Dive into the Ultimate Free Library: Your One-Stop Hub for Entertainment!

Oro Media

Description
- Odeeffannoo haarawaa
- Jecha namoota beekamoo
- Makmaaksa Oromoo
- Qoosaa nama kofalchiisan
- Seenaa gaggabaaboo fi barsiisoo ta'an argachuuf nu hordofaa!

Isinis @jechabot irratti nuuf ergaa.

Garee @oromiyaaharmee Join godhaa
Advertising
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

3 weeks ago

Teetaanasii:
Dhibeen teetaanosii baakteeriyaa 'clostridium Tetani' jedhamuun kan namatti dhufuufi Talaalliidhaan guutummaatti ittisuun kan danda'amudha.
👉 Addunyaa guutuutti kan argamu ta'us Bal'inaan garuu biyyoota hin guddatiin keessatti mul'ata. Biyyoota kanattis namoonni talaallii guutummaatti hin fudhatiin saaxilamtoota.
👉 Baakteeriyaan kun biyyoo/awwaara, siibila daanda'e dabalatee haalota hin mijanne baayyee dandamatee waggoota dheeraaf jiraachuu danda'a. Akkasumas mar'umman looniif bineeldota baayyee keessa jiraachuu ni danda'a.
👉 Baakteeriyaan kun haala akkasii keessa osoo jiruu carraa qaama namaa seenuu yoo argatu guddatee wal horuun summii Teetaanasii (Tetanus toxin) kan dhibee kanaaf nama saaxiltu maddisiisa.
👉 Summiin kun qaama keenya keessaa sirna narvii kan hubuufii Maashaaleenqaama keenyaa hundi humnaa ol akka kottoonfatan gochuu ni danda'a.

#MALLATTOOLEE
- Dhukkubbii Maashaalee
- mangaagaa cufuu /lockjaw
- kottoonfannaa maashaa humnaan olii (spasms)
- Daa'imman kichuu keessatti immoo:
- harma qabachuu dadhabuu
- bohuu dadhabuu
- sababni guddaan du'aaf nama saaxilu maashaaleen hargansuufii ujummoo qilleensaa kottoonfannaa kanaaf yoo saaxilaman ujummoon qilleensaa cufamuufi harganuu dadhabuunidha.

#WANTOOTA NAMA SAAXILAN
Baakteeriyaan kun biyyee, dikee bineeldota garaagaraa fi sibiilota daanda'an/Zaagan irra waggootaas jiraachuu waan danda’uuf moccoorraa xixiqqoo dabalatee madaa kamiyyuu argannaa walhoruun summii isaa omishuu jalqaba.
Kanaaf madaa kamittuu biyyoo ykn faltii horii dibuu dhiisuun filatamaadha.
Daa'imman meeshaalee qulqullinni isaanii hin eegamneen handhuuruu, margaan handhuura hidhuu fi kkf
#Yaaliifi Maloota ittisaa kutaa itti aanuuttii Fayyaa channel tti dabalamuun eeggadhaa
Nagaa hin dhabiinaa!

Dr Mo’iiboon camadaa

Gaaffii yoo qabaattan 👉 t.me//gaaffiikoo_bot
Telegram: t.me//fayyaaoromoo

Telegram

Gaaffii - fayyaa

Bot kanaan gaaffiif yaada dhimma fayyaan walqabatan nuuf erguu dandeessu! @fayyaaoromoo @drmoii

Teetaanasii:
3 weeks, 4 days ago

Maal barbaaddu?
💥Mataduree barbaaddan irratti xuquuun hordofaa!

♡ Gorsa Fayyaa

🏋‍♀️ Amaloota fayyummaa tiksan

✍️ walaloo

🌎 Oduuf odeeffannoo

🏆🏆🏆🏆Waldorgommii badhaasa qaban!🏃‍♀️🏃‍♀️

Telegram

Oro Media

- Odeeffannoo haarawaa - Jecha namoota beekamoo - Makmaaksa Oromoo - Qoosaa nama kofalchiisan - Seenaa gaggabaaboo fi barsiisoo ta'an argachuuf nu hordofaa! Isinis @jechabot irratti nuuf ergaa. Garee @oromiyaaharmee Join godhaa

Maal barbaaddu?
3 weeks, 5 days ago

Chaarlii Chaapliin yeroo tokko daawwattoota isaa fuulduratti qoosaa tokko dubbate.

Jalqabarratti namni hundi baay’ee kolfe. Irra deebi’uudhan qoosuma sana yeroo 2ffaaf isaanitti hime, namoonni muraasni qofti kolfan. Ammas itti dabaluudhan yeroo 3ffaaf qoosuma san yommuu himu namni kolfe tokko hinjiru ture. Hunduu ni callisan.

Achii booda Charlie Chaplin ammasumatti nuffanii callisuu isaanii erga hubatee booda akkana jedhe…“Qoosaa tokkoon irra deddeebitanii kolfuu fi gammaduu erga dadhabdanii gaddaa fi rakkina tokko qofaan Maalif irra deddeebitanii boossuu ree! Jireenya wanti hundi dhaabbii hinqabne tana keessatti miidhama takkaan yeroo hunda gadduu fi boo’uu dhiisaa. Yeroo jireenya keessanii hundatti gammadaa!” Jechuun namoota gaafas isa fuuldura turan qofaaf miti dhala namaa hundaaf dhaamsa hanga dhumaatti barnoota ta’u kaa’ee darbe!

