Bible Quotes

Description
“All scripture is given by inspiration of God, and is profitable for doctrine, for reproof, for correction, for instruction in righteousness:”
— 2 Timothy 3:16

https://t.me/+Rg2H6rzZHyRkYjA8
Advertising
We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated hace 5 días, 5 horas

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated hace 2 meses

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated hace 2 semanas, 4 días

1 month, 1 week ago
***💥*** Jaalala keessatti wanti dagatamuu hin …

💥 Jaalala keessatti wanti dagatamuu hin qabne gurguddoon 10 kanneen beektuu?... 👉 See More

➡️ See More
See More

❤️‍🩹 “Gaarummaa fi tasgabbiin, obsi, badhaasa Rabbi Warra isa dhaga'aniif kennudha... Itti fufii dubbisi,...↪️ As tuqi
👍💘
👇👇👇

█║ █▀█ █║█ '█▀
         █║ █║█║██║█▀
         ▀▀ ▀▀▀    ▀.   ▀▀

🛒 Sponsar: Love and Truth

1 month, 1 week ago

Nagaa | Gutu Shiferaw

╰⌊ @Getu_Official

2 months, 1 week ago

Obsa | Patience

#Obsi_kennaa_hafuura_qulqulluudha.

“Iji hojii hafuuraa immoo, jaalala, gammachuu, nagaa, obsa, gaarummaa, arjummaa, amanamummaa,”
  — Gal. 5:22

Hafuurri qulqulluu wanta si barbaachisu qofa osoo hin taane obsa wanta si barbaachisuus siif in kenna.

Obsi (quality) kee miti. Obsi kennaa waaqaa waaqa ibsuudha.

Al takka takka in dadhabna "obsakoo fixaan jira! Obsikoo dhumee jira!" In jenna. Yemmuu obsi keenya dhumaa jira jennu kana ammoo wanti haaraa akka uumamu dheegna malee obsi keenya caalaa akka dabaluu qabu caalaa obsuu akka qabnu hin yaadnu.

Obsi akka nedaajii (ነዳጅ) dha. Wanta bira gahuu qabdu bira hamma geessutti humna ittiin gara galmakeetti adeemtuudha. Kanaaf obsike dhume jettee hin dhaabbattu obsakee dabalattee deemsakee itti fufta.

Obsa ofii guddifachuuf ammoo obsi kennaa hafuura qulqulluu waan ta'eef obsa dhabuuf dadhabiikee sana keessatti kadhachuu, sagalee waaqayyoo dubbifachuuf karaawwan garaa garaa sagalee waaqayyoo akka dhaggeessu godhan raawwachuun karaa hafuuraa guddachuu keessa obsikees in guddata.

Mallattoon nama hafuuraa tokko, obsa isaati!

Yaq. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³ Amantiin keessan qoramee ilaalamuun isaa obsaan danda'uu akka fidu in beektu.
⁴ Isin warra fiixaan ba'an; warra mudaa, hir'inas hin qabne akka taataniif, obsaan danda'uun kun hojii isaa fiixaan haa baasu!

Yeroo baay'ee qoramuu keenyatu milkaa'ina nuuf fida in seena. Garuu qoramaanni namoota baay'eef jabina fide kaan ammoo kuffiisees argineerra.

Garaagarummaan qormaata keessatti milkaa'uuf kufuu qormaata sana waan ittin danda'uuf yaalaniidha. Kaan obsaan yemmuu danda'an kaan ammoo waan ittiin danda'an obsa waaan dhabaniif milkaa'uu danda'uus dadhabaniiru.

Obsaan in danda'ama. kan dadhabdeef obsaan ala waan yaalteefidha.

@Qoannaakitaabaqulqulluu

4 months, 1 week ago
***?‍❤️‍?‍?******✨*** Garaa garummaa walii hubatanii, waliif …

?‍❤️‍?‍? Garaa garummaa walii hubatanii, waliif kabajanii, waliif danda'anii jiraatu. Jaalalleewwan gidduutti Waldhabdeen jireenya isaanii keessatti yeroo tokko tokko jiraachuu qaba. Waldhabdeen tasuma hin jiru taanaan gadi fageenyi jaalala isaanii shakkisiisaadha...➡️ See More
????

