Computer Solution

Description
Iccitii komputeraa fi tooftaalee fayyadamiinsa isaa, teeknolojii haaraa irratti xiyyeeffachuun kan irraa argattani dha. Join share taasisaa!
Advertising
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

6 months, 2 weeks ago

🌿 #BEEKSISA
Advertisements *(ማስታወቂያ )

Channel Telegram namoota bitachuu barbaadaniif

🌟 Baay'ina Hordoftootaa 5,000
🌟 Hojii Channelichaan hojjetamaa ture - Faarfannaa waliif qooduu
🌟 Gatii waliigalteedhaan

Bitachuu namni barbaadu amma dursee @Getu_Abera na dubbisuu danda'a!
--------------------------------
©️ «Bittaaf Gurgurtaa Channel
--------------------------------

የቴሌግራም ቻናል መግዛት ለምፈልግ
🌿 የ member ብዛት 5,000
🌿 ስሰራ የነበረው= mezmur share ማድረግ
🌿 ዋጋ በስምምነት

መግዛት የምፈልግ በ @Getu_Abera ማናገር ይችላል 🖐
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@BuyAndSoldChannel
@BuyAndSoldChannel

6 months, 3 weeks ago
***👉*** ሴት ልጅ አንተን አንዳፈቀረችህ የምታቅበት …

👉 ሴት ልጅ አንተን አንዳፈቀረችህ የምታቅበት 10 ምልክቶች
#join በለህ ግባና አንብበዉ ቶሎ
👇👇👇👇👇
join join join በሉ
@Nati_12_24
@Nati_12_24
@Nati_12_24

6 months, 3 weeks ago

ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             ⇣
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «Check» kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!

7 months ago

Ibsa Ministeerri Barnootaa haalaa yeroo irratti kenne dhageessanii ? Yoo hin dhageenye Amma dhaga'aa..

7 months ago
Computer Solution
7 months ago
❒ **Akkaataa Username telegram itti uummatan** …

Akkaataa Username telegram itti uummatan (create username)
▭▭▭▭▭▭▭
1ffaa: setting telegram account kee keessa seenudhaan tuqxa!

2ffaa: Username iddoo jedhu sanatti maqaa username kee galchita!

#Faayidaan Username qabaachuu maalidha?

🔍 Namoonni isin barbaadan maqaa keessaniin salphaatti akka isin argatan taasisa!

@Computer_Soln
@Computer_Soln

7 months, 1 week ago

Bilbila Networkii fi Interneetii Hojjechuu Dideef Furmaata

➮ Bilbilli tokko rakkoo netwoorkii qaba kan jennu yoo kanneen armaan gadii agarsiisedha. No service, Emergency call, Registration failed, Invalid SIM fi kan kana fakkaatan.

Rakkoowwan akkanaa kun sababoota armaan gaditiin dhufuu danda’u:

➮ Rakkoo Network IC (Hardware Problem)
➮ Rakkoo Anteenaa (Hardware problem)
➮ Yeroo baay’ee rakkoon hojjechuu diduu netwoorkii bilbilaa rakkoo IMEl Number dha.

Rakkoon akkanaa yeroo hedduu bilbiloota xixiqqoo irratti kan mul’atuudha Kanaafuu, furmaatni isaa IMEI number jijjiirudha. IMEI number jijjiiruuf koodii bilbilaa kanneen keessaa kan isiniif hojjete faayyadamaa! #0160# (Techno baay’ee irratti), #0161#, #0162#, #0066# (Isim), #0011# (Smadel), #346#, #020#, #0120#, #1120#, ##601##, *#8378#1# (bilbilloota xixiqqoo hunda irratti ni hojjeta)

➮ IMEI number haaraa erga jijjiirtanii booda bilbila keessan cufaati banaa, networki isiniif deebi’a. Ammallee yoo deebi’ee akkuma duraa tahee akkanumattii IMEI number haaraa kan biraa yaalaa!
Gama biroon osoo SIM CARD bilbila keessa jiruu mallattoolee fi jechoota akka:
Insert Sim Card
No Sim Card Present
No Sim Card Inserted
Sim Card Registration Failed fi kan kana fakkaatan kan agarsiisu yoo ta’e immoo rakkoo alaa (Hardware Problem) waan ta’eef mana suphaa mobaayilaa geessuun ilaalchisaa!dideeqqila interneetii hojjechuu dideeq fi bilbila haaraa akkaataa itti interneetii hojjachiisnu
Akkuma beekamu yeroo tokko tokko bilbilli keenya interneetii guutummaan guutuutti hojjechuu dida ykn immoo waan hunda nuuf hojjachuu didee yeroo nu rakkisu argina. Kanaafuu, yeroo rakkoon akkasii isin mudatu akkaataa fi gosa bilbila keessanii irratti hundaa’uun step armaan gadii hordofaa sirreeffadhaa!

  1. Namoonni biyya keessa taatanii bilbila touch screen fayyadamtan: Settings > Network & internet > Mobile network > Access point kan jedhu erga seentanii booda Mallattoo + ykn Add jettu tuquun, bakka ‘Name’ jedhutti etc jedhaa bakka ‘APN’ jedhutti etc.com jedhaa ‘Save’ godhaa.

➮ Namoonni biyya biroo jirtanis ‘access point’ biyyichaa guutaa. Google irratti maqaa siimkaardii faayyadamtanii search gochuun argachuu dandeessu. ykn dhaabbata Telekoomii siimii irraa bitattan yoo gaafattan isiniif himu. akkasuma hiriyoota keessaniin siimkaardii wal fakkaataa yoo faayyadamtan kan isarraa ilaalaa guuttachuu dandeessu.

  1. LG mobile kan fayyadamtan warreen biyya keessatiif: Google settings > Wireless & networks > mobile network > access point name > Options > New APN, erga seentanii booda ‘APN’ etc.com ‘Username’ etc ‘Password’ etc ‘Autheatication type’ PAPPAP-CHAP > option > save

  2. Nokia mobile kan fayyadamtanwarreen biyya keessatiif: Settings > Connectivity > Packet data > setting > edit active access point, erga seentanii booda: ‘Access point name’ etc godhaa ‘Packet data access point’ etc.com godhaa. itti fufuun gara settings tti deebi’uun:  Settings > configuration > personal > configuration > add new > web, keessa seenuun,  username: etc Password: etc,  Dhumarratti gara configuration deebi’uun: Activate the web taasisaa.

  3. Bilbila SONY kan faayyadamtan warreen biyya keessatiif Menu > Setting > connectivity > internet setting, keessa seenuun ‘Connect using add’ ps ‘Date name’ etc ‘APN’ etc.com barreessuun ‘save’ godhaa. itti aansuun gara internet option deebi’uun:  Internet options > advanced > connectivity > data homepage: etc

Hubachiisa: Bilbiloota asii gadirratti tarreeffaman baay’inaan namoota biyya keessaatuu qabata. kanaaf namoonni biyya alaa jirtan isiniis yoo kan qabaattan taate bakka ‘etc’ jedhu hundatti ‘access point’ biyya keessa jirtanii guutuu qabdu. Share

@Computer_Soln
@Computer_Soln
@YaadafiGaaffii_bot

7 months, 1 week ago
**❒ Tartiiba Telegram Account keessan hacher …

❒ Tartiiba Telegram Account keessan hacher irraa ittisuu dandeessan:

➊. Settings
➋. Privacy and Security
➌. Two-Step Verification code

@Computer_Soln
@Computer_Soln

@YaadafiGaaffii_bot

We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago