Morning Tips

Description
Gorsa Ganamaa guyyaa guyyaa ni argattu
We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 5 months, 3 weeks ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Welcome to Garisoakings, where laughter is the best seasoning! Dive into a hilarious pool of memes‼️👑,Join us, share the joy, and let's soak in the meme-licious madness together! 🎉😂

Last updated 1 week, 6 days ago

1 week, 1 day ago

Yaadni injifannoo xixiqqoo milkaa’ina guddaatti geessu yaada bu’aa ba’ii xixiqqoo hedduun walitti dabalamee Abjuu gurguddaa uumuu yaada jedhu irratti hundaa’a.

Injifannoon xixiqqoo si gargaaruu danda’a:

📍Sochii ijaari: Gochoonni xixiqqoo miira guddinaa fi galma ga’iinsaa kan uumu yoo ta’u, kunis itti fufuuf si kakaasuu danda’a.

📍Miira kee fooyyessii: Injifannoo xixiqqoo kabajuun miiraa fi ofitti amanamummaa kee guddisuu danda’a.

📍Amala gaarii uumuu: Injifannoon xixiqqoo amala akka nyaata gaarii nyaachuu ykn wal irraa hin cinne qo’achuu akka uumtu si gargaaruu danda’a.

📍Suuraa guddaa ilaali: Injifannoon xixiqqoo suuraa guddaa waan galmaan ga'uuf yaaltu akka argitu si gargaaruu danda'a.

📍 Itti fufi: Injifannoon xixiqqoo yeroo kufaatiin si mudatu itti fufuuf si gargaaruu dandaʼa.

📍Dandeettii horadhu: Injifannoo xixiqqoo kabajuun dandeettiiwwan akka xiyyeeffannoo, galma kaa’uu fi dursa kennuu akka guddifattu si gargaaruu danda’a.

📍Namoota biroo kakaasuu fa'a!

🔗 @morning_tips

1 week, 1 day ago
***❤️*** "Message (ergaa) Jaalalaa jaalallee keetiif …

❤️ "Message (ergaa) Jaalalaa jaalallee keetiif erguuf rakkataa jirta taanaan asitti bu'i!",... See More

👇👇👇👇
👉See More👈
👉See More 👈
👆👆👆👆

❤️ Ergaalee jaalalaa 100,... See More

1 week, 2 days ago

✉️ Jireenyaa keessatti namoota gosa sadiitu (3) nu miidhuu danda'a:

  1. Namoota amala gantummaa qaban.
  2. Namoota bekumsa hin qabne yookiin wallaalota.
  3. Namoota baay'ee jaalannuu fi nu jaalatan yookiin namoota nu hin shakkinetu nu miidha.

🔗 @morning_tips

1 week, 3 days ago

🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

✉️ Milkaa'inni hojii cimaa, obsa, dadhabbii, carraaqqii, cichoomina, barachuu, qorachuu, qo'achuu fi wareegama mul’anni kee barbaadu kafaluudha. Garuu hunda caalaa jaalala waan hojjettuu yookiin hojjechuuf barbaadaa jirtu qabaachuu dha. Waan jaalatan hojjechuutti cichuun, gowwummaa utuu hin taane, boqonnaa sammuu ofiiti. Imala milkaa’ina ofiitis! Waan sammuu keef boqonnaa kennu, waan miira keef kaka'umsa uumu, waan fedhii keessa keetiin wal siif unatu kamuu hojjedhu. Hojii hojjettutti gammadi! Milkaa’inni hojii ofii hojjettu jaalachuudha. Jalqaba sammuu keetu milkaa’inni imala keef mirkana. Miira keetu qajeelchituudha. Waan deddeebitee raawwattu waan itti gammadduuf raawwatta. Siif galma, warra galma kee hin hubanneef immoo, gowwummaa qofaa miti doofummaadha.

.....
✉️ Success is a hard work, patience, effort, effort, perseverance, study, study, studying and paying the sacrifices that your vision requires. But above all, it is to have a love for what you are doing or is looking for. It is not stupid, but a rest of one's own mind, not stupidity. It’s also a journey of success! Do what gives your mind to your mind, what makes your feelings about, whatever you will unite for you in your own desires. Rejoice in the work you do! Success is to love your own job. First of all, your mind is confirmed by success for your journey. Your feelings are guiding. You will do what you do repeatedly for what you enjoy. It is not only stupidity but stupid, not only stupidity for you, and for those who do not understand your goal.

🔗 @morning_tips

1 week, 3 days ago

Nam-jabaa taatee guddachuu yoo barbaadde...

▶️ Soba dhiisi!
▶️ Waan gadhee dhiisi!
▶️ Kana booda hin jedhin!
▶️ Amanamaa ta'i!
▶️ Gaggeessaa ta’i!
▶️ Oduu dhiisi!
▶️ Yeroo kee kophaa dabarsi!
▶️ Ganama sa’aatii 1 dura ka’i!
▶️ Diraamaa kamiyyuu hin hayyamin!
▶️ Dhahannaa jireenya keetii kaa'adhu!
▶️ Ergama keef iddoo kenni!
▶️ Namni biraa dhiibbaa sirratti hin godhin!
▶️ Garaa laafina tokko malee daangaa irratti daangaa kaa'adhu!

If you want to grow and be a strong man.

