Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️

Description
👉 https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d
Advertising
We recommend to visit

Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 2012kii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks

Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.

Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter

Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot

Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah

Fadlan wixii Su'alaha la xariir

@liibaanwaasuge
@Mfaratoon

3 months, 2 weeks ago

#Saawuryoos inni Anxokiyaa; "uumamni Uumaa wajjin tokko ta'e" yaada jedhu qaba. Haymanot Abew Boqonnaa 112 Lakkoofsa 32 "Uumamni Uumaa wajjin tokko ta'e". Barumsi "uumaa fi uumamni tokko" jedhu Islaamummaan "Wahdetul Wujud" وَحْدَة الوُجُود yemmuu jedhamu, Islaamummaa keessatti kufaa fi didameera. Kana irra; Yesuus Masiihichi uumama gadameessa Maariyaam keessatti uumamee fi maalummaan isaas #nama qofa kan ta'eedha.

قَالَتْ رَبِّ أَنَّىٰ يَكُونُ لِى وَلَدٌ وَلَمْ يَمْسَسْنِى بَشَرٌۖ قَالَ كَذَٰلِكِ ٱللَّهُ يَخْلُقُ مَا يَشَآءُۚ إِذَا قَضَىٰٓ أَمْرًا فَإِنَّمَا يَقُولُ لَهُۥ كُن فَيَكُونُ
[Maryamis] “yaa Gooftaa kiyya! Odoo namni tokkollee ana hin tuqne akkamitti ilmi naaf argama?” jette. [Rabbiinis] “Akka kanatti #Rabbiin #waan #fedhe #uuma. Inni yeroo waan tokko murteesse #‘ta’i!’ qofa isaan jedha; yeroma san ta’a” jedhe. [3:47]

#Obboleewwan keenya #kiristaanaa!
Daa’ima gadameessa dubartii keessatti uumame fi guddate kana waaqeessuu dhiisaa. Gara tokkichaa gabbaruutti towbaadhaan akka deebitan isin kadhanna. Rabbiin qajeeluma isiniif haa kennu! Obsa gaarii nuuf haa kennu! Aamiin.

?Fuula Facebook
https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
?Telegram channel
https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d

Facebook

Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

3 months, 2 weeks ago

#Ilmatu dhalata kan jedhame maali? Eenyu?

بسم الله الرحمن الرحيم

قَالَتْ رَبِّ أَنَّىٰ يَكُونُ لِى وَلَدٌ وَلَمْ يَمْسَسْنِى بَشَرٌۖ قَالَ كَذَٰلِكِ ٱللَّهُ يَخْلُقُ مَا يَشَآءُۚ إِذَا قَضَىٰٓ أَمْرًا فَإِنَّمَا يَقُولُ لَهُۥ كُن فَيَكُونُ
[Maryamis] “yaa Gooftaa kiyya! Odoo namni tokkollee ana hin tuqne akkamitti ilmi naaf argama?” jette. [Rabbiinis] “Akka kanatti Rabbiin waan fedhe uuma. Inni yeroo waan tokko murteesse ‘ta’i!’ qofa isaan jedha; yeroma san ta’a” jedhe. [3:47]

Namni dhalachuun osoo Yesuus hin dhalatin dura ture. Gadameessis dura ture. Yesuus akkuma nama kamiiyyuu gadaamessa keessaa dhalate. #Dhalachuun jechuun #uumama akka ta'e beekamaadha. Kun waan ifa galaadha. Ragaan isaas;

#Luqaas 1:31 "Kunoo, in ulfoofta ilmas in deessa, maqaa isaa immoo Yesus jedhii moggaasi!"
#Ilma jechuun #dhiira. Dhiirri waan #kittaanamuudha. Ni #ulfoofta kan jedhu Iyyasuus #uumama ta'uu ni ibsa. Qerloos Ze Iskindiryaa; Yesuus uumama akka jedhamu dubbateera. Haymanot Abew boqonnaa 124 Lakkoofsa 19 irratti "Dubartii irraa fooniin waan dhalateef, uumama jenna" jedhe.

Afaan Amaaraatiin "nama" jedhamee barreeffamus, Gee'iziin "Uumama" jedhama jedhamee barreeffameera. Ephifaaniyoos Zaqoprios:- Yesuus nama uumame akka taʼe dubbateera. #Haymanote #Abew Boqonnaa 56, Lakkoofsa 20 irratti #Uumame jedhamuun isaa nama akka ta'e iccitii godha. Ephifaaniyoos Zakaaprioos; Yesuus nama uumame akka taʼes ifatti ibseera: Boqonnaa 56, Lakkoofsa 21 irratti waan dubbate dubbisuun ni danda’ama.

