DAANDII GUDDINAA

Description
Advertising
We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 3ย months, 3ย weeks ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 20ย hours ago

SABAย GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

๐Ÿ’ฌCONTACT US๐Ÿ’ฌ
@AbdiiSabaaDm

๐ŸŽฏBARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University

๐ŸŽฏMARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 2ย weeks, 1ย day ago

5ย months, 1ย week ago
***?***Ministerri barnootaa ibsa hin eegamnne baase โ€ฆ

?Ministerri barnootaa ibsa hin eegamnne baase jira seenaa ilaalaa?

5ย months, 2ย weeks ago

#Gaaftokko shamarran uffata qaama isaanii mul'isu uffatanii walga'ii irratti argaman. Geggeessaan waltajjichaa shamarran kana ilaalee waan sammuun isaanii hin dagannee fakkeenyota sadii fudhatee itti dubbate. Kunis akkas kan jedhu ture.
"Mee hundumti keessan gadi taa'aa waan tahe tokkon isinitti himaa! Albuudota gatiin isaanii qaalii tahan hunda akka isaan haala salphaan hin argamnetti Waaqni golgaa itti godhee uume. Fakkeenyaaf
1. #Warqii fudhadhaa. Dhagaa meeqa galagalchitanii, lafa gadi fageessitanii erga qottanii akka carraa bira geessu.
2. #Diyaamandiin albuuda gatiin isaa qaaliidha. Nama carra qabeessatuu ifaajjii guddaa booda argata.
3. #Pearls albuuda gatijabeessaa fi miidhagina guddaa qabudha. Albuuda kana argachuuf qurxummiin nyaatamuu utuu hin sodaatiin garaa galaanaa jala seentanii argattu.

Albuuda kana baafachuuf abbootiin qabeenyaa mootumaa wajjiin waliigaltee seera qabeessaa eeyyama argachuu qaba. Albuudota haala salphaan ijatti argamaniif namni eeyyama gaafatu hin jiru, qaamni eeyyama laatus hin jiru.

Qaamni keessan warqii, diyaamandii fi pearls caala qaaliidha. Kunis qaama keessan golgitanii fi eeggannoo yoo isiin gootanidha. Yoo akkas tahe gaa'ilatti seenuf keessanif illee waliigaltee seera qabeessa maatiin keessan beekan tahu qaba. Akkasitti maatii fi firoonni keessan beekanii qaamni 3ffaa eeyyama (marriage licensed) isiniif kenna. Albuuda rakasa kan golgaa hin qabne of hin godhiinaa, kan abbaan fedhe itti fayyadamu kan eeyyama eenyunuu ala namni martu arguu danda'u ." jedhee gorsa gabaabdu kana kenneef.

Shamarran sunis of ilaalanii baay'ee ofitti gaddanii jedhama.
Ergaan barreeffama kanaa siniif gala jedheen yaada.
?Qaalii akka taatan beekaa "of hin rakasiisiinaa, gatiin keessan qaaliidha"

Yoo sinitti tole hiriyyoota keessaniifis qodaa!

6ย months ago

Maatama Gaandiin Wantootni Kudhan Jireenya Namaaf Balaadha Jedha!
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ“ต. Qabeenya hojii malee argame (wealth without work)
โ“ถ. Gammachuu sammuun hin fudhanne (enjoyment without conscience)
โ“ท. Beekumsa sirna isaa hin hordofne (knowledge without character)
โ“ธ. Daldala hamilee malee (business without morality)
โ“น. Saayinsii namummaan ala bahu (science without humanity)
โ“บ. Amantii miira amantummaa/osoo hin argin amanuu of keessaa hin qabne (religion without compassion)
โ“ป. Siyaasa qajeelcha/hoggansa hin qabne (politics without principle)
โ“ผ. Mirga itti gaafatamummaa dhabe (right without responsibility)
โ“ฝ. Aangoo gaafatama hin qabne (power without accountability)
โ“พ. Guddina itti fufiinsa hin qabne (development without sustainability)

https://t.me/Burqaa_Beekum_saa

6ย months ago

#Ammaa_Dhumattii_Dubbisiiโ€ผ๏ธ
? ? ICCITII MO'ATTOOTAA ?
Bosona keessatti:
1. Arbi guddaadha.
2. Satawwaan dheeraa dha.
3. Sardidni beektuudha
4. Qerransi saffisaa dha.
TA'US,
Leenci amaloota kana keessaa Tokkoyyuu osoo hin qabaatin illee MOOTI bosonaati.
MAALIIF ? ?
โœ๏ธ Sababni isaas:
1. Leenci ija jabeessa. Ija jabeessa, ofitti amanamummaadhaan deema, waanuma fedhetti ija jabaata, gonkumaa kan hin sodaannedha.
2. Leenci akka hin dhaabbanne (eenyuyyuu Isa qabuu hin dandeenye) ni amana.
3. Leenci nama balaa fudhatu (waan dhufu hunda simachuuf qophii ta'e) dha.
4. Leenci bineensi kamiyyuu nyaata naaf ta'a jedhee bineensa amanudha.
5. Leenci carraan kamiyyuu cimina naaf kenna jedhee waan amanuuf gonkumaa harka hin Kennu.

