buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
CEO @Obsamilli
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 1 month, 3 weeks ago
Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏
Last updated 3 weeks, 5 days ago
📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot
Contact: @Executive_Robot
Last updated 1 month, 2 weeks ago
ARJOOMA MEESHAALEE BARNOOTAA MANA BARUMSAA TUULAMAA QANANIITIF TAASIFAMEE.
Waldaa Gargaarsaa Shanan Gibee kaaba Ameerikaa wal ta'insaa Waldaa Tola Ooltummaafi Misoomaa Ilmaan Abbaa Jifaariin waliin ta'un arjooma meeshaalee barnootaa mana Barumsaa Tuulamaa Qananii sadarkaa 1ffaa hirmaannaa hawaasaatiin kan ijaaramee rakkoolee mana barumsichaa keessatti jiran hubachuun barattootaaf meeshaalee barnootaa dabtara daarzaana150,qalama,kitaabota rifaraansii,meeshaalee qulqullina dubartootaa fi boronqii (chalk) walumaa galatti gatiin meeshaalee armaan olitti jiran qarshii kuma dhibba tokko (100,000) ta'u gaafa guyyaa 17/03/2016 A.L.I mooraa mana barumsaa tuulamaa qananiitti argamuudhaan deeggarsa taasisne jira.
Waldaa shanan gibee maqaa waldaa keenyaan isiin galateeffanaa
mata 2;30 post yiderg
BOR GANAMA SA'ATII 3:00-11:00
Baankii dhiigaatti sagantaa arjooma dhiigaa marsaa 14ffaa WALDAA TOLA-OOLTUMMAA FI MISOOMAA ILMAAN ABBAA JIFAARIIN Qophaa'e irratti kabajamtootaa fi jaallatamtoota ijoollee abbaa jifaar hundi keessan akka irratti hirmaattan affeeramtanittu.
ነገ ጡዋት ከ3:00-11:00
በደም ባንክ የደም ልገሳ ፕሮግራም 14ኛ ዙር በኢልማን አባጂፋር በጎ አድራጎትና ልማት ማህበር የተዘጋጀ የተከበራቹና የተወደዳችሁ የአባጂፋር ልጆች በሙሉ እንድትሳተፉ ተጋብዛችኋል።
እኛ ለኛው
እነሆ ከዚህ በፊት በተለያዩ የበጎ አድራጎት ስራዎች ላይ ተሰማርቶ በመስራት የሚታወቀው የበጎ አድራጎት እና ልማት ማህበራችን 'ኢልማን አባ ጅፋር' ከሌሎች የበጎ አድራጎት ማህበራት ጋር በመተባበር የፊታችን ቅዳሜ ልዩ የዚያራ ፕሮግራም አዘጋጅቶላቹሀል።ስለዚህም "ለኛ ያለነው እኛው ራሳችን ነን!" የሚል መርህ ቃል ይዘን በዉቢቱዋ ጅማ አባ ጂፋር ከተማ አጂፕ ከደም ባንክ ጀርባ የሚገኘው የካንሰር ህሙማን ማገገሚያ ማዕከል በ ቀን 04/06/2015 በመሄድ ከካንሰር ህሙማን ወገኖቻችን ጋር ቀኑን በማሳለፍ እናስደስታቸው ሲል ማህበራችን በአክብሮት ይጋብዛቹሀል።
#ኢልማን_አባ_ጅፋር የበጎ አድራጎት እና ልማት ማህበር። ከሌሎች የበጎ አድራጎት ማህበራት ጋር በመተባበር።
ለበለጠ መረጃ :- 0923303549
@ilmanabajifar
ኢልማን አባ ጂፋር ቴሌግራም ቻናል
https://t.me/ilmaanabbaajifaar_mahber
ኢልማን አባ ጂፋር ጉሩፕ
https://t.me/ilmaanabbaajifaar
Email @ilmanabajifar@gmail.com
buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
CEO @Obsamilli
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 1 month, 3 weeks ago
Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏
Last updated 3 weeks, 5 days ago
📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot
Contact: @Executive_Robot
Last updated 1 month, 2 weeks ago