Infinite Entertainment, Zero Cost: Get Your Free Books, Music, and Videos Today!

Students of Muslim SofM

Description
* You are not in Jannah, this is Dunya, not everything you want, you will get, don't be sad, give me sabr *
ለዲናችን አናንስም እንሻሏሀ::
@studentsofmuslim
👉 @frdunaaa
👉 @waliin_bot
《ⓜ wan dandennu wolif qodun obbolessa/tti ke jaalachudha♥ ⓜ》
Advertising
We recommend to visit

FAST MTPROTO PROXIES FOR TELEGRAM

#DigitalResistance

ADS:
@Ads_ProxyMTProto

Run your own MTProxy:
https://github.com/TelegramMessenger/MTProxy

Last updated hace 1 día, 4 horas

Official Telegram Channel of Koorowsh🎙️

Last updated hace 1 mes, 2 semanas

• پذیرا باشیم.

Last updated hace 1 mes, 2 semanas

2 months, 1 week ago
***📌*** ረመዳን ሙባረክ!

📌 ረመዳን ሙባረክ!

የረመዳን ወር መግቢያ ጨረቃ በመታየቷ የረመዳን ወር ነገ ሰኞ march 11 እንደሚጀምር ታውቋል።
Raamaadaan mubaarak! Somaanni Ramadaanaa ji'ni waan mulatteef bor eegala.

7 months, 1 week ago

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

#SUBSCRIBE

#Share
Jazakumullah

https://youtu.be/2fzMvewIo8U

YouTube

ላመሰግንህ አድስ ነሺዳ | የሚን በድሪ | New Amharic Neshida | Yameen Badri |

#neshida #menzuma #amharineahida #newneshida #muaz\_habib #viral #fyp

10 months, 2 weeks ago

🍃 አኽላቅ በኢስላም🍃

በአላህ ስም እጅግ በጣም ሩኅሩህ እጅግ በጣም አዛኝ በሆነው፡፡

አኽላቅ ማለት ስነ-ምግባር ማለት ሲሆን ስነ- ምግባር ደግሞ በሁለት ይከፈላል።

ጥሩ ስነ-ምግባር እና
መጥፎ ስነ-ምግባር  ። የአንድን ነገር ጥሩነትና መጥፎነት የምንገልፅበት ስነ ምግባር ይባላል። አኽላቅ ለአንድ ማህበረሰብ በጣም ወሳኝ ነጥብ ነው ።
አኽላቅ በዲነል ኢስላም ውስጥ ትልቅ ቦታ ይሰጠዋል። መልካም ስነ-ምግባር ሁሌም ወደ መልካም ይመራል ።

🍃ጥሩ #ስነ-ምግባር ማለት🍃

የአላህ  መልዕክተኛ ﷺ  እንድህ ብለዋል:-
     ኢማን ከ70 ቦታ ወይም 70 ቅርንጫፎች አሉት ወይም 60 ቅርንጫፎች አሉት ትልቁና ዋነኛው ላኢላሀ ኢለሏህ የሚል ከሊማ ነው። ይህ የተውሂድ ከሊማ ትልቁ የኢማን ክፍል ነው።

ትንሹ ክፍል (ቅርንጫፍ) የሚባለው ደግሞ ከመንገድ ላይ ሰዎችን አዛ የሚያደርግን ነገር ማስወገድነው ።
ሀያዕ፣ እውነተኝነት ፣ ትዕግስተኝነት ፣ ቸርነት ፣ መተናነስ ከኢማን ነው ።

ነቢያችን ( ﷺ ) ሰዎችን በብዛት ጀነት የሚያስገበው ነገር ምንድን ነው ተብለው ሲጠየቁ አላህን መፍራትና ጥሩ ስነ-ምግባር ነው ሲሉ መልሰዋል።
(ቲርሚዚ ዘግበውታል)

መልካም ስነምግባር “እኔ ዘንድ እጅግ በጣም ተወዳጁና በዕለተ-ቂያማ ቅርብ የሚሆነው በጣም ያማረ ስነ_ምግባር ያለው ሰው ነው።” (ቲርሚዚ)

ከስራዎች ሁሉ በላጩ ምንድን ነው? ተብለው ሲጠየቁ ‘መልካም ስነ–ምግባር ነው።’ ብለው መልሰዋል።

🍃አምላካችን አላህ በተከበረው ቃሉ እንዲህ ይለናል :-

57፥25 "መልክተኞቻችንን በግልጽ ማስረጃዎች በእርግጥ ላክን"*፡፡ ሰዎችም በትክክል ቀጥ እንዲሉ መጽሐፎችንና ሚዛንን ወደ እነርሱ
አወረድን፣

لَقَدْ أَرْسَلْنَا رُسُلَنَا بِٱلْبَيِّنَٰتِ وَأَنزَلْنَا مَعَهُمُ ٱلْكِتَٰبَ وَٱلْمِيزَانَ لِيَقُومَ ٱلنَّاسُ بِٱلْقِسْطِ

46፥19 ለሁሉም ከሠሩት ሥራ ደረጃዎች አሏቸው፡፡ ሥራዎቻቸውንም ይሞላላቸው ዘንድ ይህንን መነዳቸው እነርሱም አይበደሉም፡፡
وَلِكُلٍّ دَرَجَاتٌ مِّمَّا عَمِلُوا
ۖ وَلِيُوَفِّيَهُمْ أَعْمَالَهُمْ وَهُمْ لَا يُظْلَمُونَ
6፥132 ለሁሉም ከሠሩት ሥራ የተበላለጡ ደረጃዎች አሏቸው፡፡ ጌታህም ከሚሠሩት ሁሉ ዘንጊ አይደለም፡፡
وَلِكُلٍّ دَرَجَاتٌ مِّمَّا عَمِلُوا ۚ وَمَا رَبُّكَ بِغَافِلٍ عَمَّا يَعْمَلُونَ
«እነሱ እነዚህ፤ በዱካዬ ላይ ያሉ ናቸው፡፡ ጌታዬ ሆይ! ትወድልንም ዘንድ ወደ አንተ ቸኮልኩ» አለ፡፡
قَالَ هُمْ أُولَاءِ عَلَىٰ أَثَرِي وَعَجِلْتُ إِلَيْكَ رَبِّ لِتَرْضَىٰ
አንድ ሙስሊም የጌታውን ውዴታ በመፈለግ ሁሌም የጥሩ ስነ -ምግባር ባለቤት ይሆናል ።  በመልካም ካዘዘ እና ከመጥፎ ከከለከለ በመጨረሻው አለም ደስተኛ ይሆናል ።

🍃መጥፎ ስነ-ምግባር 🍃

መጥፎ ስነ-ምግባር ማለት ዲናችን የማያዘውን መስራት ሲሆን ሀያዕ አለመኖር ሰዎች በሚሰሩት መልካም ስራ ላይ እንቅፋት መሆን መልካም ቅንነት ማጣት በጥቅሉ መጥፎ ስነ-ምግባር ያለው ሰው በዚችም አለም ሆነ በቀጣው አለም ደስታን አያገኝም ። በዚች ምድር ላይ ሰዎች በሚሰሩት መልካም ስረ ሲመቀኝ ጊዜውን ሁሉ ያሳልፋል ። ስራው ሁሉ ለአላህ ብሎ ሳይሆን የዩይልኝ ስራ ይሆንበታል ። አንድ ስራ በኢኽላስ እና በኒያ ካልተሰራ መቅቡል አይሆንም ። በመጨረሻው አለምም ከከሳሪዎቹ ነው ።
يَقُولُ يَا لَيْتَنِي قَدَّمْتُ لِحَيَاتِي
«ዋ እኔ! ምነው በሕይወቴ (መልካምን ሥራ) ባስቀደምኩ ኖሮ» ይላል፡፡
አላህም እነዛን ከመልካም ስራ አደናቃፊዎችን እና መጥፎ ስነ -ምግባር ያለቸው የሆኑትን ደካማዎች እና በዳይ የሆኑትን እንዲህ ይለናል።
مَّنَّاعٍ لِّلْخَيْرِ مُعْتَدٍ مُّرِيبٍ

