Last updated 1 week, 2 days ago
I wish I could “numb” the pain, even if it's just for a while.
???
Leenjii Guddina dhuunfa
Personal Development training
Lecturers Event??
Saganta Barsisoota Yuuniversitii
Boru galgala sa'ati 3:00 irratti
Karaa link kanaa na quunnamaa?
? @BrakeIt
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN.
?????
Dr.Ewnetu Hailu
OF MISOOMSUU(SELF-DEVELOPMENT!
?Of misoomsuun of arguudha!Ofqaruudhaafi of guddisuu dha.
?1.Of madaqsuuf;-Yeroo waliin deemuu
Qottoon keenyaa gabaa har'aaf qaramuu qaba.gabaa boruuf itti seeni
?2.Ogummaa yaada_qalbii ijaarrachuu;-Kan sodaa qofa sodaatuu irraa.....yaada qalbii jijjirama qabu ijaarrachuu
3.Yaada leenjii guyyuu:- yaada gaarii ofif qabaachuu,guyyuu ofii milkeessuuf
4.Of arguuf;-keessoo ofii baruuf ,Of arguun of argachuu
5.Cichuu fi miiraa tasgabbii
...Jabaatan jabaa tahuuf tasgabbii keessoo jiruun ofqabuudha.
6.Fayyummaa waliigalaa(holistic)
Fayyummaa beekumsa
Fayyummaa dinagdee
Fayyummaa hawaasummaa
*Fayyummaa hafuuraa
""" Leenjisaan ofiisa leenjisuuf leenjii walitti fufaa yoo fudhate leenji'a cimaa tahu danda'a.
"""Leenjiin of misoomsuu Īmàlà Jìrèènyaati.
"""Galaan Īmàlà Jìrèènya hamma hafuurri nu keessa jirutti itti fufa.
""""Sanyii gaarii facaasuun dhaloota dhufuuf seenaa lafa ka'aani darbuudha.
?*?*?????? Join godhadhaa
@Bilisummaa_Yaadaa
@Bilisummaa_Yaadaa
[Sammuun keenya lama keessaa tokko.
Sammuu Jijjiramaaf
Guddinaaf Qophaawaa ta'e Kanaan Growth Mindset Jennaan.
Inni lammataa immoo Fixed mindset jennaan. Kunimmoo sammuu jijjiirama jibbuudha.
Namni sammuu jijjiiramaaf qophaawaa qabu, carraa of jijjiirudhaaf qabu sirriitti itti fayyadama. Ofirraattis namaraatis barachuuf qophaawadha.
Inni kun immoo hamma danda'ame waanuma ofii itti amane qofa akka namni biraa mirkaneessuf barbaada. Jijjiiramaaf hin hyaada. ojjatu. Wanti hundis dhalootaan wal qabata jedhee
??](https://t.me/HUMNA_JABAA)
Be coachable Partner
"The key to success is being coachable, adaptable, and always willing to learn.”
“Being coachable requires putting aside ego and being receptive to feedback.”
“A coachable person is committed to personal and professional growth.”
Last updated 1 week, 2 days ago
I wish I could “numb” the pain, even if it's just for a while.