Wabii Sanyii

Description
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 2 years, 1 month ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 year, 9 months ago

👉👉 Sʜᴀʀᴇ ɪʏᴏ xᴀʏᴇʏsɪɪɴ sᴏᴏ ᴅᴀʟʙᴏ👉👉 @Ibiiye_online
MY ᴄʜᴀɴɴᴇʟs 👇👇🔥💀

0619425303👈👈👈👈 qofkii xareesiiska rabo luuqa iga soo qabo

Last updated 1 year, 7 months ago

2 years ago

XIYYEEFFANNOO FI KAKA'UUMSA
(FOCUS AND MOTIVATION)

━━━━━⊱✿⊰━━━━━━
1️⃣ Xiyyeeffannoo jechuun wanta tokko irratti dandeettii qaban hundumaan, yeroo hundumaa itti yaadudhaan irratti hojjachuu jechuudha.

? Namoonni waan hedduu hojjachuuf dandeettii uumamaa qabu. Garuu, waan hojjatanitti xiyyeeffannoo itti kennuu baannan, kan hojjatanii fi kan dhiisan waliif wallaalu.
✍️ Kana jechuunis hojii hunduma keessaa ana hin dhabinii ta'a.

Warri Addunyaa keenya kanarratti beekamtii gurguddaa qaban, hundi baratanii miti,
Garuu, hojii keessaa isa dandeettii isaanii madaalu irratti xiyyeeffatanii hojjataniiti.

❓ Atihoo hojii hunda keessaa kamirratti xiyyeeffattee hojjataa jirta?
❓ Kamtu si gargaara,

Hub:
? Ati ofiif qofa jiraachuuf addunyaa kanarratti hin uumamne,
Dhaloonni dhufu Sirraa waa eeggataa jira.

┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄
2️⃣ Nama si kakaasu yoo argatte waan tokko hojjachuuf kaka'uumsa horatta.

Yoo nama si jajjabeessu dhabde:
✔️ Ati of hin gatin!
✔️ Of hin tuffatin!
✔️ Ati ammallee nama jabaadha!
✔️ Lafa kana irra akkasumaan miti kan dhufte.
✔️ Waan lafa kana irratti siin hojjatamee darbu, namni biraa akka keetti hojjachuu hin danda'u.

Yeroo hundumaa sammuu keetiin hojjadhu!
✔️ NI DANDEESSA.
✔️ NAN DANDA'AS Jedhi!
✔️ Sammuu kee hojiidhaan busy godhi! (of hojjachiisi!)
✔️ Waan haaraa hojjachuu ni dandeessa.

? Ganama yoo kaatu, karoora kee guyyaa itti yaadi!
Galgala yoo raftu, fiixaan bahuumsa hojii kee kan guyyaa guyyaa madaali!

✍️ Akeeka (galma) barbaadde bira gahuun harkuma kee keessa jira. Via Tola Abe @segnigudeta @WABIISG

2 years, 1 month ago
Just Start

Just Start

@segnigudeta @WABIISG

2 years, 1 month ago
[#Omishaa](?q=%23Omishaa) fi [#Tajaajila](?q=%23Tajaajila)

#Omishaa fi #Tajaajila
keessan beeksifadhaa!

#HUBACHIISA. Namonni beeksisa daldalaa, biizinaasii, omishaa fi tajaajila fkk fakkaata beeksifachuu barabaadan keessan na dubbisaa. @WABIISG irratti

Galatoomaa/ThankYou
Sanyii Guddataa

@segnigudeta @WABIISG

2 years, 1 month ago
Wabii Sanyii
2 years, 1 month ago
Wabii Sanyii
2 years, 1 month ago
Wabii Sanyii
2 years, 4 months ago
Wabii Sanyii
2 years, 4 months ago
Wabii Sanyii
2 years, 7 months ago
[#Comment](?q=%23Comment) kana [#like](?q=%23like) gochuun na moosisaa. …

#Comment kana #like gochuun na moosisaa. #UnlimitedData kan waggaa tokkoo Isinis subscribe, follow godhaatii, SG Entertainment Media jajjabeessaa.Galatoomaa! Isiniin jaaladha❤

Liinkii kan irratti
https://www.facebook.com/61556966493634/posts/pfbid02edEAbd9gsXqZhX2BeytueduxWWwf6RRXcuZ1akuYQfV8eXF9sJhr7iJvwcgZS5Xil/?app=fbl

We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 2 years, 1 month ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 year, 9 months ago

👉👉 Sʜᴀʀᴇ ɪʏᴏ xᴀʏᴇʏsɪɪɴ sᴏᴏ ᴅᴀʟʙᴏ👉👉 @Ibiiye_online
MY ᴄʜᴀɴɴᴇʟs 👇👇🔥💀

0619425303👈👈👈👈 qofkii xareesiiska rabo luuqa iga soo qabo

Last updated 1 year, 7 months ago