«ለበጎ ሥራ ከልካይ፣ በዳይ፣ ተጠራጣሪ የኾነን ሁሉ፤» (ጣሉ)፡፡

አላህ ከእነዛ መልካም ስነ -ምግባር ካላቸው ባሪያዎቹ ያደርገን አሚን🍃

የበለጠ እውቀት ለማግኝት  ወደ ቻናላችን ጆይን ይበሉ!

1 year ago

باب: سترة المصاري
Waan Namni Salaatu Of dura Kaayu.

Faayidaan Ishee
Sutraa Godhachuu dirqama
Salaata Namaa tiksiti.
Ija Namaa tiksiti.
Nama SI dura darbu San Masi'arraa tiksiti.

١- عَنْ أَبِي جُهَيْمِ بْنِ اَلْحَارِثِ ‏- رضى الله عنه ‏- قَالَ : قَالَ رَسُولُ اَللَّهِ ‏- صلى الله عليه وسلم ‏-{ لَوْ يَعْلَمُ اَلْمَارُّ بَيْنَ يَدَيِ اَلْمُصَلِّي مَاذَا عَلَيْهِ مِنْ اَلْإِثْمِ لَكَانَ أَنْ يَقِفَ أَرْبَعِينَ خَيْرًا لَهُ مِنْ أَنْ يَمُرَّ بَيْنَ يَدَيْهِ } مُتَّفَقٌ عَلَيْهِ , وَاللَّفْظُ لِلْبُخَارِيِّ .‏ [1]‏
[البخاري. ٥١٠: مسلم. ٥٠٧]

وَوَقَعَ فِي اَلْبَزَّارِ مِنْ وَجْهٍ آخَرَ : { أَرْبَعِينَ خَرِيفًا } [1]‏

٢- وَعَنْ عَائِشَةَ ‏- رَضِيَ اَللَّهُ عَنْهَا‏- قَالَتْ : { سُئِلَ رَسُولُ اَللَّهِ ‏- صلى الله عليه وسلم ‏-‏- فِي غَزْوَةِ تَبُوكَ ‏- عَنْ سُتْرَةِ اَلْمُصَلِّي .‏ فَقَالَ : "مِثْلُ مُؤْخِرَةِ اَلرَّحْلِ } أَخْرَجَهُ مُسْلِمٌ .‏ [٥٠٠]‏
Ergamaan Rabbii (صلى الله عليه وسلم) imala Tabuk keessatti waa’ee Sutraa nama salaata dhiheessaa jiruu gaafatame; innis , "Innis (waan) akka dugda kooraa ti." [Muslimtu gabaase].
“Akka dugda kooraa harka nama tokkoo ti. Ergasii waan harka isaa gidduu darbeen hin miidhamu.” Ibnu Numayr “Namni isa dura darbu isa hin miidhu” jedhe.

٣- وَعَنْ سَبْرَةَ بْنِ مَعْبَدٍ اَلْجُهَنِيِّ ‏- رضى الله عنه ‏- قَالَ : قَالَ رَسُولُ اَللَّهِ ‏- صلى الله عليه وسلم ‏-{ لِيَسْتَتِرْ أَحَدُكُمْ فِي صَلَاتِهِ وَلَوْ بِسَهْمٍ } أَخْرَجَهُ اَلْحَاكِمُ.
[ضعيف الجامع]