👉 gaaffiif: @jechabot

@jechama1

4 weeks, 1 day ago
4 weeks, 1 day ago

Durbi ati qoosaaf sin jaaladha jettee barreessiteef; Maqaa kee waliin #screensĥot gootee #story irra yerooo keewwattu....
🙈Kiw jechuun ammagaa!!

@jechama1

1 month ago
[#Sababoota](?q=%23Sababoota) dhiiguu foon ilkaanii Fi yaalii …

#Sababoota dhiiguu foon ilkaanii Fi yaalii isaa:

Foon ilkaan keenyaa yeroo rigannu dhiiguu danda'a. Kunis sababa kanneen armaan gadiiti.
-Hoorii ilkaan keenyarratti kuufamurraa Kan ka'e
- hanqina vitamina irraa Kan ka'e
- rakkoo seelii dhiiqa itichuullee yoo qabatan fkk
Foon ilkaan keenya yeroo baay'ee Kan dhiita'u Fi dhiigu sababa waan halluu keelloo fakkaatu ilkaan keenya irratti kuufamanifidha.kunis miidhaa foon Fi lafee ilkaan baatu irratti fiiduudhaan ilkaan akka socho'u Fi buqqa'u taasisu.
#Yaalii isaa:

Ogeessaan ilkaanii bira deemnee ilaalamnee:
-ilkaan keenya miccisiisuu
-Qulqullina afaan keenya eeggachuu
@drgudeta1
Fayyaa hin dhaabinaa!
Gaaffiif yaada : @gaaffiikoo_bot

@fayyaaoromoo @fayyaaoromoo

1 month ago

Do you enjoy reading this channel?

Perhaps you have thought about placing ads on it?

To do this, follow three simple steps:

1) Sign up: https://telega.io/c/Jechama1
2) Top up the balance in a convenient way
3) Create an advertising post

If the topic of your post fits our channel, we will publish it with pleasure.

1 month ago
Nama jaalattuuf Forward godhiif...

Nama jaalattuuf Forward godhiif...
@jechama1

1 month ago

Dhibee Gifiraa: Dhukkuba Talaalliin ittifamuu danda'u, garuu ammallee biyya keenyaaf mataa bowwoo ta'aa jiru.

Gifirri dhibee vayirasiin dhufuufi carraa namaa namatti darbuu ol'aanaa qabu yoo ta’u, akki daddarba isaas dhangala'aa funyaan fi afaan nama dhibee kanaan qabameenidha. keessaahuu guyyoota muraasa shiftoon qaama irratti bahuu duraa fi booda jiran keessatti!
Dhibeen kun nama kamiyyuu kan miidhu ta’us, caalmaattii garuu daa’imman huba.

Maaltu saaxilamummaa dabalaa?
-Umrii 5 gadii fi 30 ol
-Hanqina soorataa
-Humna ittisa dhukkubaa dadhabaa
-Balaa uumamaa ykn namtolchee
Mallattoolee isaa:
•- Hoo’ina qaamaa ,
-Qufaa/Ukaa
- Dhukkubbii/diimachuu ijaa Dhangala’aan funyaaniin ba’uu
- Shiftoo fuularra eegaluun gara kutaa qaama birootti babal’atu

XAXA/complications
Dhibeen kanaan walqabatee rakkooleen fayyaa kan akka
-Ijaa jaamsuu
-Infeekshinii sammuu
-Dhangala’aan qaamaa hir’achuu
-infeekshinii sombaa fi gurraa
- hir'ina Ulfaatinaa
- Garaa kaasaa yeroo dheeraa fi madaa’uu afaanii dha.
YAALA
Mallaattoowwan armaan olii yoo argitan daa’ima keessan saffisaan gara dhaabbata fayyaa geessuu qabdu.
Wal’aansi kennamu Vaayitaminii A fi yaaliiwwan hojii sirna qaamaa gargaaran [supportive care] dabalata.
Tatamsa'ina dhibee kanaa ittisuufis Daa’imman dhibee kanaan qabaman kutaa qofaatti wal’aanamu.

Tooftaalee ittisa dhukkubichaa
• Talaallii farra Gifiraa: daa'imman talaallii kana marsaa lamaaf fudhatan dandeettiin dhibee kana of irraa ittisuu isaanii 97% dha.
• Vaayitamin A fudhachuu , Qulqullina dhuunfaa fi naannoo eeguu
• Tuttuqqii dhukkubsataa irraa of eeguu fi Nama mallattoo dhukkubicha qabu dafanii gara dhabbata fayyatti geessuun akka gorsaaf yaala ajajaman hordofuu!
Dr. Mo'iiboon Camadaa

Odeeffannoo akkanaaf:
👇👇👇👇👇👇👇
Telegram
Fayyaa

👉 T.me//drmoii
Facebook
👉 Fb.me/moiidr
Yaada ykn gaaffiif
@gaaffiikoo_bot

Telegram

Fayyaan Faaya!!

Garee Gorsaa fi Odeeffannoo fayyaa! Gaaffiif ***👉*** @gaaffiikoo\_bot ***👇******👇******👇******👇******👇******👇******👇******👇*** Https://t.me/fayyaaoromoo

Dhibee Gifiraa: Dhukkuba Talaalliin ittifamuu danda'u, garuu ammallee biyya keenyaaf mataa bowwoo ta'aa jiru.
1 month, 1 week ago
Oro Media
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago