyaa

3 months, 1 week ago
3 months, 1 week ago

Major Guyyaa borii NFT kennuuf akka jiran Community isaanii irratti beeksisanii jiru.

$Akkasumas, 'Wallet'Kan Jalqaba' Connect 'gootan turtan  'Update' tahee waan jiruuf irra deebi'uun 'connected' godhaa!

M?

3 months, 2 weeks ago

Major,USDT,Notcoin,hamster,dogs gurgurrachuuf namoonni qabdan jirtuu?
Na qunnamuun qarshiitti deebifachuu dandeessu

'*Hi' hinjedhinaa waan qabdan screenshot godhaa ergaa!
Hub.Namoonni amanamummaa narraa hinqabannee natti hingurgurina.Hinbitu.Nama sodaaf miti Waaqayyoon sodaadha malee.

Dabalataanis,namoonni 'Ton' barbaaddan na bira ni argattu.
TON*
Asiin naqunnamaa
@mich3853

Username kiyya kana qofa.

3 months, 2 weeks ago

Tilmaama keessan itti fufaa yeroo muraasa qabduu!?

3 months, 2 weeks ago
3 months, 2 weeks ago
**TILMAAMAA BADHAAFAMAA HAMMAA BORUU 1:30tti**

TILMAAMAA BADHAAFAMAA HAMMAA BORUU 1:30tti
MAN.CITY &MAN.UNITED

Hariiroo waliigalaa Manchester Yunaayitid fi Maanchistar Siitii

Maanchister Siitiin taphoota 61 injifate.
taphoota 54 walqixa bahan.
taphoota 79 Maanchister Yunaayitid injifate.

?BADHAAFAMA 1FFAA QABXII MEEQAN BAHU? 'EDIT' GOCHUUN HINDANDA'AMU!

Bor enyuutu injifata?

Meeqan?

@Mijuu_sammuu

3 months, 2 weeks ago
MIJUU SAMMUU
3 months, 2 weeks ago
We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 7 months ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 3 months ago

👉👉 Sʜᴀʀᴇ ɪʏᴏ xᴀʏᴇʏsɪɪɴ sᴏᴏ ᴅᴀʟʙᴏ👉👉 @Ibiiye_online
MY ᴄʜᴀɴɴᴇʟs 👇👇🔥💀

0619425303👈👈👈👈 qofkii xareesiiska rabo luuqa iga soo qabo

Last updated 3 weeks, 5 days ago