٤- وَعَنْ أَبِي ذَرٍّ ‏- رضى الله عنه ‏- قَالَ : قَالَ رَسُولُ اَللَّهِ ‏- صلى الله عليه وسلم ‏-{ يَقْطَعُ صَلَاةَ اَلْمَرْءِ اَلْمُسْلِمِ ‏- إِذَا لَمْ يَكُنْ بَيْنَ يَدَيْهِ مِثْلُ مُؤْخِرَةِ اَلرَّحْلِ ‏- اَلْمَرْأَةُ , وَالْحِمَارُ , وَالْكَلْبُ اَلْأَسْوَدُ .‏ .‏ .‏ " اَلْحَدِيثَ .‏ } وَفِيهِ { اَلْكَلْبُ اَلْأَسْوَدِ شَيْطَانٌ } .‏ أَخْرَجَهُ مُسْلِمٌ [٥١٠]‏ .

وَلَهُ : عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ ‏- رضى الله عنه ‏- نَحْوُهُ دُونَ
((اَلْكَلْبِ)) [٥١١]

وَلِأَبِي دَاوُدَ , وَالنَّسَائِيِّ : عَنْ اِبْنِ عَبَّاسٍ ‏- رَضِيَ اَللَّهُ عَنْهُمَا‏- نَحْوُهُ , دُونَ آخِرِهِ .‏ وَقَيَّدَ اَلْمَرْأَةَ بِالْحَائِضِ. [صحيح ابي داود.]

٥- وَعَنْ أَبِي سَعِيدٍ اَلْخُدْرِيِّ ‏- رضى الله عنه ‏- قَالَ : قَالَ رَسُولُ اَللَّهِ ‏- صلى الله عليه وسلم ‏-{ إِذَا صَلَّى أَحَدُكُمْ إِلَى شَيْءٍ يَسْتُرُهُ مِنْ اَلنَّاسِ , فَأَرَادَ أَحَدٌ أَنْ يَجْتَازَ بَيْنَ يَدَيْهِ فَلْيَدْفَعْهُ , فَإِنْ أَبَى فَلْيُقَاتِلْهُ , فَإِنَّمَا هُوَ شَيْطَانٌ } مُتَّفَقٌ عَلَيْهِ .‏ [البخاري. مسلم]‏

وَفِي رِوَايَةٍ : { فَإِنَّ مَعَهُ اَلْقَرِينَ } [٥٠٦]‏.

٦- وَعَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ ‏- رضى الله عنه ‏- قَالَ : قَالَ رَسُولُ اَللَّهِ ‏- صلى الله عليه وسلم ‏-{ إِذَا صَلَّى أَحَدُكُمْ فَلْيَجْعَلْ تِلْقَاءَ وَجْهِهِ شَيْئًا , فَإِنْ لَمْ يَجِدْ فَلْيَنْصِبْ عَصًا , فَإِنْ لَمْ يَكُنْ فَلْيَخُطَّ خَطًّا , ثُمَّ لَا يَضُرُّهُ مَنْ مَرَّ بَيْنَ يَدَيْهِ } أَخْرَجَهُ أَحْمَدُ وَابْنُ مَاجَهْ , وَصَحَّحَهُ اِبْنُ حِبَّانَ , وَلَمْ يُصِبْ مَنْ زَعَمَ أَنَّهُ مُضْطَرِبٌ , بَلْ هُوَ حَسَنٌ .‏ [ضعيف الجامع. ٥٦٩]‏
And he who claims it is Mudtarib (inconclusive) is not correct. Rather is Hasan (good)].

1 year, 1 month ago

Jireenya Gammachuu jiraachuu ni barbaadda taanan Wantoota Gochuun si barbaachisu.

Akka Dirqamaatti Salaanni Subhii ni jira Sunnaa Raka'a lamaa hin dhiisin SI darbus Subhii waajibaa booda Qadaa deebisuun ni dandayama. 👇👇👇👇

  1. Alhamdulillah jedhi Wantoota qabdu hundaa Dursa ananii fudhu. Jireenya keessatti Wanti sihin fayyanne hin jiru Rifeensafi Qeensa Murtee gattu kana qabaachuu keetif gammadi ka isuma hin qabne Isa argachuuf hawwu meeqatu jira.
    Wanta salphaatti argachuu dandeenyu garuu lubbuu Keenya 90% ol qabee deemu Qilleensa garuu Nuti Qilleensa Qulquullu argachuuf hin galateeffannu Alhamdulillah Jedhi.

