Unlock a World of Free Content: Books, Music, Videos & More Await!

Kakuu Studio

Description
❍ Tajaajila Channel Kanaan dhiyaatu:
» Barnoota Amantii Cimsannaa
» Dhugaa Wangeelaa
» Ergaa Ganamaa
» Leenjiilee Hafuuraa
» Ergaa Dargaggootaa
» Qo'annaa Macaafa Qulqulluu
» Kadhata Qulqullaa'aa
» Barnoota Gaa'elaa
► Join
Yaadaf @Megertu_Dhugasa
Advertising
We recommend to visit

FAST MTPROTO PROXIES FOR TELEGRAM

#DigitalResistance

ADS:
@Ads_ProxyMTProto

Run your own MTProxy:
https://github.com/TelegramMessenger/MTProxy

Last updated 2 days, 8 hours ago

Official Telegram Channel of Koorowsh🎙️

Last updated 1 month ago

• پذیرا باشیم.

Last updated 1 month ago

1 month, 2 weeks ago

WAA'EE JAALALAA IRRATTI JECHOOTA HAYYOOTAA MURAASA

➊. "Daraaraan jireenyi irraa damma qopheeffatu JAALALA jedhama. Jechuun, jaalalli jireenyaaf madda dammaati!"
— (Victor Hugo)

➋. "Jaalala baruu kan dandeenyu jaallachuudhaan qofa!"
— ( Iris Murdoch)

➌. "Jaalallee keetiin akkas jedhiin: Nuyi baalawwan damee tokkooti, daraaraawwan ooyruu tokkooti, copha/bishaan Galaana tokkooti!"
— (Lacordaire)

➍. "Waanan bareedduu/daa ta'eef na jaallattemoo waan na jaallatteefan sitti bareede?"
— (Oscar Hammerstein II)

➎. "Uumamuu gaa'ela gammachuu fi nagaa hin qabneetiif sababni guddaan rakkoo jaalalaa osoo hin taane rakkoo walitti dhufeenya uumuuti!"

➏. "Jaallachuufis ta'ee jaallatamuun dura of ta'ii argami! aangoo guddaan ati qabdu of ta'uudha. Maalif yoo jette, homtuu si ta'uu hin danda'u!"

➐. "Mallattoon jaalala jalqabaa (Foonqaan) dargaggeessa tokko irratti mul'atu ofitti amanamummaa dhabuu yommuu ta'u kan shamarranii ammoo ofitti amanamummaa guddaa horachuudha."
(The firs symptom of love in a young man is timidity, in a girl boldness)
— (Victor Hugo)

➑. "Hariiroo jaalalaa keessattis ta'ee qixa kamittuu yartuun dhiifama gochuu hin dandeessu, dhiifama gochuun amala nama jabaati!"
— (Mahtma Gandhi)

➒. "Seenaan jaalalaa inni dhugaan dhuma/xumura hin qabu."
— (Rickard Batch)

➓. "Hundumaa jaalladhu, garuu muraasa amani!"
— (William Shakespeare)

➊➊. "Hariiroo Jaalalaa keessattis ta'ee qixa kamittuu dhiifama gochuu jechuun nama si yakke sana mana hidhaatii baaftee kaatee hidhamee kan ture si'i akka ta'e beekuudha! Jechuun, dhiifama hin gootu taanaan hidhamtee jirta dafii bilisa of baasikaa!"
— (Louis B. Smedes)

➊➋ "Jaalalli gubaa akka giimii abiddaati eega naan jettanii, jaalalli keessan dukkana keessatti haa ifu, warra kaaniifis fakkeenya gaarii ta'aa!"
— (Jane Austen)

➦ ωααи ᴅυввιfтαиιιf Gαℓαтσσмαα! #Ѕнαʀє Gσ¢нυυи σввσℓσσтααf qσσ∂αα!

@Kakuu_Studio
@Kakuu_Studio

1 month, 3 weeks ago

𝐖𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐭𝐧𝐢 𝐤𝐮𝐝𝐡𝐚𝐧 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚𝐟 𝐛𝐚𝐥𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚!

