Siif Gerant PLC member

Description
This channel was created to advertise the SIIF GERANT company established to the society equal capacity at the Court and equal health treatment at any hospital.

Sure we can
Advertising
We recommend to visit

Community chat: https://t.me/hamster_kombat_chat_2

Twitter: x.com/hamster_kombat

YouTube: https://www.youtube.com/@HamsterKombat_Official

Bot: https://t.me/hamster_kombat_bot
Game: https://t.me/hamster_kombat_bot/start

Last updated 2 days, 2 hours ago

Turn your endless taps into a financial tool.
Join @tapswap_bot

Collaboration - @taping_Guru

Last updated 1 week, 4 days ago

🦴 Your easy, fun crypto trading app for buying and trading any crypto on the market

Last updated 3 days, 18 hours ago

8 months ago

Beka Jibril, [11/27/23, 8:03 PM]
Kabajmtoota Barattoota Kolleejji dhuunfaa Hundaaf
Akkuma beekamu yuunivarsiitii mootummaa keessa Barattoonni tajaajila Wabii fayyaa ni qabu. Yoo dhukkubsatan kan mana yaalaa isaan geessu Ambulance ni qabu. Hata'u malee Barattoonni dhaabbilee dhuunfaatti baratan tajaajila kan hin qabani. Qaawwa kan cufuuf kan isiniif dhaabbate Siif Gerant PLC Akka yuunivarsiitii mootummaa caalaatti saatii barbaaddanitti baasii isaatiin kan isin tajaajiluudha.
Yoo dhukkubsatan hiryaan ykn maatiin yoo dhufee mana yaalaa isin hin geessin Wabii biraa hin qabdanu. Yuunivarsiitii mootummaa keeaatti tajaajilli Kun bilisaan barataadhaaf ni kennama.
Maallaqa kiisii yoo hin qabaatin dhukkubsattanii barnoota keessan addaan kutuu dandeessu.
Fira dhihoo yoo hin qabaatin nama isin dhukkubsachiisu dhabdanii dhiphina biraa keessa galuu dandeessu.

Kanaaf yoo Miseensa dhaabbata siif gaaraant taatan dhaabbatichi tajaajila armaan gadii kan isiniif kennu ta'a.
1. Yoo dhukkubsattan Akka haadhaaf abbaatti mana yaalaa isin geessee isin waldhaanchisuun baasii yaala fayyaa kan isiniif kaffalu ta'a.
2. Yoo kan achi turtan ta'e hojjataa isin bira taa'ee isin kaddamu kan isiniif kennuudha.
3. Bakka nuti hin jirretti bakka biraa deemtanii yoo rakkoon fayyaa isin mudate waldhaanamtanii dhufuun nagahee seera qabeessa ta'uu ilaalee kan isiniif kaffalu ta'a.

Maarree dhaabbata Akka haadhaaf abbaatti isin Tajaajiluuf qophaa'e kana galmaa'uun tajaajila argadhaa isinin Jenna.
Teessoon Keenya Magaalaa Jimmaatti Gamoo Akimal Abdalla Baankii Daldala Ethiopia Gubbaa ykn hospitala Odaa hullee fuulduratti argamna.
Lakkoofsa Bilbila 0940735563/0913185434 Hello nuun jedhaa.

Siif gaaraant Wabii Barattoota Kolleejjii

Beka Jibril, [11/27/23, 8:03 PM]
ውድ ሁሉም የግል ኮሌጅ ተማሪዎች
እንደሚታወቀው በመንግስት ዩኒቨርሲቲዎች ተማሪዎች የጤና መድን አገልግሎት አላቸው። ከታመሙ ወደ ሆስፒታል የሚወስዳቸው አምቡላንስ አላቸው። ሆኖም በግል ተቋማት ውስጥ የሚማሩ ተማሪዎች አገልግሎት አይሰጡም። ሲፍ ገርንት ኃ/የተ/የግ/ማህበር ክፍተቱን ለመሙላት ተዘጋጅቷል።እንደ የሕዝብ ዩኒቨርሲቲ በራስዎ ወጪ ያገለግልዎታል።
ከታመምክ እና ጓደኛ ወይም ቤተሰብ መጥቶ ወደ ሆስፒታል ካልወሰደህ ሌላ ዋስትና የለህም። በመንግስት ዩኒቨርሲቲዎች ይህ አገልግሎት ለተማሪው በነጻ ይሰጣል።
ኪስ ገንዘብ ከሌለህ ብትታመም እና ትምህርትን ልታቆም ትችላለህ።
የቅርብ ዘመድ ከሌልዎት ህመም የሚያስከትልዎትን ሰው ሊያጡ እና ሌላ ድብርት ውስጥ ሊገቡ ይችላሉ።

ስለዚህ ድርጅቶችን አባል ከሆኑ ድሪጅቱ የሚከተሉትን አገልግሎቶች ይሰጥዎታል።
1. እንደ ወላጅ ከታመሙ ወደ ሆስፒታል ወስዶ ህክምና እንዲያገኙ ያደርግልዎታል እናም ለህክምና ወጪ ይከፍላል.
2. እኛ በሌለንበት ሌላ ቦታ ከሄዱ እና የጤና ችግር ካጋጠመዎት የደረሰኙን ትክክለኛነት ፈትሼን ያዎጣውን እንከፍላለን።

እባኮትን እንደ ወላጅ ለማገልገል በተዘጋጀው በዚህ ድርጅት ይመዝገቡ።
አድራሻችን አኪማል ህንፃ ከኢትዮጵያ ንግድ ባንክ ላይ ወይም ኦዳአ ሁሌ ሆስፒታል ፊት ለፊት ነው።
ስልክ ቁጥር 0940735563/0913185434 ጤና ይስጥልኝ።

ስፍ ጋራንት የኮሌጅ ተማሪ ዋስትና

11/27/23, 8:03 PM]

9 months ago
Siif Gerant PLC member
9 months ago

BEEKSISA CARRAA HOJII
SIF GERANT PLC
-Bakka Duwwaa. Barreeessituu
-Saala. Dubara
-Ulaagaa. Afaan Oromo barreessuu fii Dubbisuu
.Afaan Amharaa Barreessuu fii Dubbisuu.
- Muuxannoo. Waggaa 2 fii Isaa ol
-Gosa Barnootaa. IT, ICT. Fi kan k.f.
-Sadarkaa Barnootaa. Diploma, Level, Fi k.k.f eebbifamte.
- Miindaa. Waliigalteen
Guyyaa galmee Onkoloolessa 18-21 qofaadha
Teessoon Keenya. Magaalaa Jimmaa Gamoo Akimal Abdalla Baankii Daldala Ethiopia Gubbaa

Galmee karaa Telegramiin kan danda'amu yoo ta'u ragaa barnootaa fii muuxannoo keessan lakkoofsa armaan gadii fayyadamuun erguu dandeessu.+251940735563
+251913185434

-

9 months, 2 weeks ago

Masha Allah

10 months ago

Siif Garant is a guarantee company that offers assurance for your future by providing guarantees to protect you from potential issues related to legal and health services. Our primary aim is to ensure that you can confidently plan and navigate through life without worrying about these aspects as they are safeguarded by our guarantee services.As previously mentioned, our commitment entails hiring a lawyer on your behalf and covering any associated court fees in the event you encounter any potential legal issues. In addition, in cases where your health is compromised, we ensure that we will bear all medical expenses and provide you the flexibility to seek treatment from any hospital of your choice, alleviating any concerns regarding the financial burden associated with your medical care.To secure your future against potential legal and medical problems, all you need to do is become a member of this organization.
Siif garant sure we can !!!

10 months ago
Sif Gerant የማህበረሰባችን ችግር መፍትሄ ነው። …

Sif Gerant የማህበረሰባችን ችግር መፍትሄ ነው። ለእርስዎ Gerant ያለው ኩባንያ በፍርድ ቤት ለተከሰሰ ወይም ክስ ለማቅረብ ለሚፈልግ ማህበረሰብ የህግ አማካሪ ለማቋቋም ቀላሉ ነው። በአሁኑ ጊዜ በቂ ገንዘብ ያላቸው ሰዎች ጠበቃ ገዝተው ገንዘብ ስለሌላቸው ድሆችን የሚያስለቅሱበት ጊዜ አለ። ይህንን እኩል ለማድረግ ኩባንያው ለእርስዎ መፍትሄዎችን ይሰጣል።

ሌሎች ከሰዎች ጤና በሽታዎች ጋር የተያያዙ መንግስት የጤና መድህን ቢተገብርም ህብረተሰቡ በመንግስት ሆስፒታሎች በቂ መድሃኒት አያገኙም። አባል እና ጌራንት ከሆንክ ጌራንቱ ሁሉንም ወጪዎችህን ከፍሎ በመረጥከው የግል ሆስፒታል ያስተናግዳል። በሀገሪቱ የቱንም ያህል ጠንካራ ቢሆን ድርጅቱ ያስተናግዳችኋል ምክንያቱም ጌራንት ለህብረተሰቡ የተቋቋመ ድርጅት ነው።

የጄራንት ኩባንያ አባል ይሁኑ እና መልካም ዕድል

10 months ago

We pay Advocate cost for our people
We pay Health cost for our people