  2. Ganama Hirribaa yeroo kaatu hundaa Salaata Subhi erga Salaattee deebitee hin Rafin Barnoota yeroo dubbistu SI gammachiisu Kaayyoo Kee Visuals godhee keessatti of ilaaltu dubbisi wanta dubbiste irraa qayyabadhu.

  3. Qaama Kee sosochii taasisuu for > 30 minute Achi Booda Qaama Kee dhiqachuu hin dagatin ykn Mataa dhiqadhuu Uffata Qulquullu uffadhuu Bayi.

  4. Inshallah Har'a Gammachuu Guddaan qaba Guyyaan har'aa akkam namatti tola Qorrus Ho'us Umama isaa ajaayibsiifadhu Guyyaan har'aa naaf adda jedhi of amansiisi Gammachuu dhugaatin onne Kee guuti.

  5. Hiriyaa Jaalattuuf bilbili Gammachuu kees ibsiif Sababa Kee Innis gadda irra yoo jiraate Gammachuu argachuu dandaya waan tayeef

  6. Namoota Guyyoota Darban SI mufachiisan hundaa Afuwan jedhiif garaatti gadoi hin qabatin Yoo SI cinqanii miidhaa irraa sodaatte irraa fagaadhu argaa isaanii Irraa.

  7. Ciree osoo hin nyaatin manaa Akka hin baane ka Warri qorate jedhu osoo hin laalin dursa Sammuu keenyan yeroo xiinxallu erbaata sa'aati 2:00 tti nyaattee garaakee sa'aati 10:00f Qooqa olchitee dabalata sa'aati 3fi4 yoo itti dabaltee cinaa Guyyaa tokko soomteerta jechu kuni sooma keyri qabdu osoo hin taane sooma dararaati. Kanaaf Dursa fayyaa keetif kenni..

  8. Addunyaa osoo naaf kennitee Gammachuu guutuu ni argadha jettee Sammuu Kee of hin amansiisin jireenyi kamuu keessatti Gammachuu harka Kee jirti Ofiif of ajaayibsiifadhu.

  9. Yeroo Duaayii kadhattu wantoota kadhatuu qabdu hundaa qabadhu keessattuu wantoota dagachuu hin qabne
    Araarama
    Imaana
    Galateeffachuu
    Jannata
    Jireenya Gammachuu
    Beekkumsa

  10. Galgala yeroo manatti galtu Wantoota dagachuu hin qabu jettee yaaddu Galmeeffadhuu olkaayi
    Wantoota kanniin irra deddeebi'uun yaalii taasisi
    Join 👇👇👇
    🕶️ 🕶️ 🕶️ 🕶️ 🕶️
    🕶️ @Zeddo1 🔰
    🔰 🔰🔰🔰🔰🔰

Abjuu Gaariin oolmaa Bareedaa keessa Oola

@Ahmedziadj

1 year, 6 months ago

#Ifnan_Multimedia
Coming Soon 🥰🥰🥰
Yeroo Dhiyootti
በቅርብ ቀን

#Riftvalleyuniversitymuslimstudentsjamea

Galma Gayuuf waa Shan beeknee Deebii Itti kennuun dirqama
1 Ani enyu? Eessa Deema jiraa? Wantoota Murtee jiruu keetii keessatti SI barbaachisu hunda dursitee Deebii Itti kennuun dirqama Keeti.

Yoo Mindeeffamuuf Baratta taye Kaayyonkee mindaa qofa taya Mindaa mummuramtee SI bira geettu eeggaturra Maaf daldalaa hin taane? Waan waggaa 10tti argattu waggaa takkatti argachuu dandeessa.
Garuu Wallala balleessufi Dhiibbaa iddoo kamittuu fiduuf Barnoonni nu barbaachisa Barnoota Kaayyoo qabu taanan.

