Why Pay for Entertainment? Access Thousands of Free Downloads Now!

SELF DEVELOPMENT

Description
#Waan dhala namaa fayyaduu fi kan yoomuu itti yaadatamtu dalagi!
✓Barruuwwan barsiisoo
✓Ergawwaan hayyootaa(qoutes)
✓Dubbiiwwaan kaka'uumsaa
✓Gorsa(advice)
✓Carraa hojii biizinesii(Business opportunity)tiif JOIN👈godhaa!

💌@Abdifayera_2023
Advertising
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

3 weeks ago

KANA BEEKTAA LAATA?

■ Namoonni gatii gaarii ofiif kennan yeroo hundaa addunyaa mataa isaanii keessa jiraatu. Waan isaan biratti fudhatama argate jajanii jaallachuun, wanta isaan biratti kiiloo hin kaafne tuffatanii dhiisu. Tuutni gurmaa'ee waan harka irratti reebeef yaadota hin keessummeessan; koreen hundaa'ee yaadota kuffiseefis waliin yaadatti dugda hin galan. Koreen ajandaa isaas, miseensi gurmii isaas of mataa isaaniiti.

■ Wanti nama ajaa'ibu garuu nama akkasii taatee gaafa of argitu jibbitoota baay'ee qabaachuu kees duukaa of argita. Ilkaan isaanii addaatee seeqaa jiraachuu qofa argitee duukaa hin qasaatu taanaan, hojiiwwan gowwummaa isaaniif duukaa harka hin reebdu taanaan, akkuma isaanii beekumsa xiqqoon qalbii kee buuftee akka nama fiixee beekumsaa irra gaheetti hin burraaqxu taanaan maalif si jaalaturee?

■ Isheen oftuultuudha siin jedhanii? Inni gara jabeessa siin jedhanii? Eeyyeen, isaan akkasuma jedhu. Kuustuun yaadannoo sammuu isaanii jechoota negatiivii qofaan guutamee waan jiruuf, jechoota isaan gad jijjigsan sanaan haamileen si hin bu'in! Otuu ati isaan fakkaatteetta ta'ee sababii si jibbaniif hin qaban ture.

■ Waan isaan gochuu hin dandeenye gochaa jirta. Lafa abjuu isaanii dursitee gonfattee jirta. Jaallattoota keen jajamuu kee arganii quba of nyaataa jiru. Daandii ittiin gara qileetti si darbatan dhabanii rakkatan. Kanaaf si jibbu, kanaaf jechoota negatiivii sirratti haasawu.

⁃ Yeroo ati haasaaf kaatu gurra qabatu!
⁃ Yeroo si argan daandii sirraa jal'ifatu!
⁃ Carraa eeggatanii sobaan dhugaa sirratti bahu!
⁃ Biqiltuuwwan kee irraa amma danda'anitti burqituuwwan gogsuuf yaalu!

⁃ Isaan wallaalota,
⁃ Isaan jibbitoota,
⁃ Isaan warra kufaatiif mallatteessaniidha.
⁃ Isaan koree jibbiinsaati,
⁃ Isaan gurmii mul'ata sakaalanidha.

Kanaaf, namoota akkasii tuffaadhu biraa darbii.

3 weeks, 3 days ago

MO’UU⬇️
____📖
“Wanti jireenyaaf barbaachisu yaada garaa keessaa waan ba’uuf, yaada kee ba’eessa godhii eeggadhu!” (Fak 4:23). Of mo’uun yaada ofii ba’eessa godhanii eeggachuu irraa jalqaba. Akkuma masaraa mootummaa mootiin biyyaa keessa jiraatuuf eegumsi guddaan godhamu, yaada garaa keenyaa kan giddu galeessa jireenya keenyaa ta’eef eegumsa ol aanaa gochuu qabna. Kaayyoon seexanaa inni guddaan waajjira ol aanaa ‘Yaada garaa keenyaa’  cabsee ol itti seenee daldala ofii isaatii keessatti geggeessuu barbaada.

