All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 1 day, 21 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 2 days ago
Namni baayyeen erga ati milkoofte harka siif rukuta malee yeroo ati imala milkii abju’atuu kan sitti qoosutu baayyata✊🏽 Kanaafuu wacaa fi qoosaa namoota abjuunkee hin galleefi waliin yerookee hin gubiin fulduratti tarkaanfadhu. Abjuunkee sitti mul’ate malee nama biraatti miti, namootni naannookee jiran yoo danda’an si haa gargaaran yoo dadhaban sirraa haa callisan itti himi. Abjuunkee garuu guddaa fi kan si sodaachisu tahuu qaba, milkaa’uun isaa garuu tasuma hin oolu👊🏼👆👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/12/03/can-women-be-leaders/ https://siifan.com/2024/12/03/can-women-be-leaders/
Sammuu tokko isa siif kennameen utuu hin hojjetin sammuu nama shanii naaf kenni jettee waaqayyoon hin kadhatin
🙄 yoo sooromte tola nyaatta yoo hiyyeessa taate bittee nyaatta. "Badhaadhina qabeenyaa caala; badhaadhina sammuu tiif dhama'i!" Dubbisaa gaafa taatu, waan hubattu hedduu argatta.👇👇👇👇👇👇👇🏾🤚💘
https://obsii.com/hold-on-to-the-person-who-hurt-you-and-love-them/
Of duubatti hin deebi'in. Abjuu kee hammadhu sodaa tokko malee hordofi. Maallaqni nama hin duroomsu! Maallaqni meeshaadha malee galma miti. Maallaqni mala kaayyoo tokkoof malee mataa isaatiin kaayyoo miti. Wantoota gurguddoo galmaan ga’uuf itti fayyadamuu ni danda’ama, garuu furtuu gammachuu yookiin guutummaa hin ta’u.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/12/01/living-the-surplus-of-life/
Addunyaan kun kan warra obsa qabaniiti. Jiruu kee guyyaa guyyaa keessatti obsi murteessaadha. Amala namootaa dandeessee jiraachuufillee obsa qabaachuun dirqama. Karaan milkaa’inatti geessu qoraattin kan guutamedha. Waraanamaa, qoraatti ofirraa buqqisaa, aadaa, okkolaa deemta malee siif mijatee kolfaa bashannanaa kan itti bira geessu miti! Obbolee koo!! Madaa kufaatii hin obsitu yoo ta’e milkaa’uu hin dandeessuutii OBSA HIN DHABIIN!!👆👇👇👇👇👇👌💘
https://obsii.com/counsel-on-how-to-preach-to-young-people/
https://obsii.com/counsel-on-how-to-preach-to-young-people/
Waan guddaa abjoodhu, cimii hojjedhu, gadi of qabi, jireenyatti gammadi, Waaqayyoon kadhadhu fi amani Ogummaa keetii fi cimina kee namatti himuu osoo hin ta'in hojjachuun agarsiisi. Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti hin odeessin. Maalif yoo jatte? Namni kaayyoo kee yoo itti himte karaa itti kuftu siif mijjeessa waan ta'eef.
👆👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://obsii.com/the-deity-of-christ-is-from-the-bible/
Milkaa'inakee keessa bu'aan cubbuuf hojii dalgaan dhufe hin jiru taanaan gammaduun sirraa bareeda. Milkaa'ina cubbuun laaqame garuu, milkaa'ina jettee hin odeeffatiin. Namni karaa sirrii milkaa'e cidha hin baay'isu. Na argaa, na argaa hin jedhu. Isaan bira darbee milkaa'eefis of eeggata.👆👆👇👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/09/23/knowing-god-will-give-you-victory-the-secret-of-victory/
Gonkumaa carraa hin kadhatin. Carraa (hojii dabalatee) yeroo kadhattu akka nama muuxannoo hin qabnee fi gatii xiqqaa qabdutti ilaalama. Kadhachuu caalaa gatii dhiheessuu qabdu irratti ofitti amanamummaa qabaachuun baay’ee gaariidha.👆👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://obsii.com/love-doesnt-grow-old/
https://obsii.com/love-doesnt-grow-old/
Joobirri kophaa balali'a Humna guddaas qaba.Yeroo yerootti of haaressas. Leencis kophaa isaati.Lolaa jabaadha. Moo'ataadha. Aduun kophaa addunyaa maraaf ifaaf hoo'a kenniti.Anniisaa jabaa qabdi. Kophaa dirra lafaa hundaaf ifa taati. Kophummaan kee jabina si gonfachiisa. Ofitti amanamummaa kee cimsa. Sodaarraa si fayyisa. Madaala Giddugaleessa siif kenna. Of qusataa fi suuta hubataa si taasisa👆👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/11/19/the-eagle-flies-alone-successfully/
Sammuun boqonnaa qabu, keessi namaa inni nagaa qabu, jireenyi namummaa sirriidhaan, ilaalcha gabbataadhaan, onnee Qulqulluudhaan hogganamu: yeroo hundaa ofitti gammadaadha. Jireenyi siirrin ati addunyaa tanarratti jiraachuu qabdus jireenyaa qulqulluu sin jeeqne sana👆👇👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/11/18/take-care-of-your-love-love-is-life/
All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 1 day, 21 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 2 days ago