?KANAAF...

  1. Dirqama Saffisaa ta'uun Na hin barbaachisu.
  2. Dirqama Ogeessa ta'uun Na hin barbaachisu.
  3. Dirqama Irra caalaa beekaa ta'uun Na hin barbaachisu.
  4. Dirqama Beekamtii qabaachuun Na hin barbaachisu.

?WANTI NA BARBAACHISU:
1. Wanti Na barbaachisu IJA JABINA qofa.
2. Wanti Na barbaachisu FEDHII YAALUU qofa.
3. Wanti Na barbaachisu AMANTII qofa akka danda'amu amanuuf.
4. Wanti Na barbaachisu OFITTI AMANUU qofa, akka ati gochuu dandeessu!

??Leenci sa'aatii 20 rafeet sa'aatii 4 hojjeta kanumaanu foon nyaata. Garuu Arbi guddaan sa'aatii 24 dhaabbateet marga nyaata.

Kanafuu,yeroo hunda shaampiyoonaa ykn mo'ataa ta'uuf tooftaa jireenya keetii fayyadami. Miira Leencaa keessa turaa! Icciitiin mo'attootaa kanuma."
Yaada mo'ataa qabaadhu ?

6ย months, 2ย weeks ago

Jireenyi guyya guyyaan nu barsiisaa oolti. Nuti garuu kanuma keessaa beekumsa dheebochaa jiraanna!

Namootni jireenya irraa hin baranne irra deddeebiin dogoggoraa jiraatu. Ilaalcha gaarii qabaannaan dogoggora keenya irraa baranna. Kufaatiin daandii milkaa'inaa irraa kaachuudha malee bara baraan kufanii hafuu miti. Kufaatiin waan hojjechuu qabnu hojjechuu dhabuudha malee, injifatamuu miti.

Namoonni tokko tokko jireenya isaanii irraa barachaa jiraatu. Namoonni kaan immoo callisanimaa akkanumaan jiraatu. Hayyoonni dogoggora isaaniif kan namoota biroo irraa baratu. Jireenyi keenya keessatti milkaa'ina gonfachuudhaaf, dogoggora keenya irraa qofa osoo hin tahin, dogoggora namoota irraas barachuu qabna. Viv Baallee_Kitaabaa_Keessaa

Positive mind find opportunity in everything.

https://t.me/Burqaa_Beekum_saa

7ย months, 3ย weeks ago

[Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!
    โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Gorsaa fi Barnoota
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Dhimmota Gaa'elaa
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
  Hikka Jalalaa
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Dhimmota Dhunfaa
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Mula'ata Kee bekku hin barbada
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

Waliin barannee waliis haa barsiifnuu??

โ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!

โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ](https://t.me/addlist/7MBcJ93H1cVmOTBk)
โฌ›Waver @tamisha11

7ย months, 4ย weeks ago

[Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!
    โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Gorsaa fi Barnoota
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Seenaa Barsiisoo
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
  Qur'aanaa fi hadiisa
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Jechoota mimmiidhagoo
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Barnoota bu'uura islaamaa
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

Waliin barannee waliis haa barsiifnuu??

โ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!

โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ](https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8)

8ย months ago

ODUU AMMEE

Dhaabbachuudhaaf Guyyaa Muraasatu Hafee Kanaafuu Namni Itti Fayyadamaa Hin Jirre amma Irraa Eegalaa Itti Fayyadamaa!!

Join our ongoing Referral Contest on this bot and win exciting cash prizes! ???
โฐReferral Contest coming to close on แˆฐแŠ” 1 (Bitootessa 1 ) Ethiopian Calendar.โฐโณ

โ„น๏ธ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             โ‡ฃ
Namoota hojii online h ojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโœ…Checkยป kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!

We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 3ย months, 3ย weeks ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 20ย hours ago

SABAย GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

๐Ÿ’ฌCONTACT US๐Ÿ’ฌ
@AbdiiSabaaDm

๐ŸŽฏBARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University

๐ŸŽฏMARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 2ย weeks, 1ย day ago