ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!
Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!
Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Last updated hace 2 meses, 1 semana
Oduu - BBC News Afaan Oromoo
BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koo
Last updated hace 1 mes, 2 semanas
Waliigalteen Piritooriyaa bara 2022 mootummaa Itoophiyaafi TPLF gidduutti mallattaa'e guutumman hojiirra akka ooluf Ameerikaan deeggarsa gochuuf duubatti akka hin jenneefi lolli naannolee Itophiyaa biroo keessatti gaggeeffamaa jiru karaa nagaan akka furamuuf Biliinkan MM Abiy waliin kaleessa, Sadaasa 4, 2024, mariyachuusaanii Waajjirri Dhimma Alaa U.S beekisise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/txCEYlP
Filannoowwan pirezidantummaa tokko tokko irratti namni injifannoo argate guyyaadhuma sagaleen itti kenname halkan beekama, ykn ammoo boriituusaa ganama ibsama.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/E1FKD2R
Adeemsi murtii barsiisaa Saamu’eelii Paatii kan waggaa afur dura mana-barumsaa keessa barsiisuun alatti daandiirratti qalamee ajjeefamee Paaris keessatti ilaalamuu jalqabe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nuWPkdM
Wixineen seeraa namoota dhuunfaa miidhaa saalaa raawwachuun itti murtaa'e barsiisaa ta'anii akka hin qacaramne dhorku mana maree bakka bu'oota uummataaf dhiyaateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/K14DaoG
Seerri parlaaman biyyattii sagalee irratti kenne kun hojii deeggarsa namoomaa UNRWA Baha Yeruusaalem, Weest Baankifi bakkeewwan biraatti taasisu ji'a sadi gidduutti akka dhaabu kan dirqisiisudha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fokxRE8
Taphataan Maanchister Siitii Roodiriin badhaasa Ballon d'Or bara 2024 yeroo jalqabaaf mo'ate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WGcnC4Z
Xayyaarri fe'iisaa Raashiyaa Sudaan keessatti rukutamee kufuu ilaalchisee qorannoo gaggeessaa akka jiru embasiin Raashiyaa Sudaan jiru beeksise.Xayyaarri Sudaan bulchiinsa Daarfur keessatti rukutamee kufe jedhame kun xayyaara fe'iisaa Raashiyaa lyushin Il-76 ta'uun adda bahee jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GmMTERS
Tujjaarri Addunyaa Elon Maski Rippabilikaanota bakka bu’uun duula filannoo taasisa jira. Hanga yoonattis yoo xiqqaate doolaara miiliyoona 75 arjoomeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iEmubaC
Pirezidant Putiin torbee kana keessa magaalaa Kazan keessatti dureewwan biyyoota 20 caalanii simateera.Aanga'oonni kunneen kora diinagdee biyyoota guddtaa jiranii jajjabeessu- Bricx summit irratti hirmaachuuf wayita gara Raashiyaa imalanittidha kan isaan Putiin wal argan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZJRlfdu
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!
Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!
Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Last updated hace 2 meses, 1 semana
Oduu - BBC News Afaan Oromoo
BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koo
Last updated hace 1 mes, 2 semanas