Bohaartii Media

Description
- Oduu haaraa. - Jecha namoota beekamoo
- Makmaaksa . - Qoosaa kofalchiisoo
- Seenaa gaggabaaboo fi barsiisoo ta'an argachuuf nu hordofaa!

Isinis @jechabot irratti nuuf ergaa.

Garee @oromiyaaharmee Join godhaa
Advertising
We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 2 months, 2 weeks ago

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 2 months, 2 weeks ago

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@Abdiisabaa

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 2 months, 2 weeks ago

1 month, 2 weeks ago
Guyyaa 1 qofatu hafe!

Guyyaa 1 qofatu hafe!
Sin hin darbiin

https://t.me/BitsTonboxBot/BitsAirdrops?startapp=CzeCMpnWjhZRYvPe7fjLuu

🎁 Start now and get $BITS as a starting bonus 🎁

1 month, 2 weeks ago

Guyyaa tokko qofaatu hafe akka isin hin dabarre
👇👇👇

1 month, 3 weeks ago
4 months, 2 weeks ago

Taptap gochuun cinatti namoota invite gochuudhaanis badhaasa #TON kan siniif kennu....
? Ammuma join godhaa!
Guyyaa 2⃣ qofaaf tura
??????
https://t.me/BBQcoin_bot/BBQcoin?startapp=r_1232336805

6 months, 3 weeks ago

Teetaanasii:
Dhibeen teetaanosii baakteeriyaa 'clostridium Tetani' jedhamuun kan namatti dhufuufi Talaalliidhaan guutummaatti ittisuun kan danda'amudha.
? Addunyaa guutuutti kan argamu ta'us Bal'inaan garuu biyyoota hin guddatiin keessatti mul'ata. Biyyoota kanattis namoonni talaallii guutummaatti hin fudhatiin saaxilamtoota.
? Baakteeriyaan kun biyyoo/awwaara, siibila daanda'e dabalatee haalota hin mijanne baayyee dandamatee waggoota dheeraaf jiraachuu danda'a. Akkasumas mar'umman looniif bineeldota baayyee keessa jiraachuu ni danda'a.
? Baakteeriyaan kun haala akkasii keessa osoo jiruu carraa qaama namaa seenuu yoo argatu guddatee wal horuun summii Teetaanasii (Tetanus toxin) kan dhibee kanaaf nama saaxiltu maddisiisa.
? Summiin kun qaama keenya keessaa sirna narvii kan hubuufii Maashaaleenqaama keenyaa hundi humnaa ol akka kottoonfatan gochuu ni danda'a.

#MALLATTOOLEE
- Dhukkubbii Maashaalee
- mangaagaa cufuu /lockjaw
- kottoonfannaa maashaa humnaan olii (spasms)
- Daa'imman kichuu keessatti immoo:
- harma qabachuu dadhabuu
- bohuu dadhabuu
- sababni guddaan du'aaf nama saaxilu maashaaleen hargansuufii ujummoo qilleensaa kottoonfannaa kanaaf yoo saaxilaman ujummoon qilleensaa cufamuufi harganuu dadhabuunidha.

#WANTOOTA NAMA SAAXILAN
Baakteeriyaan kun biyyee, dikee bineeldota garaagaraa fi sibiilota daanda'an/Zaagan irra waggootaas jiraachuu waan danda’uuf moccoorraa xixiqqoo dabalatee madaa kamiyyuu argannaa walhoruun summii isaa omishuu jalqaba.
Kanaaf madaa kamittuu biyyoo ykn faltii horii dibuu dhiisuun filatamaadha.
Daa'imman meeshaalee qulqullinni isaanii hin eegamneen handhuuruu, margaan handhuura hidhuu fi kkf
#Yaaliifi Maloota ittisaa kutaa itti aanuuttii Fayyaa channel tti dabalamuun eeggadhaa
Nagaa hin dhabiinaa!

Dr Mo’iiboon camadaa

Gaaffii yoo qabaattan ? t.me//gaaffiikoo_bot
Telegram: t.me//fayyaaoromoo

Telegram

Gaaffii - fayyaa

Bot kanaan gaaffiif yaada dhimma fayyaan walqabatan nuuf erguu dandeessu! @fayyaaoromoo @drmoii

Teetaanasii:
6 months, 3 weeks ago

Chaarlii Chaapliin yeroo tokko daawwattoota isaa fuulduratti qoosaa tokko dubbate.

Jalqabarratti namni hundi baay’ee kolfe. Irra deebi’uudhan qoosuma sana yeroo 2ffaaf isaanitti hime, namoonni muraasni qofti kolfan. Ammas itti dabaluudhan yeroo 3ffaaf qoosuma san yommuu himu namni kolfe tokko hinjiru ture. Hunduu ni callisan.

Achii booda Charlie Chaplin ammasumatti nuffanii callisuu isaanii erga hubatee booda akkana jedhe…“Qoosaa tokkoon irra deddeebitanii kolfuu fi gammaduu erga dadhabdanii gaddaa fi rakkina tokko qofaan Maalif irra deddeebitanii boossuu ree! Jireenya wanti hundi dhaabbii hinqabne tana keessatti miidhama takkaan yeroo hunda gadduu fi boo’uu dhiisaa. Yeroo jireenya keessanii hundatti gammadaa!” Jechuun namoota gaafas isa fuuldura turan qofaaf miti dhala namaa hundaaf dhaamsa hanga dhumaatti barnoota ta’u kaa’ee darbe!

? gaaffiif: @jechabot

@jechama1

We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 2 months, 2 weeks ago

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 2 months, 2 weeks ago

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@Abdiisabaa

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 2 months, 2 weeks ago