Gorgooriyoos Zeenusis; haaluma walfakkaatuun "Foon waan ta'eef #uumama jedhama" jedha. Boqonnaa 35, Lakk 6 irratti "Foon waan ta'eef uumama jedhama" jedhe. Yesuus akuma raajiin dubbatame; #gadameessa irraa #Inni #na #uume" jedhee dubbachuun isaa Waaqayyo akka isa uume ibsa.
Isaayyaas Raajicha 49:5 "Ammas ani garbicha isaa akkan ta'uuf, Yaaqoobin gara isaa akkan fiduuf, Israa'elinis isa biratti akkan walitti qabuuf, #Waaqayyo #garaa #haadha #koo #keessatti #na #tolchee fuula isaa duratti ulfina anaaf kennee jabinas anaaf ta'eera."

Qerloos inni Iskindiriyaa caqasa Isaayyaas 49:5 irraa fudhatee waa’ee uumama ta’uu Yesuus ifaan ifatti dubbateera. Boqonnaa 76, Lakkoofsa 19 "Ammas, Kiristoos durba irraa waan dhalateef, karaa afaan Isaayaasiin, "Ani hojii baay'ee nan hojjedha, mana Yaaqoob nan jabeessa. "Israa'el tokkoomsuuf jecha "gadameessa durbaa keessattin uumame" jedhe. Afaan Amaaraatiin #ulfaa'e" yemmuu jedhu, warri Gi'izii garuu #uumame" jedha. Dhugaan jiru garuu daa'imni gadameessa keessa jiru #uumama ta'uu isaati. Qerloos Aleeksaandiriyaa itti aansuun; Yesuus "Gadameessa keessatti kan na uume Waaqayyodha" jedhee cimsee dubbateera. Haymanot Abew Zeqerlos Boqonnaa 76, Lakkoofsa 21; "Ammas gosa Yaaqoob tokkoomsuuf; Israa'eliin fayyisuuf tajaajilaa ta'uuf, "Waaqayyo inni #gadameessa #keessatti #na #uume na jaallata" jedhe.

Haymanot Abew Boqonnaa 124, Lakkoofsa 25 irratti; Dhugaan nama waan ta'eef, #Waaqayyo #na #uume' jedha. Haymanot Abew Boqonnaa 124, Lakkoofsa 26 "Namni uumama waan ta'eef, kanaaf nama waan ta'eef "Waaqayyo na uume" jedha jechuun lafa kaa’e.

Egaa Yesuus #Waaqayyo #na #uume" yemmuu jedhu, wanti gadameessa keessatti uumame Waaqayyo akka hin taane ibsa. Kanaafuu Yesuusiin isa nama gadameessa keessatti uumame waaqeffachuun, Waaqayyo tolfamaa waaqeessuudha.

Isaayaas Raajicha 43:10 "Waaqayyo, "Yaa saba nana, isin dhuga-baatuu koo ti, garbichi ani fo'adhes isinuma, isin akka beektaniif akka amantanitti, isa kana kan godhe ana Waaqayyo akka ta'e akka hubattanitti, #ana #dura #Waaqayyo kan #biraa #hin #turre, #ana #booddees #Waaqayyo kan #biraa #hin #jiraatu."

Rabbiin Uumaan waa hundaa; "Waaqayyo hin uumamne" osoo jedhaa jiruu, barnootni "Uumaan uumama", "Uumaan uumama ta'e" "Uumaan waan gadameessa keessatti uumame waliin tokko ta'e" jedhu kun barnoota fokkisaa akkamiiti?

3 months, 2 weeks ago

﴿إِنَّ اللهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾.

