Haq~Ibsa 1

Description
We recommend to visit

@tvarchiveinmkv

Last updated 2 months ago

Hojii jireenya kee ittiin jijjiiruu dandeessan baayyee asirratti argachuu dandeessu

Last updated 6 months ago

1 year, 2 months ago
Isaan kun simbirroota du’anii man’ee keessa …

Isaan kun simbirroota du’anii man’ee keessa jiranidha.

Suuraa kanarraa akka hubatamutti haati isaanii midhaan isaaniif fiduuf akka baate waan hafte fakkaata. Ni baddee ykn ni ajjeefamte isaan garu haati keenya midhaan nuuf fiddi jedhanii oso eeganii duutii itti dhufe.
Nama tokko yammuu miitu, darartuu fi saamtu namoota isa jala jiran hunda irratti dhiibbaa akka uumaa jirtu hubadhu.
http://T.me/Haq_Ibsa

1 year, 2 months ago

? MP3- ???????? ?????? 50????

????????? ????? ????????? ??????? ?????????? ?????????  ???? ?????? ?????????? ?????????? ??????? ????????.
⇣┊┊⇣
@Link_hijrateyn
@Link_hijrateyn
⇣┊┊⇣
https://www.facebook.com/profile.php?id=100087867985229

????? ??? ?????
?Telegram ☞︎︎︎ @Raadiyoo_AL_hijrateyn_bot

????????? ??-?????????
         ????? ????
  ┈┈┈••✦✿✦••┈┈┈
♫︎??????????_??-?????
#27_04_1445H //#11_11_2023

♫︎??????????_???-?????
#27_04_1445H //#11_11_2023

1 year, 2 months ago
\_

Kuni hiriira deggarsa ummata Filisxeem indonesia …

Kuni hiriira deggarsa ummata Filisxeem indonesia kessatti bahamedha. Adunyaa mara irratti namoota miliyoonaan lakkaa’amantu hiriira kanaratti hirmaataniiru, irra baay'een isaanii Muslima ofiin kan jedhudha. Hata'uu male wanni ajaa'ibu  namoonni miliyoonaan lakkaa’aman kun gazzaa irraa misaa'ela tokko dhorku hin dandeenye faayidaa tokkos hin argamsiifnefis.

Hadiisa ergamaa Rabbii nagaa fi Raahmanni Isaanirratti haa jiraatu, waggaa 1400 dura dubbatan sana yammuu harra ijaa keetin agartuu maaltu sitti dhagahama?

قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللَّهِ ﷺ: «يُوشِكُ الْأُمَمُ أَنْ تَدَاعَى عَلَيْكُمْ كَمَا تَدَاعَى الْأَكَلَةُ إِلَى قَصْعَتِهَا، فَقَالَ قَائِلٌ: وَمِنْ قِلَّةٍ نَحْنُ يَوْمَئِذٍ؟ قَالَ: بَلْ أَنْتُمْ يَوْمَئِذٍ كَثِيرٌ وَلَكِنَّكُمْ غُثَاءٌ كَغُثَاءِ السَّيْلِ وَلَيَنْزَعَنَّ اللَّهُ مِنْ صُدُورِ عَدُوِّكُمُ الْمَهَابَةَ مِنْكُمْ وَلَيَقْذِفَنَّ اللَّهُ فِي قُلُوبِكُمُ الْوَهْنَ، فَقَالَ قَائِلٌ: يَا رَسُولَ اللَّهِ وَمَا الْوَهْنُ؟ قَالَ: حُبُّ الدُّنْيَا وَكَرَاهِيَةُ الْمَوْتِ»
http://T.me/Haq_Ibsa

We recommend to visit

@tvarchiveinmkv

Last updated 2 months ago

Hojii jireenya kee ittiin jijjiiruu dandeessan baayyee asirratti argachuu dandeessu

Last updated 6 months ago