Dive into the Ultimate Free Library: Your One-Stop Hub for Entertainment!

RAFIIQUL ISLAAM

Description
Advertising
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

1 month, 3 weeks ago

هدي النبي ﷺ في رمضان

Qajeelfama nabii s.a.w Ramadaana keessaقال الإمام ابن القيم: (وكان من هديه ﷺ في رمضان الإكثار من أنواع العبادات

Aaadaan nabii keenyaa s.a.w ramadaana keessaa ibaadaa Rabbii gosa adda addaa irraa guddisuudha.

فكان جبريل عليه السلام يدارسه القرآن في رمضان، وكان إذا لقيه جبريل أجود بالخير من الريح المرسلة

Jibriil halkan Ramadaana hundaawuu nabitti dhufeeti qura'ana wajji qara'an, Nabiin yogguu jibriil itti dhufe qilleensa bubbisurra keyritti daddafa.

وكان أجود الناس، وأجود ما يكون في رمضان

Nabiin s.a.w irra arjaa namaati, yeroon haalaan arjoomu ramadaana keessa.

ويكثر فيه من الصدقة والإحسان، وتلاوة القرآن، والصلاة، والذكر، والاعتكاف، وكان يخص رمضان بما لا يخص غيره به من الشهور) [زاد المعاد]

Nabiin keenya s.a.w Ramadaana keessa sadaqaa heddummeessa, Rakkataa gargaarsa godha, qaraatii qur'aanaa baay'isa, Akkasuma salaata, zikrii (faaruu rabbi) I'itikaafa (teessuma masgiidaa) kan heddummeessu tahe.

https://t.me/DAARU_SALAAM

Telegram

DAARU SALAAM 🇵🇸

***📖*** 𝐂𝐇𝐀𝐀𝐍𝐀𝐀𝐋𝐈𝐈 𝐊𝐀𝐍𝐀𝐑𝐑𝐀𝐓𝐓𝐈     ***👉*** Seenaa Rasuulaa ﷺ     ***👉*** Seenaa Sahaabotaa     ***👉*** Seenaa Muslimootaa     ***👉*** Jechoota Hayyootaa     ***👉*** Hadiisaafii Qur'aana     ***👉*** Zikiriifii Da'awaalee    ***👇***Yaadaafii Gaaffii***👇*** @Daarus\_salaam\_Idea\_bot

هدي النبي ﷺ في رمضان
1 month, 3 weeks ago

KANA BEEKTUU LAATA:-?

AARIIN:- Amala nama jijjiruu isaa
~ Fira nama dhabsiisuu isaa
~ Sammuu jeequu isaa
~ Qabeenya barbadeessuu isaa
~ Badiif nama saaxiluu isaa
~ Du’aaf nama kennuu isaa!!

JIBBIINSI: walirraa nama fageessuu isaa
~ Qofa galeessa nama taasisuu isaa
~ Walitti dhufeenya booressuu isaa
~ Dogongoraaf karaa banuu isaa
~ Firiin isaas gaabbii ta’uu isaa!!

RAKKINNI: Amala nama jijjiiruu isaa
~ Waan hin qabne si barsiisuu isaa
~ Abdii si kutachiisuu isaa
~ Obsa si fixachiisuu isaa
~ Biyyarraa siin baduu isaa!!

OBSI:- Taajjabbii irra si hambisa
~ Hamtuu irraa nama eega
~ Of-eeggannoo namaaf labsa
~ Amala qabeessa nama taasisa
~ Gara laafummaa nama barsiisa
~ Sammuu nama ballisa
~ Madaaluuf nama gargaara
~ Olaantummaa nama gonfachiisa!!

KANAAFUU OBSA QABAADHU

JAALALLI:- Gammachuu namaa laata
~ Waan gaarii nama yaachisa
~ Jireenya hawaasummaa cimsa
~ Kaayyoo fiixaan baasa
~ Galma qaqqabsiisa
~ Bilisummaa yaadaa laata.

@XIIN_SAMMUU
@XIIN_SAMMUU

1 month, 3 weeks ago
2 months ago

𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀

𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @MAWY_88

2 months ago

"Towbadhaa" jechuu malee, akkamitti Towbanna? Ulaagaan Towbaa maali?

Gaafilee tanaaf deebisaan kunooti. Ulaagaan Towbaa akka armaan gadiiti..

  1. Towbaa san qulqulleessi. Dhugatti gara Rabbii deebi'uu kee mul'isi. Wanni badii san irraa deebiteef Rabbi waan sodaatteef akkasuma abdatteef tahuu qaba. Guddina Rabbii hubachuu kee mirkaneessita. Nama sodaaf ykn badiin tee saaxilamuu sodaaf as deebi'uu dhabuu kee ibsita.

  2. Badii raawwataa jirtu ni dhiista. Dogongora san cittee irraa hafuu qabda.

  3. Badii sanitti akka hin deebineef baallama dhugaa seenta. Akkaataan itti baallama seentu, badii san tuffatta. Kaayyoo guddoo uumamteef hubatta.

  4. Badii raawwataa turteef ammoo sheenawi. Hammeenya isiin qabdu yayyaaddadhuu gaaroommina Towbaafi Iimaanaa kanaan wal cinatti madaali.

  5. Haqa namaa yoo taate ammoo firraa deebisi. Haqa namaa osoo hin galchin Towbaan hin qulqulloytu.
    •••
    Obboleeyyan hulaan Towbaa banaadha. Osoo aduun dhihaan hin bahin, osoo lubbuun bahuuf kokkee irra hin gahin Towbadhaa. Towbaa jechaan gama Rabbii deebi'uudha. Wanni Towbannuuf jaalala Rabbii arkannee, dallansuu isaa jalaa nagaya bahuufi. Qananiin addunyaa fi aakhiraa gama Rabbii deebi'uun arkamti.

Ilmi namaa laafaadha! Mirqaana xiqqaatu isaan kuta. Laaftumatti Sheyxaanni hillima qopheesseef keessa buusa. Rabbiin kana waan beekuuf hulaa Towbaa banaa godhe. Osoo Sakraanni du'aa itti hin dhufin nama Towbate irraa Rabbiin ni jaalata. Silas Rabbiin gabricha isatti harka kennate akkamitti gata! Fudhatee Rahmata isaa keessa cuupha. Yaa Rabbi du'aan dura warra dhugaan Towbatee, atilleen irraa qeebalte irraa nu taasisi.

@bsaaDhugaa

https://t.me/Rafiiqul_Islaam

2 months, 1 week ago

𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀

𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @MAWY_88

2 months, 1 week ago

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐆𝐮𝐮𝐭𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐬𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐮𝐮 𝐁𝐮𝐮𝐬𝐧𝐞𝐞 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐧𝐞𝐞 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐨𝐨𝐟𝐧𝐮 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢 𝐍𝐮𝐡𝐚𝐚 𝐓𝐚𝐚𝐬𝐢𝐬𝐮𝐮

𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐭𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟  𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐚.

@DAARU_SALAAM
@DAARU_SALAAM

2 months, 1 week ago

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐮𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐢𝐫𝐪𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐮𝐮 𝐏𝐝𝐟 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐁𝐮𝐮𝐟𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐇𝐚𝐚 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐧𝐮𝐮 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐈𝐢𝐦𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐓𝐚𝐪𝐰𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐗𝐮𝐦𝐮𝐫𝐫𝐮𝐮.

𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐭𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟  𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐚.

@DAARU_SALAAM
@DAARU_SALAAM

2 months, 1 week ago

𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

𝗢𝗱𝘂𝘂 𝗚𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝗶𝗶𝘀𝗮𝗮!!

