SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm
?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university
?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 1 month, 1 week ago
asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook
Last updated 3 months, 2 weeks ago
Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.
Headquartered in Mogadishu.
Last updated 2 months ago
liinkii nama isiin hin beeknes ta'ee kan isiin naaf ergi hin jedhiin hin baniinaa
karaa kana dhufuu jirtii sareen
Halkan guyyaa kaattanii
Kaayyoo kalee xumuraa
Yoo argattan nyaattanii
Dhabdan agabuu bulaa
Warri sabaaf lubbuu
aarsaa laattanii
Rakkina dandeessanii
kaayyoo Asiin geessanii
Galatoomaa Ulfaadha
Nutu bu'aa keessanii
?????
Odeessaa keessoo diinaa: mootummaan bulguu Kun Guyyaa borii irraa ka'uun Oromiiyaa bakka hundaatti Oppiresheenii waaligalaa jechuun guyyaa 15f yoo kan milka'iinaa argannuu ta'ee immoo guyyaa 20f sochii waarana bilisummaa oromootti gochuuf sagantaa baafatte kutaalee oromiiyaatti kaabiineen guyyaa Harraa ganama marii xumurattee waan kaateef waaranni keenya golee Oromiiyaa hundaatti hordooffii diinaa Akka godhu ergaan Kun bakka hundaatti Akka qaqqabuuf Sheri godhaa Waal qaqqabsiisaa. Hubaachiisa : sochiin ishee irraatti bakka loolli ciimaan itti baname Dirooniin Akka fayyadamtuus odeessi keessoo isaanii ni dubbaata.
Bilxiginnaaa boru Salaaleetti uummmata dirqiin hiirira bahaa jechuun doorsisaa jirti. Dhaadannoo adda addaas qopheesitees jirti.
Kaayyoon hiriira kanaa, miira uummataa "Mootummaan hin jiru'' jedhu sana brainwash gochuu akka ta'eefi diraamaa Koottaa galaa itti fufsiisuu akka ta'e beekameera.
OROMIYAAN BIYYA
#መረጃ፦ፋሽስቱ ቡድን ነገ በሰሜን ሸገር ዜን #ሰላሌ ላይ ህዝቡን በግድ ሠልፍ እንዱወጡ እያስገደደች ትገኛለች የተለያዩ መፈክሬችም ተዘጋጅተዋል....
የሠልፉ አላማም የድራማው ቀጣይ ክፍል ነው #ግቡ እንደሆነም ታውቋል....የጨነቀው አሉ!
Jaldeessi
Bifaa Waaqatu na.a bareecha
☆ Deemsa immoo abbatuu Miidheefata jedhe jedhan..
===========
》 Harree
☆Ani duunaan Margiyyuu hin margin jettee jedhanii
☆Ani ceenaan Galaanni haguutu jeteetu harreen yoo laga ceetuu fincooftii jedhe oromoon
===========
Waraabessa
Kan Garaa Malee kan maqaa maaltuu na dhibee jedhe jedhan...
=================
Guyyaa 18/12/2024
#Oduu Samicha Pp
Godinaa Booranaa Aanaa Areeroo Ganda Madar Bakka Addaa Roqaa jedhamutti Warraani Mootummaa Saamichaa Ummata Badiyyaa irratti Raawwateen Meeshalee Ummatni baadiyaa Sooraataaf Guyyaa kalleessa Gabaa Hoobloo irraa bitaatee galuu Bakka Roqaa jedhamutti saamaamuu himatee,
Akka Warrreen saamaman Kun himatanitti Saamichii Kun yeroo hedduu nutti deddebi'ee jedhu, Waraanni Motummaa Gubboo ykn mataayaa fudhaatee nuuf basseetu nu dura darbee nusaamaa jedhu, Namoonni Meeshaan jalaan saamaamee
1. Baatii Booramaa
Meeshaa Mootoraa guutuu
Xiqqoo Booramaa
Meeshaa Mootoraa guutuu
Leedii Nageessaa
Meeshaa motora Guutuu
Mexxarrii Quuxalaa
Meeshaa Mootoraa guutuu yoo ta'uu mootorri arfaanuu Akka irraa fudhatamees ijjoollee hojii Mootoraa hojjettu himatee...
Saamichii Nurratti rawwatu daangaa darbee jechuun boo'aa jirti....
#መረጃ፦በውስጥ በደረሰን መረጃ በምዕራብ ሸገር ዞን ከፍተኛ ፍ/ቤት ጊቢ ውስጥ የነበረ ግለሰብ የዓይን እማኝ እንዳለው በቁጥር 50 የሚሆኑ የቀድሞ የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት አባላት ዕጅ ሰጡ ከተባለ በኋላና ወደ ራሳቸው ካስገቡዋቸው በኋላ በአሸባሪነት ወንጀል ተከሰው ፍ/ቤት ቀርበዋል ብልውናል እኚህ የዓይን እማኝ....
Bobokiisimee Ammas injifannootu jiraa
Ati kaayyoo irraatti yoo ijaaramtee,namni ati ijaartee kaayyoof dalaga, namni nama ijaaruu sunuu dantaa ofii isarraatti ummata kan ijaaruu taanaan Dhimmi sabaa dursa hin argatu...
Namni namarratti ijaaramee...
Yeroo gabaabduu keessatti qabsoo gana..
Leencoo lataa, Dawud ibaasaa hammaa Goolichaa Dheengeetti fkn dhiyoo Jaallattootaa degertoota ofi ijaaraan hedduu fuudhataanii pp ti heerumanidha..
Kanaaf namatratti miti kayyoo irratti ijarami..
Jaal Siinaan Tumsaa
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm
?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university
?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 1 month, 1 week ago
asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook
Last updated 3 months, 2 weeks ago
Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.
Headquartered in Mogadishu.
Last updated 2 months ago