All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 20 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 1 day ago
Somaaliyaa fi Loltoonni qilleensarraa Ijipt waliin ta'uun halkan edaa haleellaa kibba Itoophiyaatti raawwattaniin hin milkoofne. Ta'us xiyyaarri Itoophiyaa 1 guutummaatti barbadaa'eera. Itoophiyaan taatee halkan edaa sa'atii 9 irratti mudateen dachaadhaan deebifna jechuun dhaadatteetti. Video gabaabduu yeroo wal waraansaa kana daawwadhaa. ?
[Faarfattoota Faarfannaan Isaanii Hin Quufamne ❤️❤️❤️
Faarfannaa Isaanii Album Guutuu Dhaggeeffachuu fi Download Godhachuus Dandeessu Asumaan ⬇️⬇️
Kan Jaallattan ❤️ Godhaa.
❤️988 ?678](https://t.me/hAmster_kombat_bot/start?startapp=kentId6624399776)
[Sagaleen hidda dhiigaa keessa haloo facaasu, wareersee hirribaa na dammaqse. Miira naasuun nafa mataa ol qabadhee, ija didee walitti harkifatu gargar deebisaa, naannoo koo mil'achuuf utuun yaaluu, sagaleen duraa sun yeroo lammataaf 'qaqawweessa'e.'
"Hin kaatuuree amma! Du'i lafa kanarraa si haakaasuutii. Siinan jedhaam Obsa! Utuun asii gad mar'ummaan keerra ajjedhee achitti si hin hambisin, amma dafiitii ka'ika lafa kanaa! Hum...! Sii gurbattiinana; kan ati hanga guyyaatti anarra raftuuf, garbittii kee naseete moo kunuunsituu?! Hirribichi kan bara baraa siif haata'u malee!" jettee, falaxaa harkaa qabduun, uffata qorraa gadi anarraa gototte. Duratti, hirribni ijatti nadhufuu didee, yeroo dheeraaf dukkana waliin ija walitti babaasaa yoo turrellee, yeroo akkamii akka hirribni nafudhate natti hin yaadatamu.
Qaamni koo qorraan kattalaa'ee hin socho'u; ijnis na guba. Imimmaan yaa'ee qaroo ijaa dura guutee argaa na daangesse axaawachuuf anaa jedhu, tasa futta'ee ba'ee maddii gubbaa gadi na konkolaate.
"Siif haaboo'an ati duunaan! Siinan jechuutti jiraam Obsa! Hin kaatuu amma lafa kanaa?!" jettee saggoo qabdee, bakkan ciisee rarraastee kaastee, dadarbataa gara goor-duubaatti na geessite.
Ilmaan ishee, harkaafi miillasaanii gargar diriirsanii, wal keessa galanii, uffata qorraafi afata oliifi gadi mancaasanii, hirriba nagaa, hirriba boqonnaan guute, hirriba jaalalaafi kunuunsa haadhaatiin marfame keessa jiru. Fajajee dhaabadhee, ijaan isaan ilaalee, garaatti utuun hirriba akkanaa hawwuu, duubaan na darbannaanin of qabuu dadhabee, bitintiraa dhaqee, addaan balbala gara borootti baasutti rukutamee, joonja'een bakkan jiru wallaale.
Rakkoon caalu dhalachuun dura dafee ba'uuf utuun fiiguu, ilmoo adurreerra ajjennaan caraantee, ijoollee rifaasistee, hirribaa dammaqsite. Ilmaan ishee rifatanii hirribaa dammaquun isaanii sababa ta'eefii, hanga harki ishee dhukkubutti, obdii mana boroo keessa gangalchitee, alangaa gogaa roobiürraa tolchameen erga na reebdeen booda,.... See more](https://t.me/Boom/LoudCoins?startapp=DpK7YnPXHKDcLH46QjiKg5)
Yadeni Merga | ANI EENYUU? | New Live Worship @faaruumediaa
https://www.youtube.com/@faarfannaa-haaraaofficial
✨ Gadhiifamera ✨
?sнαяє?like comment
▷ @jcpchurch1
@araratv1◁
???Join us ??
?Yadaaf ? @Faarfannaahaaraa_bot
SIN YAADA || GUUTUU SHIFARRAA || NEW LIVE WORSHIP || JCP CHURCH || 2024
https://www.youtube.com/@faarfannaa-haaraaofficial
✨ Gadhiifamera ✨
?sнαяє?like comment
▷ @jcpchurch1
@araratv1◁
???Join us ??
?Yadaaf ? @Faarfannaahaaraa_bot
BACU DEREJE : ANAAF JETTEE @oboromedia on @oboro2 Gospel song
https://www.youtube.com/@faarfannaa-haaraaofficial
✨ Gadhiifamera ✨
?sнαяє?like comment
▷ @jcpchurch1
@araratv1◁
???Join us ??
?Yadaaf ? @Faarfannaahaaraa_bot
Natnael Tamene Faarffannaa koo
https://www.youtube.com/@faarfannaa-haaraaofficial
✨ Gadhiifamera ✨
?sнαяє?like comment
▷ @jcpchurch1
@araratv1◁
???Join us ??
?Yadaaf ? @Faarfannaahaaraa_bot
TAAMMAANY MULUNEE || NEW LIVE WORSHIP || JCP CHURCH || 2024
https://www.youtube.com/@faarfannaa-haaraaofficial
✨ Gadhiifamera ✨
?sнαяє?like comment
▷ @jcpchurch1
@araratv1◁
???Join us ??
?Yadaaf ? @Faarfannaahaaraa_bot
NATTI HIN BADNE: FAARFATTOOTA WALDAA MAKAANA YESUUS BEETEL ADAAMAA
https://www.youtube.com/@faarfannaa-haaraaofficial
✨ Gadhiifamera ✨
?sнαяє?like comment
▷ @jcpchurch1
@araratv1◁
???Join us ??
?Yadaaf ? @Faarfannaahaaraa_bot
1GB ስንት MB ነው
All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 20 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 1 day ago