Nadie Sabe Lo Que Va A Pasar Mañana 💿
Last updated 6 months, 4 weeks ago
@tvarchiveinmkv
Last updated 2 months, 4 weeks ago
#Akkas Jedhan ustaz #Yaasin nuuru ?
✍"Hir'inaa ani afaan wolin qabuu ni beektu garuu har'a kitaaba kana gamachunin fudhee manat gala sababin isaas ijoleen ko Afaan oromoo siriitti dubbisu danda'uu anis Jechootan Yaaro mana hidhaa jiruu baradhee wolin wolit dabaleen seena kitaaba kana kessat bareefame dubbisa" ♥️
?????????? ??????? ??????????⁉️
???? ??????? ?? ???? ????⁉️
Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa
ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️ እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።
???? ?? ???? ?????????
??????????? ????????
????????//??????
@seyfal_islam
?????????? ??????? ??????????⁉️
???? ??????? ?? ???? ????⁉️
Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa
ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️ እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።
???? ?? ???? ?????????
??????????? ????????
????????//??????
@seyfal_islam
✍" Yaa Sheeka kiyya Seenaan Isin Hin Dagatu akeeka Naaf Gootani Qoma Koo Bonte Bishaan Baraka Naaf Obaastani maal Isiiniin Jedha Umrii Keessan keessa barakaa rahmaan ha kaayu #sheeka koo #Shek_Idris Baati...!!
" Aaalima Jechuun Galaana Aalima Jechuun Tabba Guddaadha Bahara Guddaa irraa worabamee hin Dhumnneedha abbaa Tawuhidaa nuuf jiraadha..!!
✍" Barii Barakaa Barii Gammachuu Barii Milkii Barii Rizqii nuuf Ha Ta,uu Jum,aa Gaarii siifis naafis Ha Ta,u..!!
✍" Namoota garii osoo amma feete tola itti ooltee seequu kana biraa hin argattu...!!
✍" Qalbii Qulqulluu jechuun;Qalbii osoo Nama tokko keessaa hin hambifnee nama hundaafuu toltuu yaadduu dha.Eyyaan! Namni biroo jiruu bareedduu jiraatuun:Jiruu kee bareedduu irraa irraa homaa hin hir'iftu.Isaan duroomuun:hiree kee irraa homaa hin hir'iftu.Isaan fayyaan jiraatuun Fayyaa kee irraa homaa hin hir'iftu...
Isaan gammaduun:gammachuu kee irraa womaa hin hirriftu.Yoo gammachuu siif dabaluu taatee malee.
Nama qalbii Qulqulluu(Qalbii adii) tahi...Qalbiin namaa hundi sii jaalattii....Jiruun kee jiruu iftuu taatii.Namatti hin hinaafiin/hassadiin!" Hinaaffan Akka ibiddi qoraan fiixuu hojii keyrii Namaa fixxi jedhan" Nabiinﷺ. Hinaaffaa ykn Hisdiin:Dhukkuba dawaa hin qabnee,balaa ajirii itti hin argatamnedha.Hisdiin:ulfa hin dhalannee!Naamni Hinaaffaa qabu...Ni ittanaa takkuma hin da'uu!Qalbiin nama hinaaffaa qabuu nii cinqamtii,fuulli isaas ni gurrachoftii.
Jiruun isaa gaddaan guutamtii.
Namoonii Qalbiin isaanii qulqulluu fuulli isaanii nii ifaa.Jiruun isaaniis namattii tolaa/Nama harkisa.Gamachuun isaaniin adda hin baatu. Qulqullummaan keessa isaanii gubbaa isaanii bareecha!Guyyaa qiyaamaallee...Nama qalbiin isaa nagayaa malee/Nama qalbiin qulqulluu malee namni tokko hin hoffolu....
قال الله تعالى...
(( يوم لا ينفع مال ولا بنون إلا من أتى الله بقلب سليم ))
RABBIIN (SWT) akkana jedha:"Guyyaa qabeenyaa fii maatiinis nama hin fayyannee Nama qalbii nagayaatiin dhufe malee".
اللهم أرزقنا قلوبا بيضاء نقيَّة تقيّ
Yaa RABBII qalbii qulqulluu nuu Razzaqii.
✍" Duruu nama hin argu si malee, hamma haga ati badde lafayyuu hin argu.!
Jedhe gurbaan ...!!❣
https://t.me/Imaluuf/
Nadie Sabe Lo Que Va A Pasar Mañana 💿
Last updated 6 months, 4 weeks ago
@tvarchiveinmkv
Last updated 2 months, 4 weeks ago