Infinite Entertainment, Zero Cost: Get Your Free Books, Music, and Videos Today!

Gadaa Isportii™®

Description
👉 #Gadaan_Bilisummaa_Dha


HATRICK ⚽⚽⚽

GADAA SPORT FOR QUBEE GENERATION


.Waa'ee isportii ⚽⚽⚽

.Jijiraawwaan addaa addaa 💰💰💰

.Oddeefannoo waltawaa isportii⚽🎾⛳🏀🎱🎳🏆🏇

.Seenaa taphaata 🏆🏆🏆⚽⚽

.Taphoota live ✅✅✅

Yadaa qabdan @SUUF_ORO
Advertising
Тэги
We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 4 months, 3 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 2 weeks, 3 days ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 1 month, 1 week ago

4 дня, 18 часов назад
Goooooooooooooooooooollllll

Goooooooooooooooooooollllll

Taphoota Shampions liigii har'a taasifaman kallattiin dawwachuuf Chaanaalii kana Join godha👇👇🔥

4 дня, 18 часов назад
***🇪🇺***Tapha Champiyoons liigii Awuroppaa Walakkaa xumuraa …

🇪🇺Tapha Champiyoons liigii Awuroppaa Walakkaa xumuraa har'a taasifamu

04:00 | Baayer Muunik, Riyaal Madriid waliin

@Gadaaisport
@Gadaaisport

4 дня, 22 часа назад
**Seenaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand keessatti leenjistoota …

Seenaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand keessatti leenjistoota injifannoo 100ffaasaanii galmeessuuf taphoota muraasa isaanitti fudhate.

◎ Pep Guardiola (134)
◎ Jose Mourinho (142)
◎ Jürgen Klopp (159)
◎ Sir Alex Ferguson (162)
◉ Mikel Arteta (169)
◎ Arsene Wenger (179)

📈 Powered by: Squawka

@Gadaaisport
@Gadaaisport

1 неделя, 6 дней назад

Gabatee Laa Liigaa irratti

  1. Riyaal Madriid - 81

  2. Barcelona - 70

Riyaal Madriid bara dorgommii kanaan Baarseeloonaa yeroo 3ffaaf walitti aansee injifate.

@Gadaaisport
@Gadaaisport

1 неделя, 6 дней назад

Gooli Tapha Darbii Eelkilaasikoo
@Gadaavidiyoo irraa dawwachu dandessu 🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰
@Gadaavidiyoo
@Gadaavidiyoo

1 неделя, 6 дней назад

Xumurameera🔥🔥🔥

2 месяца, 2 недели назад

#Breaking🔥

GADHIIFAMEERA🔥

Link'n Tapha live dabarsuu gaadhifameera

📡LinkTaphoota kallattiin dabarsu argachuuf
👇👇👇👇👇

2 месяца, 2 недели назад
Manchester Siitin Qabxii 3 Argachuun Sadarkaa …

Manchester Siitin Qabxii 3 Argachuun Sadarkaa 2ffaa Arsenal Irraa fudhatee jira
Liverpuul 1 ffaa qabxii 57
Man siiti 2 ffaa qabxii 56
Arsenal 3 ffaa qabxii 55

Title Race 🫰

@Gadaaisport
@Gadaaisport

2 месяца, 2 недели назад

Haasaa Zlatan Kutaa 2ffaa️

🗣️ "PSGn maallaqa ani osoo shawooriin fudhadhu jiru shawoorii keessatti dagadhe baheen Neymar fi Mbappé mallatteessifatte.".....garaakoo😂

🗣️" Cinema dhaqe yeroo ani gara mana fincaanii deemu hanga ani deebi'uu film ni dhaabata."...... uuuuuyi🤭

🗣️"Zlatan waancaa hin barbaadu, garuu waancaan Zlatan waliin suuraa ka'uuf gara isaa dhufa."🙃

🗣️"Gaaf tokko barfaadhe yeroon mana barumsaa dhufuu ijoollee ganama mana barumsaa dhufan ni ari'amaan,sababni isaas maaliif Zlatan dursitaani mana barumsaa dhuftaan jedhanii ari'aman .".....ajaab😂

🗣️"Yeroo Manchester United waancaa dheebooteetti ani dhufeen waancaa isaaniif kenne,Garuu ergan ani isaan dhiisee deeme Manchester waancaa injifachuu hin dandeenye,Manchester Ana malee homaa hin turre."😎

Ittiin fufa moo? Nigaha? 🙄

@Gadaaisport
@Gadaaisport

2 месяца, 2 недели назад
***🇪🇺*** Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa har'a …

🇪🇺 Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa har'a taphataman:

05:00 🔰 PSG Riyaal Sosedaad waliin
05:00 🔰 Laaziyoo Baayer Muuniik waliin

@Gadaaisport
@Gadaaisport

We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 4 months, 3 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 2 weeks, 3 days ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 1 month, 1 week ago