🔘 Stop lying!
🔘 Stop the bad stuff!
🔘 Don't say it anymore!
🔘 Be honest!
🔘 Be a leader!
🔘 Stop the news!
🔘 Spend your time alone!
🔘 Get up before 1 am!
🔘 Don't allow any drama!
🔘 Set the beat of your life!
🔘 Give space to your mission!
🔘 Don't let anyone else pressure you!
🔘 Set limits on limits without any compassion!

🔗 @morning_tips

1 week, 4 days ago

Gorsa Ganamaa 🔵
```
• Namoonni hedduun gorsa yoo fudhataniyyuu, kanneen itti fayyadaman beektota qofa. (Thomas Takias)
• Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i! (Jecha warra Ingilizii)
• Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama. (Wiiliyaam Sheekispir)
• Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har’aa balleessuudha. (Maaksim Troobey)
• Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu. (William Shekispir)

.....
• Although many people accept advice, only the wise use it. (Thomas Takias)
• People seem great to you because you sit and watch. So get up! (English word)
• You have to go through the darkness of the night to see the light. (William Shakespeare)
• Regret for yesterday and worry about tomorrow is wasting today. (Maxim Troobey)
• Though you are whiter than snow, and purer than stars, you cannot escape reproach. (William Shakespeare)

🔗 @morning_tips

1 week, 6 days ago

✉️
1. 👉 Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu, kanneen itti fayyadaman beektota qofa. (Thomas Takias)

  1. 👉 Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i! (Jecha warra Ingilizii)

  2. 👉 Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama. (Wiiliyaam Sheekispir)

  3. 👉 Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har’aa balleessuudha. (Maaksim Troobey)

  4. 👉 Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu. (William Shekispir)

🔗 @morning_tips

1 week, 6 days ago

✔️ Change is a Nature of life, but challenge is a aim of life. So you have to challenge the changes but not to change the challenges.

🔗 @morning_tips

2 weeks ago

Yaada 💡

Beekumsa caalaa yaadni barbaachisaadha. Sababni isaas beekumsi waan yeroo ammaa beeknuu fi hubannu hunda kan ibsu yoo ta’u, yaadni garuu waan ammallee argachuu fi uumuu dandeenyu hunda agarsiisa.

🔗 @morning_tips

2 weeks ago

🗣️ Kitaaba gargaaraa piroofeesaraa miratuu shaanqoo Giddii "SIIF GALEERAA" jedhu irraati.

✔️ Wantoota kitaabicha keessaa natti tolanii fi na quubsan keessaa.... Toom Joon namichi jedhamu dubbii cimaa tokko akkas jedhee dubbate...

☞ "Adaraa yaa Waaqayyo wantoota lama akkan sirriitti beekuuf na gargaari. Isaanis;

#1ffaa: "jireenya koo keessatti wantan gonkumaa jijjiiruu hin dandeenyeef obsa naaf kenni"
#2ffaa: "Wantan jireenyakoo keessatti jijjiiru yoo jiraataniif jecha akkan jijjiiruuf onnee naaf kenni jedhe"

☞ Lafan yaade hin geenye yoon ta'ellee lafan yaade ga'uuf hin teenye!
☞ jecha hin danda'amu jedhutti gonkumaa hin amaniin!
☞ Never believe in never!
☞ Barrisuu kan dandeessu hanga barrisuu dandeessu yoo of amansiiste qofaadha!
☞ Your attitude means the difference between success and failure!
☞ Ati of daangessitee teessa taanaan eenyu daangaa si ceesisaa? Of beekuuf murtoo hin qabdu taanaan yoo of beektes murtoo hin murteessitu.
☞ Of beekuun beekumsa beekumsa caaluudha. Barachuun beekuu hin ibsu.Beekuun garuu barachuu ibsa.
☞ Hirkattummaan diina of beekuuti.
Osoo of hin beekiin du'uun osoo hin dhalatiin du'uu wajjin tokkuma.
☞ Qabeenyi guddaan addunyaa kanaa dhala namaati. Namni lakkoofsa guutuuf dhalate hin jiru. Lakkofsa guutuu ta'ee dhalate malee.
☞ Dammaqi waan haaraa siin dalagamutu jiraam. Wanti haaraan siin dalagamummoo gati si kanfalchiisu of keessaa qaba.
☞ Addunyaa keessa jirramoo addunyaatu nu keessa jiraa? Yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenya ati qooddachuuf eeggattuudha.

❖ Nama jechuun bu'aa yaada isaati!
Namni waanuma nyaate fakkaata!
❖ Ilaalchi ati ofiif qabdu eenyummaa ati mul'ata kee dhugoomsuuf taasisaa jirtu mul'isa.
❖ Namoonni ofittoon summii mul'ataa qabu malee, sammuu mul'ataa hin qaban.
❖ Carraan amma qabdu kan guddinaati malee kan badiisaa miti.
❖ Meeshaa ammayyaa caalaa sammuu injifannoo qabaadhuutii gara dirree seeni.

🔗 @morning_tips

We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 5 months, 3 weeks ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Welcome to Garisoakings, where laughter is the best seasoning! Dive into a hilarious pool of memes‼️👑,Join us, share the joy, and let's soak in the meme-licious madness together! 🎉😂

Last updated 1 week, 6 days ago