𝑹𝒂𝒂𝒅𝒊𝒚𝒐𝒐 𝑨𝒍-𝑯𝒊𝒋𝒓𝒂𝒕𝒂𝒚𝒊𝒊𝒏 𝑨𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒂𝒎𝒖 𝑻𝒐𝒓𝒃𝒂𝒏 𝑻𝒐𝒓𝒃𝒂𝒏𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑫𝒉𝒊𝒚𝒂𝒂𝒕𝒖 𝒀𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒖 𝑻𝒐𝒓𝒃𝒂𝒏𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝑻𝒐𝒌𝒌𝒐 𝑲𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑩𝒊𝒓𝒂𝒂𝒏 𝑮𝒆𝒆𝒏𝒚𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑰𝒏𝒏𝒊𝒔 𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝐒𝐚𝐛𝐭𝐢𝐢 𝑲𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑸𝒂𝒒𝒒𝒂𝒃𝒊𝒔𝒊𝒊𝒔𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝑺𝒂𝒈𝒂𝒏𝒕𝒂𝒂𝒍𝒆𝒆 𝑰𝒏𝒏𝒊 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒕𝒆𝒆 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒖 𝑲𝒂𝒏 𝑨𝒓𝒎𝒂𝒂𝒏 𝑮𝒂𝒅𝒊𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒂𝒓𝒈𝒂𝒎𝒂𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂 𝑴𝒂𝒂𝒓𝒓𝒆𝒆 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 𝑱𝒛𝒌.

𝑮𝑨𝑫𝑰 𝑫𝑯𝑰𝑰𝑭𝑨𝑴𝑬𝑬𝑹𝑨𝑨!!!

2 months, 2 weeks ago

﴿يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ كُتِبَ عَلَيْكُمُ ٱلصِّيَامُ
Yaa warra amantan!  isin irratti soomannii barreeffameera (dirqama ta’eera)
البقرة 183

كُتِبَ عَلَيْكُمُ ٱلْقِتَالُ
lolli dirqama isin irratti godhame

البقرة 216

Akkaataa ummaanni bara kanaa keeyyattoota kanneen lamaan akkamitti akka gargar baase hubatu hennaa ilaaltu...

Tokko keyyata Qur’aanaa kaan ammoo keeyyata kitaaba mana barumsaa seeta.  Haala ummata islaamaa bara kanaa yoo xinxalte ilaalte   wallaahi Qur’aana kessaa waan fedhinnaa lubbuu isaatiin waliin simatu qofa kan hordofu (fudhatu) tahe agartaan. 

﴿يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ كُتِبَ عَلَيْكُمُ ٱلصِّيَامُ
Yaa warra amantan!  isin irratti soomannii barreeffameera (dirqama ta’eera)

Keeyyata ☝️kanatti hojjachuuf waggaa guutu hawwiidhaan eeggata, yoo baatiin ramadaanaa dhufe dhihaatu  baati kana simachuuf  oliif gadii fiiga  profaayliin telegramaa fi Facebook akkasumas midiyaaleen martu  suuraa baatii kana balaqqeessun Guutama.  

كُتِبَ عَلَيْكُمُ ٱلْقِتَالُ
lolli dirqama isin irratti godhame

hennaa keeyyata kana argu garu ባላየ እለፍ  kan jedhu fakkaata. Ykn jecha Rabbii itti hin fakkaatu. Ramadaan waggaa waggaadhaan soomaa...   umrii isaa guutuu gaafa tokkollee oso karaa Rabbii kessatti hin qabsaa'iin Gara akhiiraa goodaan.

Yaa dargaggoota islaamaaa!
yaa obboleessa koo sammu qabdu!

Rabbiin akkuma soomana sirratti dirqama godhe... lola sirratti dirqama godhe jira. Goftaa akka sirraa gammadu... ramadaan soomtuf sun... lolaaf bahu diddee hin dallansiisiin.

Keeyyattoonni lamaan jechawwan Rabbiitiin yoo dhugaa  Qur’aana Rabbii male fedhinnaa lubbuu kee jala hin deemtu tahe akkuma ramadaan waggaa eeggatte soomtu mara... lolaaf bahi hennaa jedhamtu rakkoo addaddaa hin himatiin.

لَقَدْ جِئْنَاكُم بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَكُمْ لِلْحَقِّ كَارِهُونَ
dhugumatti, Nuti haqaan isinitti dhufnee turre, Garuu irra baay’een keessan haqa jibbitoota turtan.

@DAARU_SALAAM1

https://t.me/DAARU_SALAAM

We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago