Jimma University Students Union /JUSU/

Description
Students Union works for the benefit of the students by asking the necessary goods and accessing services......

Our reward is students happiness!!
Advertising
We recommend to visit

Cʀᴇᴀᴛᴏʀ @Simera10

ለማንኛውም ጥያቄ እና አስተያየት @ABFenomeno

Trustworthy source of cryptocurrency news and latest information, as well as tips for crypto trading around the world...

Last updated 3 дня, 12 часов назад

🍿የ VIP ቻናላችንን በአነስተኛ ክፍያ በመቀላቀል ሁሉንም ፊልሞችን ማግኘት ትችላላቹ።
🍿 CHANNEL ~> @Wase_Records
🍿 BOT ~> @Wase_Records_Bot
🍿 OWNER ~> @The_hacker_person
🍿 VIP ~> @The_hacker_person

Last updated 2 недели, 6 дней назад

🔶 የቻናላችን ቤተሰብ ሲሆኑ 🔶

✏️ የHacking ስልጠናዎች
✏️ የተለያዩ Software ጥቆማዎች
✏️ አፕ ጥቆማ

📱ምርጥ አፖች ለማውረድ @Israel_app

YOUTUBE ቻናላችን SUBSCRIBE በማድረግ እንዲተባበሩን እንጠይቃለን!!👇👇
https://youtube.com/channel/UCswq6IimdcBT8oO9uRDpodQ

📲 ያላችው ጥያቄ አስተያየት ካላ @IsraelTubeBot

Last updated 4 недели, 1 день назад

2 Monate her

Baga Ayyaana Irreessa Malkaa kan bara 6418'tiin isin gahe!
Akka ilaalcha Oromootti Uumaaf uumamni marti ayyaana qaba haaluma kanaan Ayyaana Waaqaa, Ayyaana Namaa fi Ayyaana Uumamaa jedhamuun akaakuu sadiitti hiramu.
Ayyaanonni kunniin ammoo Ayyaana Mo'ii fi Ayyaana Galatoo jedhamuun bakka lamatti hidhamu.
Ayyaanotni Mo'ii: Ayyaana Aarsaa, Boorantichaa, Gindiikaa (Gindii-Hiikaa), Gijaaree, Urgooftuu fa'aa yeroo ta'an Ayyaanonni Galatoo ammoo: Taaboree, Ilillee, Ifaanoo, Irreessa, Ateetee, Birboo, Wadaajoo, Buttaa fi Cooraa jedhamu.
Egaa Ayyaanota kana keessaa Ayyaanni Irreessaa kan galateeffannaa fi araara Waaqa itti gaafatanidha.
Oromoon yoom akka Irreessa eegale beekamuu baatus garuu waggoota Kuma hedduu dura laga Mormor ykn Abbayya Gurraachatti akka Irreessataa ture kitaabonni tokko tokko ni dubbatu.
Irreessi gosa baayyee qaba garuu warri ijoon Irreessa Malkaa, Irreessa Tulluu fi kan maatii waliin kabajamu Abdaarii (Mijjirii) dha.
Irreessi Birraa ji'oota Fulbaanaa hanga Sadaasaa keessa kan kabajamu yoo ta'u akka waaltinaatti Fulbaana gara dhumaa Masqala booda kabajama.
Oromoon Waaqa ganna keessa isa dabarsee Birraa bariisiseef galateeffachuuf akkasumas Bona dhufu akka gogiinsaa jalaa oolchu kadhatachuuf Malkaatti walarga.
Irreessi Tulluu ammoo ji'oota Bitootessa, Ebilaa fi Caamsaa keessa kabajama akka waaltinaatti Eebila gara dhumaa tulluutti bahee Waaqa bona nagaa godheef galateeffachuuf akkasumas ganna itti dhufaa jiru akka nagaan dabarsu kadhatata.
Kanaafuu Oromoon Irreessannaan safeeffannaadha jedha kana jechuun harri, tulluun, mukti, margi hundi uumamaa waan ayyaana qabuuf ayyaana uumama kanaa Waaqa kadhata malee uumamatti sagada jechuu miti.
Irreessa milkii
Barri quufa
Gadaan gabbina, gabbisi Waaq!
Gumii Dagaagina Aadaa, Seenaa fi Afaan Oromoo Yunibarsiitii Jimmaa irraa

2 Monate her

Baga Ayyaana Irreechaa bara 2017 nagaan geessan!

Irreecha keenya,Haaromsa Aadaa keenyaaf!

እንኳን ለ2017 ዓ.ም ኢሬቻ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

ኢሬቻ ለባህላችን ህዳሴ!

Happy 2017 Irreechaa Holiday!

Irreecha for our Cultural Renaissance!

JUSU

2 Monate, 1 Woche her

BARATTOOTA MEDISIINII FI DENTAAL HEELZII ( FAYYAA ILKAANIIN)
KAN HAFE, GUYYAAN WAAMICHAA DURAAN FULBAANA 20 FI 21 JEDHAMEE TUREE DABARFAMEERA.

5 Monate her

Attention!!!
Any student who has gone to Agri Campus without Being listed.
Don't waste your time.
You will not be allowed.
Do your best
There will be checking in accordance with the above list.
Use your time
We are not responsible!!!!!

5 Monate her

For Registered volunteers students
?????
Hello, we are all going to the Agri campus from 10 :00 Lt today, so we urge you to get ready and  finish your clearance. We will spend the whole 25 days there. We will inform you about the transportation issue, so stay tuned.

5 Monate her

Dear My friends:

? Gizealewu SHIBABAW (Students' Union Vice president)
?Tamirat Tesfaye (Secraterial General of JU students' Union)
?Adisu Mossie (JU Career Club vice president)
?Tolera Dufera (Former president of JULSA)
? Nathan Tadesse (Founder and Former President of JULSA)
? Tujube Mulat (Female Students' Association President)
2. Anwar Mohamed
3. Abdulhakim Nesru
4. Abdulhakim Mekiyu
5. Deginet Desta
6. Desta Desalegn
7. Meron Wendwosen
8. Amare Melese
9. Abdi Belayi
10. Bere ket Mulugeta
11. Yosef Laliso
12. Kifle Turche
13. Yishak Yuesa
14. Yishak Yohannes
15. Esmael Mensur
16. Samuel philpos
17. Agegn Legga
18. Fikadu Desalegn
19. Endalkachew Argeta
20. Desalegn
21. Desta Desalegn

I am absolutely thrilled to extend my heartfelt congratulations to you on your graduation day! Your achievement is a testament to your hard work, determination, and unwavering commitment to excellence.

?As you step into the world as a graduate, may you continue to pursue your passions, follow your dreams, and embrace the endless possibilities that lie ahead. Your journey has only just begun, and I am confident that you will achieve great things in the days to come.

?Congratulations once again, my dear friend. Your success brings me immense joy, and I cannot wait to witness the amazing things you will accomplish in the future. Here's to a bright and promising future filled with endless opportunities!!!

With heartfelt happiness and warmest wishes

(Abdulfetah Bushura)

7 Monate her

ውድ የጅማ ዪኒቨርሲቲ ክርስቲያን ተማሪዎች እንኳን ለ ትንሳኤ በዓል በሰላም አደረሳችሁ እያልን:በዓሉ የሰላም፣የፍቅር ና የደስታ እንዲሆንላችሁ እንመኛለን።

መልካም የትንሳኤ በዓል!

▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼
የጅማ ዪኒቨርሲቲ የተማሪዎች ህብረት

7 Monate, 3 Wochen her

? Exciting news! Our highly anticipated second round of Youth Media and Information Literacy Training is finally here! ?

? Last year, we had an incredible journey with over 120 trainees who dived deep into the world of media literacy. Together, we explored multiple contents and engaged in a transformative 6-month mentorship program. ?

? Not only did our trainees gain invaluable knowledge, but they also became esteemed Information Ambassadors, receiving prestigious certificates as a testament to their dedication and hard work. ??

? Now, in our second round, it's time to expand our horizons even further! Our ambassadors are here to guide you, to share insights, and to help you uncover what you may not yet know. ??

Don't wait another moment! Apply now using the provided form and secure your spot in this enriching journey. Spaces are limited, so act fast! ⚡️?

Form: https://forms.gle/pTtgW9JTvk1YdFvHA

MERSA Media Institute | 2024

7 Monate, 3 Wochen her

Baga gammaddan!
Barattoonni Oromoo Yunibarsiitii keenyaa dhamaatii yeroo dheeraatiin booda bu'aa dadhabbii keessanii arguuf carroomtan hundi keessan baga gammaddan!
Turtii mooraa keessatti mudannoowwanii fi qormaatota ijibbaachisoo hedduu, guyyoota boqonnaa malee fi halkan hirriba hin qabne mara keessa dabartanii boqonnaa haaraa karaa ittiin beekumsaa fi muuxannoo Yunibarsiitii guddicha Baha Afriikaa ta'e irraa argattaniin hawaasa keessan waggoota dheeraaf abdiin isin eegaa ture rakkoorraa obbaafachiisuuf yeroon geessee jirti.
Biyyi keenya Oromiyaan akkuma baayyina lakkoofsa uummatashee humna nama baratee hedduu fi dhiyeessi tajaajila fayyaa, seeraa, hooggansa, akkasuma dargaggeessa gama hundaan leenji'ee gaaffiiwwan akka sabaatti waggoota hedduuf gaafatataa turtee fi rakkoowwan durii kaastee itti jirtu dhaloota furmaata itti godhuuf eegdi.
Kanaafuu, barattoonni keenya guyyaa boruu muummee barnoota garaagaraa irraa milkiin xumurtanii eebbifamuuf jirtan imaanaa fi abdii guddaa isinirra jiru osoo hin dagatiin nama uummanni ittiin boonu, kan dhaloonni isin duubaa akka fakkeenyaatti isin ilaalee guddatu, kan Yunibarsiitiin keessan barataakoo ture jettee isiniin boontu akka taatan isiniif dhaamuu barbaadna.
Gumiin keessan, gaaddisti barattoota Oromoo fi hawaasa Yunibarsiitichaa akkasumas qe'een ilmaan Kuush maraa Gumiin Dagaagina Aadaa, Seenaa, fi Afaan Oromoo Yunibarsiitii Jimmaa mooraa haadhoo hawwii guddaa isiniif qabnuu fi gammachuu milkaa'ina keessaniin nutti dhagahame isiniif ibsuu barbaadna.
Addatti ammoo hoogganaa keenya duraanii kan ta'e Dr. Toliinaa Ayyalaa baga guyyaa firii dhamaatiikee waggaa 8'tii ijaan argite siin jechuu barbaadna.
GDASAO YJ mooraa haadhoo
Qabsoo Lammeessaa
Dura taa'aa

9 Monate, 1 Woche her

ዉድ በሁሉም ካምፓሶች የምትገኙ የጅማ ዪኒቨርሲቲ ተማሪዎች በያላችሁበት: ነገ ማለትም ዕለተ ማክሰኞ ጠዋት 3:00LT የዓድዋ የድል መታሰቢያ በዓልን አስመልክቶ ደማቅ አከባበር በ ሀጫሉ ሁንዴሳ መታሰቢያ አዳራሽ ስለሚኖረን በ ሰዓቱ በመገኘት እንድትሳተፍ እንላለን።በተጨማሪም በ ሁሉም ካምፖሶች የምትገኙ የተማሪዎች ህብረት ተወካዮችና የኮሌጅ ተወካዮች ተማሪዎች ወደ ዋናው ጊቢ እንዲመጡ አመቺ እንዲሆናቸው ትራንስፖርት ሰለተዘጀላቸውም ጭምር እንድታሳውቋቸው እንጠይቃለን።

▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼
የ ጅማ ዪኒቨርሲቲ የተማሪዎች ህብረት

We recommend to visit

Cʀᴇᴀᴛᴏʀ @Simera10

ለማንኛውም ጥያቄ እና አስተያየት @ABFenomeno

Trustworthy source of cryptocurrency news and latest information, as well as tips for crypto trading around the world...

Last updated 3 дня, 12 часов назад

🍿የ VIP ቻናላችንን በአነስተኛ ክፍያ በመቀላቀል ሁሉንም ፊልሞችን ማግኘት ትችላላቹ።
🍿 CHANNEL ~> @Wase_Records
🍿 BOT ~> @Wase_Records_Bot
🍿 OWNER ~> @The_hacker_person
🍿 VIP ~> @The_hacker_person

Last updated 2 недели, 6 дней назад

🔶 የቻናላችን ቤተሰብ ሲሆኑ 🔶

✏️ የHacking ስልጠናዎች
✏️ የተለያዩ Software ጥቆማዎች
✏️ አፕ ጥቆማ

📱ምርጥ አፖች ለማውረድ @Israel_app

YOUTUBE ቻናላችን SUBSCRIBE በማድረግ እንዲተባበሩን እንጠይቃለን!!👇👇
https://youtube.com/channel/UCswq6IimdcBT8oO9uRDpodQ

📲 ያላችው ጥያቄ አስተያየት ካላ @IsraelTubeBot

Last updated 4 недели, 1 день назад