All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: propaganda@pocketfi.org
Last updated 4 months, 1 week ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 1 week, 5 days ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 1 month ago
Milkii Ni Feetaa ?
___
Milkaawuu yoo feete; Salaata Jabeysi.
༺࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚༻
~Obboleessa koo obboleettii too
༄Wanti karoorfatte fiixa siif haa bahu
༄Kan ati yaadde hundis galma siif haga'u
༄Rakkoof rakkisaan jiruu tee keessaa haa bahu
༄Wanti amba dhibde sin dhibin
༄Miilli kaayyoo kee daandii milkaa'inaa irraa hin dabin
༄Khaaliqaaf khalqii biratti mi'aawi
༄Ardiif samittis urgaawi
༄dhukkkuba hundarraas Fayyaatahi
༄Waan sodaattu hunda najaa bahi!
Aamiin....
.....
👇
༆Share&Join༆
✰> @Hawwiiislaamictube
✰> @Hawwiiislaamictube
{إن الله وملائكته يصلون على النبي يا أيها الذين آمنوا صلوا عليه وتسلموا تسليما]
- Salawaata ergamaa rabbii ﷺ irratti buusuun guyyoota biroo irraa guyyaan juma'aa jaallatamaadha, halkan isaallee irra caalaa halkaniiti. Akkuma ergamaan rabbii ﷺ jedhan:
(" إن أفضل أيا مكم يوم الجمعة فأكثروا علي من الصلاة فيه")
《 Irra caalaan guyyoota keessanii guyyaa juma'aati. Guyyaa juma'aa keessa salawaata narratti buusuu heddummeessaa jedhan ergamaan rabbii ﷺ
✅ Qaama dhiqachuu
✅ Qeensa qorachuu
✅ Shittoo dibachuu (dhiira qofaaf)
✅ Ilkaan suwaakkachuu
✅ Irra caalaa uffataa qabdu uffachuu
✅ Suuraa kahf qara'uu
✅ Ganamaan masjiida deemuu
✅ Ergamaa rabbii irratti salawaata heddummeessuu ﷺ
《اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد وعلى آله وصحبه وسلم تسليما كثيرا 》.
📌 As wr wb obbolaa jaalalaa❤️ Yaadachiisa!! Miseensota chaanaalii @hawwiiislaamictube Hundaaf...
🔔 Akka imaammata (policy) telegram haaraa kanaan miseensonni chaanaalii kana MUTE gootan akka waan chaanaalii kanarra hin jirreetti ilaalama. So, UNMUTE gochuun chaanaalii VIEW odeeffannoo maxxanfame ni hir'isa.
🔔 Waan nuti maxxansinu ilaalaa jirtanillee yoo chaanaalii MUTE gootan hin lakkaa'amu.
Akkuma suuraa irratti mul'atuutti..
🔔 MUTE yoo jedhe hin tuqin
⚠️ UNMUTE irratti yoo ta'e yeroo 1 tuquun MUTE tti deebisaa
🎙 dabalataan maxxansa maxxansinu irratti reaction gochuun deebii tumsa keessan nuuf agarsiisaa.
Channal keesssan @hawwiiislaamictube
Ibnu al-Qayyim - Rabbiin olta’aan rahmata haa godhuf - akkana jedhe:
“Gabrichi tokkichummaa rabbii dhugoomse kan karaa fi Sunnaa Ergamaa isaa hordofu, dilii yoo hojjete: warra Arshii baatanii fi namoota naannoo isaa jiran irraa araarama isaaf kadhatama.”
Share 🫶 @hawwiiislaamictube
Gochi gara jabummaa salaaleen keessatti raawwatamaa jiru kun qalbii nama cabsa. Cal'isaanii ilaalun fafa seenaati. Godaannisa, madaa yoomiyyuu hin qoorreedha. Ayiiiiiiii 🇪🇹
Rabbi jaraaf haa tumsu. Aamiin 🤲
🌿 Boqonnaa ni barbaaddanii? Salaata keessa malee bakka biraa irraa hin argattanii!
🌿 tasgabbii barbaaddanii? Zikriin malee waan biraatiin hin argattan!
🌿 Gammachuu ni feetu? Waan allaahiin isinii jaallatee jaalachuudhaan malee essarrayyu hin argattani!
🌿 Jiruu dhugaa ni feetu? Allahaaf jiraachudhaan malee karaa biraatin hin argattani!
🌿🌿🌿🌿✨✨✨⤵️
SHARE SHARE
@hawwiiislaamictube
@hawwiiislaamictube
All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: propaganda@pocketfi.org
Last updated 4 months, 1 week ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 1 week, 5 days ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 1 month ago