Yaadota kumotaan gara sammuu keenyaa seenan keessaa kan jireenyaaf nu gargaaran qofa keessaa filachuu beekuunis bilchina guddaa dha. Ofii keetii dirree injifannoo qopheeffadhu malee dirree namni siif qopheesse keessa yoo taphatte funyoon siin citee kottee dhaabuun waan hin oollee dha.  Mootiin biyya tokko bulchu akkuma eenyummaa biyyattii waliigalaa calaqqisiisu, jireenyi nama kamii illee kan inni murtaa’u mootii inni jireenya isaa irratti moosiseen. Namni waanuma keessa isaa guutee mo’ameefii jiruun nama guutuu barbaada. Humni Waaqayyo ittiin gara galma barbaachisaatti nu dhiibu of mo’uu keenya keessaan mul’ata.

Nuyi of mo’uuf wantoota armaan gadii kana mo’uu qabna:-
1) Qormaata fedhii: fedhiiwwan bu'uuraa arfan nyaata, dhugaatii, jireenya manaa fi quunnamtii saalaa injifachuun jiraachuu. (Of mo’uu 1ffaa)
2) Qormaata of tuulummaa, kaka'umsa yaadaa, beekamtii fi gurra mo'uun jiraachuu fi tajaajiluu. (Of mo’uu 2ffaa)
3) Qormaata sassataa fi taayitaa injifachuu.  (Mat 4:8-10). (Of mo’uu 3ffaa)

Maddi wanta sirrii keessa keenyaa burqa. Jaarraa 21ffaa kana keessa namoota qarshiin durooman caalaatti namoota yaada sirriin duroomantu koodii jireenya dhalootaa qabatee jira.. Sababni isaa addunyaan hiika sirrii akka argattu kan godhan warra yaada garaa  isaanii eeggatee dha. Warri yaada sirrii qaban addunyaa keessa jiru utuu hin taane, addunyaatu isaan keessa jira. Ati addunyaa keessa jirta moo addunyaatu si keessa jira? Yaadni sirriin siif hin galle yoo ta’e, yaadni sirrii hin taane akka si galaafataa jiru shakkii hin qabaatin!

Jiraachuun isa si’ana ijoolleen keenya “jirra” jedhan kana bakka bu’uu dhiisuu danda’a. Awwaalamuunis ‘du’a’ ta’uu dhiisuu mala. Namootni yaada garaa isaanii waajjira seexanaa godhan maqumaaf warra jiran keessatti lakkoofsa guutuuf lakkaa’amu malee hafuuraan galmee warra du’anii irra galaniiru.  Simsoon gaafa gamoo jissee Filisxeemota fixee ofiis obbaafate du’e utuu hin taane, gaafa yaada garaa isaatii dubartoota gaazaaf kenne du’e. Bakki ati itti dogoggora guddaa uumte lafa itti dugdaan kufte utuu hin taane, lafa itti gufattee dha. Gama birootiin du’anii jiraachuun, jiraatanii du’uu irra baayee wayya. Namni hiikni jireenyaa galeef jiraachuun isaas du’uun isaas hiika qaba.
By Abraham.z

@Selfdevelopment_A
@Selfdevelopment_A

1 month ago

Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan
👇  Na Quunnami
👉 @BrakeIt
👉 @BrakeIt

1 month ago

𝗢𝗳𝗶 𝗴𝘂𝗱𝗱𝗶𝘀𝘂𝘂/𝗦𝗲𝗹𝗳 𝗱𝗲𝘃𝗲𝗹𝗼𝗽𝗺𝗲𝗻𝘁.
Waa'ee of guddisuu caqasoota ykn qabxiiwan tokko tokko:-

  1. Ofii kee irratti invast godhi. Hojiin kee motora qabeenya keetii ti. - Paul Clitheroe.

  2. Namni ati ta'uuf murtaa'e nama ati ta'uuf murteessite qofa. - Ralph Waldo Emerson

  3. Of guddifachuun imala malee bakka itti geessan miti. Adeemsa sana hammadhuu guddina sanatti gammadi.

  4. Carraa hin eegin. Uumi. Of guddisuun kaka'umsa fudhachuu fi hiree ofii bocuudha.

  5. Daangaa jiru kan ati of irratti keesu qofa. Danqaa ofii keesse irraa bilisa ba'ii dandeettii kee isa dhugaa gadi lakkisi.