«اللَّهُمَّ اجْعَلْ صَلَوَاتِكَ وَبَرَكَاتِكَ وَرَحْمَتَكَ عَلَى سَيِّدِ المُرْسَلِينَ وَإمَامِ المُتَّقِينَ وَخَاتَمِ النَّبِيِّينَ مُحَمَّدٍ عَبْدِكَ وَرَسُولِكَ إمَامِ الخَيْرِ وَقَائِدِ الخَيْرِ وَرَسُولِ الرَّحْمَةِ ، اللَّهُمَّ ابْعَثْهُ مَقَامًا مَحْمُودًا يَغْبِطُهُ بِهِ الأوَّلُونَ وَالآخِرُونَ ، اللَّهُمَّ تَقَبَّلْ شَفَاعَتَهُ الكُبْرَى وَارْفَعْ دَرَجَتَهُ العُلْيَا وَآتِهِ سُؤْلَهُ فِي الآخِرَةِ وَالأُولَى كَمَا آتَيْتَ إبْرَاهِيمَ وَمُوسَى .. اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا صَلَّيْتَ عَلَى إبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ ، اللَّهُمَّ بَارِكْ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا بَارَكْتَ عَلَى إبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ».

3 months, 3 weeks ago

???? ????????????

Namni Wol Dorgommii Qarshii Kuma 150 Irratti Hirmaattanii Dorgomuu Fedha Qabdan ????? Kan Jedhu Tuquudhaan Haa Eegaluu. Amma Gara Xumuraatti Waan Deemaa Jiruuf Haa Hirmaatuu!!!

ሰበር ዜና

በ150ሺህ ???? ውድድር መወዳደር የሚፈልግ ማንኛውም ሰው እባክዎ ጀምርን ????? ያድርጉ። አሁን እንሳተፍ ወደ ፍፃሜው ይሄዳል!!!

???????? ????

Anyone Who Wants To Compete In The 150 Thousand ???? Competition Please Click ?????. Let's Get Involved Now It's Going Towards the Final!!!

3 months, 3 weeks ago

?????????? ??????? ??????????⁉️
???? ??????? ?? ???? ????⁉️

Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa

ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️  እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።

???? ?? ???? ?????????
         ??????????? ????????
          ????????//??????
@seyfal_islam

6 months, 2 weeks ago

﴿إِنَّ اللهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾.

«اللَّهُمَّ اجْعَلْ صَلَوَاتِكَ وَبَرَكَاتِكَ وَرَحْمَتَكَ عَلَى سَيِّدِ المُرْسَلِينَ وَإمَامِ المُتَّقِينَ وَخَاتَمِ النَّبِيِّينَ مُحَمَّدٍ عَبْدِكَ وَرَسُولِكَ إمَامِ الخَيْرِ وَقَائِدِ الخَيْرِ وَرَسُولِ الرَّحْمَةِ ، اللَّهُمَّ ابْعَثْهُ مَقَامًا مَحْمُودًا يَغْبِطُهُ بِهِ الأوَّلُونَ وَالآخِرُونَ ، اللَّهُمَّ تَقَبَّلْ شَفَاعَتَهُ الكُبْرَى وَارْفَعْ دَرَجَتَهُ العُلْيَا وَآتِهِ سُؤْلَهُ فِي الآخِرَةِ وَالأُولَى كَمَا آتَيْتَ إبْرَاهِيمَ وَمُوسَى .. اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا صَلَّيْتَ عَلَى إبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ ، اللَّهُمَّ بَارِكْ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا بَارَكْتَ عَلَى إبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ».

6 months, 2 weeks ago
6 months, 3 weeks ago

???? ????????????

??????????? ????? ?????????? ???????????? ??????????????? ??'?? ??????? ???????? ??????????? ???????? ??????????? ????? ?????????? ????????? ??????? ???????? ??????????? ???????? ???? ??????????? ?? ????????.

??????????: ?????????? ????? ?????? ??'?? 3? ?? ???? ?????? ??? ???????? ??'?? ???????? ????? ????? ????????? ?????? ????? ?? ????????

??????? ????? ?????? ???? 3?+
???? ????????: @Rafiiqul_Islaam2

6 months, 3 weeks ago

?MUSXALAHAL HADIIS (BAYQUUNI) DARSII 1FFAA

•┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈•

?الشيخ عبد الكريم أحمد حفظه الله ورعاه

?SHEIKH ABDULKARIIM AHMAD - HAFIZAHULLAAH

•┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈•

═════ ≪ °???° ≫ ═════
? Kitaaba Buufachuudhaaf Liinkii
Armaan Gadii Fayyadamaa
??????????

https://t.me/sheyk_abdulkarim/521

We recommend to visit

Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 2012kii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks

Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.

Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter

Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot

Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah

Fadlan wixii Su'alaha la xariir

@liibaanwaasuge
@Mfaratoon