MUL'ATAA KEENYA

Description
Warraa of ta'etu,Wal ta'a
Warraa Wal ta'etu, Abbaa Biyyaa ta'a!
We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 7 months ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 3 months ago

👉👉 Sʜᴀʀᴇ ɪʏᴏ xᴀʏᴇʏsɪɪɴ sᴏᴏ ᴅᴀʟʙᴏ👉👉 @Ibiiye_online
MY ᴄʜᴀɴɴᴇʟs 👇👇🔥💀

0619425303👈👈👈👈 qofkii xareesiiska rabo luuqa iga soo qabo

Last updated 4 weeks ago

3 months, 1 week ago

?ለዩንቨርሲቲ ና  ለ ሃይስኩል  ተማሪዎች   ብቻ የተከፈቱ በኢትዮጲያ የመጀመሪያዎቹ ቻናሎች ❤️❤️???
[?ሙዚቃ ?

?የትምህርት ሚንስቴር ?

⚽️ስፖርት ⚽️

?ፊልም ?

?ኢትዮ ቀልድ?

?ትኩስ ዜና ?

?መትጽሐፍት ?

ሁሉንም በአንድ ላይ](https://t.me/addlist/5tujT6_nPaU3NjJk)☑️

FREE WAVE DM ☑️  @Yami_king1

3 months, 1 week ago

"Yoon barbaree Laga dhaabee,
Sangaan darbee keessa hin dheeduu, Yoon jarjaree bira baasee harkaan qabdee keessa hin keessuu" Dr. Zalaalem.

Dr ??
Nuf jiraadhaa.

3 months, 1 week ago

"Brother" intala dubaraa takka odoo ati karaa isii waliin deemaa jirtuu yoo ilmi dhiiraa tokko si jalaa qabe, yoo isiiniis dhaabbaattee koflaa isaa waliin haasooyte callisii deem, gara galtee hin laalin, makiinaan bakka san yoo jiraatte kori, qarshii ofirraa kafaltu yoo hin qabaanne text naaf godhi e-birr irraattiin siif ergaa?

Benatachu dubartoonni akkana hin godhinaa gaastrik nu kaasaa akkana godhuun?

3 months, 1 week ago

✍️ Sagaleen,nama“MAALLAQA”hin qabnee hin dhagahamu!

Fayyaan jiraannaan hunduu jiraan,jecha hiyyeessa ittiin jajjabeessani,

ofirra hin rafin obboleessa fayyaa osoo qabu maallaqa dhabe!

Haatummaan,nama dhaltee jabaa jaalattii”Jabaadhu”gurbaa!

━━━━━━━━━━━
?️@jechoota?️

3 months, 2 weeks ago

???????????
Bara humna qaban sagaliin lolu, bara humna dhaban sagalee tolu.
????????
? https://t.me/mulataakeenya?

3 months, 2 weeks ago

Intalli finfinnee turtee dhiyeenya baadiyatti galte , yeroo karaa irratti si argitu..Izzi safar wifa yellem bro?

3 months, 2 weeks ago

Waan Jaalattu Arkachuuf Waan Hin Jaalannee Keessa Darbuu Qabdaa?

3 months, 3 weeks ago

Jaalalli Jaamadha Hin jedhamney Galgala
kana Narra Eejate darbe?

3 months, 3 weeks ago

Nama Sirraa fagaachuu barbaadu,
Dursii irraa Fagaadhu.

3 months, 4 weeks ago
We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 7 months ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 3 months ago

👉👉 Sʜᴀʀᴇ ɪʏᴏ xᴀʏᴇʏsɪɪɴ sᴏᴏ ᴅᴀʟʙᴏ👉👉 @Ibiiye_online
MY ᴄʜᴀɴɴᴇʟs 👇👇🔥💀

0619425303👈👈👈👈 qofkii xareesiiska rabo luuqa iga soo qabo

Last updated 4 weeks ago