  6. Of guddisuun furtuu dandeettii kee guutuu hiikuu fi jireenya kaayyoo fi raawwii jiraachuuf furtuudha.

  7. Milkaa'inni jireenya keessatti waan galmaan geessu qofa osoo hin taane, adeemsa keessa eenyu akka taateef Ofi guddisuu irrattis xiyyeeffadhu. kan hafe immoo si hordofaati.

  8. Of guddisuun gocha ofittummaa miti; invastimantii egeree keetii fi egeree namoota naannoo kee jiraniifis Ooludha.

  9. Pirojektiin guddaan ati yoomiyyuu hojjettu qabdu ofii keetii irraati. Of guddisuuf dursa kennittii jireenyi kee akkamiti akka jijjiiramu ilaali.

  10. Walitti fufiinsaan Ofi guddisuun bu'uura gahumsa dhuunfaati. Kaleessa caalaa, guyyaa tokko tokkoon, kan caaltee ta'uuf carraaqi.

𝗦𝗲𝗹𝗳 𝗱𝗲𝘃𝗲𝗹𝗼𝗽𝗺𝗲𝗻𝘁

  1. Invest in yourself. Your career is the engine of your wealth.
    - Paul Clitheroe.

  2. The only person you are destined to become is the person you decide to be. - Ralph Waldo Emerson

  3. Self-development is a journey, not a destination. Embrace the process and enjoy the growth.

  4. Don't wait for opportunities. Create them. Self-development is about taking initiative and shaping your own destiny.

  5. The only limits that exist are the ones you place on yourself. Break free from self- imposed constraints and unleash your true potential.

  6. Self-development is the key to unlocking your full potential and living a life of purpose and fulfillment.

  7. Success is not just about what you accomplish in life, but who you become in the process. Focus on self-development and the rest will follow.

  8. Self-development is not a selfish act; it's an investment in your future and the future of those around you.

  9. The greatest project you will ever work on is yourself. Make self-development a priority and watch your life transform.

  10. Continuous self-development is the foundation of personal excellence. Strive to be better than you were yesterday, every single day.

FOR MORE JOIN & SHARE IT
https://t.me/MINDGROWITHhome

1 month ago
"Either you deal with what is …

"Either you deal with what is the reality, or you can be sure that the reality is going to deal with you."

"Gaaf tokko waan dhugaa ta'e ni ilaalta/arguuf jirta yookaan immoo dhugaan jiru si waliin hojjechuuf akka jiru mirkaneeffachuu qabda."

ወይ ከእውነታው ጋር ትገናኛላችሁ, ወይም እውነታው ከእርስዎ ጋር እንደሚገናኝ እርግጠኛ መሆን አለብህ።
Alex Haley.

1 month ago
Remember: Charlie Chaplin died aged 88.

Remember: Charlie Chaplin died aged 88.
He left us 4 statements:
(1) Nothing is eternal in this world, not even our problems.
(2) I like to walk in the rain, because no one can see my tears.
(3) The most wasted day in life is the day we don't laugh.
(4) The six best doctors in the world...
1. sunshine,
2. Rest,
3. Exercise,
4. diet,
5. Self-esteem
6. friends.
Keep them in all stages of your life and enjoy healthy life...
If you see the moon you will see the beauty of God.....
If you see the sun you will see the power of god..
If you look in the mirror, you will see God's best creation.
Believe it then.
We are all tourists, God is our travel agent who already made our itineraries, bookings and destinations...
Trust him and enjoy LIFE.
Life is just a journey!
Live today!!!

1 month ago

Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan
👇  Na Quunnami
👉 @BrakeIt
👉 @BrakeIt

1 month ago
SELF DEVELOPMENT
1 month ago
SELF DEVELOPMENT
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago