Infinite Entertainment, Zero Cost: Get Your Free Books, Music, and Videos Today!

Ajaa'ibsiisoo️

Description
Guyyaa guyyaan dhugaawwan hawwataa, barreeffamoota hubannoo namaaf kennan, fi wantoota xixxiqqoo sammuu namaa Gabbisanii fi bohaarsan argachuuf Miseensa Channelii keenyaa ta'aa!🔥

Nu quunnamuuf: @AjaayibsiisooChat

@Ajaaibsiisoo
Bohaaraa, irraa baradhaa!
Advertising
We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 3 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month, 2 weeks ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 5 days, 7 hours ago

1 week, 3 days ago
Hojiilee Telegramii irraa qarshii argamsiisan keessaa …

Hojiilee Telegramii irraa qarshii argamsiisan keessaa @Yescoin isa tokko yemmuu ta'u, Akkuma Tapswap Iskiriinii bilbila keessanii tap tap gochuun akkasumas Taskiiwwaan garagaraa hojjechuun Coinii walitti qabadhaa.
Namoonni baay'een Tapswap hojjechaa jirtu, haa ta'u malee Tapswap xumuuramuuf guyyaan muraasi hafee waan jiruuf, warreen homaa hin hojjetiin jirtaniif, @Yescoin Abdii biraati!🤩

Liinkiin; 🔑Here is my secret invite code: iqsr6W

👉@theYescoin_bot to Join Yescoin early mining
First swipe to earn fairlaunch crypto game ever

🎁 +100k Yescoins as a first-time gift

Akkuma liinkii kanaan seentaniin 'Invite code' kan jettu san galchuun boonesii fudhadhaa.
Invite Code: iqsr6W

1 week, 3 days ago
Hu**uu guddaa Addunyaa kanaa!***🙉***

Huuu guddaa Addunyaa kanaa!🙉**

Dubartiin kun Mikel Ruffinelli jedhamti. Dubartii lammii Ameerikaa yoo taatu, yeroo ammaa kana Huuu guddaa qabaachuun rikoordii addunyaa irratti qabattee jirti jedha Akkaadaamiin Rikoordii Addunyaa.😎**

🔊 @Ajaaibsiisoo

1 week, 5 days ago
4 months, 1 week ago
Tilmaamaan, daa’imman 2,500 keessaa tokko irratti, …

Tilmaamaan, daa’imman 2,500 keessaa tokko irratti, wanta isin suuraa irratti argitan ykn quba miilaa walitti qabataa ta'ee wajjin kan dhalatan yemmuu ta'u, kunis haala baay’ee beekamaa ta’een yeroo yerootti ni mudata.

📢 @Ajaaibsiisoo

4 months, 1 week ago
Namichi suuraa irraa argitan kun, Erga …

Namichi suuraa irraa argitan kun, Erga Haati Manaa Isaa duuteen booda, akka Isheen Samiirraa arguu dandeessuutti, Biqiloota baayyeetiin, Bosona boca Gitaaraa qabu haadha warraa isaaf dhaabee jira.

📢 @Ajaaibsiisoo

4 months, 1 week ago
Saroonni gartuu dhiigaa, gosa 13 qabu. …

Saroonni gartuu dhiigaa, gosa 13 qabu. kan Fardeenii gosa 8. akkasumas kan Re'ee gosa 9 yemmuu ta'u, dhalli Namaa ammoo gartuu dhiigaa gosa 4 qofaa qaba.

📢 @Ajaaibsiisoo

4 months, 2 weeks ago
Chaayinaa keessatti, ijoolleen sirnaan Barnoota isaanii …

Chaayinaa keessatti, ijoolleen sirnaan Barnoota isaanii akka barataniif, daqiiqaa 20f daree keessa rafuun ni eyyamamaaf.

📢 @Ajaaibsiisoo

4 months, 2 weeks ago
Komaandoowwan waraanaa Libaanos keessa jiran, bofa …

Komaandoowwan waraanaa Libaanos keessa jiran, bofa lubbuu qabu nyaatu, sababni isaa duudhaa humnaa fi ija jabina isaanii ittiin agarsiisanidha.

📢 @Ajaaibsiisoo

4 months, 2 weeks ago
Namoonni sammuu qaban (yaaduu danda'an) wantoota …

Namoonni sammuu qaban (yaaduu danda'an) wantoota tokko tokkoon salphaatti aaruu danda'u, akkasumas immoo salphaatti namoota kan biroo aarsuu ni danda'u.

📢 @Ajaaibsiisoo

4 months, 3 weeks ago
Ajaa'ibsiisoo️
We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 3 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month, 2 weeks ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 5 days, 7 hours ago