NUURU SUNNAA

Description
Advertising
We recommend to visit

Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 90aadkii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks

Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.

Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter

Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot

Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah

Fadlan wixii Su'alaha la xariir

@liibaanwaasuge
@Mfaratoon

11 months ago
11 months ago
11 months ago

الإمام أبو عبد الله محمد بن إدريس الشافعي قال:
أخى لن تنال العلم إلا بستة:-
.١. ذكاء
٢. وحرص
٣. واجتهاد
٤. وبلاغة
٥. وصحبة أستاذ
٦. وطول زمان
Imaam Abu Abdallah Muhammad Bin Idriis Ash-Shaafi'iy akkana jechuun namoota gorsan:-
   Yaa Obboleessa koo! Wantootni Jaha guutaman malee beekkumsa goonkumaa hin argattu jedhan:
   1. Gamnummaa (cimummaa fi hubannaa)
   2. Fedhii hin dhumne (Hifaatii irraa bilisa ta'uu)
   3. Qabsoo (wallaansoo),
   4. Meeshaawwan barnootaa( kitaaba, qalama, ...),
   5. Barsiisaa wajjiin hiriyyoomuu ykn michoomuu fi
   6. Dheerina yeroo (dhiha aduu takkatti beekaa hin ta'an).
Wanti guddaa fi hundaa caalu ammoo badii/yakka/ irraa fagaatanii argamuudha. Aalimni kun haasawa isaanii biroo keessatti gorsa barsiisa isaanii tuquun akkana jedhu:
ونور الله لا يؤتاه المعاصي
"Beekkumsi ykn ifni Allaaha nama yakkamaa ta'eef hin qoodamu."
.
@Sano_Haji7

11 months, 1 week ago
11 months, 1 week ago
11 months, 1 week ago
11 months, 1 week ago

**Sheikh Muhammad Amiin Al harariin [Rahimahullaahu] Sheikh Muqbil Yeroo Faarsu.

" Gariin Obboleewwan keenyaa tokko hajjii  bar 1437 Sheikh Muhammad Amiin [Rahimahullahu] erga zayyareen booda. Da'awaa Sheikh Muqbil irraa Sheikha Gaafachuu eegale. Erga Hadiisoota Caalmaya Yaman Dubbatan himeen booda taa'umsuma San Keessatti akkana jedhe Sheikh Muhammad " Sheikh Muqbil Nama akkaan ilmii barbaaduu keesaatti qabsaa'ee fii jajjabaataa ,qaamaa fii qalbiin ilmiirra gad taa'aa tureedha. Kan Dhufee Sahiiha bukhaarii nabiratti qara'ee ergasii deemee Ma'ahada Harima Makkaatti baratee ergaa Gara galgalaa Deebi'ee Sharhii ibn Aqiil Na biratti qara'u ture. Yeruma Sharhii Ibn Aqiil bakka Munaadaa geenye, I'iraabaa Munaadaa mudaaf irraa na gaafate. Aniis Risaalaan " Hadiyyatu Ulil ilmi wal insaaf fii iعraabi Al munaadaal Mudaaf" jedhuuniin isaaf deebise" jedhe. Ergasii sheikhni akkana jedhe " Ulil ilm wal insaaf jechuu kiyyaan Sheikh Muqbiliin baana" jedhe.#أبوزياد_المكي Risaalaan kana kunoo**https://t.me/al_suniy/2416

11 months, 1 week ago

1.Surah Al ankebut

Abdurahman Mossad

We recommend to visit

Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 90aadkii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks

Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.

Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter

Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot

Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah

Fadlan wixii Su'alaha la xariir

@liibaanwaasuge
@Mfaratoon