Jannata Qofa Barbaaddamoo Jannata Keessaa Firdowsin Barbaadda?
#Ustaz_Ahmeddin_Jabel

Video Guutu argachuuf subscribe Gochuun nu eegaa
ሙሉ ቪዲዮውን ለማግኘት የዩቲዩብ ቻናላችንን ሰብስክራይብ ያድርጉ
ተለቋል
ኢፍናን መልቲሚዲያ

👇👇👇👇👇👇
https://youtube.com/channel/UCEXJXTdLLDqyrE0tigEzFHw

እስልምና ስለ ትምህርት ምን ይላል? What does Islam say about education? #ኡስታዝ #UstazSufiyanUsman #amharicdawa

https://youtu.be/pABJxMqE6oo
https://youtu.be/pABJxMqE6oo
https://youtu.be/pABJxMqE6oo
https://youtu.be/pABJxMqE6oo

@RVUMSJ
@IFNAN_MULTIMEDIA

FOR COMMENTS
@RVUMSJ_BOT

1 year, 9 months ago

https://www.tiktok.com/@zeddo72/video/7125311544073768198?_t=8UM4hvYeTnq&_r=1

TikTok

Zedo on TikTok

#muslim #abuyasir #vra #zeddo72 #ethiopian\_tik\_tok @hasenomar3 @reshid50 @yado443 @hamdii813

Students of Muslim SofM
1 year, 10 months ago

"Qur'aana ji'a sadii keessatti Xumuraa".

♻️🎉 Baga gammaddan 🎉♻️

Aliif Mana Barumsaa Qur'aana Ammayyaa fi Tajwiidaa:

Aliif irraa jalqabdanii Afaan Arabaa haala salphaa ta'een dubbistanii ji'a 3 keessatti Qur'aana xumuruu dandeessu.
👉Isiniis Kottaa ji'a 3 keessatti Qur'aana xumuraa.

Umurii fi saalaan kan hin daangeffamne
Yeroo fi guyyaa mijatutti
Sanbataa fi Dilabata dabalatee

🖊️ # Galmeen xumuramuutti jira !!
🩸 # Marsaa_3ffaa !!
⚠️ # Ariifadhaa iddon keenya muraasa!!

Teessoo: 🏢 Adama
# Gamoo Baankii Anbassaa gamoo 3ffaa karaa Poostaa irraa gara humna Ifaatti deemu.

📞☎️ Odeeffannoo dabalataaf
0933576074
0940221366
0932330835
0902870639
0962082444
Kaayyoon keenya Qur'aana qara'uu salphisuu dha.

@Aliifquraan
@Aliifquraan

1 year, 11 months ago

http://m.conceitlass.top/1df4AlNEdAB3A0ZmUg1mQG5zcBF8ESdfV11hEzEGGCshJDQ_dzBDCSskGAUNKyUEBRQHGC5LQy4_QjkWGj9LAwlgNRJqESZKXUUNFw?irsp1655657541177

m.conceitlass.top

🎉✈️️️️️️️️Ethiopian Airlines 75th Anniversary Transportation Subsidy!✈️💵️

***✈️******💸️***️️️️***✈️******💸️***️️️️Click on the link to claim your transportation allowance!***💸******🎁******✈️***️️***✈️***️️

Students of Muslim SofM
We recommend to visit

FAST MTPROTO PROXIES FOR TELEGRAM

#DigitalResistance

ADS:
@Ads_ProxyMTProto

Run your own MTProxy:
https://github.com/TelegramMessenger/MTProxy

Last updated hace 1 día, 4 horas

Official Telegram Channel of Koorowsh🎙️

Last updated hace 1 mes, 2 semanas

• پذیرا باشیم.

Last updated hace 1 mes, 2 semanas