  1. Qabeenya hojii malee argame (wealth without work)
  2. Gammachuu sammuun hin fudhanne (enjoyment without conscience)
  3. Beekumsa sirna isaa hin hordofne (knowledge without character)
  4. Daldala hamilee malee (business without morality)
  5. Saayinsii namummaan ala bahu (science without humanity)
    6 . Amantii miira Amatummaa/osoo hin argin amanuu of keessaa hin qabne (Religion without Compassion)
  6. Siyaasa qajeelcha/hoggansa hin qabne (politics without principle)
  7. Mirga itti gaafatamummaa dhabe (right without responsibility)
  8. Angoo gaafatama hin qabnee (power without Accountability)
  9. Guddina itti fufiinsa hin qabne (development without sustainability)

@Kakuu_Studio
@Kakuu_Studio

1 month, 3 weeks ago

𝗤𝗔𝗕𝗫𝗜𝗜LEE 𝗕𝗔𝗥𝗕𝗔𝗔𝗖𝗛𝗜𝗦𝗢𝗢 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔 𝗞𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔

• 𝐼𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑖 𝑘𝑒𝑒 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑒𝑒 𝑚𝑖𝑙𝑘𝑎𝑎’𝑖𝑛𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖.
• 𝐼𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑖 𝑎𝑡𝑖 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑡𝑜𝑘𝑘𝑜𝑜𝑓 𝑞𝑎𝑏𝑑𝑢 𝑔𝑎𝑑ℎ𝑒𝑒 𝑡𝑎’𝑢𝑢𝑛 𝑖𝑠𝑎𝑎 ℎ𝑜𝑗𝑖𝑖 𝑘𝑒𝑒 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑘𝑎𝑙𝑙𝑎𝑡𝑡𝑖𝑖 𝑑ℎ𝑎𝑎𝑛 𝑑ℎ𝑖𝑖𝑏𝑏𝑎𝑎 𝑡𝑎𝑎𝑠𝑖𝑠𝑎.
• 𝐵𝑖𝑙𝑐ℎ𝑖𝑛𝑎𝑎𝑓 𝑘𝑎𝑟𝑎𝑎𝑛 𝑞𝑎𝑥𝑥𝑎𝑎𝑚𝑢𝑟𝑎𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑗𝑖𝑟𝑢.
• 𝐼𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑒𝑒𝑠𝑠𝑢𝑢𝑛 𝑔𝑎’𝑒𝑒 𝑠𝑖 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑒𝑒𝑔𝑎𝑚𝑢𝑢 𝑑ℎ𝑎.
• 𝑊𝑎𝑛𝑡𝑜𝑡𝑎 𝑛𝑎𝑎𝑛𝑛𝑜𝑜 𝑘𝑒𝑒 𝑗𝑖𝑟𝑎𝑛𝑖𝑖𝑓 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑗𝑖𝑗𝑗𝑖𝑖𝑟𝑢𝑢𝑛 𝑑𝑢𝑟𝑎, 𝑤𝑎𝑎’𝑒𝑒 𝑚𝑎𝑡𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖𝑖 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑎 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑖𝑖 𝑞𝑎𝑏𝑎𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢𝑡𝑢 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑒𝑒𝑔𝑎𝑚𝑎.
• 𝑂𝑓𝑖𝑖 𝑘𝑒𝑒𝑓 𝑔𝑎𝑡𝑖𝑖 𝑔𝑢𝑑𝑑𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑖.
• 𝑆𝑎𝑚𝑚𝑢𝑢𝑛 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑎 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑖𝑖 𝑞𝑎𝑏𝑢 𝑘𝑢𝑓𝑎𝑎𝑡𝑖𝑖𝑓 𝑠𝑎𝑏𝑎𝑏𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑡𝑎𝑟𝑟𝑒𝑒𝑠𝑠𝑢.
• 𝐽𝑒𝑐ℎ𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑜𝑓 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑎𝑡𝑡𝑢𝑢𝑓 𝑜𝑓 𝑒𝑒𝑔𝑔𝑎𝑑ℎ𝑢.
• 𝐼𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑖 𝑎𝑡𝑖 𝑛𝑎𝑚𝑜𝑜𝑡𝑎 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎𝑎𝑓 𝑞𝑎𝑏𝑑𝑢 𝑔𝑎𝑎𝑟𝑖𝑖 ℎ𝑎𝑎 𝑡𝑎’𝑢.
• 𝑁𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑏𝑎𝑎𝑦’𝑒𝑒 𝑠𝑖 𝑚𝑖𝑖𝑑ℎ𝑎; 𝑏𝑎𝑎𝑦’𝑒𝑒 𝑠𝑖 𝑓𝑎𝑦𝑦𝑎𝑑𝑎𝑠.
• 𝐻𝑖𝑟𝑖𝑦𝑎𝑎𝑛 𝑔𝑎𝑑ℎ𝑒𝑒𝑛 𝑎𝑚𝑎𝑙𝑎 𝑔𝑎𝑎𝑟𝑖𝑖 𝑚𝑎𝑛𝑐𝑎𝑎𝑠𝑎.
• 𝑁𝑎𝑚𝑎 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎 𝑔𝑎𝑚𝑚𝑎𝑐ℎ𝑖𝑖𝑠𝑢𝑢𝑛 ℎ𝑖𝑛 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑎’𝑎𝑚𝑢.
• 𝑌𝑒𝑟𝑜𝑜 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑔𝑎𝑎𝑟𝑖𝑖 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑛𝑎𝑚𝑎𝑟𝑟𝑎𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑒𝑒𝑔𝑔𝑎𝑡𝑖𝑛.
• 𝑁𝑎𝑚𝑎 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎𝑎𝑓 𝑘𝑎𝑟𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑔𝑎𝑎𝑟𝑖𝑖 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑦𝑎𝑎𝑑𝑖!

@Kakuu_Studio
@Kakuu_Studio

3 months, 2 weeks ago

[Dâñī WAVER:
🚁 Elekoptaricha tuqiitii eessa akka deemtu ilaali! Bakka Gaarii si geessiti!!
   ▬▬.◙.▬▬
    ▂▄▄▓▄▄▂
◢◤█▀▀████▄▄▄▄◢◤
█▄ █ █▄ ███▀▀
     ◙        ◙

Ilaaluuf "add Afaan Oromoo"
Kan jedhu tuqi waan ajaa'ibaa agarta.

Warri wave promotion keessa galuu barbaaddan karaa kana nu dubbisaa👇](https://t.me/addlist/LapmeyjT0kswZWZk)
@Youaremyjoice

3 months, 2 weeks ago

🔖 Channel Barnootaa fi Odeeffannoo addaa addaa kanneen join taasisaa!

Join All Channel
┃_
Vision ToDo
┃_
Hambisaa Motivation
┃_
Barruu Beektotaa
┃_
𝙼𝙴𝙶𝙴𝚁𝚃𝚄 𝙾𝙵𝙵𝙸𝙲𝙸𝙰𝙻
┃_
@Gaggeessummaa
┃_
@Reading_PDF
┃_
┃@Grace_Media24
┃_
𝚃𝚁𝚄𝚃𝙷 𝙵𝙾𝚁 𝙻𝙸𝙵𝙴

@Gaaela_Gaarii
┃_
@Nan_Baradha
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
Gech PDF
┃_
GetuVsMegertu
┃_
@Computer_Soln
┃_
Android App
┃_
@Research_Paper
┃_
@Getu_Official
┃_
Kakuu Studio
┃_
Megertuu Official
┃_
Seenaa Tube
┃_
Walaloo Faaruu
┃_
Ijoollee Ifaa
┃_
Motivational Tips
┃_
Words Of The Day
┃_
@Daandii_Guddinaa
┃_
Oro Inspire Center
┃_
Daily Quotes
┃_
Kottaa Kolfaa
┃_
@Dhimma_Fayyaa
┃_
Dawit (Gurree) poem
┃_
@AsoosamaafiWalaloo
┃_
𝚆𝙰𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾 𝙹𝙰𝙰𝙻𝙰𝙻𝙰𝙰 ︎‿
┃_
Barreeffameera
┃_
Kutannoo
┃_
Top Books
┃_
Arara Tv
┃_
Marsil Tv
┃_
Students Book
┃_
┃Learn English
┃_
Mo'attoota
┃_
Dhaloota Qaroo
┃_
Dhaloota Dhugaa
┃_
Rise and Shine
┃_
Waliin Waliif
┃_
Success Tips
┃_
Join All Channels

@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel

¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    Thιʂ ιʂ 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽
          αԃʋҽɾƚιʂιɳɠ ƚҽʅҽɠɾαɱ
                ƈԋαɳɳҽʅʂ/ɠɾυσρʂ
                 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

Ads
@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel

3 months, 2 weeks ago

NAMNI QOFAA TA’UUN GAARII MITI!

𝐆𝐀𝐀'𝐀𝐋𝐀 𝐊𝐀𝐍 𝐇𝐔𝐍𝐃𝐄𝐄𝐒𝐒𝐄𝐄  𝐅𝐈 𝐊𝐀𝐍 𝐄𝐄𝐁𝐁𝐈𝐒𝐄 𝐖𝐀𝐀𝐐𝐀𝐘𝐘𝐎𝐎𝐃𝐇𝐀 !

Gaa’elli dhaabbata ulfina qabeessaa fi qulqullaa’aa jalqaba Waaqayyoon hundeeffameedha.
Ibroota 13/4, S/Uum 1/27,28

@/Dhaabbatni guddaan Waaqayyoon hundeeffame immoo dhaabbata ulfina qabeessa, dhaabbata qulqullaa’aadha, dhaabbata eebbifamaadha.
Waaqayyo gaa’ela yoo hundeessu immoo dhiira tokkoo fi dhalaa tokko gidduutti hundeesse Addaamii fi Heewaan gidduutti jechuudha.

@/Jalqaba uumamaatti garuu, ‘Waaqayyo dhiira, dubartiis uume; ‘Sababii kanaaf dhiirri abbaa isaa fi haadha isaa ni dhiisa [haadha manaa isaattis ni maxxana] isaan lachanuus foon tokko ni ta’u. Egaa isaan lama miti, foon tokko malee.

Kanaafis waan Waaqayyo walitti qabsiise, namni gargar hin baasin!” isaaniin jedhe.”
(𝐌𝐚𝐚𝐫𝐪  10/6-9)

Addaam qofaa ta’uun gaarii miti jedhee Waaqayyo gargaartuu godhee Heewaan uumeef (S/𝐮𝐮𝐦𝐚 2/18) Kanaafi Sagaleen Waaqayyoo,

”Namni haadha manaa isaaf taatu argatu, wanta gaarii ni argata, Waaqayyo biraas ayyaana ni argata;”
(Fakk 18/22)𝐤𝐚𝐧 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮𝐮𝐟 .

Lamaan isaaniiyyuu wal deeggaraa, wal gammachiisaa, hidhata gaarii qabaatanii akka waliin jiraataniif abbaa warraatii fi haadha warraa taasisee gaa’ela gidduu isaaniitti hundeesse.
    𝐈𝐓𝐓 𝐅𝐮𝐟𝐚 ...

@Seenaa_Tube
@Seenaa_Tube

𝐘𝐚𝐝𝐝𝐚𝐟 @Alem_Bedada
=
𝐘𝐚𝐝𝐝𝐚𝐟 @Getu_Abera
=
𝐘𝐚𝐝𝐝𝐚𝐟 @Megertu_Dhugasa

3 months, 3 weeks ago

Singer Eliyas Tashome

Ararakee Ararakee

@Kakuu_Studio
@Kakuu_Studio

@Megertu_dhugasa

3 months, 4 weeks ago

#Dubbisa 84ffaa | Waliif Dhiisuu | • @Getu_Official

"... Ati inni namatti faraddu, isuma namichi sun hojjete waan hojjettuuf, firdii isatti faraddeen ofitti in faradda."
— Rom. 2:1

✧ Namni dogoggora namaa barbaadaa oolu ofii isaa argee of sirreessuuf yeroo hin qabaatu. Kun baay'ee keenya irratti mul'ata quba namatti qabu malee akka quba of hin qabne taasisee jira!
Nama arguu irra of arguutu caala.

✧ Namni of arge qaawwa namaa lakkaa'uu dhiisee ol deebi'ee qaawwa jireenya isaa cufata. Namni akkam? jechuu irra ani akkam? Maalin fakkaadhaa? jedhanii dursa of ilaaluu wayya.

✧ Kitaaba qulqulluu keessatti Fariisonni fakkeenya namoota of hin argineeti. Fariisonni barsiisota amantaa warra seera beekna, seera eegna, seeran qulqulloofna jedhanii dha. Fariisonni yeroo hunda xiyyeeffannoon isaanii ala isaanii irratti.

✧ Waa'ee keessa namummaa isaaniif dhimma tokko hin qaban. Karaa alaa baay'ee bareedu, uffata gad dhedheeraa uffaatu, yeroo eeganii dhiqatu garuu keessa isaanitti hammeenya yaadu, namaaf jaalala hin qaban, cubbamaa dhagaa dhaan ajjeessuu barbaadu.

✧ Waaqayyoo laphee oftuulummaan keessa guute baay'ee jibba; kanaaf Fariisota nuti qulqulluudha, ofumaan qulqulloofna, seera eegnee qulqulloofna jedhan irra ejjituu cubbuu ishee beektee miilla Yesus jalatti kuftee dhiifama isa gaafattetu araaraa fi dhiifama argatee deeme.

✧ Of arguu dadhabuu fi oftuulummaan dhibee isa hamaa dha.

✧ Egaa jireenyi, nama arguun dura of arganii Waaqayyotti dadhabinaa fi eenyummaa ofii agarsisu dha.

✧ Waaqayyos jalqabatti nama of argee fuula isaatti gad of deebisu barbaada!
Akka of arginu waaqayyoo nu haa gargaru, ijaa keenya haa banu!

“Walitti kan toltan, garaas kan waliif laaftan ta'aa; akkuma Waaqayyo karaa Kristos cubbuu keessan isiniif dhiise, isinis akkasuma waliif dhiisaa!”
— Efe. 4:32

@Getu_Official
@Getu_Official

3 months, 4 weeks ago

#𝐈𝐅𝐓𝐎𝐎𝐌𝐈𝐍𝐀...!

  1. Hariiroon Tokko Fayyaa qabeessaa Ta'e Akka itti Fufuuf, Yookaan Gaa'elii tokko Umurii Guutuu akka qabaatuuf, abbaa Warraaf Haatii Warraa #Iftoomina.Guutuu yoo Waliif qabaatan, wal Shakkiifi Jechoota ala Dhufaaniin kufuu irra Ooluu. Kun immoo jireenya sanii nagaatii Eeguuf Gargaara.

  2. Dubbii keessan keessatti Eyyeen keessaan Eyyee haa Ta'u ,Waawuun keessanis Waawuu haa Ta'u ! Kana irraa kan hafe kan isa hamaati jedhe.(Matewos 5:37)

#Jaalalli Shaqaxa Qarshiin itti baafamee Bitamuu Danda'u miti.!

#Jaalalli Faayidaa dhuunfaa isa qofa hin Barbaadu.

#Jaalalli Mudoodhaan nama hin Saaxilu.

#Jaalalli bifa, Qabeenya, beekumsa fi Beekamtii irratti hin Hunda'u.
inni Wantoota kana irratti hunda'u Faayidaadha.

#Jaalalli keessaa #Onnee ofitti wal Fudhaachuudha.lnnis ibsitoota mataa isa qaba.

@Gaaela_Gaarii
@Gaaela_Gaarii

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Megertu_Dhugasa

@Kakuu_Studio
@Kakuu_Studio

3 months, 4 weeks ago

Senger_Megertu_Dhugasa_#_Dhalateera_#_New_Gospel_Songs(360p).mp3 2016/2024

@Kakuu_Studio
@Kakuu_Studio

@Megertu_Dhugasa

We recommend to visit

FAST MTPROTO PROXIES FOR TELEGRAM

#DigitalResistance

ADS:
@Ads_ProxyMTProto

Run your own MTProxy:
https://github.com/TelegramMessenger/MTProxy

Last updated 2 days, 8 hours ago

Official Telegram Channel of Koorowsh🎙️

Last updated 1 month ago

• پذیرا باشیم.

Last updated 1 month ago