Join
Join

4 months, 2 weeks ago

?? ?‍♂️????
Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN ?

1️⃣ ???????

? JOIN ?
?  JOIN ?

2️⃣ ???????

? MORE JOIN  ?
? MORE JOIN ?

3️⃣???????
?MORE JOIN  ?
? MORE JOIN ?

???: ?
@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel

??? ???? ???????
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ?

4 months, 3 weeks ago

????? ?????????
⭐️ 10K+ Telegram Channels ⭐️
? ➡️ ??????? ?????? ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ 10,000+ ta'an ᴀʀᴍᴀᴀɴ ɢᴀᴅɪᴛᴛɪ ᴅʜɪʜᴀᴀᴛᴀɴ ʜᴜɴᴅᴜᴍᴀᴀ ғɪʟᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀᴀ

? Join All Channels ?
┃ _
┃30K - Gaggeessummaa ?
┃_
┃24K - Reading PDF ?
┃_
┃12K - Gaa'ela Gaarii ?
┃_
┃6K - Barruu beektotaa ™️?
┃_
┃7.8K - Singer Megertu Official?
┃_
┃7K - Kakuu Studio ?
┃_
┃2K -Mammaaka Oromoo?
┃_
┃1K -?⃝? Amharic Proverbs
┃_
┃2K - Research Help ?
┃_
┃11K - Getu Official ✍️
┃_
┃9K - Plumbing Work ?
┃_
┃4K - Tv Lattuu ?
┃_
┃1K - Best classical ?

┃1K - Haniko Official ?
┃_
┃1K - Miira Jaalalaa ?
┃_
┃6K - Top Books ?
┃_
┃1K - Students Library ?
┃_
┃3K - Walaloo_Jaalalaa24 ?
┃_
┃7K - Arara Tv World Wide ?
┃_
┃2K - Kiisii Tube ?
┃_
┃2K - Dirree Gn ?
┃_
┃2K - Gech PDF ?
┃_
┃1K - Students Books?
┃_
┃1K - Learn English Free?
┃_
┃1K - Dhimma Fayyaa ?
┃_
┃1K - Daily Quotes ?
┃_
┃1K - Oro Inspire Center ?
┃_
┃2K - Kottaa Kolfaa ?
┃_
┃2K - Walaloo Faaruu
┃_
┃1K - Online Job ?
┃_
┃1K - Grow In Christ ?
┃_
┃ 1K - Spiritual Books ?
┃_
┃ 1K - Books Wallpaper ?
┃_
┃7K - Saayikoolojii?
┃_
┃14K - Laga Jireenyaa?
┃_
┃17K - Michuu?
┃_
┃4K - Ergaa Ganamaa ?
┃-
┃5K - Coba Yaadaa ?
┃-
┃4K - Dhaloota?
┃_
┃ 28K - Jireenya Boruuf?
┃_
┃ 14K - Grace Media?
┃_
┃ 26K - Miira Jechootaa?
┃_
┃1K - Leaders Love ?

┃1K - Daandii Guddinaa?
┃_
┃ 1K - English Books ?
┃_
? Join All Channels ?

▬▬▬▬▬▬▬
Sponsored by ➡️ [Gaggeessummaa]

¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
Thιʂ ιʂ ???? ?????????
          αԃʋҽɾƚιʂιɳɠ ƚҽʅҽɠɾαɱ
                ƈԋαɳɳҽʅʂ/ɠɾυσρʂ

                 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯

???: ?
@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel

??? ???? ???????
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

4 months, 3 weeks ago

? Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu!
➡️ Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa

  1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa.
    ??
    ? JOIN US ?
    ? JOIN US ?
    ??

  2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.
    ??
    ? JOIN US ?
    ? JOIN US ?
    ??

  3. Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa ✈️
    ??
    ? JOIN US ?
    ? JOIN US ?
    ??

  4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa! ?

??
? JOIN US ?
? JOIN US ?
??

  1. Channel Hunda Bakka Tokkotti ?

??
? JOIN US ?
? JOIN US ?
??

⚙️ Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa!
Free Waver: @Getu_Abera
Promotion: @hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel

We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated hace 5 días, 5 horas

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated hace 2 meses

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated hace 2 semanas, 4 días