Why Pay for Entertainment? Access Thousands of Free Downloads Now!

Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️

Description
👉 https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d
Advertising
We recommend to visit

Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.

Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter

Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot

Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah

Fadlan wixii Su'alaha la xariir

@liibaanwaasuge
@Mfaratoon

Hoyga Aflaanta Hindiga & Musalsalda Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 2024 Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo

1 day, 12 hours ago

[🚁 𝐄𝐥𝐞𝐤𝐨𝐨𝐩𝐭𝐚𝐫𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐚𝐥  𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢!!  𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐀𝐫𝐠𝐢𝐭𝐞 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐢𝐭𝐚𝐚!!
   ▬▬.◙.▬▬
    ▂▄▄▓▄▄▂
◢◤█▀▀████▄▄▄▄◢◤
█▄ █ █▄ ███▀▀
     ◙        ◙

𝑰𝒍𝒂𝒂𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒅𝒅 "👇Join👇" 𝑲𝒂𝒏 𝑱𝒆𝒅𝒉𝒖 𝑻𝒖𝒒𝒊𝒊 𝑺𝒆𝒆𝒏𝒊𝒊. 𝑾𝒂𝒂𝒏 𝑯𝒆𝒅𝒅𝒖𝒖 𝑺𝒊 𝑮𝒂𝒎𝒂𝒄𝒉𝒊𝒊𝒔𝒖𝒕𝒖 𝑲𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝑱𝒊𝒓𝒂𝒂](https://t.me/addlist/T85zGlmZjLIzYjdk)

𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam

2 days, 1 hour ago

﴿إِنَّ اللهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾.

«اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا صَلَّيْتَ عَلَى إبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ ، وَبَارِكْ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا بَارَكْتَ عَلَى إبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ».

2 days, 1 hour ago

𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀

𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2

2 months ago

Galgala Yemmuu Faxarru du'aa'ii gochuu qabnu keessaa:

( ذهب الظمأ وابتلت العروق وثبت الأجر إن شاء الله)
[صحيح الجامع :٤٦٧٨] [4678 ]

Hiikni isaa:- Dheebuun deeme, hiddi dhiigaa lallaafe, fedha Rabbiin mindaan isaas mirkanaa'e.

تقبل الله منا ومنكم

2 months, 1 week ago
2 months, 1 week ago

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ ٱذْكُرُوا۟ ٱللَّهَ ذِكْرًا كَثِيرًا
Yaa warra amantan! Faaruu baay’ee Allaah faarsaa. Al-Ahzab 33:41

وَسَبِّحُوهُ بُكْرَةً وَأَصِيلًا
Ganamaafi galgalas faaruudhaan Isa qulqulleessaa.
Al-Ahzab 33:42

«سُبْحَانَ اللهِ ، وَالحَمْدُ للهِ ، وَلَا إلَهَ إلَّا اللهُ ، وَاللهُ أكْبَرُ ، وَلَا حَوْلَ وَلَا قُوَّةَ إلَّا بِاللهِ».

4 months ago

Yesuus; Gooftaan kiristaanotaa ni kittaaname. Mee akkamitti ta'a?

Luqaas:- 2:21
“ሊገርዙት ስምንት ቀን በሞላ ጊዜ፥ በማኅፀን ሳይረገዝ በመልአኩ እንደ ተባለ፥ ስሙ ኢየሱስ ተብሎ ተጠራ።”
"Guyyaan saddeettaffaan erga darbee mucicha dhagna qabuun in ga'e; akkuma ergamaan Waaqayyoo utuu isheen hin ulfaa'in dura, haadha isaatti himee turetti maqaa isaa "Yesus" jedhan."

Gaaffiin asitti nu qabnu:-
1. Yesuus Waaqa yoo ta'e, eenyutu Waaqa kittaane?
2. Waaqni akkamitti kittaanama? Haaduu kamtu kittaana?
3. Ilmi namaa kan kittaannatuuf, Rabbitu seera itti godhe. Miidhaas qaba waan ta'eef. Waaqatti eenyutu seera itti godhe? Maal miidha? Maal fayyada?
5. Yesuus Waaqa yoo ta'e, maaliif 'mucicha' jedhame? Mucaan Waaqa ta'e jechuudhaa?
6. Maryam osoo hin ulfaa'in dura ergamaa Rabbiitu ergaa fidaa ture. Ergamaan sun Waaqni dhalachuuf akka deemu beekaa?
7. Maryam Waaqa ofii ulfooftee deesse jechuudha?
8. Hamma isheen garaatti baattee turte kana hunda eenyutu Addunya jiraachisaa ture?
9. Maqaan Yesuus yeroo moggaa'u, ergamaa Rabbiitu hime. Ergamaan Waaqayyoo ergaa sana eessaa fide? Waaqni gadameessa Maryam keessa taa'ee itti dubbatee?

Macaafa qulqulluu keessatti Maryam Waaqa ofii deesse kan jedhu hin jiru. Hawaariyoonni takkaa haala akka kanaan barsiisanii hin beekanu. Waaqni nama keessan dhalatee, kittaanamee, nyaata fi bishaan soorataa jiraataa ture jechuun safuudha. Kun Wollaaluma daangaa darbe akka ta'e nama hubachiisa.

https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d

Telegram

Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️

***👉*** https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d

4 months ago

👍

4 months ago

Hariiroo harreen fi Yesuus waliin qaban.

Macaafni kiristaanonni keessootti barsiisan maal jedha?

Harreen Yesuusiif gumaacha akkamii akka godhe hangam keenyatu beeka?

