Unlock a World of Free Content: Books, Music, Videos & More Await!

Kakuu Studio

Description
❍ Tajaajila Channel Kanaan dhiyaatu:
» Barnoota Amantii Cimsannaa
» Dhugaa Wangeelaa
» Ergaa Ganamaa
» Leenjiilee Hafuuraa
» Ergaa Dargaggootaa
» Qo'annaa Macaafa Qulqulluu
» Kadhata Qulqullaa'aa
» Barnoota Gaa'elaa
► Join
Yaadaf @Megertu_Dhugasa
Advertising
We recommend to visit

FAST MTPROTO PROXIES FOR TELEGRAM

#DigitalResistance

ADS:
@Ads_ProxyMTProto

Run your own MTProxy:
https://github.com/TelegramMessenger/MTProxy

Last updated hace 1 día, 4 horas

Official Telegram Channel of Koorowsh🎙️

Last updated hace 1 mes, 2 semanas

• پذیرا باشیم.

Last updated hace 1 mes, 2 semanas

3 days, 11 hours ago

Wanti ta'us Ta'ee Darbera Lakki ani tasan cabnee Fugumii😢❤️🙏

Far Sol Alemu

@Kakuu_Studio
@Kakuu_Studio

4 days, 2 hours ago

Hojii Ergaamootaa 28:6

6 Isaan immoo amma iita'a yookiis amma lafa dha'ee du'a jedhanii eegan. Yeroo dheeraa eegaa turaniis waan tokko illee akka irratti hin ta'in arginaan, yaada isaanii geddaranii, "Inni Waaqayyo tokko" jedhan.

@Kakuu_Studio
@Kakuu_Studio

5 days, 7 hours ago

Daa'imummaan yeroo itti lafa qotani; dargaggummaan yeroo itti facaasani; jaarsummaan yeroo itti nyaatani!"

⁃ Yeroodhaan ka'i!
⁃ Yeroodhaan ba'i!
⁃ Yeroodhaan gali!

"Osoo taa'uudhaan beekumsi argamee beekaan addunyaa kanaa dhagaa ture!"
⁃ Itti dadhabi!
⁃ Dubbisi!
⁃ Barreessi!
⁃ Hojjedhu!
⁃ Jajjabaadhu!
⁃ Milkaa'inaaf gatii baasi!
⁃ Ittuma jabaadhu!
⁃ Fiigi!

"Taa'anii buqqee jedhamuu irra fiiganii bubbee jedhamuu wayya!

ልጅነት የመቆፈር ጊዜ ነው; ወጣትነት ለመዝራት ጊዜው ነው; እርጅና የመብላት ጊዜ ነው!"
በሰዓቱ ተነሱ!
⁃ በጊዜ ውጣ!
⁃ በሰዓቱ ይግቡ!
"እውቀት በመቀመጥ ቢገኝ ኖሮ በዓለም ላይ በጣም ጠቢብ ሰው ድንጋይ ነበር!"
⁃ ጠብቅ!
አንብብ!
⁃ ፃፈው!
⁃ መ ስ ራ ት!
⁃ ይበረታቱ!
⁃ ለስኬት ይክፈሉ!
⁃ መልካም ስራህን ቀጥይበት!
ሩጡ! "መሮጥ እና አረፋ መባል ይሻላል!

2 months ago

WAA'EE JAALALAA IRRATTI JECHOOTA HAYYOOTAA MURAASA

➊. "Daraaraan jireenyi irraa damma qopheeffatu JAALALA jedhama. Jechuun, jaalalli jireenyaaf madda dammaati!"
— (Victor Hugo)

➋. "Jaalala baruu kan dandeenyu jaallachuudhaan qofa!"
— ( Iris Murdoch)

➌. "Jaalallee keetiin akkas jedhiin: Nuyi baalawwan damee tokkooti, daraaraawwan ooyruu tokkooti, copha/bishaan Galaana tokkooti!"
— (Lacordaire)

➍. "Waanan bareedduu/daa ta'eef na jaallattemoo waan na jaallatteefan sitti bareede?"
— (Oscar Hammerstein II)

➎. "Uumamuu gaa'ela gammachuu fi nagaa hin qabneetiif sababni guddaan rakkoo jaalalaa osoo hin taane rakkoo walitti dhufeenya uumuuti!"

➏. "Jaallachuufis ta'ee jaallatamuun dura of ta'ii argami! aangoo guddaan ati qabdu of ta'uudha. Maalif yoo jette, homtuu si ta'uu hin danda'u!"

➐. "Mallattoon jaalala jalqabaa (Foonqaan) dargaggeessa tokko irratti mul'atu ofitti amanamummaa dhabuu yommuu ta'u kan shamarranii ammoo ofitti amanamummaa guddaa horachuudha."
(The firs symptom of love in a young man is timidity, in a girl boldness)
— (Victor Hugo)

➑. "Hariiroo jaalalaa keessattis ta'ee qixa kamittuu yartuun dhiifama gochuu hin dandeessu, dhiifama gochuun amala nama jabaati!"
— (Mahtma Gandhi)

➒. "Seenaan jaalalaa inni dhugaan dhuma/xumura hin qabu."
— (Rickard Batch)

➓. "Hundumaa jaalladhu, garuu muraasa amani!"
— (William Shakespeare)

➊➊. "Hariiroo Jaalalaa keessattis ta'ee qixa kamittuu dhiifama gochuu jechuun nama si yakke sana mana hidhaatii baaftee kaatee hidhamee kan ture si'i akka ta'e beekuudha! Jechuun, dhiifama hin gootu taanaan hidhamtee jirta dafii bilisa of baasikaa!"
— (Louis B. Smedes)

➊➋ "Jaalalli gubaa akka giimii abiddaati eega naan jettanii, jaalalli keessan dukkana keessatti haa ifu, warra kaaniifis fakkeenya gaarii ta'aa!"
— (Jane Austen)

➦ ωααи ᴅυввιfтαиιιf Gαℓαтσσмαα! #Ѕнαʀє Gσ¢нυυи σввσℓσσтααf qσσ∂αα!

@Kakuu_Studio
@Kakuu_Studio

2 months ago

𝐖𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐭𝐧𝐢 𝐤𝐮𝐝𝐡𝐚𝐧 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚𝐟 𝐛𝐚𝐥𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚!

  1. Qabeenya hojii malee argame (wealth without work)
  2. Gammachuu sammuun hin fudhanne (enjoyment without conscience)
  3. Beekumsa sirna isaa hin hordofne (knowledge without character)
  4. Daldala hamilee malee (business without morality)
  5. Saayinsii namummaan ala bahu (science without humanity)
    6 . Amantii miira Amatummaa/osoo hin argin amanuu of keessaa hin qabne (Religion without Compassion)
  6. Siyaasa qajeelcha/hoggansa hin qabne (politics without principle)
  7. Mirga itti gaafatamummaa dhabe (right without responsibility)
  8. Angoo gaafatama hin qabnee (power without Accountability)
  9. Guddina itti fufiinsa hin qabne (development without sustainability)

@Kakuu_Studio
@Kakuu_Studio

2 months ago

𝗤𝗔𝗕𝗫𝗜𝗜LEE 𝗕𝗔𝗥𝗕𝗔𝗔𝗖𝗛𝗜𝗦𝗢𝗢 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔 𝗞𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔

• 𝐼𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑖 𝑘𝑒𝑒 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑒𝑒 𝑚𝑖𝑙𝑘𝑎𝑎’𝑖𝑛𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖.
• 𝐼𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑖 𝑎𝑡𝑖 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑡𝑜𝑘𝑘𝑜𝑜𝑓 𝑞𝑎𝑏𝑑𝑢 𝑔𝑎𝑑ℎ𝑒𝑒 𝑡𝑎’𝑢𝑢𝑛 𝑖𝑠𝑎𝑎 ℎ𝑜𝑗𝑖𝑖 𝑘𝑒𝑒 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑘𝑎𝑙𝑙𝑎𝑡𝑡𝑖𝑖 𝑑ℎ𝑎𝑎𝑛 𝑑ℎ𝑖𝑖𝑏𝑏𝑎𝑎 𝑡𝑎𝑎𝑠𝑖𝑠𝑎.
• 𝐵𝑖𝑙𝑐ℎ𝑖𝑛𝑎𝑎𝑓 𝑘𝑎𝑟𝑎𝑎𝑛 𝑞𝑎𝑥𝑥𝑎𝑎𝑚𝑢𝑟𝑎𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑗𝑖𝑟𝑢.
• 𝐼𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑒𝑒𝑠𝑠𝑢𝑢𝑛 𝑔𝑎’𝑒𝑒 𝑠𝑖 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑒𝑒𝑔𝑎𝑚𝑢𝑢 𝑑ℎ𝑎.
• 𝑊𝑎𝑛𝑡𝑜𝑡𝑎 𝑛𝑎𝑎𝑛𝑛𝑜𝑜 𝑘𝑒𝑒 𝑗𝑖𝑟𝑎𝑛𝑖𝑖𝑓 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑗𝑖𝑗𝑗𝑖𝑖𝑟𝑢𝑢𝑛 𝑑𝑢𝑟𝑎, 𝑤𝑎𝑎’𝑒𝑒 𝑚𝑎𝑡𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖𝑖 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑎 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑖𝑖 𝑞𝑎𝑏𝑎𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢𝑡𝑢 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑒𝑒𝑔𝑎𝑚𝑎.
• 𝑂𝑓𝑖𝑖 𝑘𝑒𝑒𝑓 𝑔𝑎𝑡𝑖𝑖 𝑔𝑢𝑑𝑑𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑖.
• 𝑆𝑎𝑚𝑚𝑢𝑢𝑛 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑎 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑖𝑖 𝑞𝑎𝑏𝑢 𝑘𝑢𝑓𝑎𝑎𝑡𝑖𝑖𝑓 𝑠𝑎𝑏𝑎𝑏𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑡𝑎𝑟𝑟𝑒𝑒𝑠𝑠𝑢.
• 𝐽𝑒𝑐ℎ𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑜𝑓 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑎𝑡𝑡𝑢𝑢𝑓 𝑜𝑓 𝑒𝑒𝑔𝑔𝑎𝑑ℎ𝑢.
• 𝐼𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑖 𝑎𝑡𝑖 𝑛𝑎𝑚𝑜𝑜𝑡𝑎 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎𝑎𝑓 𝑞𝑎𝑏𝑑𝑢 𝑔𝑎𝑎𝑟𝑖𝑖 ℎ𝑎𝑎 𝑡𝑎’𝑢.
• 𝑁𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑏𝑎𝑎𝑦’𝑒𝑒 𝑠𝑖 𝑚𝑖𝑖𝑑ℎ𝑎; 𝑏𝑎𝑎𝑦’𝑒𝑒 𝑠𝑖 𝑓𝑎𝑦𝑦𝑎𝑑𝑎𝑠.
• 𝐻𝑖𝑟𝑖𝑦𝑎𝑎𝑛 𝑔𝑎𝑑ℎ𝑒𝑒𝑛 𝑎𝑚𝑎𝑙𝑎 𝑔𝑎𝑎𝑟𝑖𝑖 𝑚𝑎𝑛𝑐𝑎𝑎𝑠𝑎.
• 𝑁𝑎𝑚𝑎 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎 𝑔𝑎𝑚𝑚𝑎𝑐ℎ𝑖𝑖𝑠𝑢𝑢𝑛 ℎ𝑖𝑛 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑎’𝑎𝑚𝑢.
• 𝑌𝑒𝑟𝑜𝑜 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑔𝑎𝑎𝑟𝑖𝑖 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑛𝑎𝑚𝑎𝑟𝑟𝑎𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑒𝑒𝑔𝑔𝑎𝑡𝑖𝑛.
• 𝑁𝑎𝑚𝑎 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎𝑎𝑓 𝑘𝑎𝑟𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑔𝑎𝑎𝑟𝑖𝑖 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑦𝑎𝑎𝑑𝑖!

@Kakuu_Studio
@Kakuu_Studio

4 months ago

[Dâñī WAVER:
🚁 Elekoptaricha tuqiitii eessa akka deemtu ilaali! Bakka Gaarii si geessiti!!
   ▬▬.◙.▬▬
    ▂▄▄▓▄▄▂
◢◤█▀▀████▄▄▄▄◢◤
█▄ █ █▄ ███▀▀
     ◙        ◙

Ilaaluuf "add Afaan Oromoo"
Kan jedhu tuqi waan ajaa'ibaa agarta.

Warri wave promotion keessa galuu barbaaddan karaa kana nu dubbisaa👇](https://t.me/addlist/LapmeyjT0kswZWZk)
@Youaremyjoice

4 months ago

🔖 Channel Barnootaa fi Odeeffannoo addaa addaa kanneen join taasisaa!

Join All Channel
┃_
Vision ToDo
┃_
Hambisaa Motivation
┃_
Barruu Beektotaa
┃_
𝙼𝙴𝙶𝙴𝚁𝚃𝚄 𝙾𝙵𝙵𝙸𝙲𝙸𝙰𝙻
┃_
@Gaggeessummaa
┃_
@Reading_PDF
┃_
┃@Grace_Media24
┃_
𝚃𝚁𝚄𝚃𝙷 𝙵𝙾𝚁 𝙻𝙸𝙵𝙴

@Gaaela_Gaarii
┃_
@Nan_Baradha
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
Gech PDF
┃_
GetuVsMegertu
┃_
@Computer_Soln
┃_
Android App
┃_
@Research_Paper
┃_
@Getu_Official
┃_
Kakuu Studio
┃_
Megertuu Official
┃_
Seenaa Tube
┃_
Walaloo Faaruu
┃_
Ijoollee Ifaa
┃_
Motivational Tips
┃_
Words Of The Day
┃_
@Daandii_Guddinaa
┃_
Oro Inspire Center
┃_
Daily Quotes
┃_
Kottaa Kolfaa
┃_
@Dhimma_Fayyaa
┃_
Dawit (Gurree) poem
┃_
@AsoosamaafiWalaloo
┃_
𝚆𝙰𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾 𝙹𝙰𝙰𝙻𝙰𝙻𝙰𝙰 ︎‿
┃_
Barreeffameera
┃_
Kutannoo
┃_
Top Books
┃_
Arara Tv
┃_
Marsil Tv
┃_
Students Book
┃_
┃Learn English
┃_
Mo'attoota
┃_
Dhaloota Qaroo
┃_
Dhaloota Dhugaa
┃_
Rise and Shine
┃_
Waliin Waliif
┃_
Success Tips
┃_
Join All Channels

@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel

¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    Thιʂ ιʂ 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽
          αԃʋҽɾƚιʂιɳɠ ƚҽʅҽɠɾαɱ
                ƈԋαɳɳҽʅʂ/ɠɾυσρʂ
                 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

Ads
@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel

4 months ago

NAMNI QOFAA TA’UUN GAARII MITI!

𝐆𝐀𝐀'𝐀𝐋𝐀 𝐊𝐀𝐍 𝐇𝐔𝐍𝐃𝐄𝐄𝐒𝐒𝐄𝐄  𝐅𝐈 𝐊𝐀𝐍 𝐄𝐄𝐁𝐁𝐈𝐒𝐄 𝐖𝐀𝐀𝐐𝐀𝐘𝐘𝐎𝐎𝐃𝐇𝐀 !

Gaa’elli dhaabbata ulfina qabeessaa fi qulqullaa’aa jalqaba Waaqayyoon hundeeffameedha.
Ibroota 13/4, S/Uum 1/27,28

@/Dhaabbatni guddaan Waaqayyoon hundeeffame immoo dhaabbata ulfina qabeessa, dhaabbata qulqullaa’aadha, dhaabbata eebbifamaadha.
Waaqayyo gaa’ela yoo hundeessu immoo dhiira tokkoo fi dhalaa tokko gidduutti hundeesse Addaamii fi Heewaan gidduutti jechuudha.

@/Jalqaba uumamaatti garuu, ‘Waaqayyo dhiira, dubartiis uume; ‘Sababii kanaaf dhiirri abbaa isaa fi haadha isaa ni dhiisa [haadha manaa isaattis ni maxxana] isaan lachanuus foon tokko ni ta’u. Egaa isaan lama miti, foon tokko malee.

Kanaafis waan Waaqayyo walitti qabsiise, namni gargar hin baasin!” isaaniin jedhe.”
(𝐌𝐚𝐚𝐫𝐪  10/6-9)

Addaam qofaa ta’uun gaarii miti jedhee Waaqayyo gargaartuu godhee Heewaan uumeef (S/𝐮𝐮𝐦𝐚 2/18) Kanaafi Sagaleen Waaqayyoo,

”Namni haadha manaa isaaf taatu argatu, wanta gaarii ni argata, Waaqayyo biraas ayyaana ni argata;”
(Fakk 18/22)𝐤𝐚𝐧 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮𝐮𝐟 .

Lamaan isaaniiyyuu wal deeggaraa, wal gammachiisaa, hidhata gaarii qabaatanii akka waliin jiraataniif abbaa warraatii fi haadha warraa taasisee gaa’ela gidduu isaaniitti hundeesse.
    𝐈𝐓𝐓 𝐅𝐮𝐟𝐚 ...

@Seenaa_Tube
@Seenaa_Tube

𝐘𝐚𝐝𝐝𝐚𝐟 @Alem_Bedada
=
𝐘𝐚𝐝𝐝𝐚𝐟 @Getu_Abera
=
𝐘𝐚𝐝𝐝𝐚𝐟 @Megertu_Dhugasa

4 months, 1 week ago

Singer Eliyas Tashome

Ararakee Ararakee

@Kakuu_Studio
@Kakuu_Studio

@Megertu_dhugasa

We recommend to visit

FAST MTPROTO PROXIES FOR TELEGRAM

#DigitalResistance

ADS:
@Ads_ProxyMTProto

Run your own MTProxy:
https://github.com/TelegramMessenger/MTProxy

Last updated hace 1 día, 4 horas

Official Telegram Channel of Koorowsh🎙️

Last updated hace 1 mes, 2 semanas

• پذیرا باشیم.

Last updated hace 1 mes, 2 semanas