Ilma namaa kamiyyuu dura Yesuusiif kennaa hafuuraa kan kenne harreedha jedha. 😁😁

Kanan jedhu; "Harreen sun yemmuu hafuura Yesuusiif gumaachu, waan harreen dhalate itti fakkaate moo?" Nama dhiba. 😑

Kana qofa hin se'inaa! Gooftaan akka hin duune dhoksaa turte jedha.
Herodos akka hin ajjeessine Gooftaaf eegumsa daftee kan goote harree kana turte. 😁
📚 የልጆች ዓምድ ስደተኛዋ እመቤት ገጽ 3.

Gumaachi harreen kaleessa goote dagatamee, har'a ba'aa baachuu fi qalamuu ta'e.

Mirgi harree haa eegamu! 😁 Osoo harreen sun hin jiraannee, Herodos Yesuusiin ni ajjeessa ture. 🤣

Hubachiisa!
Wanti dubbatame kun waa'ee nama kabajamaa Yesuus osoo hin taanee, barsiisa kiristaanaa isa hanqina qabuudha.

https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa

Telegram

Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️

***👉*** https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d

4 months, 1 week ago

Fannifamuun Yesuus bu'aa buusee?
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Akka kiristiyaanonni amananitti yakki Addamifi hewaan dalagan akka abaaraman isaan taasisee abaarsi kun ammoo dhala isaanitittis daddarbe jedhanii amanu.Waaqni Baaybilii firee mukaa nyaatamteef jedhee Hewaaniin abaarsa armaan gadii kana hunda itti roobse:-

•Yeroo isiin ulfuuftu rakkina itti baay'isuu
• Ciniinsuudhaan akka deessu taasisuu
• san booda abbaa mana isii akka hawwitu gochuu(haati manaa abbaa manaa hawwuunis(jaalachuunis) abaarsa ta'uu isaati)
•Abbaa manaa jalatti buluu( abbaa manaatiif gabrittii ta'uu)

Kunoo "Sagaleen waaqayyoo" warra kiristiyaanaa akkana jedha:-

"Dubartittiidhaan immoo, “Yeroo ati ulfooftutti ani rakkina kee guddaa nan baay'isa; ciniinsuudhaanis mucaa in deessa; kana keessaa immoo abbaa manaa kee in hawwita, innis aboo si irratti in qabaata” jedhe. (Uumama 3:16)

Waaqayyoon kiristiyaanotaa Addamiinis abaarsa armaan gadii kana itti dhangalaase:-

• Sababa isaatiif lafti abaaramtuu ta'uu(akka waan lafti firee mukichaa nyaattee)
• dadhabee(ifaajee) akka nyaatu( ifaajanii nyaachuun abaarsa ta'uu isaati!).
•lafti qoraattiidhaa fi baalaan waraante akka itti biqilchitu
• innis waan lafaa biliqilu akka nyaatu.
• akka inni biyyoo ta'u
• Dhama'ee akka buddeena nyaatu(abaarsatu jalaa dhume fakkaata yaaduma wal fakkaataa irra deddeebi'a)

Egaa waaqayyoon kiristiyaanonni "inni jaalala" nuun jedhan akkanatti abaarsa Rooba kunoo dubbifadhaa

"Waaqayyo amma immoo namichaan, “Ati dubbii haadha manaa keetii waan dhageesseef, ija mukichaa isa ani ‘Hin nyaatin!’ jedhee si abboomes waan nyaatteef, lafti sababii keetiif abaaramaa in ta'a; atis bara jireenya kee hundumaatti itti dadhabdee isa irraa in nyaatta. Inni qoraattiidhaa fi baalaan waraantee siif in biqilcha, atis biqila lafaa in nyaatta. Ati biyyoo dha, deebitees biyyoo in taata; ati biyyoo lafaattii waan kutamteef gara isaatti hamma deebituttis, dhamaatee dafqitee buddeena in nyaatta” jedhe. (Uumama 3:17-19)

Egaa akka kiristiyaanonni nuun jedhanitti kaayyoon Yesuus dhufee fannifameef keessaa tokko abaarsa armaan olitti waaqni Addaamiifi heewanitti roobse kana hanbisuudha. garuu abaarsi kun hafeeraa?

1) Dobartoonni Yeroo ulfaa cinqamuun hafee?
2) Yeroo ulfaa ciniinsuun da'uun hafee?
3) saba booda dubartoonni abbaa manaa isaanii hawwuu dhiisanii?
4) Dubartoonni abbaa manaa jalatti buluun hafee?
6) Dachiin qoraattiidhaa fi
baalaanwaraantee baasuu dhiiftee?
7) Namni ifaajee nyaachuun hafee?
8) namni du'ee biyyetti deebi'uun hafee?
Abaarsa isin jettan kanniin keessa kan " fannoo yesuusii isa jettan saniin hafe isa kamni? bu'aan fannifamuu yesuusin argame maali? Kun kan agarsiisu seenaan fayyinaa fannoo yesuusin wal-qabatu seenaa bu'uura hin qabne ta'uu isaati.osoo dhugaa ta'ee wantoonni kunniin mirkanaa'uu ture.

Fannifanuun Yesuus kan abaarsa biyya lafaa sirraa hin habmbisin abaarsa biyya du'aan booda jalaa gonkumaa si fayyisuu hin danda'uu osoo lafti sitti hin dhihin yeromaan fala laalladhu.

Qopheessaan Jamaal kadiir.
Gingilchaa Dhugaa

We recommend to visit

Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.

Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter

Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot

Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah

Fadlan wixii Su'alaha la xariir

@liibaanwaasuge
@Mfaratoon

Hoyga Aflaanta Hindiga & Musalsalda Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 2024 Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo